cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Desalegn B.

Just to share training materials prepared for lawyers!

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya1 484Til belgilanmaganQonun2 082
Reklama postlari
3 908
Obunachilar
+824 soatlar
+1057 kunlar
+44630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Meeshaan Qaraxa Gumurukaa Irraa Bilisa Gale Nama Biroo Mirga Qaraxa Gumurukaa Irraa Bilisa Galchuu Qabuuf Darbuu Ni Danda'aa? Haalli Itti Nama Mirga Bilisa Galchuu Hin Qabneef Darbuu Danda'uhoo Ni Jiraa? €€€€€✓✓€€€€€✓✓✓€€€€€€✓✓✓✓ Waa'ee Qabeenya Qaraxa Gumurukaa Irraa Bilisa Gale Dabarsuu 1) Meeshaan kaappitaalaa ykn meeshaan ijaarsaa qaraxa gumurukaa irraa bilisa gale nama biroo mirga qaraxa gumurukaa irraa bilisa galchuu qabuuf darbuu ni danda'a. 2) Kwt kana Kwt xiqqaa (1) jalatti kan tumame jiraatus, qaraxa gumurukaa kaffalamuu qabu dursanii kaffaluudhaan meeshaalee kaappitaalaa ykn ijaarsaa qaraxa gumurukaa irraa bilisa gale kamiyyuu nama biroo mirga qaraxa irraa bilisa galchuu hin qabneef dabarsuun ni danda'ama. 3) Abbaan qabeenyichaa, meeshaalee kaappitaalaafi ijaarsaa qaraxa gumurukaa irraa bilisa galche deebisee biyyaa akka bahu taasisuu ni danda'a. 4) Akkaataa kwt kana Kwt xiqqaa (2)tiin meeshaan qaraxni gumurukaa osoo irratti hin kaffalamin biyya gale nama mirga bilisa galchuu hin qabnetti kan darbuu danda'u akkaataa qajeelfama Abbaa Taayitaa gibiraatiin murtaa'uun, haalonni akka darbuuf dirqisiisan yoo jiraatan qofa ta'a. (Waraabbii Ingilishii, kan dhama qabeessa fakkaatu irraa kan hiikame)     (Dambii Jajjabeessituu Investimentii Mana Maree Ministeerotaa Lakk.517/2014 Kwt 14) ከጉምሩክ ቀረጥ ነፃ ሆኖ የገባ ዕቃን ስለማስተላለፍ 1) ከጉምሩክ ቀረጥ ነፃ ሆኖ የገባ ማናቸውም የካፒታል ዕቃ ወይም የግንባታ ዕቃ ተመሳሳይ የጉምሩክ ቀረጥ ነፃ መብት ላለው ሰው ሊተላለፍ ይችላል:: 2) በዚህ አንቀጽ ንዑስ-አንቀጽ (1) የተደነገገው ቢኖርም አስቀድሞ ተገቢው የጉምሩክ ቀረጥ ተከፍሎ ከጉምሩክ ቀረጥ ነፃ ሆኖ የገባ ማናቸውም የካፒታል ዕቃ ወይም የግንባታ ዕቃ የጉምሩክ ቀረጥ ነፃ መብት ለሌለው ሰው ሊተላለፍ ይችላል:: 3) ባለሀብቱ ከጉምሩክ ቀረጥ ነፃ ሆኖ ያስገባውን የካፒታል ዕቃ ወይም የግንባታ ዕቃ መልሶ ከሀገር እንዲወጣ ማድረግ ይችላል:: 4) በዚህ አንቀጽ ንዑስ-አንቀጽ (1) መሠረት ቀረጥና ታክስ ሳይከፈልበት ወደ ሀገር ውስጥ የገባ ዕቃ የጉምሩክ ቀረጥ ነፃ መብት ለሌለው ሰው ሊተላለፍ የሚችለው የታክስ ባለስልጣኑ በሚያወጣው መመሪያ የሚወሰን ለማስተላለፍ የሚያስገድዱ ሁኔታዎች ሲኖሩ ብቻ ይሆናል::     (የኢንቨስትመንት ማበረታቻ የሚኒስትሮች ምክር ቤት ደንብ ቁጥር 517/2014 አንቀጽ 14)    Desalegn B.
