5 749
🌹Har'i halkan jumu'aati salawaata haa baayisnu inshaa Allah❤❤
Ergamaan rabbii SAW akkas jedhan 👇👇
مَنْ صَلَّى عَلَيَّ وَاحِدَةً صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ عَشْرَ صَلَوَاتٍ، وَحُطَّتْ عَنْهُ عَشْرُ خَطِيئَاتٍ، وَرُفِعَتْ لَهُ عَشْرُ دَرَجَاتٍ.
🌹Namni salawaata tokko narratti buuse, Rabbiin isa irratti salawaata kudhan buusa, cubbuu isaa kudhan irraa haqa, sadarkaa isaa kudhan ol kaasa🌾🌾
🌹اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ ❤️
26 Nov, 11:49
