🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
Kanalga Telegram’da o‘tish
«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB👇 like follow gochuuf https://www.facebook.com/keyralumma Page Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf https://youtu.be/N18nEwEcoZY Yaadaaf @Keyralumma_bot
Ko'proq ko'rsatish5 762
Obunachilar
-524 soatlar
-407 kun
-12630 kun
Postlar arxiv
5 762
👌 Ibaadaaf jecha akka uumamte hin dagatin. Sirreessitee isiin dhaabbataa jiraachuu keetiis of herregaa deemi👌.
23 Noy, 14:57
5 762
🌅أذكار الصباح🌅
🌹🌹Start your day with the remembrance of Allah🍀🍀
🍀🍀Guyyaa kee zikrii Rabbiitiin jalqabi🌹🌹🌹.
🍂🍂ابدأ يومك بذكر الله، ودع قلبك يجد السكينة في كلماته، وروحك تجد الراحة في رحمته، وليبدأ يومك ببركات🌾🌾🌾🌹.
من أذكار الصباح 👇👇
🌹اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ الْعَفْوَ وَالْعَافِيَةَ فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ🌹
21 Noy, 23:07
5 762
✍️Maasiyaan balaa akkasii namatti fiddi👇
👉Argaa qalbii jaamsiti
👉Ifa isiidhaa balleessiti
👉Daandii ilmii cufti
👉Lubbuu namichaa salphisti
👉Boiji'amaa shayixaanaa akkasuma hidhamaa fedhiisaa gooti
👉Qalbiim akkuma rabbirraa fagaattuun balaan isiitti ariifata
👉Kabajaa fi jaalala inni khaaliqaaf makhluuqa irraa qabu kuffisti
👉Maqaa faaruu fi kabajaa irraa fuutee maqaa fokkataa itti uffisti
👉Aqlii namaa hir'isti
👌Dhukkubni qalbii fedhii ishee hordofuudha dawaan isheemmoo fedhii lubbuu faallessuudha👌.
🌱Kanaaf inshaa Allah lubbuu keenya faallessuu yoo masiyaan nutti argamemmoo tawbaan gara isaa deebiu qabna🍂
🍂Yaa rabbi gosa maasiyaa hundarraa nu tiksi🍂
21 Noy, 12:27
5 762
🌅لا تنسوا أذكار الصباح 🌷
🍀Zikrii ganamaa hin dagatinaa 🌅
سبحان الله وبحمده (100×)
🌹Namni yeroo ganamaa ykn galgalaa zikrii kana yeroo 100 jedhe guyyaa qiyaamaa namni isa caalee dhufu hin jiru yoo namuma zikrii kana jedhe ykn irra dabale malee (ergamaa rabbii SAW )
20 Noy, 23:07
5 762
https://t.me/kunuuzmultimedia?livestream=b156ca720157cb21e5
Seenaa dhaggeeffadhaa gorsa bareedaadha.
20 Noy, 13:22
20 Noy, ~23:01
5 762
🌷Duaaaii guyyaa jum'aa keessattuu asrii boodaa heddummeessaa🌷
✍️Rabbiin kee ﷻ wantootaa fii haala kee jechoonni ibsuu dadhaban hunda ni arga ni dhagaya. Waan ati namoota akkaan sitti dhihootirraayillee dhoksitu hunda beeka. Isatti dhihaachuu fii haajaa kee abaada isaa fidachuun tasgabbaa'i. Rabbiin ﷻ goonkuma garbicha isarra kaa'atee isatti dhiifate isa hin hoongeeysu isaas hin hadiyyeeysu. Waan si dhiphaa hunda itti himadhu inni dhagahaadha»
Rabbiin SW akkas jedha:
"وَإِذَا سَأَلَكَ عِبَادِي عَنِّي فَإِنِّي قَرِيبٌ ۖ أُجِيبُ دَعْوَةَ الدَّاعِ إِذَا دَعَانِ ۖ فَلْيَسْتَجِيبُوا لِي وَلْيُؤْمِنُوا بِي لَعَلَّهُمْ يَرْشُدُون"
Yeroo gabroonni Kiyya waa'ee Kiyya si gaafatan, Ani dhiyoodha. Kadhaa nama na kadhatuu yeroo inni na kadhatu nan awwaadha. Isaanis ajaja Koo haa fudhatan, Ana irratti haa amanan, akka karaa sirrii argataniif.
