Oromia Development Association ODA
Kanalga Telegram’da o‘tish
8 016
Obunachilar
+124 soatlar
+147 kunlar
+18730 kunlar
Ma'lumot yuklanmoqda...
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+354
1 kanalda
Iyun '26
+20
0 kanalda
Get PRO
May '26
+16
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+81
1 kanalda
Get PRO
Mart '26
+195
2 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+114
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+45
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+73
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+39
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+64
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+556
2 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+140
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+52
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+40
0 kanalda
Get PRO
May '25
+32
1 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+42
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+45
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+41
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+63
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+100
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+136
2 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+174
2 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+1 983
20 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+720
4 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+557
2 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+639
0 kanalda
Get PRO
May '24
+457
1 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+527
2 kanalda
Get PRO
Mart '24
+489
1 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+365
3 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+307
2 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+284
2 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+90
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+234
5 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+662
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+167
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+153
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+161
0 kanalda
Get PRO
May '23
+65
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+58
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+51
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+59
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+241
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+119
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+49
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+229
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+308
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+23
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+28
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+22
0 kanalda
Get PRO
May '22
+29
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+11
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+19
0 kanalda
Get PRO
Fevral '22
+11
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+16
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+33
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+312
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+105
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+33
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+11
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+22
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+13
0 kanalda
Get PRO
May '21
+10
0 kanalda
Get PRO
Aprel '21
+14
0 kanalda
Get PRO
Mart '21
+658
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 29 Iyul | 0 | |||
| 28 Iyul | +5 | |||
| 27 Iyul | +13 | |||
| 26 Iyul | +1 | |||
| 25 Iyul | +2 | |||
| 24 Iyul | +9 | |||
| 23 Iyul | +8 | |||
| 22 Iyul | +10 | |||
| 21 Iyul | +2 | |||
| 20 Iyul | +1 | |||
| 19 Iyul | 0 | |||
| 18 Iyul | +1 | |||
| 17 Iyul | 0 | |||
| 16 Iyul | 0 | |||
| 15 Iyul | +1 | |||
| 14 Iyul | +4 | |||
| 13 Iyul | +5 | |||
| 12 Iyul | +2 | |||
| 11 Iyul | +3 | |||
| 10 Iyul | +9 | |||
| 09 Iyul | +59 | |||
| 08 Iyul | +209 | |||
| 07 Iyul | 0 | |||
| 06 Iyul | +1 | |||
| 05 Iyul | 0 | |||
| 04 Iyul | +2 | |||
| 03 Iyul | +3 | |||
| 02 Iyul | +2 | |||
| 01 Iyul | +2 |
Kanal postlari
| 2 | Adoolleessa 2018
Wal harkaa fuudhinsi hojiiwwan pirojektii dhabamsiisa Daranyoo Sombaa Waldaan Misooma Oromiyaa godinaalee Arsiifi Shawaa Kibba Lixaa aanaalee 27 keessatti waggaa 5 fi ji'a 10 hojjechaa ture, bakka doonarri (MSH), hirmaattonni Biiroo Fayyaa Oromiyaa, godinaaleefi fayyadamtoonni argamanitti WMOfi Biiroo Fayyaa Oromiyaa, Waajjira Fayyaa godina Arsiifi Shawaa Kibba Lixaa waliin gaggeeffamee jira.
Sagantaa kana irratti gamaggamni bu'aawwan raawwii hojii waliigalaa waggoottan shaniifi baatii 10 hojjetamee kan gaggeeffame yoo ta'u, hojiiwwan WMO'n pirojektii kana keessatti hojjechaa ture sekterri fayyaa itti fufuu akka qabus waliif galameera.
Sirna walharkaa fuudhinsaa kana irratti daarikteerri Olaanaan WMO obbo Dajanee Itichaa argamuun hojiiwwan WMO guutuu Oromiyaatti hojjechaa jiru hirmaattotaaf kan ibsan yoo ta'u, hojiin qindoominaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa, Waajjira Fayyaa godina Arsiifi Shawaa Kibba Lixaa waliin hojjetameef beekkamtiin kennamee jira.
Tokkummaan Misoomaaf See less | 980 |
| 3 | Matn yo'q... | 1 212 |
| 4 | Matn yo'q... | 2 499 |
| 5 | Matn yo'q... | 2 469 |
| 6 | Adoolleessa 2018 ALI
Harargee Bahaa, Maayaa
Pirojektoota manneen barnoota Ifa Boruu Biiroo Barnoota Oromiyaa Waldaan Misooma Oromiyaa ijaaraa jiru keessaa, Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Maayaa yeroo qabameefi qulqullinaa olaanaadhaan xumuruun wal harkaa fuudhinsa jalqabaa taasifnee jirra.
