1 062
مشترکین
+224 ساعت
+27 روز
+5730 روز
آرشیو پست ها
1 062
Obboloota Jaallatamo akkam jirtu , Ayyaanni fi nagaa goofta kenyaa hunduma kessanif haa baayyatu,
Tapni 2nd vs 3rd year waan jalqabef , obbbolonni akka dhuftaan batch kessan degartan jenna,obboloni wagga 1ffaa afferamtanituu kotta ,
iddo: dirree isaa block 11 dugda duba jirudha,
#one_in_christ
#NOW
#FOOtbALL
#AASTU_FOCUS
#much_love🥰🥰
1 062
2025/26 Focus Cup Press Conference😎😎😎😎😎😎😎😎
Obbolota Jallatamo akkm jirtu , Ayyanni fi naga goofta kenyaa hunduma kessanif ha bayyatu,
Egaa taphni kenya akkuma bekamu har'aa sati 8:00 - 9:00 (2nd vs 3rth) , 9:00 - 10:00(4rth vs 5th) dha.
Iddon taphni kun itti gegefamu Dirre isaa wagga darbe taphni half life irratti taphatamedha , Not Futsal (due to high risk of injuries).
In Field => Notice
stay blessed!!!!!!!
...
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
Nagaaf ayyaanni waaqayyoo isiinif haa baay'atuu🙌
Obbollonni food sharing hirmaachuu barbaaddan amma bahuf waanta'ef cafe fulduratti hamma 3:30tti akka argamtan jaalalaan sin gaafanna.🙏
1 062
Akkam nagaa jirtuu obboloonni feeloo hundumti keessanuu🤝 Nagaa fi ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatuu🙌🙌
Inni nagaa isaa nuuf baayy'ise gooftaan bara baraan haa ulfaatu!
🎚Egaa sagantaan keenya torbee torbee har'as akkuma itti fufetti kan jiru yoo ta'u, walii wajjin yeroo itti Waaqayyoo gooftaa keeenya Waaqeffannu fi dubbii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa barannu ni ta'a.
✍️ Kanaafuu obboloonni yeroo keessan eeguun argamtanii walii wajjin haa Waaqayyeffannu isiniin jenna.
⏱️Sa'aatii: 12:00
📍Bakka: Walduma jimaata jimaata itti Waaqeffannu
#EEBBIFAMA
#ISIN_JAALANNA
#AASTU_FOCUS
..
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
#One_days_to
"Rakkinni, baay'isee yoo isaan qore iyyuu safara malee gammadanii, deegni isaanii badduu baasa yoo ta'e iyyuu gargaarsa kennuudhaaf safara malee arjoomaniiru;" - 2Qor. 8:2Ayyaanniif nagaan waaqayyoo isiinf haa baay'atuu🥰 Akkuma beeksifamee ture guyyaa borii obboloota keenya karaa irra jiraniif qooddannaa nyaataa waan goonuuf obboloonni hundi hojii kana irratti akka hirmaattan isiniin jechaa, obboloonni ID keessan hin ergin akka nuuf ergitan, obboloota beektanis akka yaadachiistan, warri gibbiidhaa baatanis akka nuuf ergitan isiniin jenna! 👉 Obboloonni non cafe taatanis ciree borii kara dandeessaniin cover akka gootan, Account kanaa gad jiru irratti amma humna keessaniin akka hirmaattan jaalala Waaqayyoon isin gaafanna! Account: 1000445933159 HUB: ID keessan kan nuuf ergitan bor ganama #Amanamummaadhan cafe akka hin galle isin yaadachisna. 👉 @beckymayana 👉 @gike7 #FOOD_SHARING #TEAM_EBENIM #AASTU_FOCUS Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
Ayyaanniif araarri Gooftaa keenya Yesuus kiristoos isiniif ha baayatu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS FELLOWSHIP 🥰
Obbolloni kenyaa Wagga tokkoffa group kana materialoota, mid exam, final exam and academic information iddo itti isiin gad dhifaamu waan taef Join godhaa itti Fayyadama,
https://t.me/+XbIOdUUGt4BmZjZk
1 062
#Freshman_Batch_Program
Si Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti. Yohannis 17:3Ayyaanniif Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif ha baay'atu obboloota keenya jaallatamo akkam jirtuu...Waaqayyo inni Ayyaana nuuf baay'ise ha eebbifamu 🙏 Egaan guyyaa har'aas barumsi obboloota keenya waggaa 1ffaaf qophaa'e itti fufee jira, har'as mata duree " Jireenya bara baraa " jedhu irratti waliin waan barannuuf qabsiisaafi macaafa qulqulluu keessan qabattanii akka argatan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiisna! Obboonni kaanis argamuun barachuu dandeessu!
