MADDA QOOSAA
Відкрити в Telegram
1 789
Підписники
-324 години
-87 днів
-2430 днів
Архів дописів
1 789
"Jaalalli jiraannaan maallaqni suuta jedhee dhufa" jennaanin, "suuta jedhaa walumaan koottaa" naan jette💔😁Shit
1 789
Maraadhuu carraa kee yaali, utuu peestaalii funaantuu warqee argachuu dandeessaa🥹😃
Gorsa Obbolummaa🥺
1 789
#Beeksisa
Namoonni telegrsm channel qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan karaa username:@Milkesa_Oro1 nu quunnamuun gurgurachuu dandeessu.
Active kan ta'e qofa. 🥺
1 789
Namni chaanalii content'n isaa barnoota ta'ee fi hordoftoota 5k ol qabu gurgurachuu barbaaddan karaa username 👉@Milkoo_man nu quunnamaa. Isin irraa binna.
Active ta'uu qaba.
1 789
Baradhe ofiin jedha, garuu Inni Facebook fi TikTok'n " people you may know" jedhee fiduuf, Jaalallee jaalallee isaa ta'uu hin beeku. 😬
1 789
Doktora: Akaakayyuu keetti nagaa naaf himi.
Dhukkubsataa: Akaakayyuun koo du'eera bar.
1 789
Bara yeroo dhumaaf Cheelsiin Arsenaal injifate.
1️⃣ bunni shiniin tokko qarshii 3-5 ture.
2️⃣ Warri bara sana wal jaallataa turan amma wal fuudhanii, ijoollee lama, sadi faa argataniiru.
3 Bilbilli keenya 2G fi 3G ture. Har'a 4G fi 5G dhufeera!
4 Bara sana bunni kiiloon 1 qarshii 60-80 ture, amma gara 1300 ti.
5. Bara sana hoolaa gabbataan 1 qarshii 3k ture. Har'a garuu 3k tiin lukkuu yyuu huuqqattuushee bitta.
6. Akkasuma goromsi bara sana dhalatte har'a ofiifuu dhaltee ilmoo qabdi!
7. Daa'imman bara sana A, B, C... jedhanii barataa turan har'a walaloo nuuf barreessuu danda'u!
8. Addunyaa irratti namni 'AI' fi 'ChatGPT' beeku hin jiru ture. Har'a garuu barattoonni keenya isaan qormaata hojjetachaa jiru.
9. Namni keenya bara sana biyya alaatti video haasa'uuf 'imo' qofa fayyadama ture! 📞📱
10. Bara sana iPhone 11 qofatu ture, har'a garuu 18 iyyuu dhufeera jedhu.
11. Bara sana Data 20MB qarshii 3n bitnee ittiin oolla turre. Har'a garuu 1GB iyyuu sa'aatii tokkotti dhumata.
😂😂😂😂😂
kan hafe itti guutaa...
1 789
"Na dhabuu keetti ni gaabbita!" naan jette. Maallaqa of seeteyi laata? 😬
https://www.facebook.com/share/182DnndrEs/
1 789
nuti Dhiitonni:-
Gurraattii ni jajjabeessina🤝
Diimtuu ni tasgabbeessine😜
Magaala ni fuuna👌
Waadaadha.
1 789
Jaalalleen kee Game homaa bilbila ishee irraa hin qabdu taanan, suma akka #game tti sitti taphachaa jirti. Dammaqi bro! 😔
1 789
✅Dubartoonni
👉Umurii 5 tti, Abbaa Ishee
👉Umurii 18 tti, Jaalallee ishee
👉Umurii 25 tti, Abbaa manaa ishee
👉Umurii 40 tti Ilma ishee😁
Dubartoonni Yoomuma dhiira qarshii gaafachuu dhiisuu?😁
1 789
Bara namni Udaan dubbisee dhibee namaa argu keessatti; text koo dubbiftee dhibee koof dawwaa laachuu dadhabde.💔
