uz
Feedback
DR. AYU

DR. AYU

Kanalga Telegram’da o‘tish

Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali DR. AYU analitikasi

DR. AYU (@naf37fspainbv) Yava til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 77 453 obunachidan iborat bo'lib, Tibbiyot toifasida 165-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 385-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 77 453 obunachiga ega bo‘ldi.

12 Iyun, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -2 ga, so‘nggi 24 soatda esa -152 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 15.22% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 5.36% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 11 789 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 4 152 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 52 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Baga Nagaan Dhuftan! Welcome!

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 13 Iyun, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Tibbiyot toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

77 453
Obunachilar
-15224 soatlar
-5117 kunlar
-230 kunlar
Postlar arxiv
DR. AYU
77 433
Dubarri qaama saalaa dhiiraa furdaa ta'e ni barbaaddi. Sababni isaas, qaamni saalaa furdaa ta'e buqushaa gaafa seenu, dhaaba buqushaa(vaginal wall) waxxaree waan qabuuf rigata cimaa uumudhaan akka ishiin daftee dhangalaastu taasisa. Kanumarraa ka'uudhaan yeroo ofiin fedhii ofirraa baastus, waan furdaa, kanneen akka muuza, xaarmusii, dungoo fi diildoo fufurdaa ta'anitti dhimma baati. Waan kana irra deddeebin kan raawwattu yoo ta'e buqushaa ishee ajj*suu dandeessi. Qaamni saalaa dhiiraa akka wantoota ishiin ittiin fedhii ofii fidduutti dheebuu ishii baasuu dadhabaa dhufa. Dhiira feete bira yoo deemtes qaamni saalaa isaa waan qal'oo ta'e itti fakkaata. Itti hin gammaddu. Tarii yoo dheeraa ta'es gadi bu'e serviiksii waan dhiibuuf dhukkubbii itti uumuu malee homaa ishiidhaaf hin godhu🙄 Gama biraatiin, dhiirri ammoo buqushaa afaan ishii dhiphoo taate qaama isaa gaafa seensisu itti mijata. Yeroo hedduu buqushaan afaan isaa irra dhiphaa ta'eetu garri keessaa bal'achaa deema. Kan shamara takka takkaa, keessattuu kan hin dahin yoo taate qaama dhiiraa jabeessee qaba. Kanarraa kan ka'e dhiibbaa negativii(vacuum effect) uumudhaan yeroo qaamni saalaa dhiiraa keessaa bahu ni dhuka'a(Dhoha jedha). Kunimmoo dhiira ni gammachiisa. Garuu dhiirris waan akkasii kana waan fedhuuf yeroo maasterbeeshinii hojjatu jabeesseetu qaamasaa sukkuuma. Akkasitti dafee waan dhangalaasuuf jechuudha. Yeroo dubara bira deeme ammoo buqushaan akkasitti jabeesseefii hin qabuufi. Haala kanaan innillee qaama saalaa isaa ajjeesa jechuudha. Buqushaan dubartii hundaa bal'aa itti fakkaata. Rakkoodha! Akkan barreeffama kaana keessatti ibsuuf yaaletti, fedhii ofiin ofirraa gaafa baasnu humnaa ol, irra deddeebin akkasumas waan qaama saalaa caala nu gammachiisutti fayyadamuun yeroo gaayela raawwannetti fedhii akka hin baane nu gochuu danda'a. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
photo content
+1

