🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
Відкрити в Telegram
«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB👇 like follow gochuuf https://www.facebook.com/keyralumma Page Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf https://youtu.be/N18nEwEcoZY Yaadaaf @Keyralumma_bot
Показати більше5 791
Підписники
-724 години
-497 днів
-9330 днів
Архів дописів
5 790
🌄من أذكار المساء
🌿أَمسينا وَأَمسى الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لَا إِلَََٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ🌿
🍀اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ مِنْ خَيْرِ هَذِهِ اللَّيْلَةِ وَخَيْرِ مَا بَعْدَهَا، وَأَعُوذُ بِكَ مِنْ شَرِّ هَذِهِ اللَّيْلَةِ وَشَرِّ مَا بَعْدَهَا🍀
18 лист, 10:51
5 790
🌿Don't forget your daily zikr 🌿
🍀Zikrii keessan guyyaa guyyaa hin dagatinaa🍀
🌄من أذكار المساء 👇
Zikrii galgalaa irraa👇
🥀بِسْمِ اللَّهِ الَّذِي لَا يَضُرُّ مَعَ اسْمِهِ شَيْءٌ فِي الْأَرْضِ وَلَا فِي السَّمَاءِ، وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ(3×)☘️🥀
https://t.me/addiinunasiiha48h
17 лист, 10:16
5 790
Repost from N/a
🌅 من أذكار الصباح – Zikrii Ganamaa irraa👇👇
☘️أَصْبَحْنَا وَأَصْبَحَ الْمُلْكُ لِلَّهِ، وَالْحَمْدُ لِلَّهِ، لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ☘️
16 лист, 22:26
5 790
✍️Hamtuu nama tuffachuun qabdu 👇👇
قال النبي صلى الله عليه وسلم: "بحسب امرئ من الشر ان يحقر أخاه مسلم" رواه مسلم
Ergamaan rabbii SAW akkas jedhan: "nama tokkoof sharriirraa isaaf gahaadha; obboleessa isaa muslimaa tuffachuun"
Akkasuma hadiisa biraa keessatti akkas jechuum dubbatan ergamaan rabbii SAW:
"لا يدخل الجنة من كان في قلبه مثقال ذرة من كبر"
"namni boonni hanga firii xiqqoo qalbiisaa keessa jiru jannata hin seenu jechuun yoo dubbatan; sahaabonni boonni maal akka tae irra yeroo gaafatan akkas jechuun deebisaniif:
👌Boona jechuun haqa diduu fi nama tuffachuudha "jedhan👌
🥀Ayibii namarra barbaaduu nama tuffachuurraa of qusachuu qabna Inshaa Allah rabbiin sharrii fi gosa isii hundarraa nuhaa tiksu🤲.
https://t.me/addiinunasiiha48h
16 лист, 12:20
5 790
من أذكار الصباح...🌅
☘️رضيت باالله ربا، وبالإسلام دينا وبمحمد صلى الله عليه وسلم نبيا ورسولا(3×) ☘️
https://t.me/addiinunasiiha48h
15 лист, 22:38
5 790
✍️Hamtuu haasiddumaan ( waanyoon) qabdu👇
قال النبي صلى الله عليه: "إياكم والحسد، فأن الحسد يأكل الحسنات كما تأكل النار الحطب " رواه أبو داود
"Haasidummaarraa of eegaa, haasidummaan akka ibiddi qoraan gogaa nyaatutti hasanaa(toltuu)namaa nyaata"
https://t.me/addiinunasiiha48h
15 лист, 11:13
5 790
Repost from N/a
Alhamdulillah baga si qabaanne yaa gaffaar namni maasiyaan itti baay'atee rabbi naaf dhiisaa laata jedhee yaaddauutti jiru hundaaf rabbiin keenya akkas jechuun garbootasaa jajjabeessaa jira👇👇
" jedhiin yaa garboottan kiyya warri lubbuu isaanii irratti daangaa darban (maasiyaadhaan), abdii hin kutinaa rahmata rabbiirraa,☘️ dhugumatti rabbiin badii hunda araaramaadha.; Inni dhiisaa fi akkaan mararfataa (rahmata qabeessa)".
✍️Kanaaf badii kamiinuu rabbiin keenya dhiisaadha garasaa haa deebinu🥀.
🥀نستغفرك من جميع الذنوب والخطايا ونتوب إليك🌷
15 лист, 04:46
5 790
Repost from N/a
أذكار الصباح....🌅
☘️ لا تنسوا أذكاركم اليومية، وابدؤوا يومكم بذكر الله.☘️
🌾Don't forget your daily Dhikr. Start your day by remembering Allah🌾
🌾Zikriilee ganamaa hin dagatinaa, guyyaa keessan zikrii rabbiitiin eegalaa!🌾
14 лист, 22:45
5 790
Repost from N/a
أذكار الصباح....🌅
☘️لا تنسوا أذكاركم اليومية، وابدأ يومكم بذكر الله.☘️
🌾Don't forget your daily Dhikr. Start your day by remembering Allah🌾
🌾Zikriilee ganamaa hin dagatinaa, guyyaa keessan zikrii rabbiitiin eegalaa!🌾
14 лист, 22:39
14 лист, ~22:45
5 790
Repost from N/a
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Zikriilee ganamaatiin guyyaa keenya haa eegallu inshaa Allah.
13 лист, 22:29
5 790
Allaah subhaanahu wa ta'aalaa, ajaayiba wallaahii!
