ar
Feedback
Oromia Development Association ODA

Oromia Development Association ODA

الذهاب إلى القناة على Telegram

ODA/WMO

إظهار المزيد
8 004
المشتركون
-424 ساعات
-607 أيام
+14330 أيام

جاري تحميل البيانات...

جذب المشتركين
يوليو '26
يوليو '26
+306
في 1 قنوات
يونيو '26
+20
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '26
+16
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+81
في 1 قنوات
Get PRO
مارس '26
+195
في 2 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+114
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '26
+45
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+73
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+39
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+64
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+556
في 2 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+140
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+52
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+40
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '25
+32
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+42
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+45
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+41
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+63
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+100
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+136
في 2 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+174
في 2 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+1 983
في 20 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+720
في 4 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+557
في 2 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+639
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+457
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+527
في 2 قنوات
Get PRO
مارس '24
+489
في 1 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+365
في 3 قنوات
Get PRO
يناير '24
+307
في 2 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+284
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+90
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+234
في 5 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+662
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+167
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+153
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+161
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+65
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '23
+58
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '23
+51
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '23
+59
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '23
+241
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '22
+119
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '22
+49
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '22
+229
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '22
+308
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '22
+23
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '22
+28
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '22
+22
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '22
+29
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '22
+11
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '22
+19
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '22
+11
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '22
+16
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '21
+33
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '21
+312
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '21
+105
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '21
+33
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '21
+11
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '21
+22
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '21
+13
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '21
+10
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '21
+14
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '21
+658
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
22 يوليو0
21 يوليو+2
20 يوليو+1
19 يوليو0
18 يوليو+1
17 يوليو0
16 يوليو0
15 يوليو+1
14 يوليو+4
13 يوليو+5
12 يوليو+2
11 يوليو+3
10 يوليو+9
09 يوليو+59
08 يوليو+209
07 يوليو0
06 يوليو+1
05 يوليو0
04 يوليو+2
03 يوليو+3
02 يوليو+2
01 يوليو+2
منشورات القناة
photo content
+2