DR. AYU
77 433
Faayidaa hirriba keessatti hammachuu ============================= Yeroo hirribaa hammachuun faayidaa hedduu kennuu danda’a, isaanis: 1️⃣ Oksitoosiinii Gadi Lakkifamuu: Yeroo baay’ee “hormoonii cuddle” jedhamee kan waamamu oksitoosiin miira wal amantaa, walitti hidhamiinsaa fi gammachuu ni dabala. 2️⃣ Dhiphinaafi Yaaddoo Hir’isuu: Hammachuun sadarkaa kortisoolii hir’isuu fi wiirtuuwwan gammachuu sammuu hojiitti galchuudhaan dhiphinaafi yaaddoo hir’isuu danda’a. 3️⃣ Boqonnaa fi Qulqullina Hirribaa Guddisuu: Bu’aan tasgabbeessuu oksitoosiinii hirriba boqonnaa caalu argachuuf gumaachuu danda’a. 4️⃣ Miira Nageenyaa kennuu: Qaama tuquun karaa hammachuu miira nageenyaa fi miira gaarii ta’e kennuu danda’a. 5️⃣ Fayyaa Qaamaaf dansaadha: Tuttuqqiin qaamaa yeroo hunda, kan akka, dhiibbaa dhiigaa gadi buusu, carraa dhukkuba onnee hir’isuu fi sirna ittisa qaamaa guddisuu danda’a. Faayidaan kun barbaachisummaa tuqaalee qaamaa fi dhiibbaa gaarii fayyaa sammuu fi qaamaa irratti qabu, keessumaa qulqullina hirribaa wajjin walqabatee kan mul’isudha. Kan hammattan hin Dhabinaa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
photo content

DR. AYU
77 433
Good luck Obboleesso akka laafaa as hin geenye Guddachuun kee maatiikeef firoottan keef gaariidha nuuf ammoo akka sabaatti gu
Good luck Obboleesso akka laafaa as hin geenye Guddachuun kee maatiikeef firoottan keef gaariidha nuuf ammoo akka sabaatti gurra nutti goota siin boonna siin dhaadhanna Rabbi garakee haagoru. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
"Dhungoon(kissing) 💋 afaan jaalalaa kan jecha hin barbaanne fi riqicha miiraa kan namoota walitti hidhuudha. Inni hidhaa jaalalaa cimsuun, hormoonii 'Oxytocin' fi 'Endorphins' jedhaman qaama keessatti gadhiisuun miira amanamummaa, dhiyeenyaa fi gammachuu addaa uuma. Fayyaa sammuu fi qaamaa fooyyessuun dhiphina (stress) hir'isa; akkasumas dandeettii wal hubannaa namoota gidduu jiru daran gadi fageessa. Dhungoon jaalalleewwan gidduutti fedhii fi jaalala dhugaa ibsuu qofa osoo hin taane, ofitti amanamummaa namaa dabaluun jireenyaaf hiika haaraa fi miira quufinsaa kenna. Akka mallattoo kabajaa, nagaa fi jaalala maatiittis tajaajiluun, dhungoon uumama namummaa keessatti meeshaa humna qabu kan namoota walitti hidhu, jireenya miidhagsu fi nagaa sammuu fiduudha." Jechoota fi gorsa jaalalaa akkana namatti tolan argachuuf #Ichima_jaalalaa like, comment fi follow gochuun ergaan page kanaa akka si dhaqqabu godhi, Jaalalleen kee gatii dhungoo hin beektu yoo ta'e immoo #ShareThisPost godhiif. GALATOOMAA isinin jaalladha 🥰🥰 Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
photo content

