fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

🔊KEYRAL-UMMA-TUBE

🔊KEYRAL-UMMA-TUBE

رفتن به کانال در Telegram

«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB👇 like follow gochuuf https://www.facebook.com/keyralumma Page Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf https://youtu.be/N18nEwEcoZY Yaadaaf @Keyralumma_bot

نمایش بیشتر
5 831
مشترکین
-324 ساعت
-277 روز
-5930 روز
آرشیو پست ها
Repost from N/a
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Zikriilee ganamaatiin guyyaa keenya haa eegallu inshaa Allah.
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Zikriilee ganamaatiin guyyaa keenya haa eegallu inshaa Allah.

Join

Allaah subhaanahu wa ta'aalaa, ajaayiba wallaahii! Sheekni tokko akkas jedha: "Guyyaa tokko osoon masjiida taa'uu mucaan xiqqaan tokko dhufee, 'Ustaaz, kaatii kottu, dhimma guddaadhaaf barbaadamta' naan jedhe. Anis ka'een gurbaa kana hordofe. Yeroma kana jaartiin waggaa 50 olii ulaa irra dhaabattee na eegdi turte. Akkas jettees na gaafatte: 'Jabaadhu, kottii mee mucaa koo, na jalaa dhukkubsattuu dhaqxee itti naaf qara'aa' naan jette. Eeyyee haa ta'u jedheen dhaqe. Yeroo kana mucattiin sakaraa (du'aa) keessa jirti. Anis sakaraa keessaa jiraachuu ishee hubadheen shahaadaa jedhiin jedheen. Isiin garuu diddee akkas jette: 《Bishaan, bishaan! Qoonqoo koo irraa natti ulfaataa jira》jetti. Wallaahii, hundarra kan na ajaayibe, 'Qubsumakoo jahannam argaa jira; maal manni akkas fokkisu! Maal manni akkas jabaatu!' jettee biyya adduniyaa kana gadi dhiifte. Anis rifadhee maatii ishee, 'Isiin yeroo biyya adduniyaa kana irra jirtu maaliin hojjetti turte?' jedhee gaafadhe. Maatiin isiis akkas naan jedhan: 《Biyya duniyaa irra yeroo turte muuziqaadhaan halkan guyyaa fi ganama yeroo ishee dabarsiti turte; muuziqaa akkaan jaallatti turte》naan jedhan" jedha sheekni. ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Subhaanallaah! Yaa obboleettii fi obboleessa koo, kan gurri kee muuziqaa malee Qur'aana qara'uun sitti ulfaatu, maaliif laata? Muuziqaa caalchifachuun kee du'a si oolchuu danda'aa? Moo jireenya itti siif dabala? ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Akkanin siin jedhu, mee rabbuuma keetiif yeroo kee xiqqoo of qabiif! Hanga muuziqaadhaan yeroo kee gubduu sana, yeroo kee Rabbiif kenni." https://t.me/keyralumma

Assalamu'alayikum warahmatuĺlaahi wabarakaatuhuu 👌A gentle reminder👇🌹 Har'i halkan jumu'aati salawaata buusuu haa baay'isnu inshaa Allah nama salaawaata tokko narratti buuse rabbimmoo kudhan isarratti buusa jedhan ergamaan rabbii SAW. 🌹اللهم  صلى و بارك على محمد وعلى آل محمد كما صليت  وباركت على إبراهيم وعلى آل ابراهيم إنك حميد مجيد 🌹

HB: Guyyaa borii kan jedhuuf kaleessa waan maxxanfameefi kanaaf sagantaan deeggarsaa guyyaa har'aa ta'a jechuudha.

📮Notice 📌Campaignii deeggarsaa guddaa guyyaa borii(Roobii) 20/12/2018 waan qabnuuf hundi keenya worri as keessa jirru akka
📮Notice 📌Campaignii deeggarsaa guddaa guyyaa borii(Roobii) 20/12/2018 waan qabnuuf hundi keenya worri as keessa jirru akka irratti hirmaannee waan rabbiin nuuf laaffise gumaachinu. 📌Nama birootis add godhaa linkii armaan gadii kanaan baarakallaahu fiikum 📌 wonti shakkitan takkas jiraachuu hin qabu, namoonni kunniin gazzaa irraa dhufan, asiis majlisarraa hayyama qabu. Namoota garee isaanii kan achi jiran wojjiin hojjatu, waan asii argatan jaratti erganii, jarri ammoo ummataaf raabsu. Kanaaf obboloota koo isaanis rabbii gaditti numa qabu waan ta’eef bira haa dhaabbannuu, kaleessa ummanni(Abboonni) keenya sahaabota Rasuula rabbii, ijoollee fi haadha manaa isaanii fa'aa simatanii deeggaranii turan. Nutis isaanitti hidhachuu qabna. 👇👇👇 https://t.me/+6yI6xokucRQwNzdk https://t.me/+6yI6xokucRQwNzdk