2
+9
لا يوجد نص...
1 056
3
Adoolleessa 2018 ALI Harargee Bahaa, Maayaa Pirojektoota manneen barnoota Ifa Boruu Biiroo Barnoota Oromiyaa Waldaan Misooma Oromiyaa ijaaraa jiru keessaa, Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Maayaa yeroo qabameefi qulqullinaa olaanaadhaan xumuruun wal harkaa fuudhinsa jalqabaa taasifnee jirra. Walharkaa fuudhinsa kanarratti daarikteerri ijaarsaafi suphaa manneen barnootaa Biiroo Barnoota Oromiyaa, ogeessonni Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa, ogeessota korporeeshinii Injineriingii Oromiyaa, I/A kantiibaa magaalaa Maayaa, Ittigaafatamaan biiroo Barnoota magaalaa Maayaafi keessummoonni biroo Kan argaman yoo ta'u, pirojektii WMO'n qulqullinaafi yeroo qabameef keessatti xumureef dinqisiifannaa qaban ibsaniiru. WMO'n hojiin ummata keenyaa kamiyyuu qulqullinaafi ariitiin hojjechuun aantummaa isaa mirkaneessuun kan beekkamu yoo ta'u, Mana barnootaa kana waliin yeroo ammaa godina Harargee Bahaa aanaalee shan keessatti pirojektoota manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa ijaaraa jira. Hojiin ijaarsa manneen barnootaa kanneenii baajeta qabameefi qulqullina olaanaadhaan xumuramanii bara barnoota 2019 tajaajila akka eegalaniif deeggarsiifi hordoffiin walirraa hincinne taasifamaa kan jirudha. Tokkumman Misoomaaf!
988
4
Erga Ariifachiisa! Bilbili Galata Tsagaa jala badee waan jjruuf karaa telegram isaa hattuun mallaqaa gaafachaa waan jirtuu, maqaa galataan siban mallaqa nama irraa guuraa waan jjranif, hanga bilbiltani mirkanneeffataniti akka mallaqa kamiyyuu hin ergine. ERGA KANAS waliif dabarsa, keessaatu ijoollee barattoota mana barumsaa bultii addaa WMO turtan erga kana waliid dhaama!
2 982
5
✅Oromia Development Association (ODA) New Vacancy 1.Junior Project Accountant ➲Accounting, Finance and Accounting, and relate
✅Oromia Development Association (ODA) New Vacancy 1.Junior Project Accountant ➲Accounting, Finance and Accounting, and related fields Basic monthly salary – ETB. 27,116.00 2.Senior Regional Project Accountant ➲Accounting, finance and accounting, Financial management, Business, Economics management/Administration, and related; Basic monthly salary – ETB. 51,784.00 For full job description visit 👉 https://oromiajobs.com/profile/oroda
2 960
6
ODA Head office vacant position.pdf
2 427
7
Gita hojii Banaa! WMO olaanaaf, Finfinnee! Ogeessoota Faayinansii ulaagaa guutaan dorgommaa, waliif share godha! ,Carraa Gaarii! PDF Beeksisa kana telegram keenya irra argatu! https://t.me/odawmo
2 324
8
ODA Accountat Vaccant new 26.pdf
152
9
+9
لا يوجد نص...
3 499
10
لا يوجد نص...
1 827
11
Adoolleessa 2026/2018 GUJII ADOOLAA Projeektii ODA GGE UNICEF Finland Funded! 2026_2028 Waldaan misooma Oromiyaa dhaabbata ‘Geneva Global Ethiopia’ fi UNICEF(ODA-GGE-UNICEF-Finland Funded Project) waliin ta’uun deeggarsa mootummaa biyya Fiinlaand irraa argateen pirojektii “Increasing Access To Protective And Inclusive Learning Opportunities For Crisis-Affected Children”jedhuun godina Gujii aanaalee sadi(Sabbaa Boruu, Girjaa fi Aagaa Waayyuu) keessatti manneen barnootaa soddomii sadi(33) irratti daa’imman sababa gara garaatiin mana barumsaatiin ala turan kuma tokkoo fi dhibba sadii fi saddeettamii jaha(1386) ta’an barnoota saffisaa ALP(accelerated learning program) jedhamuun ijoollee dhibba afurii fi shantama(450) sagantaa ASR(Accelerated school readiness) jedhamuun barsiisaa jira. Walumaa galatti pirojektiin kun daa'imman 1836 kallattiin mana barumsaa keessatti deeggarsa taasisaa jira. Yeroo ammaa kana ijoolleen ALP gulantaa lammaffaa kan jalqaban yoo ta'u, ijoollee ASR torbee barnootaa tokkoffaa xumuruun torbee lammaffaa keessa jiru. Barattoota kanneenif meeshaalee galtee barnootaa kan akka dabtara 28,000, boorsaa 2,800, teessoo barattootaa 526, teessoo barsiisotaa 18, lockable file kabinet 3, qalama 10,000 olii fi kkf baasii qarshii mil. 14 olitti tilmaamamuun meeshaalee kanniin gara godinaa, gara aanaa fi gara manneen barnootaa dhaqqabsiisuu eegalee jira. Dabalataanis, pirojektichi carraa hojii yoo xiqqaate nama 68f godinicha keessatti carraa hojii uumuu danda’ee jira. Baruu barsiisuu cinaatti, hojii eegumsaa fi kunuunsa daa’immanii (child protection) irrattis daa’imman sababa gara garaatiin rakkolee hawaas-diinagdee gara garaatiif saaxilaman adda baasuun hojiitti seenee jira. Gama biraatiin pirojektichi dandeettii hojii raawwachiisummaa cimsuuf leenjiiwwan gara garaa haala mijeessitoota sagantichaaf, sooshaal warkarootaaf, qindeessitoota pirojektichaa sadarkaan jiranii fi qaamolee dhimmi ilaallatuuf kennaa jira. Pirojektichi waggoottan lamaan dhufan kana keessatti faaciliitii manneen barnootaa guutuu, suphaawwan adda addaa fi miidhaawwan koorniyaa bu’uureffatan hirdhisuuf hubannoo uumuu keessatti qooda guddaa kan fudhatu ta’a. Tokkummaan Misoomaaf Dhalootni hundi! Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dejene Eticha Ejeta UNICEF Ethiopia Geneva Global Finland
