🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
Открыть в Telegram
«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB👇 like follow gochuuf https://www.facebook.com/keyralumma Page Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf https://youtu.be/N18nEwEcoZY Yaadaaf @Keyralumma_bot
Больше5 789
Подписчики
-724 часа
-487 дней
-10030 дней
Архив постов
5 786
Repost from N/a
✍️Har'i halkan jumu'aati salawaata ergamaa rabbii irratti buusuu haa baayisnu inshaa Allah🌿
🌷اللهم صلى وسلم وبارك على سيدنا و حبيبنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين 🌷
19 нояб., 12:50
5 786
Repost from N/a
🌹Reminder
🌄 Don't forget your evening azkar🌹
☘️Yaadachiisa ☘️
🥀Zikrii galgalaa hin dagatinaa🌄
🌹آيَةُ الْكُرْسِيِّ🌹
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ ۚ لَا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلَا نَوْمٌ ۚ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ ۚ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ ۖ وَلَا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ ۚ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۖ وَلَا يَئُودُهُ حِفْظُهُمَا ۚ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ.
19 нояб., 10:19
5 786
Repost from N/a
🌹Reminder
🌄 Don't forget your evening azkar🌹
☘️Yaadachiisa ☘️
🥀Zikrii galgalaa hin dagatinaa🌄
19 нояб., 10:14
19 нояб., ~10:24
5 786
🥀Guyyaatti mindaa nama gabra bilisoomsee argachuu ni barbaadduu?
Kanaafuu zikrii kana yeroo kudhan jedhaa guyyaa guyyaatti.
👌Namni rabbi laaffiseef immoo yeoo 100 haa jedhu sun mindaa nama gabra 10 bilsoomsee argata waan taeef🌾
لَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ.
https://t.me/addiinunasiiha48h
18 нояб., 23:44
5 786
🌄من أذكار المساء
🌿أَمسينا وَأَمسى الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لَا إِلَََٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ🌿
🍀اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ مِنْ خَيْرِ هَذِهِ اللَّيْلَةِ وَخَيْرِ مَا بَعْدَهَا، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ هَذِهِ اللَّيْلَةِ وَشَرِّ مَا بَعْدَهَا🍀
18 нояб., 10:51
5 786
🌿Don't forget your daily zikr 🌿
🍀Zikrii keessan guyyaa guyyaa hin dagatinaa🍀
🌄من أذكار المساء 👇
Zikrii galgalaa irraa👇
🥀بِسْمِ اللَّهِ الَّذِي لَا يَضُرُّ مَعَ اسْمِهِ شَيْءٌ فِي الْأَرْضِ وَلَا فِي السَّمَاءِ، وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ(3×)☘️🥀
https://t.me/addiinunasiiha48h
17 нояб., 10:16
5 786
Repost from N/a
🌅 من أذكار الصباح – Zikrii Ganamaa irraa👇👇
☘️أَصْبَحْنَا وَأَصْبَحَ الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ☘️
16 нояб., 22:26
5 786
✍️Hamtuu nama tuffachuun qabdu 👇👇
قال النبي صلى الله عليه وسلم: "بحسب امرئ من الشر ان يحقر أخاه مسلم" رواه مسلم
Ergamaan rabbii SAW akkas jedhan: "nama tokkoof sharriirraa isaaf gahaadha; obboleessa isaa muslimaa tuffachuun"
Akkasuma hadiisa biraa keessatti akkas jechuum dubbatan ergamaan rabbii SAW:
"لا يدخل الجنة من كان في قلبه مثقال ذرة من كبر"
"namni boonni hanga firii xiqqoo qalbiisaa keessa jiru jannata hin seenu jechuun yoo dubbatan; sahaabonni boonni maal akka tae irra yeroo gaafatan akkas jechuun deebisaniif:
👌Boona jechuun haqa diduu fi nama tuffachuudha "jedhan👌
🥀Ayibii namarra barbaaduu nama tuffachuurraa of qusachuu qabna Inshaa Allah rabbiin sharrii fi gosa isii hundarraa nuhaa tiksu🤲.
https://t.me/addiinunasiiha48h
16 нояб., 12:20
5 786
من أذكار الصباح...🌅
☘️رضيت باالله ربا، وبالإسلام دينا وبمحمد صلى الله عليه وسلم نبيا ورسولا(3×) ☘️
https://t.me/addiinunasiiha48h
15 нояб., 22:38
5 786
✍️Hamtuu haasiddumaan ( waanyoon) qabdu👇
قال النبي صلى الله عليه: "إياكم والحسد، فأن الحسد يأكل الحسنات كما تأكل النار الحطب " رواه أبو داود
"Haasidummaarraa of eegaa, haasidummaan akka ibiddi qoraan gogaa nyaatutti hasanaa(toltuu)namaa nyaata"
https://t.me/addiinunasiiha48h
15 нояб., 11:13
5 786
Repost from N/a
Alhamdulillah baga si qabaanne yaa gaffaar namni maasiyaan itti baay'atee rabbi naaf dhiisaa laata jedhee yaaddauutti jiru hundaaf rabbiin keenya akkas jechuun garbootasaa jajjabeessaa jira👇👇
" jedhiin yaa garboottan kiyya warri lubbuu isaanii irratti daangaa darban (maasiyaadhaan), abdii hin kutinaa rahmata rabbiirraa,☘️ dhugumatti rabbiin badii hunda araaramaadha.; Inni dhiisaa fi akkaan mararfataa (rahmata qabeessa)".
