cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Musa.H.Ⓜ️.Law Room

A blog About Ethiopian Law and Free legal education

Більше
Рекламні дописи
6 721
Підписники
+3624 години
+1967 днів
+71030 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

👍 7
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 7
🔥 1
Repost from Elias K. Law Room
👉Murtii MMWFDHI Lakk.L.G 239903 gaafa 27/11/2015(Hin maxx.) 👉Namni tokko qabeenya iddoo tokko kaa'amee jiru garuu qabeenyummaan isaa kan namoota adda addaa ta'e(fakkeenyaaf horii namoota adda addaa iddoo tokkotti hidhamanii jiran) kan fudhate yoo ta'e yakka daddabalamaatiin bu'uura SY kwt 60(c) tiin gaafatamuu qaba moo? akka yakka tokkootti bu'uura Sy kwt 61(1) kan ilaalamuudha? 👉Bu'ura S/Y kwt 60(c) mirga qabeenya namoota adda addaa irratti miidhaa dhaqqabsiisee jira jechuuf itti yaaduun qabeenyi sun kan nama adda addaa ta'uu isaa osoo beekuu raawwachuun isaa yoo mirkanaa'eedha. kuniis horiin fudhatame kan namoota adda addaa ta'uun isaa qofti himatamaan yakkoota daddabalamaa raawwateera kan jechisisuu miti. 👉Hanga himatamaan horiin iddoo tokko jiran sunniin qabeenya miidhamtoota adda addaa ta'uu isaanii beekuun isaa hin mirkanoofneetti badii tokkoof adabbii tokko qofa waan ta'eef himatamaan akka yakka daddabalaamaa raawwatetti fudhachuun adabbii kennuun sirrii miti. murtiin kunooti https://t.me/eluLaw
Показати все...
👍 1
Leenjii Dambii dhimmoota hariiroo hawaasaa Lakk.243/2016 irratti ogeeyyii seeraa Ejensii babal'ina waldaa hojii gamtaa Oromiyaasadarkaan jiranii fi Abbootii alangaa godinaa muraasaaf kenname jirani https://t.me/linkibsa
Показати все...
👍 3
Dhaddachi Haqaa Addunyaa murtoo addaa dabarseen Israa'el, ''haleellaa waraanaa Raafaa keessattii adeemsisaa jirtu hatattamaan akka dhaabdu,'' ajajje. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/C4yeZYr
Показати все...
Dhaddachi olaanaa UN Israa'el haleellaa Raafaa akka dhaabdu ajaje

Dhaddachi Haqaa Addunyaa murtoo addaa dabarseen Israa'el, ''haleellaa waraanaa Raafaa keessattii adeemsisaa jirtu hatattamaan akka dhaabdu,'' ajajje.

👍 2
2
2
Repost from Elias K. Law Room
🙏 #Deeggarsa_Hatattamaa 🙏 😭   👉A/Alangaa Sa'aad Aloo# 👉Yeroo ammaa A/A Godina Baalee ta'uun hojjechaa osoo jiran dhibee Kaansarii Tiruu (Hepatic Cancer) dhaan qabamanii Yaaliidhaaf Hospitaalota biyya keessaa sadarkaa Ol'aanaatti ilaalamaa  turaniiru.Haa ta'u malee  yeroo ammaa bu'aan qorannoo akka agarsiisetti dhibeen kun sadarkaa hammaataa irra waan gaheef Wal'aansa ol'aanaadhaaf gara biyya alaa deemuu yaalumsii haatattamaa akka taasifamuuf ragaan qorannoo ni agarsiisa.  👉Wal'aansa kanaaf immoo yoo xiqqaate Qarshii Mil.5 akka barbaachisuu fi kun immoo humna isaa fi maatii isaatiin waan keessaa bahuun danda'amuu miti. 👉 Ogeessotni seeraa keenya fi namnii hunduu biyyattii guutuu keessa jirtan koreen dhimma kanaaf kan hundaa'e fi  lakk. herreegaa Baankii  banameera. Maarree lammitu lammiif birmata waan ta'eef lakk. CBE 1000629475005 maqaa koreedhaan  banamee jiru irratti osoo hin tuffatin waanuma dandeenyuu  #AA keenya haa deegarruu Lubbuu obboleessa keenyaa baraaruuf nuuf jabaadhaa🙏🙏 CBE 1000629475005
Показати все...
👍 8 2