✍️Rabii'i Al-Awwal 12ffaa Guyyaa  Nabiyyiin (saw) gara Aakhiraa deeman. Musiibaan guddaan addunyaa mudate. Aduun Guyyaa Sahaabotatti dukkanaa'e ture; Garuu gariin namaa kabajuuf qophii hunda xumuree jira?! 🤔Yaa subhaanallaah!  Rabbiin nama sunnaaf bid'aa adda baasee beekee sunnaatti hojjatee ittiin milkaau nuhaa godhu🤲

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Liinkii asii gadiitiin group kanatti makamuun muslimoota gazzaa hamma dandeenyuun haa gargaarru inshaa Allah. 👇👇👇👇 https://t.me/+rYzEFGzKDXViY2Rk

Sabaabni jireenya dhiphinaa kan ilmaan namaa keessa jiraatuuf maali? Akkasumas karaan keessaa ba'an maali? ​Deebiin isaatis Kitaba Rabbii jecha Isaa isa olta'aa keessatti argama: فمن اتبع هداي فلا يضلُ ولا يشقى • ومن أعرض عن ذكري فإن له معيشة ضنكا﴾
​«Namni qajeelcha koo hordofe hin jallatu, hin cinqamus. Warra gorsa koo irraa garagale immoo dhugumatti jireenya dhiphinaatu isaaniif jira.»
​Kanaafuu furmaanni tokkichi gara Kitaaba Rabbii deebi'uu fi sheria (seera) Rabbii hojii irra oolchuudha... Sababni isaas, isa keessa sirna jireenyaa kan Uumaan uumamaa namootaaf jaallatetu jira..

الجميع ينتظر منك الخطأ ، إلا الله ينتظر منك التوبة أكثرو من الإستغفار. Hundi namaatuu dogongora kee qofa eega .. rabbiin malee . Inni (tawbaa dhaan )gama isaa akka deebituuf si eega. Atimmoo maal eegda ?.....

- قالَ الحسن البصري رَحمهُ الله ؛ • العمَل بِالحسَنة ؛ ١ ) - نورٌ في القلبِ ٢ ) - وقوةٌ في البَدَن • والعمَل بالسَّيئة ؛ ١ ) - ظُلمَةٌ في القلبِ ٢ ) - ووَهنٌ في البَدَن - التوبة لـ ابن أبي الدنيا ص: ١٤١ | -🍁🌸 Hasan Al-Basriin (Rabiin isaaniif haa araaramuu) akkana jedhan: ​• Hoojii Gaarii (Hojjechuun): ​ifa onneeti (Onnee ibsa) ​humna qaamaati (Qaama cimsa) ​• Dilli/Yakkiykn Hoojii Badaa (Hojjechuun): ​Onnee keessatti dukkana (Onnee dukkaneessa) ​Qaama keessatti dadhabinaa fi laafina (Qaama laaffisa) ​📚 Madda: Kitaaba "At-Tawbah" kan Ibn Abii Ad-Dunyaa (Fuula: 141) 🍁🌸 https://t.me/keyralumma

🌹السلام عليكم ورحمة الله وبركاته🌹 ✍️Har'i halkan jumu'aati ergamaa rabbii irratti salawaata buusuu hin dagatinaa baarakallaahu fiikum. 🥀Ergamaan rabbii SAW akkas jedhan:"halkan jumu'aatiifi guyyaa jumu'aa salaawaata narratti buusuu heddummeessaa namni salawaata tokko narratti buuse rabbimmoo kudhan isarratti buusa " jedhan🥀. اللهم صلى على سيدنا محمد وعلى آل محمد كما صليت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم وبارك على محمد وعلى آل محمد كما باركت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد. https://t.me/keyralumma

photo content

Assalamu'alayikum warahmatuĺlaahi wabarakaatuhuu Har'i halkan jumu'aati 👌 🌹صلو على نبينا حبيبنا محمد 🌹 🥀صلى الله عليه وسلم تسليما كثيرا 🥀

Assalamu'alayikum warahmatuĺlaahi wabarakaatuhuu gaaffii kana yaalaa? # Namni arkaana salaataa keessaa waan tokko dagate maal gochuu qaba?
Anonymous voting

As wr wb sagantaa daawaati seenaa dhaggeeffadhaa! Link kanaàn seenaa👇👇👇 https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream=b3ea973b5dcf74bb46

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Har'i halkan jumu'aati ergamaa rabbii irratti salawaata buusuu hin dagatinaa baarakallaahu fiikum👌 Ergamaan rabbii SAW akkas jedhan:"halkan jumu'aatiifi guyyaa jumu'aa salaawaata narratti buusuu heddummeessaa namni salawaata tokko narratti buuse rabbimmoo kudhan isarratti buusa " jedhan. Sahiiha Bukhaarii 6488. اللهم صلى على سيدنا محمد وعلى آل محمد كما صليت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم وبارك على محمد وعلى آل محمد كما باركت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد. https://t.me/keyralumma

🌴JUM'AA🌴👇 وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي ) Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan. اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،