🔑Mentorsonnis family keessan jajjabeessitan waliin akka argamtan isin yaadachiisna!️ ⏰️ Har'a 12:00 LT 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #Batch_program #Jireenya_bara_baraa #Irraa_hin_hafamu #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
#Freshman_Batch_Program
Si Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti. Yohannis 17:3️ ⏰️ Kamisa borii 12:00 LT 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #Batch_program #Jireenya_bara_baraa #Irraa_hin_hafamu #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! 1Tasaloniiqee 5:17Ayyaanniif araarri Gooftaa keenya Yesuus kiristoos isiniif ha baayatu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS FELLOWSHIP 🥰 Akkuma beeksifamee ture guyyaa boriis kadhannaan ganamaa itti fufee jira, kanaaf teamonni guyyaan borii isiniif kenname ( Action, Ebenim, BSC,Fundraising) hundi keessan argamuun Waaqayyoon akka wajjin kadhannu isin yaadachiisna! Miseensa kan taataan obboloota keessan kaasuun harcaatii malee argamnee akka waliin kadhannu isiniin jenna! 👉Obboonni haaraanis haala mijeeffattanii akka argamtan isin yaadachiisna! #Morning_pray #Eebbifamaa #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
"Rakkinni, baay'isee yoo isaan qore iyyuu safara malee gammadanii, deegni isaanii badduu baasa yoo ta'e iyyuu gargaarsa kennuudhaaf safara malee arjoomaniiru;" - 2Qor. 8:2Akkam jirtuu obboloota jaallatamoo 🥰ayyaanniif nagaan waaqayyoo isiinf haa baay'atuu. 👉 Sanbata xiqqaa fuuldura keenya(28/02) jiru "food sharing" obboloota keenya karaa irra jiraniif akka teami Ebenimitti ciree keenya guyya tokko dhiisuun hojjechuuf waan jirruuf obboloonni cafe taatan ID keessan suuraa kaasuun screenshot username asii gaditti argamuun akka nuuf ergitan jaalalaan isin gaafanna. 👉 Ijolleen warri non cafe taatanis kan guyyaa tokkoo(ciree) kara dandeessaniin cover akka gootan jaalala Waaqayyoon isin gaafanna🥰 HUB: ID keessan kan nuuf ergitan gaafa sanbata xiqqaa ganama cafe akka hin galle isin yaadachisna. EEBBIFAMAA😍 👉 @beckymayana 👉 @gike7 #FOOD_SHARING #TEAM_EBENIM #AASTU_FOCUS Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
+3
Second year batch retreat photos
#aastufocus
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
+8
Second year batch retreat photos
#aastufocus
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
Ayyaanniif Nagaan Waaqayyoo inni hubannaa namaa irra darbu hunduma keessaniif ha baay'atu 🙌Guyyaa har'aas sagantaan keenyah dhaabbataan akkuma itti fufetti jira, har'as yeroo itti waliin Waaqayyoon; ● Waaqeffannuufi ● Dubbii Waaqayyoo barannu ni qabaanna! Kanaaf obboloonni hundi yeroodhaan argamnee waliin akka waaqeffannu jaalala Waaqayyoon isin gaafanna!