DR. AYU
77 433
Haala salphaatti dubartii Dubrummaa qabdu Akkamitti godhuun danda’ama? Dubartii dubrummaa (hymen) qabdu godhuun (walqunnamtii saalaa jalqabaa gochuun) gama lachaniiyyuu biratti yaaddoo fi dhiphina qabaachuu danda'a. Haala salphaa, tasgabbaawaa fi miidhaa hin qabneen raawwachuuf qabxiilee armaan gadii hordofuun barbaachisadha: 1. Qophii Sammuu fi Tasgabbii • Haasaa fi Amantaa: Jalqaba irratti dhiphina fi sodaa ishee keessa jiru salphisuuf waliin haasa'uun, amantaa waliif uumuun baay'ee barbaachisadha. Jarjarsuu fi dirqisiisuun tasuma hin ta'u. • Sodaa Hambisuu: Dubartoonni baay'een jalqaba irratti dhukkubbii guddaan ni uamama jedhanii waan sodaataniif, akka isheen tasgabbooftu gochuun qaamni ishee akka lafu (relax) taasisa. 2. Tapha Dursee Adeemsifamu (Foreplay) • Kun qabxii murteessaa dha. Walqunnamtii saalaa kallattiittiin jalqabuu dura dhungachuu, hammachuu fi qaama ishee mimmisuun (foreplay) yeroo gahaa fudhatanii hojjechuun barbaachisadha. • Kunis qaamni saalaa dubartii dhangala'aa gahaa akka maddisiisu (lubrication) godha. Dhangala'aan kun immoo naannoo san jiisuun seenumsi akka salphatu fi dhukkubbiin akka xiqqaatu gargaara. 3. Jiidha Alaa (Lubrication) Fayyadamuu • Yeroo baay'ee sodaa irraan kan ka'e dhangala'aan uumamaa gahaan madduu dhiisuu danda'a. Kun akka hin mudaneef,zayita walqunnamtii saalaaf gargaaran (water-based lubricants) fayyadamuu. Kun riggiinsa hir'isuun seenumsi akka laafu godha. 4. Suuta Jedhanii Jalqabuu (Gentle Insertion) • Saffisaa fi humna baay'ee gargaaramuu hin qabdu. Suuta jedhanii, suukkuumidhaan jalqabuun gaariidha. • Haala Ciisichaa (Position): isheen dugdaan ciistee miila ishee ol sassaabbattu baay'ee filatamaadha. Kunis dubartiin sun hamma seenumsaa fi saffisa jiru akka to'attu (control) gochuuf ishee gargaara. 5. Obsa fi Hubannoo Qabaachuu • Yoo dhukkube ykn dhiphatte, yeroodhaaf dhaabuun tasgabbeessuun, achiin booda suuta jedhanii itti fufuun ni danda'ama. • Dubrummaan yeroo dhiigu ykn tarsahu dhiigni xiqqaani fi dhukkubbiin salphaan uumamuu danda'a, kun uumama. Garuu dhiigni baay'ee dhangala'a yoo ta'e ykn dhukkubbiin humnaa oli yoo ta'e dhaabuu qabda. Hubachiisa: Dubartoota hunduma biratti dubrummaan dhiiguu dhiisuu danda'a. Dubartoonni tokko tokko uumamaan hymeeniin isaanii baay'e sababa lallaafaa ta'eef, ykn sababa ispoortiitiin kan ka'e duraan tarsa'ee ta'uu danda'a. Kanaaf, dhiigni dhabamuun ishee dubra miti jechuu akka hin taane hubachuun barbaachisadha. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
photo content

DR. AYU
77 433
Shamarran halkan yeroo raftan uffata jalaa/paantii malee rafuu adeeffadhaa! Fayyaa qaama saalaa keessaniif gaaridha. Naannoon
Shamarran halkan yeroo raftan uffata jalaa/paantii malee rafuu adeeffadhaa! Fayyaa qaama saalaa keessaniif gaaridha. Naannoon qaama saalaa keessan qilleensa qulqulluu argachuun carraa infeekshinii fangasii qaama saalaa hir'isuu keessatti ga'ee guddaa qaba! Kunis qaamni saalaa isin nyanyaatuu ykn hooqsisuu dabalatee dhibeewwan infeekshinii qaama saalaa keessan miidhan hedduu isinirraa ittisuuf isin gargaara! Faallaa kanaatin halkaniifii guyyaa paantidhaan ukkaamsuun carraa Infeekshinii fangasii qaama saalaatiif saaxilamuuf qabdan guddisa! Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
Boroo dubartii akkamiitu dhiiratti tola?? ‎******** ‎Boroo dubartii dhiiratti tolu jechuun wanti tokko qofti hin jiru; namni hundi garaagarummaa qaba. Garuu qorannoowwan hawaasummaa fi seenaa keessatti hedduun dhiira boroo akkamii hawataniif ibsa ni kennu: ‎ ‎Boroo Dubartii kamtu dhiiratti tola ‎- Boroo sirriin walitti madaalame(ratio) ‎- Boroo jabaataa fi sochii qabu. ‎- Boroo gad bu’iinsa qindaa’e qabu. ‎-Boroo qaama waliigala waliin walitti dhufeenya qabu. ‎-Boroo guddina garmalees miti,ykn xiqqeenya giddu galeessas ta'erra caalu. ‎ ‎⚠️ Hubachiisa ‎Boroo qofti nama hundatti ni tola jechuu miti. Namni tokko boroo jaalata, kan biraa immoo amala, garaa qulqulluu, fi safuu caalaa jaalata. Kanaaf jaalalli dhugaa qaama qofaan osoo hin taane garaa fi amala irratti hundaa’a. ‎ ‎Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
photo content