Walharkaa fuudhinsa kanarratti daarikteerri ijaarsaafi suphaa manneen barnootaa Biiroo Barnoota Oromiyaa, ogeessonni Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa, ogeessota korporeeshinii Injineriingii Oromiyaa, I/A kantiibaa magaalaa Maayaa, Ittigaafatamaan biiroo Barnoota magaalaa Maayaafi keessummoonni biroo Kan argaman yoo ta'u, pirojektii WMO'n qulqullinaafi yeroo qabameef keessatti xumureef dinqisiifannaa qaban ibsaniiru.
WMO'n hojiin ummata keenyaa kamiyyuu qulqullinaafi ariitiin hojjechuun aantummaa isaa mirkaneessuun kan beekkamu yoo ta'u, Mana barnootaa kana waliin yeroo ammaa godina Harargee Bahaa aanaalee shan keessatti pirojektoota manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa ijaaraa jira. Hojiin ijaarsa manneen barnootaa kanneenii baajeta qabameefi qulqullina olaanaadhaan xumuramanii bara barnoota 2019 tajaajila akka eegalaniif deeggarsiifi hordoffiin walirraa hincinne taasifamaa kan jirudha.
Tokkumman Misoomaaf! | 1 859 |
| 7 | Erga Ariifachiisa!
Bilbili Galata Tsagaa jala badee waan jjruuf karaa telegram isaa hattuun mallaqaa gaafachaa waan jirtuu, maqaa galataan siban mallaqa nama irraa guuraa waan jjranif, hanga bilbiltani mirkanneeffataniti akka mallaqa kamiyyuu hin ergine. ERGA KANAS waliif dabarsa, keessaatu ijoollee barattoota mana barumsaa bultii addaa WMO turtan erga kana waliid dhaama! | 3 488 |
| 8 | ✅Oromia Development Association (ODA) New Vacancy
1.Junior Project Accountant
➲Accounting, Finance and Accounting, and related fields
Basic monthly salary – ETB. 27,116.00
2.Senior Regional Project Accountant
➲Accounting, finance and accounting, Financial management, Business, Economics management/Administration, and related;
Basic monthly salary – ETB. 51,784.00
For full job description visit 👉
https://oromiajobs.com/profile/oroda | 3 277 |
| 9 | ODA Head office vacant position.pdf | 2 609 |
| 10 | Gita hojii Banaa!
WMO olaanaaf, Finfinnee!
Ogeessoota Faayinansii ulaagaa guutaan dorgommaa, waliif share godha! ,Carraa Gaarii! PDF Beeksisa kana telegram keenya irra argatu!
https://t.me/odawmo | 2 501 |
| 11 | ODA Accountat Vaccant new 26.pdf | 152 |
| 12 | Matn yo'q... | 3 718 |
| 13 | Matn yo'q... | 1 827 |
| 14 | Adoolleessa 2026/2018
GUJII ADOOLAA
Projeektii ODA GGE UNICEF Finland Funded!
2026_2028
Waldaan misooma Oromiyaa dhaabbata ‘Geneva Global Ethiopia’ fi UNICEF(ODA-GGE-UNICEF-Finland Funded Project) waliin ta’uun deeggarsa mootummaa biyya Fiinlaand irraa argateen pirojektii “Increasing Access To Protective And Inclusive Learning Opportunities For Crisis-Affected Children”jedhuun godina Gujii aanaalee sadi(Sabbaa Boruu, Girjaa fi Aagaa Waayyuu) keessatti manneen barnootaa soddomii sadi(33) irratti daa’imman sababa gara garaatiin mana barumsaatiin ala turan kuma tokkoo fi dhibba sadii fi saddeettamii jaha(1386) ta’an barnoota saffisaa ALP(accelerated learning program) jedhamuun ijoollee dhibba afurii fi shantama(450) sagantaa ASR(Accelerated school readiness) jedhamuun barsiisaa jira. Walumaa galatti pirojektiin kun daa'imman 1836 kallattiin mana barumsaa keessatti deeggarsa taasisaa jira. Yeroo ammaa kana ijoolleen ALP gulantaa lammaffaa kan jalqaban yoo ta'u, ijoollee ASR torbee barnootaa tokkoffaa xumuruun torbee lammaffaa keessa jiru. Barattoota kanneenif meeshaalee galtee barnootaa kan akka dabtara 28,000, boorsaa 2,800, teessoo barattootaa 526, teessoo barsiisotaa 18, lockable file kabinet 3, qalama 10,000 olii fi kkf baasii qarshii mil. 14 olitti tilmaamamuun meeshaalee kanniin gara godinaa, gara aanaa fi gara manneen barnootaa dhaqqabsiisuu eegalee jira. Dabalataanis, pirojektichi carraa hojii yoo xiqqaate nama 68f godinicha keessatti carraa hojii uumuu danda’ee jira. Baruu barsiisuu cinaatti, hojii eegumsaa fi kunuunsa daa’immanii (child protection) irrattis daa’imman sababa gara garaatiin rakkolee hawaas-diinagdee gara garaatiif saaxilaman adda baasuun hojiitti seenee jira. Gama biraatiin pirojektichi dandeettii hojii raawwachiisummaa cimsuuf leenjiiwwan gara garaa haala mijeessitoota sagantichaaf, sooshaal warkarootaaf, qindeessitoota pirojektichaa sadarkaan jiranii fi qaamolee dhimmi ilaallatuuf kennaa jira. Pirojektichi waggoottan lamaan dhufan kana keessatti faaciliitii manneen barnootaa guutuu, suphaawwan adda addaa fi miidhaawwan koorniyaa bu’uureffatan hirdhisuuf hubannoo uumuu keessatti qooda guddaa kan fudhatu ta’a.
Tokkummaan Misoomaaf
Dhalootni hundi!
Biiroo Barnootaa Oromiyaa
Dejene Eticha Ejeta
UNICEF Ethiopia
Geneva Global
Finland | 2 083 |
| 15 | Matn yo'q... | 1 948 |
| 16 | Waxabajjii 2018 ALI
Eebbaa Daree Dabalataa
Maqiii!
"Milkaa'iina Barnootaa Naannoo Oromiyaatti argamaa jiru galmaan keessatti gaheen Waldaa Misooma Oromiyaa guddaadha" jedhan, kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Maqii Injinar Dilboo Urgeessaa
Godina Shawaa Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Maqiitti,ijaarsi daree dabalataa mana Barnoota Yaadannoo Abarraash sadarkaa 1ffaa Qarshii Miliyoona 4oliin buusii Waldaa Misooma Oromiyaa damee Maqiitiin ijaarramaa ture eebifame.
Sagantichaa irratti keessummaa kabajaa ta'un kan argaman I/G WMO Godina Shawaa Obbo Tashooma Gizaaw bakka rakkoon mudateet WMO'n dhaqaboo uummataa waan ta'eef hawaasni Waldaa isa Akka cimsatu dhaaman.
Hojiileen gama waldaa kanaan hojjetamaa jiru daran cimsuun misooma barbaadame galmaan gahuuf yaa'iin waliigalaa kan gaggeeffame yoo ta'u,gabaasni gama waliitti qaba KHR damee waldichaa Obbo Kaawoo Shandheetin yaa'ii waliigalaatiif dhiyyeeffamee hojii gara fuuladuraa milkeessuuf buusiin bara 2019 miseensotaan mirkanaa'eera.
Kana malees imaanaa waldaa Misooma Oromiyaa galmaan gahuu keessatti gaheen barattoota shamarranii guddaa ta'uu isaatiin barnoota isaanitiin qabxii olaanaa fidaniif maatii isaaniitiif badhaasni Gaabii 'Award' taasifameet jira.
Tokkuummaan Misoomaaf!
Maddi WMO Shawaa Bahaa! | 1 570 |
| 17 | Matn yo'q... | 2 121 |
| 18 | Adoolleessa 03/2026
Adaamaa
Qormaata Biyyaalessaaf Qophii!!
Barattoonni Mana Barumsa Bultii Addaa WMO damee Adaamaa Qormaata Biyyaalessaaf qophii isaani xumurani jiru.
Daarikteerri olaanan WMO guyyaa hardha Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO damee Adaamaatti argamuun barattootaaf gorsa haala qormaata kennun ofiiti amanamummaan akka hojjatanif seenaa haaraa akka galmeessan abdii qaban ibsani jiru.
Carraa Gaarii! QORMAATA GAARII! | 1 702 |
| 19 | Matn yo'q... | 2 770 |
| 20 | Matn yo'q... | 2 274 |
