Oromia Environmental Protection Authority
Kanalga Telegram’da o‘tish
3 074
Obunachilar
-124 soatlar
-37 kunlar
-1930 kunlar
Ma'lumot yuklanmoqda...
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+3
0 kanalda
Iyun '26
+17
0 kanalda
Get PRO
May '26
+14
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+32
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+26
0 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+45
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+27
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+35
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+14
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+25
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+25
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+25
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+28
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+31
0 kanalda
Get PRO
May '25
+26
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+29
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+30
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+24
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+23
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+59
1 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+227
3 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+187
1 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+245
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+252
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+204
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+175
1 kanalda
Get PRO
May '24
+202
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+154
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+140
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+152
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+98
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+1 721
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 06 Iyul | 0 | |||
| 05 Iyul | +1 | |||
| 04 Iyul | 0 | |||
| 03 Iyul | +1 | |||
| 02 Iyul | 0 | |||
| 01 Iyul | +1 |
Kanal postlari
| 2 | Godinaalee 21f: Ragaa qophii fi dhaabbii Biqiltuulee Sanyii biyya keessaa gaafachuu ilaala. | 1 095 |
| 3 | https://youtu.be/ZHQzUBHnc5g | 1 556 |
| 4 | Formii Madaallii Godinaalee fi magaalootaaf ergame kana guutuun hanga Waxabajjii 25tti akka nuf ergitan cimsinee isin beeksifna. | 1 666 |
| 5 | Matn yo'q... | 1 778 |
| 6 | Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa guyyaa Eegumsa Naannoo Addunyaa akka Addunyaatti marsaa 53ffaa, akka Naannoo keenyaatti marsaa 33ffaa mata duree "Gochaan Jijjiirama Qilleensaa Qolachuu/Climate Action" jedhuun guyyaa har'aa Magaalaa Bishooftuu Hora Arsadeetti bakka haanga'oonni Ol'aanaa Federaalaa, Naannoo Keenyaa, Magaalaa Shaggar, B/M/Adaamaa, Moojoofi Bishooftuu; akkasumas, Abbootii Gadaafi hawaasaagaalaa Bishooftuu waliin hojii dhaabbii biqiltuu, daawwannaa Hora Arsadeefi marii paanaaliin kabajameera.
Guyyaa kanas I/G Waajjira ATEN B/Magaalaa Bishooftuu Aadde Xayituu Yaamii ergaa baga nagaan dhuftanii erga dabarsaniin booda, B/B ATENO Obbo Sintaayyoo Bafiqaaduu kaayyoofi barbaachisummaa guyyaa Eegumsa Naannoo Addunyaa kabajamuu maal akka ta'e ibsaniiru. Kanatti aansuunis, dhaabbiin biqiltuu Haro Arsadeerratti taasifameera.
Dhumarratti, mata duree "Climate action for sustainable development in Ethiopia" (Challenges and apportunities) jedhurratti karaa B/saafi qorataa Yuniversiitii Naannoo Oromiyaa Dr. Caalaa Dachaasaan dhiyaatee mareen bal'aan irratti taasifameera.
Walumaagalatti, ibsaafi maree taasifame kanaarraa rakkoo jijjiirama qilleensaa hambisuu keessatti hojiin dhaabbii biqiltuufi biqiltuuwwan dhaabbatan eeguufi kunuunsuun murteessaa ta'uu hubachuun hirmaattonni ga'ee isaanirraa eegamu ba'achuu akka qaban irratti walii galuun sagantichi milkiin goolabameera.
Waxabajji 16/2018
Bishooftuu | 1 266 |
| 7 | Matn yo'q... | 2 099 |
| 8 | Matn yo'q... | 2 493 |
| 9 | Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaatti Daayirektoreetiin Eegumsaafi Manaajimantiin Bosonaa hojii piroojektii Lafa Bosonaa Tulluu Cuqqaalaa Deebisanii Dandachiisuu (PLBTCDD) waggoottan sadan darbaniifi Sirnakkoo Lafa Bosonaa Bosonaa Tulluu Kooraa Deebisanii Dandachiisuufi jiruufi jireenya hawaasaa fooyyessuu (SLBTKDD JJHF) irratti guyyaa har'aa Magaalaa Bishooftuutti gaggeessee jira.
Gamaaggamni kunis haasaa baga nagaan dhuftanii I/A/Bulchaafi I/G Waajjira Qonnaa Aanaa Liban Cuqqaalaa Ob. Guddatoo Qaabatoofi ATEN Oromiyaatti Daayirekteera HLQ Ob. Birhaanuu Iddattiin kaayyoofi barbaachisummaa gamaaggamichaa ibsamee jalqabsiifameera.
Kanatti aansuunis gabaasni raawwii hojii iddoowwan lamaanii karaa "focal person" piroojektichaa dhiyaateera.
Kana malees, cuunfaan gabaasa raawwii hojii PLBTCDD waggoottan sadan darbaniifi karoorri hojii bara 2018 karaa ATEN Oromiyaatti B/B Daayirektoreetii Eegumsaafi Manaajimantiin Bosonaa Ob. Silashii Jabeessaatiin dhiyaatee mareen bal'aan irratti taasifameera.