DR. AYU
77 433
Wal-hammachuun Bu’aa Hedduu Fayyaa Keenyaaf Qaba. ** Namni tokko yeroo wal-hammatu kessumaa jaalalleewwan ykn Abbaan manaaf h
+1
Wal-hammachuun Bu’aa Hedduu Fayyaa Keenyaaf Qaba. ** Namni tokko yeroo wal-hammatu kessumaa jaalalleewwan ykn Abbaan manaaf haati manaa yoo wal-hammatan hormooniin gammachuu qaama isaanii keessatti baay’ee Dabala. Kan biraa faayidaa inni qabu keessaa muraasni: - Hariiroo walitti dhufeenya namaa baay’ee cimsa - Dhiphina hir’isuu keessatti gahee guddaa qaba - Dhukkubbii qaamaa ni hiri’isa - Ofitti amanamummaa namaa ni jabeessa - Jaalalleewwan gidduutti qaanqee jaalalaa bobeessa - Fayyaa Onnee keenyaafis gaaridha - Madiinummaa qaama keenyaas ni cimsa - Miira gammachuu namaa daraan dabala Kanaaf wal-hammadhaa rafaa warri walbira jirtan.❤ Sanyiin keessan lafa haa qabatu abboo.🤲 Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
CARRAA ULFAA'UU DABALUUF... °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° 1. Hanqaaquun ovaarii shamarranii irraa kan gadi lakkifamu, guyyaa jalqabaa marsaan laguu inni darbe itti dhufee kaasee guyyaa 14ffaa irratti. Naannoo kanatti walqunnamtii saalaa haalaan raawwachuudha. Fakkeenyaaf haati manaa gaafa guyyaa Caamsaa 13 yoo itti dhufe, hanqaaquun gaafa Caamsaa 27 gadi lakkifama. Kanaafuu Caamsaa 25 haga 30 gidduu carraan ulfaa'uu olka'aa dha. Asirratti waan hubatamuu qabu, sanyiin kormaa erga dhangala'ee booda qaama walhormaataa shamarranii keessa HANGA GUYYAA SHANII lubbuun jiraatee obsaan eeguu danda'a. Sanyiin shamarranii garuu qophaa'ee GUYYAA TOKKO qofaaf sanyii kormaa eega. 2. Haati/shamarri umuriin ishee waggaa 35 osoo hin ga'iin yoo da'uu yaalte gaarii ta'a. Isaa olitti carraa ulfaa'uu xiqqaachaa deema. 3. Haati manaa fi abbaan manaa walbira jiraachuu. Walqunnamtii saalaa yoo xiqqaate torbanitti si'a sadii fi isaa ol rawwachuu. 4. Carraaqqi kana keessatti lamman isaanii; haraada adda addaa irraa of qusachuu (alkoolii, tamboo kkf) garmalee ulfaatina hir'isuuf dabaluu fi of dhiphisuu irraa of qusachuu...✍️ Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
photo content

DR. AYU
77 433
Guntuunni keenya kun osuma mee eenyu na kuffisa jadhuu kufaa Dhiirotaaf Fayyaa qaama saalaa keessaniif jabina isaaf 🌱Bishaan sirriitti dhugaa 🌱nyaata madaalamaa nyaadhaa 🌱sochii qaamaa godhaa 🌱ulfaatina qaamaa garmalee hir'isaa 🌱hirriba gahaa rafaa 🌱tamboo aarsuu dhiisaa 🌱dhiphina ykn stress hir'isaa 🌱alkoolii hir'isuu Hub: qaamni saalaa dhiiraa guyyaa guyyaan ka'uun jabeenya isaaf akkasumas guddina isaa bakkatti eeguuf gaariidha! Fayyaa hin dhabinaa Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
photo content

