en
Feedback
Oromia Environmental Protection Authority

Oromia Environmental Protection Authority

Open in Telegram
3 070
Subscribers
-124 hours
+67 days
-730 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+18
in 0 channels
August '26
+41
in 0 channels
Get PRO
July '26
+37
in 0 channels
Get PRO
June '26
+17
in 0 channels
Get PRO
May '26
+14
in 0 channels
Get PRO
April '26
+32
in 0 channels
Get PRO
March '26
+26
in 0 channels
Get PRO
February '26
+45
in 0 channels
Get PRO
January '26
+27
in 0 channels
Get PRO
December '25
+35
in 0 channels
Get PRO
November '25
+14
in 0 channels
Get PRO
October '25
+25
in 0 channels
Get PRO
September '25
+25
in 0 channels
Get PRO
August '25
+25
in 0 channels
Get PRO
July '25
+28
in 0 channels
Get PRO
June '25
+31
in 0 channels
Get PRO
May '25
+26
in 0 channels
Get PRO
April '25
+29
in 0 channels
Get PRO
March '25
+30
in 0 channels
Get PRO
February '25
+24
in 0 channels
Get PRO
January '25
+23
in 0 channels
Get PRO
December '24
+59
in 1 channels
Get PRO
November '24
+227
in 3 channels
Get PRO
October '24
+187
in 1 channels
Get PRO
September '24
+245
in 0 channels
Get PRO
August '24
+252
in 0 channels
Get PRO
July '24
+204
in 0 channels
Get PRO
June '24
+175
in 1 channels
Get PRO
May '24
+202
in 0 channels
Get PRO
April '24
+154
in 0 channels
Get PRO
March '24
+140
in 0 channels
Get PRO
February '24
+152
in 1 channels
Get PRO
January '24
+98
in 0 channels
Get PRO
December '23
+1 721
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
22 September+3
21 September0
20 September+4
19 September0
18 September+5
17 September+1
16 September+1
15 September0
14 September0
13 September0
12 September+1
11 September0
10 September0
09 September0
08 September+1
07 September0
06 September0
05 September+1
04 September0
03 September0
02 September+1
01 September0
Channel Posts
+1
Xalayaa waa'ee Mancaatii Bosonaa Isiniif Erguu ta'a.

2
Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa hojii kenna tajaajila lammuumaa ilaalchisee Magaala Jimmaatti Qaammee 4/2018 bakka G+4
Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa hojii kenna tajaajila lammuumaa ilaalchisee Magaala Jimmaatti Qaammee 4/2018 bakka Gorsaan ATENO Obbo Gazzahaany Kabbadaa, Ittigaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Jimmaa obbo Waasee Girmaafi koreewwan kenna tajaajilaa lammummaa ATENO argamanitti barattoota harka qalleeyyii ta’an 250f dabrtara darzana 250fi qalama paakii 50 kenneef jira. Kana malees, namoota harka qalleeyyiifi qaama miidhamtoota ta’an 210f daakuu kiiloograama kudhan kudhaniifi zayita dhangala’aa abbaa litira shan shanii tokkoo tookkoo isaaniif gumaachee jira.
575
3
+8
No text...
646
4
+9
No text...
1
5
Namni Uffata Malee, Dacheen Bosona Malee Hin Miidhagdu!              ========== Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa Sirna Jalqabsiisa Piroojkitii Tulluu Roggee Misoomsuu, Bulchiinsa Bosonaa Ittifufsiisuufi Deebisanii Dandamachiisuu guyyaa har'aa Magaalaa Walisoorra jalqabsiiseera. Sirna jalqabsiisuu Piroojkitichaarratti hojjettoota ATEN Oromiyaa, Biiroo Maallaqa Oromiyaa, Waajjira ATEN Godina Sh/Ki/Lixaa, Bulchaafi I/A/Bulchaa Aanaa Ammayyaafi hojjettoota Sektera Daldala, Maallaqaa, Bishaan, Gurmaa'insaafi Ogeessa Bosonaa Aanaa Ammayyaa; akkasumas, Bulchitoota Gandaalee Tullicha daangessaanii argamaniiru. Sirna jalqabsiisuu piroojektichaarratti I/G/ATEN G/Sh/Ki/Lixaa ob. Daanyaachoo Tashoomaa ergaa baga nagaan dhuftanii erga jedhaniin booda kaayyoofi barbaachisummaan piroojekticha karaa B/Bu'aa ATENO Ob. Birhaanuu Iddatti dhiyaateera. Kanatti aansuun barreeffamni "Yaad-rimeen lafa bosonaa deebisanii dandamachiisuufi bulchiinsa bosonaa ittifufiinsa qabu mirkaneessuu" jedhurratti karaa B/bu'aa Day. Eegumsaafi Manaajimantiin Bosonaa ob. Silashii jabeessaa dhiyaateera. Dhumarratti karoorri lafa bosonaa Tulluu Roggee Misoomsuufi deebisanii dandamachiisuu karaa Ogeessa Bosonaa ATENO Ob. Dastaa Maammootiin dhiyaatee mareen bal'aan irratti taasifameera. Dhumarrattis, karoora dhiyaateefirratti maree bal'aa irratti taasisuun raawwisaaf kutannoo cimaan hojjechuuf waadaa seenuun waltajjichi milkiin xumurameera.              Fulbaana 9/2019               Walisoo
653
6
Sirreeffama Beeksisa Guyyaa Qormaata Bareeffamaa Jijjiirraa Keessaa guyyaa 07/1/2019 maxxanfame irratti taasifame.