✍️Kanaaf badii kamiinuu rabbiin keenya dhiisaadha garasaa haa deebinu🥀.
🥀نستغفرك من جميع الذنوب والخطايا ونتوب إليك🌷
15 нояб., 04:46
5 786
Repost from N/a
أذكار الصباح....🌅
☘️ لا تنسوا أذكاركم اليومية، وابدؤوا يومكم بذكر الله.☘️
🌾Don't forget your daily Dhikr. Start your day by remembering Allah🌾
🌾Zikriilee ganamaa hin dagatinaa, guyyaa keessan zikrii rabbiitiin eegalaa!🌾
14 нояб., 22:45
5 786
Repost from N/a
أذكار الصباح....🌅
☘️لا تنسوا أذكاركم اليومية، وابدأ يومكم بذكر الله.☘️
🌾Don't forget your daily Dhikr. Start your day by remembering Allah🌾
🌾Zikriilee ganamaa hin dagatinaa, guyyaa keessan zikrii rabbiitiin eegalaa!🌾
14 нояб., 22:39
14 нояб., ~22:45
5 786
Repost from N/a
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Zikriilee ganamaatiin guyyaa keenya haa eegallu inshaa Allah.
13 нояб., 22:29
5 786
Allaah subhaanahu wa ta'aalaa, ajaayiba wallaahii!
Sheekni tokko akkas jedha:
"Guyyaa tokko osoon masjiida taa'uu mucaan xiqqaan tokko dhufee, 'Ustaaz, kaatii kottu, dhimma guddaadhaaf barbaadamta' naan jedhe. Anis ka'een gurbaa kana hordofe. Yeroma kana jaartiin waggaa 50 olii ulaa irra dhaabattee na eegdi turte. Akkas jettees na gaafatte: 'Jabaadhu, kottii mee mucaa koo, na jalaa dhukkubsattuu dhaqxee itti naaf qara'aa' naan jette. Eeyyee haa ta'u jedheen dhaqe.
Yeroo kana mucattiin sakaraa (du'aa) keessa jirti. Anis sakaraa keessaa jiraachuu ishee hubadheen shahaadaa jedhiin jedheen. Isiin garuu diddee akkas jette:
《Bishaan, bishaan! Qoonqoo koo irraa natti ulfaataa jira》jetti.
Wallaahii, hundarra kan na ajaayibe, 'Qubsumakoo jahannam argaa jira; maal manni akkas fokkisu! Maal manni akkas jabaatu!' jettee biyya adduniyaa kana gadi dhiifte.
Anis rifadhee maatii ishee, 'Isiin yeroo biyya adduniyaa kana irra jirtu maaliin hojjetti turte?' jedhee gaafadhe. Maatiin isiis akkas naan jedhan:
《Biyya duniyaa irra yeroo turte muuziqaadhaan halkan guyyaa fi ganama yeroo ishee dabarsiti turte; muuziqaa akkaan jaallatti turte》naan jedhan" jedha sheekni.
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Subhaanallaah! Yaa obboleettii fi obboleessa koo, kan gurri kee muuziqaa malee Qur'aana qara'uun sitti ulfaatu, maaliif laata? Muuziqaa caalchifachuun kee du'a si oolchuu danda'aa? Moo jireenya itti siif dabala?
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Akkanin siin jedhu, mee rabbuuma keetiif yeroo kee xiqqoo of qabiif! Hanga muuziqaadhaan yeroo kee gubduu sana, yeroo kee Rabbiif kenni."
https://t.me/keyralumma
25 окт., 12:04
5 786
Assalamu'alayikum warahmatuĺlaahi wabarakaatuhuu
👌A gentle reminder👇🌹
Har'i halkan jumu'aati salawaata buusuu haa baay'isnu inshaa Allah nama salaawaata tokko narratti buuse rabbimmoo kudhan isarratti buusa jedhan ergamaan rabbii SAW.
🌹اللهم صلى و بارك على محمد وعلى آل محمد كما صليت وباركت على إبراهيم وعلى آل ابراهيم إنك حميد مجيد 🌹
15 окт., 12:40
5 786
HB: Guyyaa borii kan jedhuuf kaleessa waan maxxanfameefi kanaaf sagantaan deeggarsaa guyyaa har'aa ta'a jechuudha.
26 авг., 08:41