Obboloota keessan affeeraa!⏰️ 12:00 LT 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #FRIDAY_SERVICE #EEBBIFAMAA #ISIN_JAALANNA #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
Ayyaanniif Nagaan Gooftaa keenyaa Yesuus isiniif ha baayatu obbolootni feeloo keenyaa hundinuu, akkam jirtuu...🥰
Focus Cup kenya torbe dhufu waan egaluf obboloni 2nd,3rd,4rth and 5th yr akka qophoftani jenna akkasumas Group kana join godha
https://t.me/+xFDqeF3o5jk0OGI0
#Be Ready
#who will win?
#stay blessed
#ebbifama🥰
1 062
#Freshman_Batch_Program
Ayyaanniif Nagaan Gooftaa keenyaa Yesuus isiniif ha baayatu obbolootni feeloo keenyaa hundinuu, akkam jirtuu...🥰
Egaan akkuma beekamu guyyaa har'aas barumsi obboloota keenya waggaa 1ffaaf, "Waaqeffannaa Dhugaa" jedhu irratti qophaa'e kutaa 2ffaan kan itti fufu ta'a, kanaaf obboloonni qabsiisaafi macaafa keessan qabattanii Waaqayyoon waaqeffachuuf, Waaqayyorraa barachuuf yeroodhaan akka argamtan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiisna! Akkasumas Obboloonni hundi argamtanii barachuu dandeessu!
👉Mentorsonnis family keessan akka jajjabeessitaniif waliin akka argamtan isiniin jenna!⏰️ Har'a 12:00 LT 📌 Waldaa jimaata itti Waaqeffannu #Batch_program #Waaqeffannaa_Dhugaa #Irraa_hin_hafamu #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! 1Tasaloniiqee 5:17Ayyaanniif araarri Gooftaa keenya Yesuus kiristoos isiniif ha baayatu jaallatamtoota maatii AASTU FOCUS FELLOWSHIP 🥰 Akkuma beeksifamee ture guyyaa borii kadhannaan ganamaa itti fufee jira, kanaaf teamonni guyyaan borii isiniif kenname ( Action, Eleos, media) hundi keessan argamuun Waaqayyoon akka wajjin kadhannu isiniin jenna! Miseensa kan taataan obboloota keessan kaasuun akka waliin dhuftan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiisna! Obboonni haaraanis haala mijeeffattanii akka argamtan isin yaadachiisna! #Morning_pray #Eebbifamaa #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos isa karaa Kristos eebba hafuuraa hundumaan, waan waaqa irraatiinis nu eebbiseef galanni haa ta'u! Efesoon 1:3Ayyaanniif Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu obboloota keenya jaallatamo 🥰 Akkuma yeroo darbe beeksifamee ture, akka Feeloo walii galaatti macaafa Ergaa Efesoon akka qu'annu ta'eera! Kanaaf obboloonni hundi 'file attached' ta'e (luqqisiiwwan torbee torbeedhaan qoodame) kana fayyadamuun qu'annaa keessan torbee kanaa kaastanii akka jalqabdan jaalala Waaqayyoon isin gaafanna! Eebbifamaa! #EPHESIANS_BIBLE_STUDY #ISIN_JAALANNA Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
1 062
#today
-Second year retreat in bishoftu-
obboloonni waggaa lamaffaa hunduu , waan sin barbachisu uffata qorraa fi waan nu barbachisa jettani yaadanu qabadhaati nannaawa caffetti walitti qabamaa !
Ammaa kaasati Hanga 2:30 hundi keessanu argamaa 🫡
Obboloonni walii wajjin jiraachuun attam gaariidha
1 062
Obboloonni keenya 2nd year retreat deemtan yeroodhaan cafe akka galtan, wantota barbaachisuus akka qabattan (Proctor biraas ) kan ittiin gibbii baata akka fudhattan isin yaadachiisna. Obboloonni 2nd batch kan form hin guutinis akka argamtan!
Cafe duratti walitti qabamna!
