en
Feedback
AASTU FOCUS

AASTU FOCUS

Open in Telegram

> Kun FOCUS AASTUtti Toora Barsiisa🤹🏼 , #Sagantaan_keenya_JIMAATA sa'aatii #12:00tti #Faaruwwan #Akkasumas_Ergaale_Tokkummichaa💒 irratti argannuudha. Yaada qabdanif : @Itsyoujesus @Jo_shib @Biely7 @Altleg @gike7 @moy3ka @Fibaa

Show more
996
Subscribers
-124 hours
+427 days
+7830 days
Posts Archive
Gorontookoo keessaa bushaa'een yoo dhibe Mukti ejersas ija keennuu dide Yoo daraaruudhaa baate mukti harbuukoo Midhaan naa baasuu dide maasiinkoo Nan ililcha ol siif waaqarrattii Haala kam keessattuu gammachuunkoo sitti Dhaggeeffachuudhaan itti eebbifamaa🙏 Ayyaanni siif haa baay'atu Laloo🔥 Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu! Efesoon 1:2 Ayyaanniif Nagaan Waaq
Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu! Efesoon 1:2
Ayyaanniif Nagaan Waaqayyoo inni hubannaa namaa irra darbu hunduma keessaniif ha baay'atu obboloota keenya jaallatamo! 🙌 ⏳️ Egaan har'a akkuma beeksifamee ture sagantaan keenya kan itti fufu ta'a! Kanaaf obboloonni mooraa jirru wal affeeruun walii wajjin Waaqayyoon akka waaqeffannu isiniin jenna! ⏰️ 12:00 L T 🩸 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #FRIDAY_SERVICE #ISIN_JAALANNA #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu! Efesoon 1:2 Ayyaanniif Nagaan Goof
Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu! Efesoon 1:2
Ayyaanniif Nagaan Gooftaa keenyaa Yesuus kiristoos hunduma keessaniif ha baay'atu 🙌 Akkam jirtuu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS 🥰 ✨Egaan fedha Waaqayyoo ta'ee walitti deebinee jirra! Turtiin keessan eebbifamaa akka ture ni amanna, Gooftaan ayyaana nuuf baay'ise ha eebbifamu! 🎚Akkuma beekamu waaqeffannaa keenya idilee guyyaa jimaataa geggeeffamu jalqabuuf jenna, kanaaf obboloonni hundi jimaataa fuula keenya dura jiru kana iddoo waaqeffannaa keenyaatti argamnee waliin akka waaqeffannu isiniin jenna! ⏰️ 12:00 L T 🩸 Waldaa jimaataa itti Waaqeffannu #FRIDAY_SERVICE #ISIN_JAALANNA #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

🥰Obboloota keenyaa jaallatamo, sagantaan keenya karaa ONLINE marsaa marsaadhaan geggeeffamaa ture kana fakkaata! Eebba hafuuraa Waaqayyo walii keenya gidduu kaa'e baay'ee isaa irraa hirmaachaa turreerra! Ulfinni isaa Gooftaa keenyaaf ha ta'u!
akka isin itti eebbifamtaniifi irraa buufachaa turtan shakkii hin qabnu!
👉 Akkasuma illee dammaqinaan hirmaannaa gochuudhaan eebba hafuuraa qophaa'ee irraa waan qooddattaniif eebbifamaa, gama hundaan milkaa'ina hojii kanaa cina warri dhaabbattan Gooftaan keenya Yesus Kristoos isin ha eebbisu 🙌⚡️ HAMMA WAL ARGINUTTI.. 👋 🥹
Waaqayyo inni nagaa namaaf kennu guutummaatti ofii isaatiif isin haa qulqulleessu; yeroo dhufa gooftaa keenyaa Yesus Kristosittis hafuura keessan, lubbuu keessan, foon keessanis fayyaatti mudaa akka hin godhannettis haa eegu! 1Tasaloniiqee 5:23
#HALKAN_GAARII #ISIN_ARGUUF_ARIIFANNEERRA! #SIN_JAALLANNA #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

#Yeroo_Beeksisaa 1) Program keenya marsaa itti aanu yeroo qaamaan wal arginu kan itti fufnu ta'a! 2) Akkasumas obboloonni karaa wal arguu dandeessan hundaan akka wal jabeessitan, bara dura keenya jiruuf wanta hunduma irratti Waaqayyo akka nu gargaaruuf akka waliin kadhattan isin yaadachiisna! 3) Obboloonni Kennaa jaalalaa keessan kennuun feeloo keessan bira dhaabachuu barbaaddanis account number kanaa gadii jiru fayyadamuu ni dandeessu, namoota hojii kana hojjechuu danda'anis affeeraa! 4) Akkasumas kennaa ji'aa keenyaan tajaajiluu kan jalqabnu akkuma gibbiitti deebineen waan ta'eef ammumaa kaastanii akka qophooftan isiniin jenna! Eebbifamaa! Account no: 1000682602698   AASTU FOCUS ykn Focus mini Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

#Winners ✨Baayyeen keessan yaaltaniittuu Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu.🖐️😍 Deebii 1. B 2. B 3. D 4. C 5. Amantiidhaan 6
#Winners ✨Baayyeen keessan yaaltaniittuu Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu.🖐️😍 Deebii 1. B 2. B 3. D 4. C 5. Amantiidhaan 6. Waaqayyof hojjechuf jiraachuu Bonus :Yesus #Dursanii_erguun_kan_deebisan_immoo_obbolloota_kana.👇 Badhaasis kan isaaniiti.😊 1-@abdifisaha 2-@Michtam1 3-@Joshlna ✨Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu.  Hundumti  keessan eebbifamaa🖐️

#Yeroo_Buusii ✨Kennaa keenyaan yeroo itti waaqeeffanu ta'a. Account number: click to copy 1000682602698 AASTU FOCUS yk Focus
#Yeroo_Buusii ✨Kennaa keenyaan yeroo itti waaqeeffanu ta'a. Account number: click to copy 1000682602698 AASTU FOCUS yk Focus mini #screen shot isaa username @Fibaa irratti nuuf ergaa Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

https://t.me/fstufocus/3491 For detail one watch this post

14th anniversary
+5
14th anniversary

Freshman get together
+1
Freshman get together

Sandafa and Aleltu mission
+8
Sandafa and Aleltu mission

Boldness for christ Graduated family program
+1
Boldness for christ Graduated family program

Gelan
Gelan

Batu mission
Batu mission

2nd year retreat
+1
2nd year retreat

Dukem mission
+1
Dukem mission

#Yaadanoo_bara_2018_Suuraan Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

Warra moo'atan boodarra isin beeksifna!

XUMURAMEERA 🚷