868
7
Beeksisa Godinaalee 21fi Bulchiinsa Magaalotaa 23f Gabaasa raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara hojii 2019 guutuusaa ‘‘Narration & Excel’’ hojiiwwan raawwataman suuraan deggeruun hanga gaafa Fulbaana 12/2019tti akka nuu (Naannoo) ergitan cimsinee isin beeksifna.                                 Nagaa Wajjiin!                                 ATEN Oromiyaarraa
1 180
8
Beeksisa_Guyyaa_Qormaata_Barreeffamaa_Dorgomtoota_Jijjiirraa_keessaa.pdf
1 022
9
+8
No text...
1 468
10
‘‘Oromiyaa Qulqulluu Dhaloota Haa Dhaalchifnu!’’   Duulli Sosochii Faalama Naannoo Hir’isuu Marsaa 3ffaa (Faalama Pilaastikaa, Keemikaalota Hamoo Yeroon Irra Darbeefi Faalama Sagalee) Godinaalee 21fi Bulchiinsa Magaalotaa 23 keessatti haala ho’aan gaggeeffamaa tureera. Sosochii taasifamaa ture kanaanis, warshaalee pilaastika (peestalii) yeroo tokko qofaaf tajaajilu oomishaniifi ittifayyadamanirratti tarkaanfiin bulchiinsaafi seeraa barsiisaa ta’e irratti fudhatameera. Tarkaanfilee fudhataman kaaanis, iddoo hundatti haalli oomishaafi ittifayyadamni pilaastikaa (peestalaa) kan hir’atee ta’uu deggersaafi hordoffii gareen suuppervizhinii Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa Godinaaleefi B/Magaalotaa hundarratti taasiseen hubachuun danda’ameera.   Dabalataanis, ragaan haalaafi bakka itti kuufama isaanii keemikaalota hamoo yeroon irra darbe ibsu funaanamee sadarkaa naannoo qaqqabee jira. Haala kanaanis, keemikaalonni hamoo yeroon itti darbeefi miidhaa hamaa geessisan funaanamanii qaama maqsuu danda’uun akka maqfamaniif Abbaan Taayitichaa xiyyeeffannoon hojjechaa jira.   Kana malees, faalamni sagalee hir’isuuf akkaataa istaandardii ka’ameen bakka hundatti hojiirra akka ooluuf hubannoo hawaasaa gabbisuu ciminaan irratti hojjetamaa jira. Kunis ji’a Fulbaanaa bara 2019 kana keessatti xiyyeeffannaa addaan kan irratti hojjetamu ta’a. Fulbaana, 2019 Finfinnee
1 259
11
"Guubeefi Shinooyyeen Calaqqee Eenyummaa Oromooti!" Daayirektara Ol'aanaa ATEN Oromiyaa Obbo Seeyifudiin Mahaadii ===========+9
"Guubeefi Shinooyyeen Calaqqee Eenyummaa Oromooti!" Daayirektara Ol'aanaa ATEN Oromiyaa Obbo Seeyifudiin Mahaadii      =============== Qaammee 3/2018 Guyyaa Cichoominaa sababeeffachuun dardarraniifi shamarran Oromoo guyyaa har'aa Magaalaa Finfinnee keessatti goobeefi shinooyyee taphataniif Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa mijuu aadichaa ta'u qopheessuun simannaa ho'aa taasiseef jira. Simannaa kanaanis Daayirektara Ol'aanaa Abbaa Taayitichaa Obbo Seeyifudiin Mahaadii aadaa uummata Oromoo bal'aa kana Magaalittii keessatti agarsiisuu isaaniif baayyee galateeffachaa aadaan kun karaa safuufi duudhaa uummatichaa eegeen dhalootarraa dhalootatti ceesisuu akka qabamuuf cichoominaan irratti hojjeetamuu qaba jechuun dhaamsa dabarsaniiru. Dhumarrattis, dargaggootaafi shamarran aadaa isaanii agarsiisan kanaa jajjabeessuuf qarshii 100,000 karaa Daayirektara Ol'aanaa mana hojichaan kannameef jira.       Qaammee 3/2018        Finfinnee
1 569
12
+1
Xalayaa Keemikaala Yeroon irra darbe Akka Nuuf Ergitan.
