fa
Feedback
Oromia Environmental Protection Authority

Oromia Environmental Protection Authority

رفتن به کانال در Telegram
3 069
مشترکین
-224 ساعت
-27 روز
-1030 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '26
+35
در 0 کانال‌ها
ژوئن '26
+17
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+14
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+32
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+26
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+45
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+27
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+35
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+14
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+25
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+25
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+25
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+28
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+31
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+26
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+29
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+30
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+24
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+23
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+59
در 1 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+227
در 3 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+187
در 1 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+245
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+252
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+204
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+175
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+202
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+154
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+140
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+152
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+98
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+1 721
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
30 ژوئیه0
29 ژوئیه0
28 ژوئیه+2
27 ژوئیه0
26 ژوئیه+2
25 ژوئیه0
24 ژوئیه+2
23 ژوئیه+2
22 ژوئیه+8
21 ژوئیه+3
20 ژوئیه+2
19 ژوئیه0
18 ژوئیه+1
17 ژوئیه+2
16 ژوئیه+2
15 ژوئیه+1
14 ژوئیه+2
13 ژوئیه0
12 ژوئیه0
11 ژوئیه0
10 ژوئیه+2
09 ژوئیه+1
08 ژوئیه0
07 ژوئیه0
06 ژوئیه0
05 ژوئیه+1
04 ژوئیه0
03 ژوئیه+1
02 ژوئیه0
01 ژوئیه+1
پست‌های کانال
Karoora Sosochii Faalama Naannoo.pdf2.79 MB

2
https://www.facebook.com/OBNAfaanoromooPlus/videos/1074887208334397/?app=fbl
708
3
Faaruu Sosochii Faalama Naannoo Hir'isuu Marsaa Sadaffaa
Faaruu Sosochii Faalama Naannoo Hir'isuu Marsaa Sadaffaa
814
4
https://www.facebook.com/61560009941554/posts/122269890578333664/?app=fb
732
5
Duulli Sosochii Faalama Naannoo Hir'isuu marsaa 3ffaaf (Faalama Pilaastikaa, Sagaleefi Keemikaalota Hamoo Yeroon Irra Darbee)+3
Duulli Sosochii Faalama Naannoo Hir'isuu marsaa 3ffaaf (Faalama Pilaastikaa, Sagaleefi Keemikaalota Hamoo Yeroon Irra Darbee) irratti ATEN Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti gaggeessee milkiin xumurameera. Xumura waltajjichaarrattis, dhaabbilee/warshaalee seerota Eegumsaa Naannoo hojiirra oolchuun hojiisaanii raawwatan faalama naannoo hir'isuu keessatti kanneen fooyyee qaban afuriif (Mana Qalmaa Foonii Al-ergee Lunaa kan Magaalaa Moojootti argamu, Warshaa Waraqaa Kuruftuu kan Magaalaa Adaamaatti argamu, Dhaabbata Sibiilaa RMI It/G/Murtaa'ee kan Magaalaa Bishooftuutti argamuufi Paarkii Industirii AMG kan Magaalaa Shaggaritti argamuuf Waraqaan ragaa kennameefii jira. Adoolessa, 19/2018 Adaamaa
711
6
+8
بدون متن...