Dhumarrattis, ciminaaleefi hanqinaalee hojicha keessatti mul'atan adda ba'anii dhiyaatanirratti maree bal'aa taasisaniiru.
Walumaagalatti, hojiin Lafa Bosonaafi Sirnakkoo Lafa Bosonaa Deebisanii dandamachiisuu Tulluuwwan lamaanirratti hojjetamaa ture hojii fooyyee qabuufi gara fuul-duraatti kana caalaa kutannoodhaan hojjechuu akka qaban irratti waliigaluun waltajjichi milkiin xumurameera.
Caamsaa 30/2018
Bishooftuu | 1 196 |
| 10 | Guyyaan Eegumsa Naannoo Addunyaa (World Environment Day) bara kanaa Marsaa 32ffaa akka biyya keenyaatti mata duraan "Climate Action: Clean Ethiopia" jedhuun qindeessuummaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Federaalaa, Naannoo Oromiyaafi Magaalaa Finfinneen iddoo misoomni qarqara lageenii itti gaggeeffamaa jiru Paartii Inxooxxoo jedhamutti bakka haanga'oonni Ol'aanaa Federaalaa, Magaalaa Finfinneefi Naannoo Oromiyaa argamanitti guyyaa har'aa kabajameera.
Kabaja guyyaa kanaanis iddoon gataafi xuraawwaa Magaalaa Finfinnee keessaa duraan xuree yeroo ammaan kana yaadama Muummicha Ministiraa Kabajamoo Dr. Abiy Ahmediin misooma qarqara lageenii Magaalaa Finfinnee paarkii Inxooxxoo keessatti kuduraaleefi muduraalee oomishamaa jiru daawwatameera.
Abbaan Taayitaa Keenyaas guyyaa har'aan kana guyyaa Eegumsa Naannoo kana kan kabaje yoo ta'u, caasaan Abbaa Taayitaa Keenyaa Godinaalee, Magaalotaafi Aanaalee jirtan karaa wal-fakkaataa ta'een akka kabajjan isiniin jenna.
Caamsaa 29/2018
Finfinnee | 1 571 |
| 11 | +1 Gabaasa waggaa Gafaachuu ta'a. | 1 122 |
| 12 | Ariifachisaa :- Godinaalee fi Magaaloonni Gabaasa waggaa bara 2018ti qopheessuudhaan hanga Waxabajjii 5 bara 2018 akka ergitan isin beeksisaa , Godinaaleen fi Magaalonni guyyaa jedhame kanaatti kan hin ergine yoo tahee kan itti gaafatamtan ta`u keessan isin beeksfinaa. | 1 105 |
| 13 | https://youtu.be/zFlK7F6uIwI?si=vN4qIuvmyyarINQb | 1 106 |
| 14 | Gabaasa Hojii Kenna Tajaajila.pdf | 1 142 |
| 15 | Manaajimantiin Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa hojii ijaarsa haaromsa Giddu-gala Laboraatoorii Eegumsa Naannoo Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti argamuu guyyaa har'aa daawwateera.
Daawwanichis I/A/Daayirekteera Ol'aanaafi I/Gaafatamaa Damee Bosonaa Obbo Boonaa Yaaddessaatiin durfamaa ooleera.
Hojiin ijaarsa haaromsa Giddu-gala Laboraatoorichaaf gara parsantaa 80tti tilmaamamu xumuramuusaa daawwannaa taasifamerraa hubachuun danda'ameera.
Caamsaa 27/2018
M/Noonnoo | 1 227 |
| 16 | Sirreefama Garagarumaa sadarkaa fi Mogafama Gitoota hojii.pdf | 1 296 |
| 17 | Baay'ee Ariifachiisaa:
Godinaalee 21 fi Magaala Shaggariif :- Leenjiin Ogummaa GIS irratti xiyyeeffatee Ogeessota Godinaaleef qophaayee ture (gaafa 26/09/2018 galanii bulanii gaafa 27/09/2018 irraa eegalee kennama jedhamee ture) sababa adda addaatin gaafa 02/10/2018 galamee bulamee gaafa 03/10/2018 irraa eegalee akka kennamu darbuu isaa isin hubachiisaa odeeffannoo dabalataatiif bilbila 0941163208 Tasfaayee ykn 0913162166 Afawarq irratti bilbiluu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna. | 1 416 |
| 18 | +1 xalayaa waamicha Leenjii Ogeessotaa GIS isinif erguu ta'a. | 1 804 |
| 19 | +1 Qamni isin ilaalatuu haala caasaa fooya'ee kanan akka itti fayyadamtan isin beeksifna. | 2 054 |
| 20 | Peeroolii ji'a Caamsaa bara 2018fi karoora imaala badhaadhinaa waggaa tokko,waggaa sadiifi waggaa shanii hatattaman akka ergitan isin beeksiifna. | 1 869 |
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 
