Barruulee
Kanalga Telegramโda oโtish
๐๐ฌ๐จ๐จ๐ฌ๐๐ฆ๐ ๐ ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐จ๐จ, ๐ฐ๐๐ฅ๐๐ฅ๐จ๐จ, ๐ฃ๐๐๐ก๐๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐, ๐๐๐ซ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐๐ ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐๐๐ฌ๐ก๐๐ง๐ง๐๐ง๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ง ๐ญ๐จ๐จ๐ซ๐ ๐ค๐๐ง๐๐ซ๐ซ๐๐๐ง ๐ง๐ข๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ญ๐ญ๐ฎ! Inbox @burruusa
Ko'proq ko'rsatish833
Obunachilar
+124 soatlar
+17 kunlar
+1830 kunlar
Postlar arxiv
833
Erga online irraa baddee
Maal gochuu jalqabdee?
Moo,
Ana jalaa dhokattee
Akkan si barbaaduufii?
Offline ta'uun kee
Dhuguma nagumaafii?
833
Mallattoon fariisotaa tokko qoosaa jibbuu isaaniiti. Qoosaa kee isa hiriyoonni kee dhaggeeffatanii kolfaa jiran dhufanii takka dhaggeeffatanii, " Kun nama hin kofalchiisu" siin jedhu.
Akka ilaalcha isaaniitti wanti marti 'quumnagara' ta'ee qoosanii fi taphnimmoo mallattoo bilchina dhabuutti lakkaa'amuu qaba!
Kitaaba koo isa, " Ati fariisotaa?" jedhu keessaa kan fuudhame ๐
833
Nama tokko tokkoo jaallattee yoo duuteefiyyuu 'galatoomi' siin jechuuf yaadatee awwaala kee hin dhufu!
Salphaatti waliif hin du'inaa jechuumaafan jedhe ๐ถโโ๏ธ
833
Hundaan-guuttuu namaati
Hir'inarraa walabaa
Garuu,
Ilkaaniin kan dhokfattu
Garaanshee gadda qaba!
Gaafan ija ishee ilaalee
Onnee kootu na cabe
Dhukkubni isheen dhokfattu
Anas dhufee na qabe!
Of-dagachiisuun cimee
Afaan koo maragadhee
Namnis naaf hin hubatu
Isan gaddasheen qabame
Jaalala ishee qabe jedhanii
Ollaa dhaa na hamatu!
โ
833
Kadhata halkani!
Yaa waaq, abjuun koo siin haa miidhagu! Iccitii natti himachuu feetu abjuudhaan natti dubbadhu!
Qaamnii fi qalbii koo harka keetiin naaf suphamee akka buluuf sin kadhadha! Guyyaa ani hin beekne dhufaa jiru sana gaarummaa keetiin naaf mo'i; isa ani jiraadhee dabarsaa jiru kanaafimmoo galata fudhadhu!
833
.
"Maaf badde?" hin jedhu
Har'a gaaffii geeddaraa
''Eessa turte?'' natti himi
Lafa ati deemtun baraa
.
833
.
Na dhiisi jaalakoo
Miidhagina keetiif maafan qalbii dhabaa?
Yeroo tokko tokko
Abaaboo miidhagaan bofa of jalaa qaba!
.
833
Duuti utuu hafee jedhuu
An yoo hafe garaa na nyaataa
Dhagaadhaaf biyyoon suni
Jireenya kana caalaa ulfaataa?!
โ
833
Kan akka waan jaallatan dhabuu ogeessa nama godhu hin jiru!
Jalqabbiin xiinxala sammuu keenyaa yeroo muka gaaddisaaf jala boqonnu sana dhabnu dammaqa. Namni waan jaallate dhabe hiikaa jiruuf jireenyaa, jibbaaf jaalalaa, argachuuf dhabuu sirnaan yaadee hubata. Dhukkubbiin sun marti sanyii hubannaa boriiti!
Namni akkasii ariifatee homaa hin amanu; yoo amanemmoo itti gaafatamummaa dhibee amanamummaan sun fidu mara beekee amana! Shakkuu fi amanuun irraa miidhaga! Lameenuu namichaaf iddoo guddaa qabu; walii isaaniis hin caalan!
Ilma kee eebbisi osoo naan jedhanii egaa, " Jaalladhuu dhabi; dhaba kee sana booda jaalalli ammayyuu akka jirummoo argi!" jedheen eebbisa!
833
Jijjiiramuun salphaa miti
Gaafa sammuun keenya Daandii isaa geeddaruu Qooqniif qaamni keenya Salphaatti itti hin baru!๐
833
Filannoowwan haadha warraa keetiitti hin qoosin;
Atis filannoo ishee keessaa tokko ๐ถโโ๏ธ
833
Aduun jaalladha jettaa gaafa aduun baatu gaaddisatti baqatta;
Bokkaan jaalladha jettaa gaafa bokkaan roobu dibaabee qabatta.
Sin jaalladha gaafa ati jettu anj kanaafan si sodaadha!
โ
833
Namni jaalala beeka jedhamu nama jaalallee baayyee qabu osoo hin taane nama jaalallee isaa tokkii karaa baayyeedhaan jaallachuu danda'udha!
โ
833
Gaafa hiriyoonni koo liqii na gaafatan natti tola. Waanan isaan caalaa jiraachaa jiruu natti fakkaata.
๐ถโโ๏ธ
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 โ yilning asosiy insaytlari 