778
7
Oromiyaa Qulqullittii, Dhaloota Haa Dhaalchifnu!       ============ Duulli Sosochii Faalama Naannoo Hir'isuu (Faalama Pilaastikaa, Keemikaalota Hamoo Yeroon Irra Darbeefi Sagalee) marsaa 3ffaa guyyaa har'aa Magaalaa Adaamaatti bakka haanga'oonni Ol'aanaa Federaalaafi Naannoo Keenyaa; akkasumas, Godinaaleefi B/Magaalotaa argamanitti gaggeeffameera. Duula Sosochii kanarrattis Ob. Boonaa Yaaddessaa haasaa baniinsaafi baga nagaan dhuftanii erga jedhaniin booda It/A/D/Ol'aanaa ATEN Federaalaa Aadde Firrinesh Makuriyaa kaayyoofi barbaachisummaa sosochichaa dhiyeessuun jalqabsiisaniiru. Kanatti aansuun, barreeffamni ka'umsaafi karoora sosochii Faalama Naannoo Hir'isuu marsaa 3ffaa karaa Obbo Boonaa Yaaddessaa dhiyaatee mareen bal'aan irratti taasifameera. Kana malees, haala tajaajila "E-service" gargaaramuun hojicha milkeessuun danda'amurratti Karaa Ogeessa ATST Oromiyaa ob. Taajuddin Tamaam dhiyaateera. Waltajjichi I/GWMK Baadiyaa Ob. Destaa Nageessoofi It/A/D/Ol'aanaa ATEN Federaalaa Aadde Firrinesh Makuriyaafi Naannoo Oromiyaa Ob. Boonaa Yaaddessaan hogganamaa tureera. Dhumarrattis Duula Sosochii Faalama Naannoo Har'isuurratti hojjetamaa tureen milkaa'insa gaarii kan argamsiisee ta'uufi kan marsaa 3ffaa kanas ammarraa kaasuun itti deemuu akka qaban  Godinaaleefi B/Magaalotaa hundi irratti waliigaluun dhaadannoo "Naannoo Kunuunsuu Aadaa Haa godhannuu" jedhuun waltajjichi goolabameera.       Adoolessa, 19/2018            Adaamaa
725
8
Gamaaggamni raawwii hojii bara 2018fi karoora of danda'uu bara 2019 Abbaàn Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa Caasaa isaa Sada+9
Gamaaggamni raawwii hojii bara 2018fi karoora of danda'uu bara 2019 Abbaàn Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa Caasaa isaa Sadarkaa Godinaaleefi B/Magaalotaa waliin gaggeessaa oole milkiin xumurameera. Gamaaggama kanarrattis Ciminaaleefi hanqinaalee raawwii hojii bara 2018 keessatti mul'achaa turan adda ba'uun dhiyaataniiru. Dhumarratti qabxiilee dhiyaatanirratti yaadaafi mareen bal'aan erga irratti taasifameen booda, It/A/D/Ol'aanaafi I/G Damee Bosonaa Obbo Boonaa Yaaddessaa 1/ Jaarmiyaalee Naannoo keenya keessaa jiran kamiyyuu iddoo itti argamaniifi odeeffannoo guutuu isaanii teknoloojii ammaayyaatiin (Geo refernced) ta'ee qabachuufi odiittii Naannoo gaggeessuun qulqullinarratti fuulleffachuun hojjechuu, 2/ Bosonni Oromiyaa keessaa jiru (11.4 hek) ta'eefi Lafa caffa'aa jiru hundinuu daangeffamee (X-Y cordinate) qabaachuun egamuu akka qaba kallattii kaa'uun waltajjicha goolabaniiru.     Adoolessa, 18/2018           Adaama
795
9
Abbaàn Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa I/Gaafatamtootaafi Ogeessa Karooraa Waajjira Abbaa Taayitichaa Godinaalee 21fi B/Mag+9
Abbaàn Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa I/Gaafatamtootaafi Ogeessa Karooraa Waajjira Abbaa Taayitichaa Godinaalee 21fi B/Magaalotaa 23 waliin gamaaggama raawwii hojii bara 2018fi wixinee karooraa bara 2019rratti guyyaa har'aa Magaalaa Adaamaatti gaggeessee jira. Gamaaggamichis It/A/D/Ol'aanaafi I/G Damee Bosonaa Abbaa Taayitichaa Obbo Boonaa Yaaddessaatiin kaayyoofi barbaachisummaansaa erga ibsameen booda, gabaasni raawwii hojii bara 2018 Godinaa H/Bahaafi Sh/Lixaa; akkasumas, B/Magaalaa Bishooftuufi Shaggar dhiyaateera. Kanatti aansuun, gabaasni raawwii hojii bara 2018fi sirna karoora of danda'uu bara 2019 ATENO dhiyaachuun mariin irratti taasifamaa jira.     Adoolessa, 18/2018           Adaama
949
10
Wamicha Waltajjii.pdf
1 636
11
https://www.facebook.com/100064698339196/posts/pfbid02bSvksnAuJspYU6L24Fjeb7CJKXNCV9Yyd67x7bLg7dwzw3CWUi9AXxxzJvgbvSYvl/
2 043
12
Karoora Bara 2019 Godinaalee 21 fi Magaaloota 23 Qooqoodamee isinif erguu ta'a.Bara Hojii Gaarii isiniif haa ta`uu. Galatooma!!