20 Noy, 09:08
20 Noy, ~23:36
5 762
✨🌤 عليكم بأذكار الصباح بارك الله فيكم…
فهي نورٌ للصدر، وطمأنينةٌ للقلب، وحفظٌ من كل سوء.
لا تبدأوا يومكم قبل أن تبدأوه بذكر الله… ففيه البركة، وفيه السعادة، وفيه القوة بإذن الله.
✨ “واذكر ربك كثيرًا”
☘️Zikrii ganamaa hin dagatinaa isiin ifa qomaati, tasgabbii qalbiiti, barakaa qabdi sababa hamtuurraa nama tiksuuti, milkiitu keessa jira, humna namaaf taati fedhii rabbiitiin...
🥀Warra rabbiin faarsuu heddummeessuurraa rabbiin nuhaa taasisu🥀
🌿Rabbiin nuyiif isinillee haa waffaqu🌿
🥀وفقنا الله واياكم ☘️
19 Noy, 22:57
5 762
Repost from N/a
✨🌤 عليكم بأذكار الصباح بارك الله فيكم…
فهي نورٌ للصدر، وطمأنينةٌ للقلب، وحفظٌ من كل سوء.
لا تبدأوا يومكم قبل أن تبدأوه بذكر الله… ففيه البركة، وفيه السعادة، وفيه القوة بإذن الله.
✨ “واذكر ربك كثيرًا”
☘️Zikrii ganamaa hin dagatinaa isiin ifa qomaati, tasgabbii qalbiiti, barakaa qabdi sababa hamtuurraa nama tiksuuti, milkiitu keessa jira, humna namaaf taati fedhii rabbiitiin...
🥀Warra rabbiin faarsuu heddummeessuurraa rabbiin nuhaa taasisu🥀
🌿Rabbiin nuyiif isinillee haa waffaqu🌿
🥀وفقنا الله واياكم ☘️
19 Noy, 22:56
19 Noy, ~22:57
5 762
Repost from N/a
✍️Har'i halkan jumu'aati salawaata ergamaa rabbii irratti buusuu haa baayisnu inshaa Allah🌿
🌷اللهم صلى وسلم وبارك على سيدنا و حبيبنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين 🌷
19 Noy, 12:50
5 762
Repost from N/a
🌹Reminder
🌄 Don't forget your evening azkar🌹
☘️Yaadachiisa ☘️
🥀Zikrii galgalaa hin dagatinaa🌄
🌹آيَةُ الْكُرْسِيِّ🌹
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ ۚ لَا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌ ۚ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ ۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۖ وَلَا يَئُودُهُ حِفْظُهُمَا ۚ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ.
19 Noy, 10:19
5 762
Repost from N/a
🌹Reminder
🌄 Don't forget your evening azkar🌹
☘️Yaadachiisa ☘️
🥀Zikrii galgalaa hin dagatinaa🌄
19 Noy, 10:14
19 Noy, ~10:24
5 762
🥀Guyyaatti mindaa nama gabra bilisoomsee argachuu ni barbaadduu?
Kanaafuu zikrii kana yeroo kudhan jedhaa guyyaa guyyaatti.
👌Namni rabbi laaffiseef immoo yeoo 100 haa jedhu sun mindaa nama gabra 10 bilsoomsee argata waan taeef🌾
لَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ.
https://t.me/addiinunasiiha48h
18 Noy, 23:44
5 762
🌄من أذكار المساء
🌿أَمسينا وَأَمسى الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لَا إِلَََٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ🌿
🍀اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ مِنْ خَيْرِ هَذِهِ اللَّيْلَةِ وَخَيْرِ مَا بَعْدَهَا، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ هَذِهِ اللَّيْلَةِ وَشَرِّ مَا بَعْدَهَا🍀
18 Noy, 10:51
5 762
🌿Don't forget your daily zikr 🌿
🍀Zikrii keessan guyyaa guyyaa hin dagatinaa🍀
🌄من أذكار المساء 👇
Zikrii galgalaa irraa👇
🥀بِسْمِ اللَّهِ الَّذِي لَا يَضُرُّ مَعَ اسْمِهِ شَيْءٌ فِي الْأَرْضِ وَلَا فِي السَّمَاءِ، وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ(3×)☘️🥀
https://t.me/addiinunasiiha48h
17 Noy, 10:16
5 762
Repost from N/a
🌅 من أذكار الصباح – Zikrii Ganamaa irraa👇👇
☘️أَصْبَحْنَا وَأَصْبَحَ الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ☘️
16 Noy, 22:26
