ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك 👈

Barruulee

Barruulee

الذهاب إلى القناة على Telegram

𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨, 𝐰𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨, 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚, 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧 𝐭𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐢𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐮! Inbox @burruusa

إظهار المزيد
862
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-17 أيام
+830 أيام
أرشيف المشاركات
.
Gaafan maqaa kee namootarraa dhaga'u du'a xiqqoo tokkon sekondotaaf du'a!
✍

Waanan sirratti arge maali beektaa? Waan ati ofirratti hin arginedha. @Barruulee

Dafqi bara dargaggummaa hin buune bara dullumaa imimmaan ta'ee bu'a!
Yeroo dafquu qabdu kanatti dafqii hojjedhu! Humna kee qusachaa hin jiraatin; jiruu dachee kanaa yoo ta'e humna kee guutuu yoo hojjetteyyuu milkaa'inni beekamaa miti. Waan qusattu kamiyyuu hin qabaatin! ☝

Dhaloota dhufuuf ergaa maalii qabda? Ana: Hin dhufinaa 😀

“Kennaa guddaan ani dachee kanaaf kennee darbu maali?” jedhanii of gaafachuu baruun gaariidha. Maal kennitees darbita? Ani, dhala koo kenneefii darbuun yaadaa jira! @Barruulee

. Waan hunduma isaatiif maqaan Waaqayyoo haa kabajamu! 🙏

Addunyaan qilee haa seentu; anaaf shaayee naaf buusaa!
 Dostoevsky

Iccitii dhiirotaa #087
Dhiiraaf "crush" qabaachuun ijoollummaatti barsiistuuma isaaniirra eegala!
🤷‍♂️

"Nan gala" naan jettee Gaafan si geggeesse Quba hin qabun ture Eessa akkan si geesse! Miiltoo gaarii ta'ee Hamaa sirraa dhorkee Mana galte jedheen Nagaa dhaamee sokke! Gowwaa na godhattee Sagal na gurgurtee Manan gale jettee Ganda namaa bulte! ✍

"...Ani waan gaarii gochuu utuman jaalladhuu hojjechuu hin danda'u. Waan gaarii isa ani jaalladhu hin godhu; waan hamaa isa ani hin jaallanne garuu nan hojjedha"
Roomaa 7: 18_ 19

Jireenya dabarsite mara yaadadhumee! Waan fedhe haata'u! Akka ati yaaddes, akka ati sodaattes haata'u, imala dinqisiisaa ta'uu isaa hin agartuu? Waggaa kudhan har'aammoo kana caalaa kaleessa kee yaadattee ajaa'ibsiifachuuf jirta!

. Gar-tokkeen dhibeekoo Ameenii lagachuudha Kanaaf 'Ameen' jechuudha Gar-tokkeen inni hafe Ameeniin baayyisa Kanaaf nan callisa! 🚶‍♂️

Jechi kun namoota jajjabeessu akka qabu abdiin qaba;
Gaaffii baayyee cimaan hanga yoonaa deebii hin arganne, kan ani waggaa 30 oliif qorannoo dubartootarratti godhus deebisuu dadhabe, " Dubartiin maal barbaaddi?" gaaffii jedhudha!
Sigmund Freud 🥂

. Gaafa waan tokko gochuu yaaddee sodaattu, " Osoon sodaachuu dhiisee waan kana nan raawwadhaa?" jedhii ofii kee gaafadhu. Sababni ati qabdu sodaa qofa taanaan gochaa sana raawwadhu! Sodaaf abboomamuun garbummaadha! Sodaa ofii abboomuun, garuu birmadummaadha! 🌤

. Osoon deebi'ee dhufee Murtoo darbe shaaree Bagan deebi'ee jedhamoo Cabeen deema aaree! .

.
Anoo miidhagina keetiin Of wallaaleen fajajaa Akkamittan walaleessee Jecha filee si jajaa? Si ilaalee hin quufne Mil'uun agartuu onnee Arraba koon si jajuuf Ani yeroo hin arganne!
✍

. Niichaan, " Wanti si hin ajjeesne si jabeessa" jedhe. Animmoo, " Wanti na hin jabeessine na ajjeesa" jedhe! ☝

.
Irreecha ooltee galtee ammas "single" taatee itti fufuun abaarsa! Aad-maleedhas!  .

.
" Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!"
Lal 12: 1 🙏

" Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!"
Lal 12: 1 🙏