uz
Feedback
AASTU FOCUS

AASTU FOCUS

Kanalga Telegram’da o‘tish

> Kun FOCUS AASTUtti Toora Barsiisa🤹🏼 , #Sagantaan_keenya_JIMAATA sa'aatii #12:00tti #Faaruwwan #Akkasumas_Ergaale_Tokkummichaa💒 irratti argannuudha. Yaada qabdanif : @Itsyoujesus @Jo_shib @Biely7 @Altleg @gike7 @moy3ka @Fibaa

Ko'proq ko'rsatish
915
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+117 kun
+2230 kun

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Sentabr '26
Sentabr '26
+8
0 kanalda
Avgust '26
+27
0 kanalda
Get PRO
Iyul '26
+15
0 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+7
0 kanalda
Get PRO
May '26
+126
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+28
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+13
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+18
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+14
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+29
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+25
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+112
4 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+12
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+19
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+21
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+11
0 kanalda
Get PRO
May '25
+13
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+20
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+10
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+9
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+8
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+21
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+48
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+76
2 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+34
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+45
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+18
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+6
0 kanalda
Get PRO
May '24
+10
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+9
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+4
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+13
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+26
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+31
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '23
+27
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+2
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+3
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+6
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+4
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+6
0 kanalda
Get PRO
May '23
+10
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+26
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+12
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+4
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+8
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+7
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+5
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+1
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+1
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+2
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+8
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+21
0 kanalda
Get PRO
May '22
+99
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+20
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+237
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
06 Sentabr0
05 Sentabr0
04 Sentabr+3
03 Sentabr+1
02 Sentabr+2
01 Sentabr+2
Kanal postlari
“Saba hundumaatti akka dhugaa ba'uuf, wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama; kana booddees dhumni in
“Saba hundumaatti akka dhugaa ba'uuf, wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama; kana booddees dhumni in dhufa” jedhe. Maatewos 24:14
Ayyaanniif Nagaan Gooftaa isiniif ha baayatu 🙌 Akkuma beeksifamaa jiru, #Digital_mission garee #Action_and_pray tiin qophaa'e guyyaa gaafa qaamme 3-5 tti geggeeffamu eegaluuf guyyoota lama(2) qofatu hafe🥰 Kanaaf obboloonni 'social media' AASTU FOCUS hunda 'follow' gochuudhaan, akkasumas kan dhuunfa keessanii(Telegram group and channel, Tiktok, Instagram, Facebook...) hunda irratti 'share' gochuudhaan hojii kana waliin ha hojjennu!
Link kanaa gadii fayyadamuun 'follow' godhaa👇👇👇
#Digital_mission #September 8-10 #Two_days_to_🚶‍♀‍➡️🚶‍➡️ #kiristoos_hundumaaf #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb

2
#Qaammee_1 #Waaqayyoon_Eenyummaa_Isaaf_galateefachuu! Waaqayyo araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa; aariitti suuta in jedha, gaarummaan isaas guddaa dha. Waaqayyo nama hundumaaf gaarii dha; hojii harka isaa hundumaafis in oo'a. Hojiin harka kee hundinuu galata siif in galchu, yaa Waaqayyo, warri siif of kennan hundinuus ulfinaan si jaju! Faarfannaa 145:8-10 😇Hojiin waaqayyo hojjetu hundi eenyummaa isaa mul'isa. Wanta waaqayyoo hojjetu keessatti kan nuti jalqaba arginu #eenyummaa isaati. Gaafa #eenyummaa isaa hubannu fi arginu immoo dhugaadhaan gara  isa waaqeffachutti dhufna🙌 👉Waaqayyo  #eenyummaa isaa isa qulqulluu, jaalala isaa, araara qabessummaa isaa, gaarummaa isaa isa guddaa, hundumaaf gaarii ta'uu isaa, oo'a qabessummaa isaas  isa jalqabaa jalqabee #eenyummaa isaa ta'e sana nu'i warra ofiisaa  barbaadee akka fakkattii isaatti nu  uummatetti beeksisuuf nuttis mullisuuf tokkicha ilmasaa Yesus Kristoosiin dabarsee nuuf kenne.😍 ✨Tolaaf araara isaa hunda karaa ilmasaan nutti mullise, nutis eenyummaa waaqayyoo isa dinqii argine🤗     🔑 Kanaafiis akkuma #eenyummaan Waaqayyo  yeroo fi haala kamiinuu hin jijjiramne, nutis galata fi waaqeffannaa keenya waan argannee fi dhabne irratti osoo hin taane, #eenyummaa isaa irratti hundaa’uun akka isa  galateeffannuf  barbaade. Eenyummaan waaqayyoo yeroo hundaa dinqiidha, isas hin galateeffachiisa✝️🥰 Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
146
3
Matn yo'q...
118
4
🙏🧎‍♂️prayer 1🧎‍♂️🙏 Obboleessa keenya Hayu Rabira waliin (5th year Environmental Engineering) Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
121
5
.... Waaqayyoon kadhachuuttis cimaa! Roomaa 12:12 Obboloota keenya jaallatamoo, Ayyaanniif Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'
.... Waaqayyoon kadhachuuttis cimaa! Roomaa 12:12 Obboloota keenya jaallatamoo, Ayyaanniif Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu! Akkuma beeksifamaa ture, guyyaa har'aa kadhannaan keenya kan eegalu ta'a! Kanaaf obboloonni akkuma kadhachaa jirtanitti tokkummaadhaan akka kadhannuuf sagalee 'record' ta'ee as irra kaa'amu dhaggeeffachuun guyyoota kana shanan Waaqayyoon waliin akka kadhannu isiniin jenna! 🔑 Sagaleen as irra kaa'amu kadhataa keenya ittiin jalqabuuf nu gargaara! #Qaammee #Waaqayyoon_ha_kadhannu #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
125
6
“Saba hundumaatti akka dhugaa ba'uuf, wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama; kana booddees dhumni in
“Saba hundumaatti akka dhugaa ba'uuf, wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama; kana booddees dhumni in dhufa” jedhe. Maatewos 24:14 Ayyaanni Gooftaa keenyaa Yesuus kiristoos isiniif ha baay'atu 🙌 Akkuma beeksifamee ture, #Digital_mission garee #Action_and_pray tiin qophaa'e guyyaa gaafa qaamme 3-5 waan geggeeffamuuf, gama keenyaan wanta dandeenyu hundaan hojii kana bira ha dhaabannu! Guyyaan isaa yeroo ga'u 'Social media' qabnu irratti 'share' gochuudhaan hojii babal'isuu wangeela kiristoos ha hojjennu! #Digital_mission #September 8-10 #kiristoos_hundumaaf #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
172
7
Obboloota keenyaa jaallatamo, sagantaan keenya guyyaa har'aa kana fakkaata ture! Isin biraa akkam ture? akka isin itti eebbifamtaniifi irraa buufattan shakkii hin qabnu☺️. 👉 Akkasuma illee dammaqinaan hirmaannaa gochuudhaan eebba hafuuraa qophaa'ee irraa waan qooddattaniif eebbifamaa, gama hundaan milkaa'ina hojii kanaa cina warri dhaabbattan Gooftaan keenya Yesus Kristoos isin ha eebbisu 🙌⚡️ Ayyaanni, araarri, nagaanis Waaqayyo abbaa biraa, Yesus Kristos ilma abbaa biraas dhugaatti, jaalalattis nuu wajjin haa ta'u. 2 Yohannis 1:3 #HALKAN_GAARII #EEBBIFAMAA #SIN_JAALLANNA #AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
169
8
