Barruulee
Відкрити в Telegram
𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨, 𝐰𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨, 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚, 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧 𝐭𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐢𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐮! Inbox @burruusa
Показати більше862
Підписники
Немає даних24 години
-17 днів
+830 днів
Архів дописів
862
Dafqi bara dargaggummaa hin buune bara dullumaa imimmaan ta'ee bu'a!Yeroo dafquu qabdu kanatti dafqii hojjedhu! Humna kee qusachaa hin jiraatin; jiruu dachee kanaa yoo ta'e humna kee guutuu yoo hojjetteyyuu milkaa'inni beekamaa miti. Waan qusattu kamiyyuu hin qabaatin! ☝
862
“Kennaa guddaan ani dachee kanaaf kennee darbu maali?” jedhanii of gaafachuu baruun gaariidha.
Maal kennitees darbita?
Ani, dhala koo kenneefii darbuun yaadaa jira!
@Barruulee
862
Iccitii dhiirotaa #087
Dhiiraaf "crush" qabaachuun ijoollummaatti barsiistuuma isaaniirra eegala!🤷♂️
862
"Nan gala" naan jettee
Gaafan si geggeesse
Quba hin qabun ture
Eessa akkan si geesse!
Miiltoo gaarii ta'ee
Hamaa sirraa dhorkee
Mana galte jedheen
Nagaa dhaamee sokke!
Gowwaa na godhattee
Sagal na gurgurtee
Manan gale jettee
Ganda namaa bulte!
✍
862
"...Ani waan gaarii gochuu utuman jaalladhuu hojjechuu hin danda'u. Waan gaarii isa ani jaalladhu hin godhu; waan hamaa isa ani hin jaallanne garuu nan hojjedha"Roomaa 7: 18_ 19
862
Jireenya dabarsite mara yaadadhumee! Waan fedhe haata'u! Akka ati yaaddes, akka ati sodaattes haata'u, imala dinqisiisaa ta'uu isaa hin agartuu? Waggaa kudhan har'aammoo kana caalaa kaleessa kee yaadattee ajaa'ibsiifachuuf jirta!
862
.
Gar-tokkeen dhibeekoo
Ameenii lagachuudha
Kanaaf 'Ameen' jechuudha
Gar-tokkeen inni hafe
Ameeniin baayyisa
Kanaaf nan callisa!
🚶♂️
862
Jechi kun namoota jajjabeessu akka qabu abdiin qaba;
Gaaffii baayyee cimaan hanga yoonaa deebii hin arganne, kan ani waggaa 30 oliif qorannoo dubartootarratti godhus deebisuu dadhabe, " Dubartiin maal barbaaddi?" gaaffii jedhudha!Sigmund Freud 🥂
862
.
Gaafa waan tokko gochuu yaaddee sodaattu,
" Osoon sodaachuu dhiisee waan kana nan raawwadhaa?" jedhii ofii kee gaafadhu.
Sababni ati qabdu sodaa qofa taanaan gochaa sana raawwadhu!
Sodaaf abboomamuun garbummaadha! Sodaa ofii abboomuun, garuu birmadummaadha!
🌤
862
.
Osoon deebi'ee dhufee
Murtoo darbe shaaree
Bagan deebi'ee jedhamoo
Cabeen deema aaree!
.
862
.
Anoo miidhagina keetiin Of wallaaleen fajajaa Akkamittan walaleessee Jecha filee si jajaa? Si ilaalee hin quufne Mil'uun agartuu onnee Arraba koon si jajuuf Ani yeroo hin arganne!✍
862
.
Niichaan, " Wanti si hin ajjeesne si jabeessa" jedhe. Animmoo, " Wanti na hin jabeessine na ajjeesa" jedhe!
☝
862
.
" Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!"Lal 12: 1 🙏
862
" Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!"Lal 12: 1 🙏