Sheekni tokko akkas jedha:
"Guyyaa tokko osoon masjiida taa'uu mucaan xiqqaan tokko dhufee, 'Ustaaz, kaatii kottu, dhimma guddaadhaaf barbaadamta' naan jedhe. Anis ka'een gurbaa kana hordofe. Yeroma kana jaartiin waggaa 50 olii ulaa irra dhaabattee na eegdi turte. Akkas jettees na gaafatte: 'Jabaadhu, kottii mee mucaa koo, na jalaa dhukkubsattuu dhaqxee itti naaf qara'aa' naan jette. Eeyyee haa ta'u jedheen dhaqe.
Yeroo kana mucattiin sakaraa (du'aa) keessa jirti. Anis sakaraa keessaa jiraachuu ishee hubadheen shahaadaa jedhiin jedheen. Isiin garuu diddee akkas jette:
《Bishaan, bishaan! Qoonqoo koo irraa natti ulfaataa jira》jetti.
Wallaahii, hundarra kan na ajaayibe, 'Qubsumakoo jahannam argaa jira; maal manni akkas fokkisu! Maal manni akkas jabaatu!' jettee biyya adduniyaa kana gadi dhiifte.
Anis rifadhee maatii ishee, 'Isiin yeroo biyya adduniyaa kana irra jirtu maaliin hojjetti turte?' jedhee gaafadhe. Maatiin isiis akkas naan jedhan:
《Biyya duniyaa irra yeroo turte muuziqaadhaan halkan guyyaa fi ganama yeroo ishee dabarsiti turte; muuziqaa akkaan jaallatti turte》naan jedhan" jedha sheekni.
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Subhaanallaah! Yaa obboleettii fi obboleessa koo, kan gurri kee muuziqaa malee Qur'aana qara'uun sitti ulfaatu, maaliif laata? Muuziqaa caalchifachuun kee du'a si oolchuu danda'aa? Moo jireenya itti siif dabala?
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Akkanin siin jedhu, mee rabbuuma keetiif yeroo kee xiqqoo of qabiif! Hanga muuziqaadhaan yeroo kee gubduu sana, yeroo kee Rabbiif kenni."
https://t.me/keyralumma
25 жовт, 12:04
5 790
Assalamu'alayikum warahmatuĺlaahi wabarakaatuhuu
👌A gentle reminder👇🌹
Har'i halkan jumu'aati salawaata buusuu haa baay'isnu inshaa Allah nama salaawaata tokko narratti buuse rabbimmoo kudhan isarratti buusa jedhan ergamaan rabbii SAW.
🌹اللهم صلى و بارك على محمد وعلى آل محمد كما صليت وباركت على إبراهيم وعلى آل ابراهيم إنك حميد مجيد 🌹
15 жовт, 12:40
5 790
HB: Guyyaa borii kan jedhuuf kaleessa waan maxxanfameefi kanaaf sagantaan deeggarsaa guyyaa har'aa ta'a jechuudha.
26 серп, 08:41
5 790
📮Notice
📌Campaignii deeggarsaa guddaa guyyaa borii(Roobii) 20/12/2018 waan qabnuuf hundi keenya worri as keessa jirru akka irratti hirmaannee waan rabbiin nuuf laaffise gumaachinu.
📌Nama birootis add godhaa linkii armaan gadii kanaan baarakallaahu fiikum
📌 wonti shakkitan takkas jiraachuu hin qabu, namoonni kunniin gazzaa irraa dhufan, asiis majlisarraa hayyama qabu. Namoota garee isaanii kan achi jiran wojjiin hojjatu, waan asii argatan jaratti erganii, jarri ammoo ummataaf raabsu. Kanaaf obboloota koo isaanis rabbii gaditti numa qabu waan ta’eef bira haa dhaabbannuu, kaleessa ummanni(Abboonni) keenya sahaabota Rasuula rabbii, ijoollee fi haadha manaa isaanii fa'aa simatanii deeggaranii turan. Nutis isaanitti hidhachuu qabna.
👇👇👇
https://t.me/+6yI6xokucRQwNzdk
https://t.me/+6yI6xokucRQwNzdk
26 серп, 07:54
5 790
✍️Rabii'i Al-Awwal 12ffaa Guyyaa Nabiyyiin (saw) gara Aakhiraa deeman. Musiibaan guddaan addunyaa mudate. Aduun Guyyaa Sahaabotatti dukkanaa'e ture; Garuu gariin namaa kabajuuf qophii hunda xumuree jira?! 🤔Yaa subhaanallaah! Rabbiin nama sunnaaf bid'aa adda baasee beekee sunnaatti hojjatee ittiin milkaau nuhaa godhu🤲
24 серп, 13:46
5 790
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Liinkii asii gadiitiin group kanatti makamuun muslimoota gazzaa hamma dandeenyuun haa gargaarru inshaa Allah.
👇👇👇👇
https://t.me/+rYzEFGzKDXViY2Rk
20 серп, 15:43
5 790
Sabaabni jireenya dhiphinaa kan ilmaan namaa keessa jiraatuuf maali?
Akkasumas karaan keessaa ba'an maali?
Deebiin isaatis Kitaba Rabbii jecha Isaa isa olta'aa keessatti argama:
فمن اتبع هداي فلا يضلُ ولا يشقى • ومن أعرض عن ذكري فإن له معيشة ضنكا﴾
«Namni qajeelcha koo hordofe hin jallatu, hin cinqamus. Warra gorsa koo irraa garagale immoo dhugumatti jireenya dhiphinaatu isaaniif jira.»Kanaafuu furmaanni tokkichi gara Kitaaba Rabbii deebi'uu fi sheria (seera) Rabbii hojii irra oolchuudha... Sababni isaas, isa keessa sirna jireenyaa kan Uumaan uumamaa namootaaf jaallatetu jira..
08 серп, 16:24