1 436
13
Qaammee 1/2018 "Guyyaa Oomishitummaan, Olka'insa Biyyaaf!" mata duree jedhuun Hooggantoonniifi Manaajimantiin Sekteraalee Kil+8
Qaammee 1/2018 "Guyyaa Oomishitummaan, Olka'insa Biyyaaf!" mata duree jedhuun Hooggantoonniifi Manaajimantiin Sekteraalee Kilaastera Misooma Baadiyyaa Sadarkaa Naannoo jiran oomisha qamadiifi xaafii Godina Sh/Bahaa Aanaa Lumee keessatti kilaasteraan iomishamaa jiruufi Warshaa Seraamikii oomishu Magaalaa Mojoo keessatti argamuufi oomisha Paappayyaafi Muuza naannoo Magaalaa Adaamaa keessatti oomishamaa jiru daawwataniiru.
1 386
14
Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa kenna tajaajila lammummaaf baajata hoj-adeemsiftu mana hojichaa Bara 2019 irraa %2 q+6
Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa kenna tajaajila lammummaaf baajata hoj-adeemsiftu mana hojichaa Bara 2019 irraa %2 qabamee jiru keessaa barattoota harka qalleeyyii  Godina Gujii Lixaa Magaalaa Bulee Horaa keessaa jiraatan lakkoofsaan 25 ta'aniif deggersa meeshaalee barnootaa dabtaraafi qalama bituun bakka I/Gaafatamaan Waajjira ATEN B/Magaalaa Bulee Horaa Obbo Lammeess Boruu argamanitti guyyaa har'aa gumaacha taasisee jira.        Hagayya 18/2018          B/Horaa
1 439
15
Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Bul/Magaalaa Baatuu Duula Sosochii Faalama Naannoo Hir'isuu marsaa 3ffaa gaggeessee jira. Duu+8
Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo  Bul/Magaalaa Baatuu Duula Sosochii  Faalama Naannoo Hir'isuu marsaa 3ffaa gaggeessee jira. Duula Sosochii kanarrattis, I/G Paartii badhaadhiina Magaalaa,It/A Kantiibaa Magaalaafi I/G ATEN Magaalaa Baatuu Aad.Buziyyee Tolaa, Day.THHOSEN ATENO Ob.Tamasgeen Ittaansaa, Af yaa'ii Magaalaa Baatuu, hooggantota Magaalaafi Gandootaa, Manneen Amantaa, Manneen Barnootaa, Afooshaalee,  Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee, hooggantoota dhaabbilee garagaraafi dargaggootaa magaalaa; akkasumas, miisensoota woldaalee qulquulliina magaalarratti hojjatanii argamaniiru. Sosochii kanarrattis barreeffamni mareef ta'u "faalama pilaastikaa, keemiikaala hamoofi Elektiroonii dhabamsiisuu; akkasumas,faalama sagalee xiiqqessuu" kanneen jedhamanirratti karaa ob. Tamasgeen Ittaansaa dhiyaachuun mareen bal'aan irratti taasifameera. Dhumarratti dhaabbiileefi waldaalee eegumsa naannootiin foyyee qabaniif sirna bekamtii waraqaa ragaa kennameef waltajjichi milkiin goolabameera.      Hagayya, 2018      Baatuu
1 348
16
Hub: Ragaa Gabaasa Ashaaraa Magariisaa akka biyyatti Adoolessa 27/2018 dhabbate Magalootni kutaa Magaalaa isin jila jiruu fi Godinaaleen ammoo Aanaalee isin jala jiran qindeessuu dhaan hatattaman hanga gaafa guyyaa 15/12/2018tti akka ergitan isin beeksifna.
1 936
17
Hub: Ragaa Ashaaraa Magariisaa Magalootni kutaa Magaalaa isin jila jiruu fi Godinaaleen ammoo Aanaalee isin jala jiran qindeessuu dhaan hatattaman hanga gaafa guyyaa 15/12/2018tti akka ergitan isin beeksifna.
1
18
Hub: Ragaa Ashaaraa Magariisaa Magalootni kutaa Magaalaa isin jila jiruu fi Godinaaleen ammoo Aanaalee isin jala jiran qindeessuu dhaan hatattaman hanga gaafa guyyaa 15/12/2018tti akka ergitan isin beeksifna.
1
19
Karoora Sosochii Faalama Naannoo Marsaa 3ffaa Fooyya'e
2 538
20
Urgent: Godinalee hundaaf akuma beekamuu ji'ota lamaan darban sagantaan OFLP-ERP waliin hojii karoora umataa (community action plan) kafaltii kaarboonii akka hojachaa turtan niyaadatamaa. Hatahuu malee "haard coopii" ragaa karoora kana sadarkaa godinaa fi Naannotti walitti qabuuf rakkisaa waan ta'eef fi dabalataan Bankii aduunyaa (WB)f ragaa kana haala odeefanno gutuu qabuun eerguu dirqama dha. Kanaafuu isiinis kanuma hubatanii gucini ykn foormiin haala gaafatuun fi off-eggannon guttani akka eergitan cimisinne isiin beeksifinaa. Hubachisaa: "haard coopii" ragaa karoora kana sadarkaa gandaa fi Aanaatti faayilii qabaate qindaa'ee akka ta'uu gochuun akka hin dagataminne.
2 737