2 075
13
Godina Sh/Lixaa Aanaa Ejersaa Lafootti kan argamu Lafa Bosonaa Tulluu Kooraa Deebisanii Dandachiisuufi jiruufi jireenya hawaa+8
Godina Sh/Lixaa Aanaa Ejersaa Lafootti kan argamu Lafa Bosonaa Tulluu Kooraa Deebisanii Dandachiisuufi jiruufi jireenya hawaasaa fooyyessuurratti Abbaan Taayitaa Eegumsa Nannoo Oromiyaa hojjechaa jirurratti hojii Ashaaraa Magariisaa bara 2019n hawwasa naannoo Bosona Tulluu Kooraa jiraataniin biqiltuun dhaabbateera. Adoolessa 2018
2 156
14
Haala gafatameen qindaa'e haa ergamuu.
1 964
15
Ragaa Gaafachuu Taha.
2 656
16
Godinaalee 21f: Ragaa qophii fi dhaabbii Biqiltuulee Sanyii biyya keessaa gaafachuu ilaala.
2 622
17
https://youtu.be/ZHQzUBHnc5g
2 901
18
Formii Madaallii Godinaalee fi magaalootaaf ergame kana guutuun hanga Waxabajjii 25tti akka nuf ergitan cimsinee isin beeksifna.
2 819
19
+9
بدون متن...
2 963
20
Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa guyyaa Eegumsa Naannoo Addunyaa akka Addunyaatti marsaa 53ffaa, akka Naannoo keenyaatti marsaa 33ffaa mata duree "Gochaan Jijjiirama Qilleensaa Qolachuu/Climate Action" jedhuun guyyaa har'aa Magaalaa Bishooftuu Hora Arsadeetti bakka haanga'oonni Ol'aanaa Federaalaa, Naannoo Keenyaa, Magaalaa Shaggar, B/M/Adaamaa, Moojoofi Bishooftuu; akkasumas, Abbootii Gadaafi hawaasaagaalaa Bishooftuu waliin hojii dhaabbii biqiltuu, daawwannaa Hora Arsadeefi marii paanaaliin kabajameera. Guyyaa kanas I/G Waajjira ATEN B/Magaalaa Bishooftuu Aadde Xayituu Yaamii ergaa baga nagaan dhuftanii erga dabarsaniin booda, B/B ATENO Obbo Sintaayyoo Bafiqaaduu kaayyoofi barbaachisummaa guyyaa Eegumsa Naannoo Addunyaa kabajamuu maal akka ta'e ibsaniiru. Kanatti aansuunis, dhaabbiin biqiltuu Haro Arsadeerratti taasifameera. Dhumarratti, mata duree "Climate action for sustainable development in Ethiopia" (Challenges and apportunities) jedhurratti karaa B/saafi qorataa Yuniversiitii Naannoo Oromiyaa Dr. Caalaa Dachaasaan dhiyaatee mareen bal'aan irratti taasifameera. Walumaagalatti, ibsaafi maree taasifame kanaarraa rakkoo jijjiirama qilleensaa hambisuu keessatti hojiin dhaabbii biqiltuufi biqiltuuwwan dhaabbatan eeguufi kunuunsuun murteessaa ta'uu hubachuun hirmaattonni ga'ee isaanirraa eegamu ba'achuu akka qaban irratti walii galuun sagantichi milkiin goolabameera. Waxabajji 16/2018 Bishooftuu
1 542