Hammasini ko'rsatish...
👍 4
☝️☝️☝️☝️
Qabiyyeen 'Power Point' olitti ibsamee: 👉Investimentii jechuun maal jechuudhaa? 👉Bulchiinsa investimentii biyya keenyaa keessatti Mootummaa FDRIfi Naannoo Gahee Akkamii Qabu? (Hariiroo Heerafi Seerota biroo irraa madde) 👉Labsiin Bulchiinsa Investimentii Federaalaa, Labsiin Lakk.1180/2012 Waldiddaa Dhimma Investimentii (Investment Disputes) fi Komii investimentii bifa kamiin ibsaa? 👉Labsiin Bulchiinsa Investimentii Naannoo Keenyaa, Labsiin Lakk.249/2015 Waldiddaafi Komii investimentii bifa kamiin hiike? 👉Himannaawwan mirgi qabeenyaa seerota birootiin eegaman sarbamuu ibsuun akka naaf kabajamu jechuun dhiyaatan (Fakkeenyaaf namni bu'uura SHH Kwt 1149tiin himannaa Abbaa qabiyyummaa (jeequmsaa) dhiyeessu, qonnaan bulaan bu'uura Labsii Lakk.248/2015tiin himannaa dhiyeessu, namni bu'uura Labsii Lakk.1161/2011tiin beenyaa gaafatu), keessattuu wayita investerri garee falmii ta'u, waldiddaa dhimma investimentii ni ta'aa? 👉Garaagarummaan Waliigaltee Piroojektii Investimentiifi Liizii Maalidha? 👉Waajjirri Lafaa akkaataa Waliigaltee Liiziitiin dirqama lafa na harkaan gahuu isaa hin baane waan ta'eef akka na harkaan gahu naaf haa murtaa'u jechuun investerri mana Murtii idileetti himannaa dhiyeessuu ni danda'aa? (Murtii Dhadd.Ijib.MMWF Ga.Lakk.ta'e irratti kenname) 👉Koreen raawwachiistuu Dhimma Investimentii Dhimmoota Akkamii Irratti Aangoo Qabaa? Murtii Akkamii Kenna? 👉Koreen kun Murtii isaa Ofumaaf Raawwachiifataa? 👉Dhaddachi Idilee MMWO Aangoo Oliyyannoomoo Aangoo 'Review' gochuu qabaa?
Gaaffilee Ani 'Power point'icha keessatti kaase hedduu waan ta'aniif, qorannoo garaagaraatifis isin fayyaduu waan danda'aniif obsaan dubbisaa!! Enjoy reading it!! Barreeffamicha dubbisuu yoo barbaadde pdf olii banadhu.🙏   
     Desalegn B.
Hammasini ko'rsatish...
👍 21
INVESTIMENTII, NEW, 2016 BY DESALEGN B..pdf5.19 KB
👍 4 2
Qajeelfama Deggersaa fi Hordoofii.... (1).pdf5.81 MB
QAJEELFAMA HAARAYA Lakk. 2.2016 (1).PDF2.45 MB
Dambii Bulchiinsa Invastimantii Naannoo Oromiyaa Lakk.244.pdf11.57 MB
Labsii Investimentii Lakk.249 bara 2015 (1).pdf3.40 MB
👍 3
Qajeelfama Jajjabeessituuwwan Inv.Lakk.941-2023pdf.pdf1.22 MB
👍 4
Dambii Jajjabeessituuwwan Invest-517-2022.pdf3.93 MB
👍 4
Dambii Investmentii Lakk.474.pdf3.08 MB
👍 4