uz
Feedback
AASTU FOCUS

AASTU FOCUS

Kanalga Telegram’da o‘tish

> Kun FOCUS AASTUtti Toora Barsiisa🤹🏼 , #Sagantaan_keenya_JIMAATA sa'aatii #12:00tti #Faaruwwan #Akkasumas_Ergaale_Tokkummichaa💒 irratti argannuudha. Yaada qabdanif : @Itsyoujesus @Jo_shib @Biely7 @Altleg @gike7 @moy3ka @Fibaa

Ko'proq ko'rsatish
896
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-27 kunlar
-130 kunlar
Postlar arxiv
Obboloota keenyaa sagantaan keenyi guyyaa har'aa kana fakkaata ture akka isin itti eebbifamtaniifi irraa buufattan ni amanna. 👉Akkasuma warra guyyaa har'aa nu tajaajilan waaqayoo isaan haa Eebbisu ⚡️waaqayyo inni amma yeroo kanaatti nu waliin taee darbees nu wajjin jiruuf Galanni haa tau! iddoo gaarii bulaa🫡
halkan gaarii isiniif haa tau
#Halkan_gaarii #Eebbifamaa #sin_jaallanna Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

#Winners ✨Baayyeen keessan yaaltaniittuu Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu.🖐😍 Deebii 1. B 2. D 3. C 4. C 5. Gadduu cubbuuf
#Winners ✨Baayyeen keessan yaaltaniittuu Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu.🖐😍 Deebii 1. B 2. D 3. C 4. C 5. Gadduu cubbuuf gaabbuu fi jajjabina Hafuura Qulqulluu Bonus: yoseef #Dursanii_erguun_kan_deebisan_immoo_obbolloota_kana.👇 Badhaasis kan isaaniiti.😊 1. @be1my 2.@myself1234life 3.@ebo_Dream ✨Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu.🖐 Hundi keessaniyyuu eebbifamaa🖐 Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

#Yeroo_Buusii ✨Kennaa keenyaan yeroo itti waaqeeffanu ta'a. Account number: click to copy 1000682602698 AASTU FOCUS yk Focus
#Yeroo_Buusii ✨Kennaa keenyaan yeroo itti waaqeeffanu ta'a. Account number: click to copy 1000682602698 AASTU FOCUS yk Focus mini #screen shot isaa username @Fibaa irratti nuuf ergaa Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

Nama Moattee Buusii booda Isin beeksifna

Done

Bonus 1 min

deebii kessan asiratti erga @Itsyoujesus

2 minute to go

bonus : 👶 🌃✨🧑‍🧑‍🧒‍🧒😡😫🤴🙏

1. Kamtu dhugaadha? Namni kan inni jaallatuuf? A. Jaallachuu waan qabuuf B. Waan jaallatameef C. "Jaalladhu" jedhamee waan abboomameef D. Ofiisaa waan jaallatuuf E. Hunda 2. Kanneen gadii keessaa kan macaafa qulqulluu keessatti hin caqasamne kami? A. Saree B. Hantuuta C. Lootuu D. Adurree E. B fi D 3. Macaafa qulqulluu keessaa Raajiin lafee isaatti reeffi bu'uun ka'ee dhaabate eenyu jedhama? A. Musee B. Eliyaas C. Elsaa'i D. Saamu'el 4. Yohaannis yeroo mul'ata argetti sagaleen akka inni hin caafneef dhorkame maal ture? A. Sagalee Leenca aaduu B. Sagalee bishaan uursuu C. Sagalee qaqawwee D. Sagalee malakataa 5. Dubbiin Yesuus W.Mat. 5:4 irratti dubbate waa'ee gadduufi gammachuu isa kamii dubbata? Macaafa qulqulluu keessatti maal ibsa/bakka bu'a?

#Qophooftanii?

yeroo gaaffii fii deebii #Seera_Gaaffii_fi_Deebii 1. Erga deebii ergitanii booda "edit" gochuun hin danda'amu ! 2. Nama durse
yeroo gaaffii fii deebii #Seera_Gaaffii_fi_Deebii 1. Erga deebii ergitanii booda "edit" gochuun hin danda'amu ! 2. Nama dursee deebii caalmaa deebisetu badhaafama 3. Daqiiqaa 6 keessatti xummurama ! 👉 Deebii keessan username @nnnn_mmm_lll irratti ergaa Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

✨Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira. => Akka itti Eebbiifama jirtan abdii qabna @fstufocus

Obboleessa keenya Kiruu Waaqayyoo isa haa eebbisu. Eebbifami kiruu . Isinis obboleessa keenya Eebbisanii Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

📖 Preaching Time 📖 Part 2   ✨with Brother Kiruubel   Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

✨Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira. Ammammoo yeroo itti dubbii sagaale waaqayyo barannu ta'a Telegram | Instagram | T
✨Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira. Ammammoo yeroo itti dubbii sagaale waaqayyo barannu ta'a Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

Namni dursitanii Carroomtan Commentii irratti nu beeksisaa😅

Ready 1 2 Go 🏃‍♂️ 🏃‍♀️ Card Number: 57720885603954

Yeroo Badhaasaa 😋😉 Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
Yeroo Badhaasaa 😋😉 Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

Obboleessa keenya waaqgaarii Waaqayyoo isa haa eebbisu. Eebbifami waaqgaarii ayyaani siif ha baayatu . Isinis obboleessa keenya Eebbisanii