DR. AYU
77 433
Wal-qunnamtii saa,laa booda daqiiqaa 20-30 shilimsuun (napping): 1. Qaama Jabeessa 2. Hormoonota Tasgabbeessa. 3. Walitti dhu
+1
Wal-qunnamtii saa,laa booda daqiiqaa 20-30 shilimsuun (napping): 1. Qaama Jabeessa 2. Hormoonota Tasgabbeessa. 3. Walitti dhufeenya nama walqunnamtii wajji raawwatte sanii wajjin qabdu cimsa. 4. Miira tasgabbiifii gammachuu siif kenna. Nuti Dubartoonni yeroo nu waliin raftee laaftee ciiftu arguun nu gammachiisa. Jaalalti siif qabnu akka cimu godha. Nama akkuma xumureen ka'ee nu biraa fiigu hin feenu.❤ Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
Dubartootaa fi dhira eenyutu walqunnamtii saalaa irra fedha? Gaaffiin eenyutu caalaatti fedha walqunnamtii saalaa qaba jedhu qorrannoo hedduun kan irratti hojjetamee dha. Haala kanaan, qabxiilee armaan gadii irratti hundaa’uun hubachuun ni danda’ama: ​1. Fedhii fi Fedha (Libido) ​Qorrannoon hedduun akka agarsiisutti, giddu-galeessaan dhiironni dubartoota caalaa yeroo baay’ee fedhii walqunnamtii saalaa akka qaban dubbatu. Kuniis: • ​Yeroo baay’ee waa’ee walqunnamtii saalaa yaaduu. • ​Fedhii walqunnamtii saalaa raawwachuu yeroo dhiyootti qabaachuu. • ​Ofiin firaa baasuu (masturbation) dabalatee gochoota walqunnamtii saalaa irratti dhiironni caalaatti hirmaachuu danda'u. ​2. Hormoonoota ​Dhiira keessatti hormooniin testosterone jedhamu hamma guddaan waan jiruuf, fedhii walqunnamtii saalaa kakaasuu irratti gahee guddaa qaba. Dubartoota keessattis hormooniin kuni ni argama, garuu dhiira keessatti hamma dachaa hedduun waan jiruuf fedhiin isaanii akka dammaqu godha. ​3. Haala Dubartootaa (Complexity) ​Dubartoota biratti fedhiin walqunnamtii saalaa baay’ee wal-xaxaa dha. Fedhiin isaanii yeroo baay’ee: • ​Marsaa Laguu (Menstrual cycle): Yeroo hanqaaquun gadi lakkifamu (ovulation) fedhiin isaanii baay'ee dabaluu danda'a. • ​Miira (Emotion): Dubartoonni walqunnamtii saalaa dura walitti dhufeenya miiraa fi qunnamtii gaarii caalaatti barbaaduu danda'u. ​4. Ilaalcha Hawaasummaa ​Yeroo baay’ee hawaasni dhiironni fedhii qabaachuu isaanii akka waan uumamaatti yoo simatu, dubartoonni immoo fedhii isaanii akka dhoksan ykn akka hin mul’isne dhiibbaan uumamuu danda’a. Kuni immoo dubartoonni fedhii qabaatanis akka dhiiraa akka hin dubbanne isaan gochuu danda'a. ​Xumura irratti: Giddu-galeessaan dhiironni fedhii walqunnamtii saalaa yeroo baay'ee dammaqu qabaatanis, fedhiin nama dhuunfaa irraa dhuunfaatti baay'ee garaagarummaa qaba. Namni tokko dhiira waan ta'eef qofa fedhii guddaa qabaata jechuu miti, akkasumas dubartiin tokko fedhii dhiiraa ol ta'e qabaachuu ni dandeessi. Abdiidhaan Jiraadhu!!🥇 💧💧💧💧 ❣️❣️❣️❣️ Qarshii xiqqoo hin jedhinaa hidha gara dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @Abcoromoo💌

DR. AYU
77 433
photo content