ar
Feedback
AASTU FOCUS

AASTU FOCUS

الذهاب إلى القناة على Telegram

> Kun FOCUS AASTUtti Toora Barsiisa🤹🏼 , #Sagantaan_keenya_JIMAATA sa'aatii #12:00tti #Faaruwwan #Akkasumas_Ergaale_Tokkummichaa💒 irratti argannuudha. Yaada qabdanif : @Itsyoujesus @Jo_shib @Biely7 @Altleg @gike7 @moy3ka @Fibaa

إظهار المزيد
896
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+17 أيام
-330 أيام
أرشيف المشاركات
🔥Online Program🔥 🗓 1 DAY LEFT🤗 Telegram || Instagram || TikTok || Facebook || aastufocusweb

🔥Online Program🔥 🗓 2 DAYS LEFT🤗 Telegram|| Instagram|| TikTok|| Facebook|| aastufocusweb

🔥ONLINE PROGRAM 🔥 🫧 Egaa akkuma beekamu sagantaan keenya #Online_program eegaluuf guyyoota 4 tu hafee jira! Telegram || In
🔥ONLINE PROGRAM 🔥 🫧 Egaa akkuma beekamu sagantaan keenya #Online_program eegaluuf guyyoota 4 tu hafee jira! Telegram || Instagram || TikTok || Facebook || aastufocusweb 🗓 4 DAYS LEFT

"Araarri Waaqayyoo dhuma waan hin qabneef, gaarummaa isaa irraa kan ka'e badiisa keessaa baraaramne. Araarri isaa ganama ganama in haareffama, amanamummaan isaas baay'ee dha; egaa ani, “Waaqayyo qooda koo ti, kanaafis isa nan abdadha” nan jedha. Waaqayyo warra isa abdataniif, warra isa barbaaddataniifis gaarii dha; cal jedhanii fayyisuu Waaqayyoo eeggachuun gaarii dha!" ✝Faaruu Ermiyaas 3:22-26✝

Akkam jirtu maatiin AASTU FOCUS Nagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu!🤗 Sagantaan keenya kan nuti jaal
Akkam jirtu maatiin AASTU FOCUS Nagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu!🤗 Sagantaan keenya kan nuti jaallannuu fi yeroo hundumaa hawwii guddaan eegnu sagantaan #Online_program eegaluuf guyyoota muraasatu hafee jira.🥳🤩 👉Haaluma kanaanis sagantaan keenya #Online_program karaa telegram keenyaa gaafa guyyaa 3/11/2018 (torban har'aa) ni eegala. ✍ Sagantaan keenya kunis karaa online walitti fufiinsaan torban lama lamaan kan gaggeeffamu yoo ta'u, obboloonni hundumtuu dammaqinaan akka irratti hirmaattanii fi tajaajilamtan isin jenna. Hammasitti obboloonni hundumtuu kadhannaadhaan akka nu bira dhabbattan isiniin jenna! #Online_program #Online_program #Sin_jaallanna #AASTU_FOCUS EEBBIFAMAA😍😍

Nagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baay'atu!🙌 Akkam jirtu obboloota jaallatamoo maatii AASTU FOCUS hundumti keessanuu?
Nagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baay'atu!🙌 Akkam jirtu obboloota jaallatamoo maatii AASTU FOCUS hundumti keessanuu? 👋👋 Boqonnaa akkam?😴Sirritti boqochaa jirtuu? Obboloonni warri GC akkam eebba irraa haftanii?👨‍🎓👩‍🎓 Boqonnaan gaarii akka ta'e abdii qabna. Akkasumas warri hirriba baayyisatan hir'isaa😄😄 📎Egaa akkuma beekamu obboloonni waggaa 3ffaa applied fi waggaa 4ffaa engineering internships baatan, kaffaltiin dhimma kanaa wajjiin wal qabatee kaffalamu kennamee jira. Kanafuu isa keessaa Kurnool keessan akka laattan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiisaa isinitti himna. 🙏😍 Account 1000682602698 AASTU FOCUS ykn Focus mini Erga galchitanii booda screenshot isaa @Fibaa erguu hin dagatiinaa 😍 Waan kennitaniif Waaqayyoo gooftaan isin haa eebbisu.🙌 #Tithing #Kudhan_Keessaa_Tokko #Isin_Jaalanna #Eebbifamaa @fstufocus

"May He give you the desire of your heart and make all your plans succeed." Psalm 20:4 🤍🙏🎓 #Graduation2026
+1

+3

+2

#Congratulations_all_of_you #Graduation2026

🎉CONGRATULATIONS 🎉  👨‍🎓👩‍🎓 Obboloowwan keenya guyyaa borii eebbifamtan hundi keessaan baga waaqayyoo sin gargaare! Kabajni waaqayyo isa sin gargaareef haa tau! Congratulations on your graduation and best wishes on your new journey ahead. May God guide your steps and bless everything you do. Commit to the Lord whatever you do, and He will establish your plans.” Proverbs 16:3 ✝️ All glory be to God 🤍🙌 #Graduation2026 #congratulation

#today_12_00. ".... Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti is
#today_12_00. ".... Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; ..."
Roomaa 8:14-15
Akkam jirtu maatiin AASTU FOCUS🙌, Ayyaanni, Araarriifi, Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif ha baay'atu! 👉Waaqayyo Guyyaa bareeda tokkummaan waliin taane isa itti waaqefannu nuuf kenneef Galanni haa ta'u . 👉Guyya har'aa immoo Guyyaa Waaqeffannaa fi Galateeffannaa team Eleos waliin nii qabaanna Akkasuma Obboloota tokkumma kana cimsuuf hojjechaa turaniin 'Thankyou' itti jennu ta'a . 🕐Kanaaf saati 12:00tti yeroon argamnee waliin Gooftaa baayee nuuf Oole haa waaqeffannu! 'One Voice, One heart, praising God' #elios_nignt #thankyou Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

#1_day_left ".... Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin
#1_day_left ".... Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; ..."
Roomaa 8:14-15
#elios_nignt #thankyou Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb