uk
Feedback
Gola Seeraa Sabaa'if Guyyaasaa

Gola Seeraa Sabaa'if Guyyaasaa

Відкрити в Telegram

𝐀𝐛𝐨𝐮𝐭-𝐋𝐚𝐰 𝐢s a 𝐋eading 𝐄-𝐋egal 𝐒ervice 𝐏odium, 𝐖hich 𝐢s 𝐒et 𝐔p 𝐛y 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐚'𝐢𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭o 𝐏rovide 𝐕arious 𝐋egal 𝐒ervices! (𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐀,𝐄𝐓𝐇𝐈𝐎𝐏𝐈𝐀 & 𝐖𝐎𝐑𝐋𝐃) Contact Us:- 𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤:

Показати більше
1 123
Підписники
+124 години
+57 днів
-330 день
Архів дописів
Murtii Ijibbaataa MMWF Dh/Ijibbaataa MMWF murtii dirqisiisaa galmee lakk.249569 ta'e irratti dhaddacha gaafa guyyaa 6/2/2017 oolerratti kenneen "lafa qabiyyee nama tokkoo ta'e dantaa uummataaf jecha bu'uura seeraan diriireen akka gad lakkisu osoo hin taasisin irraa fuudhuun nama 3ffaatiif dabarsanii ragaa abbaa qabiyyummaa kennuufiin mirga qabiyyee irratti dabaluu(darrabuu) waan taheef mirga qabiyyee dura horatame irratti jijjiiramni fidu hin jiru. Lafa haala kanaan abbaa qabiyyeerraa fuudhanii nama 3ffaatti dabarsuun gocha seeraa alaati. Namni 3ffaan haala kanaan qabiyyee sana qabate ragaa abbaa qabiyyummaa lafichatti qabaachuu kaasuun falmuun fudhatama hin qabu. Abbaan qabiyyee duraanii mirga beenyaa fi lafa bakka bu'iinsaa gaafachuu eeguufiin mirgi qabiyyummaa qabaachuu nama goonfachiisu beenyaa gaafachuu qofa akka ta'etti hubachuun kan murtaa'e waan taheef kunimmoo dogoggora. kanaafuu laficha abbaa qabiyyee abbaa qabiyyee duraatiif gad lakkifamuu qaba"jechuun murtii MM/Aanaa Magaalaa Sulultaa kenne cimsuun kan manneen murtii sadarkaan jiran murteessan diigee murteesseera.

Kakuun deeggarame iyyannoo sobaan dhiheessun yakkaan akka nama akka adbsiisuu ni beektuu? Namni tokko qabeenya kafaltii abba seerummaa kafaluu kan hin qabne yoo tahe mirga haqa argachuu sababa maallaqaatin dhabuu waan hin qabneef seerri deemsa falmii hariiroo hawwaasaa kwt. 468 fi tumalee itti aanan, akkasumas kewata 205 bu'uurefachuun himanna dhiheessu akka danda'uu tumamee argama. Haa tahu malee namoonni  tokko tokkoo osoo qabeenya gahaa qabanii, soban qabeenya akka hin qabne ofi fakkeessu bu'uura sdfhh kewata 205tin jecha kakuutin  deggaranii himanna yeroon dhiheessan ni mullata. Kanaf himataan osoo qabeenya qabuu hin qabu jechuun himanna isaa sobaan dhiheesse fi dhaddacha dhihachun  himanna kakuudhan dhihaate kana kan mirkaneesse yoo tahe argamee, himanna yakka haaraa hundessuun osoo hin barbachiifne galmee laalama jiru  sana irratti hidhaa salphaa waggaa 1 hin caalleen adabamuu akka danda'uu tumaa seera dfhh, kewata 481 fi seera yakkaa bara 1996 bahe kewata 452 jalatti tumame kan argamu, akkasumas manni murtii waliigalaa dhaddachii ijjibataa federaalaa lk.galmee 220108 ta'e irratti hiikoo dirqisiisaa kenne argama. Himanna sobaa dhiheessu irraan ofii haa qusannuu Credit:- Qixxeessaa

Unkaa/Foormii Waliigaltee kiraa lafa qonnaa baadiyaa!
Unkaa/Foormii Waliigaltee kiraa lafa qonnaa baadiyaa!

Adabbii Daangessuuf Miidhamaa Waliin Araaraamuu fi Beenyaa Kanafaluun Haal-duree ta’uu ni Danda’aa? =========================
Adabbii Daangessuuf Miidhamaa Waliin Araaraamuu fi Beenyaa Kanafaluun Haal-duree ta’uu ni Danda’aa? ================================== Adabbii yakkaa daangessuuf yakkamaan daangaa yeroo fi akeekkachiisaan yoo gad-lakkifame irraa barata, yakka biroo hinraawwatu, amalli isaa bisirraa’a jedhee Manni Murtii yoo itti amane gahaa akka ta’ee fi kanaan ala yakkamaan miidhamaa waliin araaramuus ta’ee beenyaa kanfaluu fi dhiisuun akka haaldureetti akka fudhatamu bu’urri seeraa gaafatu akka hinjirre bal’inaan ibsuudhaan Dh Ijbt MMWF glme Lkk 185700 fi glme Lkk 266395 irratti hiikkoo dirqisiisaa kennee jira.

Qajeel. qabiyyee durii seeraa qabsisuu.pdf

Qajeelfama lakk.37.2018.pdf

#Guca_iyyannoo_gidduu_lixxummaa ittin dhiyaatu!
#Guca_iyyannoo_gidduu_lixxummaa ittin dhiyaatu!

#Guca_Baadiinsa_nama (declaration of absence) Labsisiisuuf Iyyannaa Dhihaatu.
#Guca_Baadiinsa_nama (declaration of absence) Labsisiisuuf Iyyannaa Dhihaatu.

Foormii Waliigaltee Fuudhaa fi Heerumaa⤵️ Akkaataa bu’ura SMO kewt. 60 jalatti tumamee jiruun, waliigalteen fuudhaa fi heerum
Foormii Waliigaltee Fuudhaa fi Heerumaa⤵️ Akkaataa bu’ura SMO kewt. 60 jalatti tumamee jiruun, waliigalteen fuudhaa fi heerumaa tokko barreefamaan yoo ta’uu baatee fi ragaan namni 4, ragaan namni 2 gara Haadha Warraatii, ragaan namni 2 ammoo gara abbaa warraatiin yoo irratti mallatteessan malee bu’aa hin qabaatu jechuun ifatti tumameera. ➡️ Waliigalteen tokko foormii seeraan kaayame kana guutuu baannaan fudhatama hin qabu. ⛔️ Waliigalteen tokko yeroo godhamu foormii fi ulaagaa seeraan kaayame kan guutamuu qabu osoo hin guutin yoo godhame bu’aa seeraa kan hin qabneedha.

Mana yeroo kireeffattan waligaltee barreeffamaa taasisaa! Sababni isaas; wabii gahaa argachuuf ykn itti gaafatamummaa hordofs
Mana yeroo kireeffattan waligaltee barreeffamaa taasisaa! Sababni isaas; wabii gahaa argachuuf ykn itti gaafatamummaa hordofsiisuuf Nama gargaara! Foormiin waligaltee kiraa manaa kinooti!

Shakkamaan Yoo Bade A/Alangaa Galmee Qorannoo Bu'uura SDFY kwt 42(1) tiin Cufuu Ni Danda'aa ❓ ✅ Akkaataa Sdfy kwt 42(1) tiin himannaa dhiyeessuun kan hin danda'amne: 🅰️ A/Alangaa ragaa gahaan balleessaa taasisu kan hin jirre ta'uu yoo hubate. 🅱️ Nama shakkame argachuun kan hin danda'amne yoo ta'ee fi bakka hin jirretti himannaa ilaaluun kan hin danda'amne yoo ta'eedha ✅ Egaa Haala ijaarama tumaawwan SDFY kwt 42 [1{A Fi B}] hubachuun akkuma danda'amu; tumaa xiqqaa (b)'n k raawwatiinsa kan qabaatu galmeen qorannoo yeroo qoratamu gochi Yakkaa raawwachuu isaaf ragaa gahaan jiraachuu fi eenyummaan raawwataa yakkichaa ragaadhaan mirkanaa'ee garuu immoo raawwataa yakkichaa argachuuf kan hin danda'amne yoo ta'ee fi Himannicha bakka hin jirretti dhagahuun kan hin danda'amne yoo ta'eedha. 👉 Raawwataan yakkichaa argamuu dhabuuni fi bakka inni hin jirretti ilaalamuu dhabuun himannaa walitti hidhamee dubbifamuu qaba. ✅A/Alangaa Galmee Qorannoo kana qorachuun ragaan dhiyaate gochi Yakkaa raawwatamuu haala gahaa ta'een kan mirkaneessu fi eenyu akka raawwate kan agarsiisu yoo ta'e; hojiin A/A inni itti aanu 'himannichi bakka himatamaan hin jirretti ilaalamuu ni danda'a moo hin danda'u ' kan jedhu adda baasuun bakka himatamaan hin jirretti kan hin ilaalamne yoo ta'e Murtii "hin himachiisu" jedhu dabarsuu akka qabu kan agarsiisudha. 👍 Kanaafuu, eenyummaan raawwataa yakka tokkoo mirkanaa'ee garuu raawwaticha argachuun kan hin danda'amne yoo ta'ee fi dhimmichi bakka himatamaan hin jirretti kan hin ilaalamne yoo ta'e A/A galmee Qorannoo kana bu'uura Sdfy kwt 42(1)(B)tiin Cufuu qaba. 👍 Maddi 👉 A/A Waliigala Federaalaa

Wareegamuu Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Walmaraa kan turan aadde Warqee Fakkansaa ilaalchisee gadda guddaa fi ulfaataatu na
+1
Wareegamuu Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Walmaraa kan turan aadde Warqee Fakkansaa ilaalchisee gadda guddaa fi ulfaataatu natti dhaga'ama😭 Aadde Warqee waliin kan wal barre leenjii ILQSO marsaa 16ffaa irratti ture ;Nama gaarii fi hubattuu turte! Eegaa jiruun biyya lafaa hirkoo sobaati nama ganti nagaan boqodhu😭 Maatii fi firoottan ishiifis jajjabinaan hawwa😭

Kun Foormii waligaltee bitta manaati. Yeroo mana walirraa bittan, waligalteen keessan ulaagaa armaan gadi kana guutuu isaa mi
+1
Kun Foormii waligaltee bitta manaati. Yeroo mana walirraa bittan, waligalteen keessan ulaagaa armaan gadi kana guutuu isaa mirkaneeffadha. suuraan lammaffaa irra jiru, akka fakkeenyaatti kan hojjetameedha. Bifa sanaan guutamu qaba jechuudha. Itti fayyadamaa. Dhimmoota seeraa biroo baruudhaaf page kana follow godha. Galatoomaa.

Maqaa dhuunfaa ofii jijjirrachuun Ni danda'ama? Eeyyeen ni danda'ama garuu,maqaa abbaa ofii fi akaakayyuu jijjiruun tasuma hi
+1
Maqaa dhuunfaa ofii jijjirrachuun Ni danda'ama? Eeyyeen ni danda'ama garuu,maqaa abbaa ofii fi akaakayyuu jijjiruun tasuma hin danda'amu! Guci armaan gadii kan jijjirraa maqaati!

✅✅የማስረዳት ደረጃ በፍትሐ ብሔር፤ በወንጀል እና በስራ ክርክር Abrham Yohannes 👉በፍትሐ ብሔር ሰ/መ/ቁ. 215100 በፍትሐ ብሔር ክርክር የምንከተለው የማስረዳት ደረጃ ከሁለቱ ወገን የ
✅✅የማስረዳት ደረጃ በፍትሐ ብሔር፤ በወንጀል እና በስራ ክርክር Abrham Yohannes 👉በፍትሐ ብሔር ሰ/መ/ቁ. 215100 በፍትሐ ብሔር ክርክር የምንከተለው የማስረዳት ደረጃ ከሁለቱ ወገን የተሻለ ያስረዳው ማን ነው (preponderance of evidence) የሚለውን በመመርመር ነው። 👉ወንጀል  ሰ/መ/ቁ. 37256 ቅጽ 8 የወንጀል ክስ የማስረጃ ምዘና መርህ ከምክንያታዊ ጥርጣሬ የፀዳ /Beyond reasonable doubt/ የሚል ሲሆን በዚህ የማስረጃ አመዛዘን መርህ መሠረት በወንጀል ጥፋተኛ ለማሰኘት ጠንካራና የማያሻማ ማስረጃ ያስፈልጋል። 👉አሰሪና ሰራተኛ ሰ/መ/ቁ. 37256 ቅጽ 8 የአሠሪና ሠራተኛ አዋጅን መሠረት የሚያደርግ ክስ በባሕሪይው ከዲሲፕሊን እርምጃ ጋር እጅጉን የተቆራኘ በመሆኑ እንደማንኛውም የዲሲፕሊን ክስ ተፈፃሚነት የሚኖረው የማስረጃ ምዘና መርህ ከወንጀል ክስ የማስረጃ ምዘና ላላ ያለ ነው። በመሆኑም በወንጀል ተከሶ ነፃ የሚወጣ ሠራተኛ በዲሲፕሊን ቢከሠስ አጥፊ ሆኖ የመገኘት ዕድሉ ሠፊ ሊሆን ይችላል። በዚህም ምክንያት ከወንጀል ክስ ነፃ በመውጣት ብቻ አንድ ሠራተኛ ወደ ቀድሞ ሥራ ልመለስ ይገባል በማለት የሚያቀርበው ጥያቄ የሕግ ድጋፍ አይኖረውም። ስለሆነም የሠራተኛው ጥያቄ ሊስተናገድ የሚገባው ላላ ያለ የማስረጃ ምዘና መሠረት ተደርጎ ለአድራጎቱ ተጠያቂ ሆኖ መገኘት አለመገኘቱን መሠረት በማድረግ ነው።

photo content

➤ዐቃቤ ሕግ #የሙስና #ወንጀሎች አዋጅ ቁጥር 881/2007 መሰረት በማድረግ ክስ ሲያቀርብ በወንጀል ሕግ አንቀጽ 23/2 መሠረት #የአንድ #ተከሳሽ #የሃሳብ #ክፍል #እንዲያረጋገጥ #የተጣለበት #የ
+9
➤ዐቃቤ ሕግ #የሙስና #ወንጀሎች አዋጅ ቁጥር 881/2007 መሰረት በማድረግ ክስ ሲያቀርብ በወንጀል ሕግ አንቀጽ 23/2 መሠረት #የአንድ #ተከሳሽ #የሃሳብ #ክፍል #እንዲያረጋገጥ #የተጣለበት #የማስረዳት #ሸክም #ለሙስና #ወንጀሎች #በተመሳሳይ #ተፈጻሚ #የማይሆን #ስለመሆኑ እና በሙስና ወንጀሎች አዋጅ በተደነገገው መሰረት ግዙፋዊ ፍሬነገር መፈጸሙ በተረጋገጠ ጊዜ #ተከሳሹ በድንጋጌው የተመለከተውን ግዙፋዊ ፍሬነገር #ለመፈጸም የነበረውን #የሀሳብ #ክፍል #ተቃራኒ #ማስረጃ #በማቅረብ #እንዲያስተባብል የማስረዳት ሸክሙ ወደ #ተከሳሹ #የሚዞር ስለመሆኑ፤ ሰ/መ/ቁ. 162738 ➲ ቅፅ 24 Ale hig

Beeksisa Hojii Ogeeyyii Seeraa tiif Now Hiring: Legal Officer | Badreg Pvt. Ltd. Co. — Addis Ababa Badreg Pvt. Ltd. Co. is looking for a qualified and motivated Legal Officer to join our team in Addis Ababa. Position: Legal Officer Employment Type: Permanent (after probation) Location: Addis Ababa Deadline: June 1, 2026 Requirements: LLB Degree in Law 0–1 years of experience (certified) Strong knowledge of Ethiopian laws and regulations Experience in drafting, reviewing, and negotiating contracts Excellent communication and negotiation skills Ability to manage disputes, claims, and compliance matters High ethical standards and professional integrity Salary: As per company scale How to Apply: Submit your CV and relevant documents in person at our head office — Somale Tera, near Teklehaymanot Hospital, Addis Ababa — or send via email to hrbadreg@gmail.com within 5 working days of this announcement. For inquiries: +251 111 264 031 / +251 911 400 575 ---------------------------------------

QOODA QABEENYA MAATII DIIGGAAN DURA.docx

Abbaan Seeraa keessattuu murtii dhimma yakkaa kallattii barreessu, Murtii keessatti jecha ragaa Abbaa Alangaa fi ragaa ittisaa gabaabsee yoo hin ibsiin(fkn waan ragaan jedhan gabaabsee osoo hin ibsiin “ragaan AA bu’uuruma himannaa AA tiin dubbatanii jiru” jedhee yoo darbe) faallaa SDFY keewwata 149(1) ti.======================================================================= MMWFDHIJ murtii hin maxxanfamne galmee lakk. 207521 ta’e irratti dhaddacha gaafa 26/05/2014 ooleen kenneen kan kanaan gadii jedheera.=====================================================================================================================================".....Manneen Murtii bu’uuraan dhimma isaaniif dhiyaate irratti murtii kan kennan falmii bitaaf mirgaan dhiyaateefi ragaa saaniif dhiyaate seera rogummaa qabu waliin ilaalanii sababa sirriin sababeessuudhaan murtii kan kennan ta’uu kaayyoo ijoo Mana Murtii irraa kan hubannudha.Bu’uura SDFY keewwata 149(1) tiin Manni Murtii Murtii kennu keessatti ; ibsa gabaabaa ragaa, ragaan sun sababoota fudhatamaniif yookaan hin fudhatamiin hafaniif ,tumaa seeraa murtichi bu’uureffate caqasuudhaan, himatamaan balleessaa kan qabu ta’uu yoo mirkanaa’es,seera balleessaa isa taasise murtii keessatti barreeffamuu kan qabu ta’uu tumamee jira." Mulugeta F.Binegde