#Yeroo_Beeksisaa 1) Program keenya marsaa 6ffaa 'schedule' gibbiin baasuu irratti hundoofne kan isin beeksifnu ta'a! 2) Akkuma beekamu barri 2018 dhumuuf guyyoota muraasatu hafe🤩, nutis akka Feeloo keenyaatti guyyoota qaammee jiran hunda kadhataan dabarsina,kanaaf hundumti keenya haala mijeeffannee waliin Waaqayyoon akka kadhannu isiniin jenna! 3) Akkuma kana guyyoota qaammee 3_5 #Digital_mission kan #Action_and_pray tiin qophaa'e karaa 'social media' keenyaa waan adeemsifamuuf, obboloonni akka irratti qophooftan, kadhataafi gama hundaan hojii kana bira akka dhaabbattan jaalala Waaqayyoon isin gaafanna! 4) Team hundumtuu akkasumas Familyn platform gara garaa fayyadamuun akka wal argitanii macaafa waliin dubbistan, waliin kadhattan akkasumas hafuuratti wal jajjabeessitan jaalala Waaqayyoon isin gaafanna. 5) Obboloonni Kennaa jaalalaa keessan kennuun feeloo keessan bira dhaabachuu barbaaddanis account number kanaa gadii jiru fayyadamuu ni dandeessu, namoota hojii kana hojjechuu danda'anis affeeraa! Account no: 1000682602698   AASTU FOCUS ykn Focus mini Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
160
9
#Winners ✨Baayyeen keessan yaaltaniittuu Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu.🙌😍 Deebii 1. D his 4:5 2. C nah 8;10 3. A bau 7:
#Winners ✨Baayyeen keessan yaaltaniittuu Waaqayyoo guddaa isin haa eebbisu.🙌😍 Deebii 1. D  his 4:5 2. C  nah 8;10 3. A   bau 7:6-7 4. B    bau 31:2 5. Ejersa diidaa  rom 11:17 Bonus: yerikoo #Dursanii_erguun_kan_deebisan_immoo_obbolloota_kana.👇 Badhaasis kan isaaniiti.👏😊 1- @yahiwweoneway ( 3rd software    ) 2- @Agape34     ( 3rd electromechanical ) 3- @kenadaba   (graduated    ) ✨Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu.  Hundumti  keessan eebbifamaa🥰🙌
146
10
#Yeroo_Buusii ✨Kennaa keenyaan yeroo itti Waaqayyoon waaqeeffanu ta'a. Account number: click to copy 1000682602698 AASTU FOCU
#Yeroo_Buusii ✨Kennaa keenyaan yeroo itti Waaqayyoon waaqeeffanu ta'a. Account number: click to copy 1000682602698 AASTU FOCUS yk Focus mini #screen shot isaa username @Jo_shib irratti nuuf ergaa Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
130
11
Warra moo'atan kennaa booda isin beeksisna. Yeroon itti aanu yeroo kennaa keenyaan Waaqayyoon Waaqeffannudha🤲 kennaa keenya haa qopheeffannu.
128
12
YEROON XUMURAMEERA!
138
13
Bonus +1 minutes
145
14
1. Milikkita yakka mana israa'el of irra kaa'uu isaa haa ta'uuf guyyoota dhibba sadiif sagaltama (390) cinaacha isaa bitaatiin kan ciise eenyu ture? A. Daani'el B. Ermiyaas C. Hose'aa D. Hisqi'el 2. "Gammachuun waaqayyo isiiniif kennu jabina keessani" kan jedhamee barreeffame kutaa macaafaa isa kam keessaa A. Faarfannaa B. Izraa C. Nahimiiyaa D. Isaayaas 3. Obboleessi Musee, (Aaron) waggaa meeqaan musee caala ture? A. 3 B. 5 C. 10 D. 12 4. Waaqayyo, mana qulqullummaa isaafi waan isa keessatti argamu akka hojjetuuf maqaa isaa dhahee kan inni filatee eenyuun ture? A. Musee B. Bazaali'el C. Aaron D. Iyaasuu 5. Ergaa Roomaa Boqonnaa 11 keessatti, saba waaqayyoo warra hin ta'iniif mootummaa Waaqayyoo keessatti qooda qabaachuu isaanii ibsuuf maalitti isaan fakkessee? ____ Bonus 6. 🏛🎺🗣🔊🌪🛘😲
160
15
yeroo gaaffii fii deebii #Seera_Gaaffii_fi_Deebii 1. Erga deebii ergitanii booda "edit" gochuun hin danda'amu ! 2. Nama durse
yeroo gaaffii fii deebii #Seera_Gaaffii_fi_Deebii 1. Erga deebii ergitanii booda "edit" gochuun hin danda'amu ! 2. Nama dursee deebii caalmaa deebisetu badhaafama 3. Daqiiqaa 6 keessatti xummurama ! 👉 Deebii keessan username @gike7 irratti ergaa Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
128
16
Obboleessa keenya Solomon Waaqayyoo isa haa eebbisu. Eebbifami Solomon ayyaanni siif ha baay'atu🥰 Isinis obboleessa keenya Eebbisanii! Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
127
17
🎤📖 Yeroo Lallabaa 🎤📖 Obboleessa keenya Solomon Bushene waliin #Part 2 ✨️ Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
140
18
✨️Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira! #Yeroo_kana_immoo_dubbii_Waaqayyoo_waliin_baranna! Telegram | Instagram | Tiktok
✨️Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira! #Yeroo_kana_immoo_dubbii_Waaqayyoo_waliin_baranna! Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
151
19
Ready 1 2 Go 🏃‍♂️ 🏃‍♀️ Card number:- 74605588441653 Namni carroome comment irratti ana ha jedhu 😄
130
20
#Yeroo_Badhaasaa Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira!, akka itti eebbifamaa jirtan ni amanna! Telegram | Instagram | Ti
#Yeroo_Badhaasaa Sagantaan keenya akkuma itti fufetti jira!, akka itti eebbifamaa jirtan ni amanna! Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb
150