Barruulee
Ir al canal en Telegram
𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨, 𝐰𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨, 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚, 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧 𝐭𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐢𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐮! Inbox @burruusa
Mostrar más821
Suscriptores
+224 horas
+47 días
+430 días
Archivo de publicaciones
823
Akka dhalli namaa eenyummaa isaa dhugaa dhoksee namoota kan biroo faana jiraatu namni sirnaan hin beekne,
" Nama akka keetii argee hin beeku" jechuuf ariifata.
Eenyummaa namaa inni dhugaan hariiroo cimaa yoo ta'e ji'oota sadii booda dhimmisuu eegala.
Namoonni eenyummaa isaanii waggootaaf dhoksuu danda'anis jiru. Maaltu beeka kan bara jireenya isaanii guutuu fakkaatanii qofa jiraatanis hin dhiban.
Ati akka nama hubataa tokkootti kan ati gochuu qabdu,
Namni adda ta'e akka hin jirre hubachuudhaan warra wal fafakaatan kana keessaa kan siif wayyu filachuudhaaf qophaa'uudha! 📚
823
Yeroo tokko tokko ibsa barreessite hunda balleessitee, " Tole" qofa jettee deebisuu qabda!
✍
823
Amala koo kana naaf dandeessaa?
Hin dubbatin naan jedhi Nan callisa Hin barreessin naan hin jedhin Na rakkisa!
823
Utuu dhugaa dubbannee...
Baayyee keenyaaf jireenyi kun akka nuti itti dur ishee yaadaa turre miti. Ammas fakkiin jireenyaa sammuu keenya keessa jiru kun isa dhugaa akka ta'e beekuu hin dandeenyu. Tarii dulluma keenya keessa ilaalcha keenya ammaa kanatti saalfachuu dandeenya ta'a! Jireenya kana tarii utuu sirnaan hin hubatinis darbuu dandeenya! Kanas ta'u sana, hubannaa argachaa adeemtutti gammadi!
823
Yaadannoo #143
Jaalalli dhugaan yoo si bira jiraate jalqaba ofii kee ittiin jaallachuuf fayyadami!✍
823
Yeroo tokko kitaaba baayyee iftoomina qabdu tokkorraa kanan dubbise.
Namni hundi ofittoodha kanaafuu yeroo akka isaan si gargaaran barbaaddu, si gargaaruu isaaniitiin maal akka isaan fayyadamanis itti dabali itti himi!
823
Boqonnaan milkaa'inarraa dhufa ✍
Qalbii kee kaayyoo qabatte sana hanga milkeessitutti gowwoomsitee gammachiisuu hin dandeessu. Nagaa argachuuf kaayyoo keetti cichuun dirqama! .
823
.
Halkan abjuudhumaan akkan si hin agarreefillee jaalalli kee hirriba na hin qabsiisu!
.
823
Si baruun barbaada hin jedhu. Si beeka; kana caalaan si beeku fedha. Si arguun fedha hin jedhu. Si argeera; kana caalaan si arguu fedha. Si dhaga'u fedha hin jedhu. Si dhaga'eera; kana caalaa si dhaga'u fedha. Si amanuun fedha hin jedhu. Si amaneera; kana caalaan si amanuu fedha! 🙏
823
Caaltuu kalaqa hundumaa Furtuu muuziqaa onnee Nuuf jiraadhu "barreeffamaa" Baguma si qabaanne! 📚❤
Barreeffama823
Murtoon bor irratti dhiibbaa hin qabne hin jiru. Hubannoo, miirefannaanii fi filannoon keenya marti humna guyyaa borii geeddaruu qabu.
Kanaafuu murtoon borii kee bocuu hin dandeenye hin jiru. Murtoon callistee taa'uuyyuu borii kee nii boca !
823
Akka Bud'haan barsiisutti,
" Fedhiin keenya madda dararamuu keenyaati. Namni fedhii isaa xiqqeessu, gammachuu isaa guddisa. Sababnisaa milkaa'inni waan fedhan argachuu yoo ta'u, gammachuun immoo waanuma argatan barbaaduu jechuudha!"
823
Maal naan jedhuun tokko tokko
gaafa daangaa isaa ce’u,
Yoo nu miidhe maleessaa
waan nu gargaaru hin se’u!
Sababni isaa;
Hanga hamminaaf hin taane
wanti nuni namaaf goonu,
Nu hubachuu dhabuu namaa
utuma maal goone hin moonu!
@barruulee
823
Baayyina namoota gaariitti nama tokko dabaluu dandeessa!
(Innis ofuma keeti)
Marcus Aerulius
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