2 083
12
+7
لا يوجد نص...
1 948
13
Waxabajjii 2018 ALI Eebbaa Daree Dabalataa Maqiii! "Milkaa'iina Barnootaa Naannoo Oromiyaatti argamaa jiru galmaan keessatti gaheen Waldaa Misooma Oromiyaa guddaadha" jedhan, kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Maqii Injinar Dilboo Urgeessaa Godina Shawaa Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Maqiitti,ijaarsi daree dabalataa mana Barnoota Yaadannoo Abarraash sadarkaa 1ffaa Qarshii Miliyoona 4oliin buusii Waldaa Misooma Oromiyaa damee Maqiitiin ijaarramaa ture eebifame. Sagantichaa irratti keessummaa kabajaa ta'un kan argaman I/G WMO Godina Shawaa Obbo Tashooma Gizaaw bakka rakkoon mudateet WMO'n dhaqaboo uummataa waan ta'eef hawaasni Waldaa isa Akka cimsatu dhaaman. Hojiileen gama waldaa kanaan hojjetamaa jiru daran cimsuun misooma barbaadame galmaan gahuuf yaa'iin waliigalaa kan gaggeeffame yoo ta'u,gabaasni gama waliitti qaba KHR damee waldichaa Obbo Kaawoo Shandheetin yaa'ii waliigalaatiif dhiyyeeffamee hojii gara fuuladuraa milkeessuuf buusiin bara 2019 miseensotaan mirkanaa'eera. Kana malees imaanaa waldaa Misooma Oromiyaa galmaan gahuu keessatti gaheen barattoota shamarranii guddaa ta'uu isaatiin barnoota isaanitiin qabxii olaanaa fidaniif maatii isaaniitiif badhaasni Gaabii 'Award' taasifameet jira. Tokkuummaan Misoomaaf! Maddi WMO Shawaa Bahaa!
1 570
14
+6
لا يوجد نص...
2 121
15
Adoolleessa 03/2026 Adaamaa Qormaata Biyyaalessaaf Qophii!! Barattoonni Mana Barumsa Bultii Addaa WMO damee Adaamaa Qormaata Biyyaalessaaf qophii isaani xumurani jiru. Daarikteerri olaanan WMO guyyaa hardha Mana Barumsaa Bultii Addaa WMO damee Adaamaatti argamuun barattootaaf gorsa haala qormaata kennun ofiiti amanamummaan akka hojjatanif seenaa haaraa akka galmeessan abdii qaban ibsani jiru. Carraa Gaarii! QORMAATA GAARII!
1 702
16
+7
لا يوجد نص...
2 770
17
+9
لا يوجد نص...
2 274
18
لا يوجد نص...
1 658
19
Baga gammaddan🎉 የኦሮሚያ ልማት ማህበር (ኦልማ) ልዩ አዳሪ ትምህርት ቤት ተማሪ የነበሩ 25 ዶክተሮች በዛሬው ዕለት ከሀረማያ እና ከጅማ ዩኒቨርስቲ በከፍተኛ ማዕረግ ተመርቀዋል። Barattoota Mana Barumsa Bultii Addaa WMO duraanii, hakiimota guyyaa har'aa Yuunivarsiitii Haramayaafi Jimmaa irraa eebbifamtan: 1. Dr. Alamsaggad Habtaamuu 2. Dr. Ashannaafii Baqqalaa 3. Dr. Awwal Umar 4. Dr. Ayyaanaa Caalii 5. Dr. Bamlak Getaachew 6. Dr. Badhaasoo Huseen 7. Dr. Cimdeessaa Taayyee 8. Dr. Dassaalenyi Bilee 9. Dr. Dinquu Humnee 10. Dr. Fayyeeraa Daraaraa 11. Dr. Firaa'ol Laggasaa 12. Dr. Gaarradaa Guddataa 13. Dr. Geetuu Alamaayyoo 14. Dr. Jamaal Usheetaa 15. Dr. Qananii Solomoon 16. Dr. Magarsaa Tashoomaa 17. Dr. Margaa Alamuu 18. Dr. Mootii Dhugumaa 19. Dr. Mootii Shimallis 20. Dr. Mulgeetaa Hayiluu 21. Dr. Roozaa Jundii 22. Dr. Sabilee Asmaraa 23. Dr. Sayid Ayyaanoo 24. Dr. Sumeyyaa Huseen 25. Dr. Yisihaaq Dirribaa Baga gammaddan. Baga imala keessan milkiin goolabdanii, guyyaa firii dhamaatii waggoota hedduu itti agartan geessan! Yeroon kun, yeroo barataarraa gara addunyaa hojiitti, yeroo uummata isin barsiisee tajaajiluuf caalmaatti hojjechuuf qophooftan ta'uu gamanumaan isin yaadachiisuun, addunyaa hojii keessatti akka milkooftan hawwiikoo isiniif ibsuun barbaada. Waldaan Misooma Oromiyaa imaanaa ummata Oromoo fudhattan, cichoominaaniifi naamusaa gaariin raawwachuu keessaniif gammachuu guddaa isiniif qabu ibsaa, ogummaa barattaniin biyyaafi ummata keessan naamusaafi amanamummaan akka tajaajiltan imaanaa isiniin jechuu barbaada. Bu'aan kun akka argamuuf, deeggarsa hin sissinoofne ummanni keenya taasisuun cinaatti, shoora olaanaa kan bahattan, Boordiin WMO, hoggansiifi miseensonni WMO, barsiisonni Mana barnoota Bultii Addaa, maatiifi qooda fudhattoonni hundi baga gammaddan. Baga gammanne! Tokkummaan Misoomaaf!
2 193
20
+5
لا يوجد نص...
2 159