cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Shaafii Muhammad Channel

Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.

Більше
Рекламні дописи
9 973
Підписники
+2724 години
+1697 днів
+80030 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

*|[ "ati nama jaalattee Wajjiini" Jechuu Rasuulaa ﷺ caalaa Waan tokkoollee kan itti gammadne hin qabnu" . Anas. Yaa Rabbi! Isaa Wajjiin Ollummaa!!
•|💙 💛ﷺ
Показати все...
Shaafii Muhammad Channel

*|[ "ati nama jaalattee Wajjiini" Jechuu Rasuulaa ﷺ caalaa Waan tokkoollee kan itti gammadne hin qabnu" . Anas. Yaa Rabbi! Isaa Wajjiin Ollummaa!! •|💙 💛ﷺ

👍 48🥰 10 4🤔 2
*|[ "ati nama jaalattee Wajjiini" Jechuu Rasuulaa ﷺ caalaa Waan tokkoollee kan itti gammadne hin qabnu" . Anas. Yaa Rabbi! Isaa Wajjiin Ollummaa!!
•|💙 💛ﷺ
Показати все...
HADIISA📚

*|[ "ati nama jaalattee Wajjiini" Jechuu Rasuulaa ﷺ caalaa Waan tokkoollee kan itti gammadne hin qabnu" . Anas. Yaa Rabbi! Isaa Wajjiin Ollummaa!! •|💙 💛ﷺ

👍 3
📃*| Hojiif qophaa'uun Mallattoo Rabbiin ﷻ Kheeyrii Garbicha qunnamsiisuu fii Mallattoo Murannaa Dhugaa qabaachuu isaati. Ibaadaan kamuu qophii fii niyyaa dhugaa barbaaddi. Waqtiilee kheeyrii gurguddoo kheeysaa tokko; Guyyaalee kurna barakheeyfamtuu guyyoota 10 Zulhijjaati. Hojiileen isii kheeysa hojjetamtu caalmaya qabdi. Guyyaa arafaa fii guyyaa qalmaa (Guyyaa Hajjii Guddoo) tu isii kheeysa jira. Rabbiin ﷻ Sadarkaa Guyyoonni 10 kun qaban olfuudheeti dubbate. Inumaa Rabbiin ﷻ Halkanoowwan Kurna isiitiin kakate. " (والفجر وليال عشر)". Amma Gaaffiin tiyya; Maal isiif Saganteeysite. Sagantaan ati 10 kana keessatti qabatte Maal Faadha??. 🍀
                      *|[ ammumaan itti Qophaa'uu nu feesisa. ]|*
Показати все...
HADIISA📚

📃*| Hojiif qophaa'uun Mallattoo Rabbiin ﷻ Kheeyrii Garbicha qunnamsiisuu fii Mallattoo Murannaa Dhugaa qabaachuu isaati. Ibaadaan kamuu qophii fii niyyaa dhugaa barbaaddi. Waqtiilee kheeyrii gurguddoo kheeysaa tokko; Guyyaalee kurna barakheeyfamtuu guyyoota 10 Zulhijjaati. Hojiileen isii kheeysa hojjetamtu caalmaya qabdi. Guyyaa arafaa fii guyyaa qalmaa (Guyyaa Hajjii Guddoo) tu isii kheeysa jira. Rabbiin ﷻ Sadarkaa Guyyoonni 10 kun qaban olfuudheeti dubbate. Inumaa Rabbiin ﷻ Halkanoowwan Kurna isiitiin kakate. " (والفجر وليال عشر)". Amma Gaaffiin tiyya; Maal isiif Saganteeysite. Sagantaan ati 10 kana keessatti qabatte Maal Faadha??. 🍀 *|[ ammumaan itti Qophaa'uu nu feesisa. ]|*

👍 44🥰 5👏 3
۞ ➻. Hojiilee Sheyxaanaa ijoo fii isa biratti akkaan barbaachistuu taate keessa tokko; Qur'aanarraa Si dhoorkuudha. !!.
Показати все...
👍 109 28🥰 13
Darsiilee baratamee fi baratamaa jiru sagaleen hordofuuf linkiilee Armaan gadii kana seenuun Aragachu dandeessu 1📶Arba,iin Annawaawi👇 https://t.me/Markazhaumar1444 By.Ust/shaafii muhammad 2📶Umdatul Ahkaam👇 https://t.me/markazaUmarl1444 By.Ust/shaafii muhammad 3📶Tafsiira 👇 https://t.me/mAnsar123 By.Ust/shaafii muhammad 4📶 buluug Al maraam👇 https://t.me/MAnsaar134 By.Ust/shaafii muhammad 5📶 Nahwii Aajirumiyya👇 https://t.me/+NTJLenvCwSQwYjc0 By.Ust/shaafii muhammad 6📶Duruusul muhimmaa👇 https://t.me/+TEiA1wBG9y82NTJk By.Ust/shaafii muhammad 7📶Usuulu ssalaasa/_qawaa idul Arba,a👇 https://t.me/markazaumar By.Ust/shaafii muhammad مركز عمر بن الخطاب❤📚🖋 As wr wb Mee likiilee kana laali mee السلام عليكم ورحمة الله وبركاته اخوتي واخواتي الكرام طلاب العلم الشرعي استفيدوا من هذه المعدات التالية 👇👇👇 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ✍ Warri Tafsiira Qur'aanaa hordofuu barbaaddaniis kunoo linkii kanaan seenaa.  👇👇👇👇 https://t.me/tafsiira2022 ✍ Namoonni Nahwii online baratamaa jirtu hordofuu feetaniis kunoo👇👇👇👇 https://t.me/+pI_Co-0ihnQ1NmJk ✍ Namoonni Darsii [بلوغ المرام ] tan online baratamaa jirtu hordofuu barbaaddan kunoo linkii kanaan seenaa👇👇👇👇 https://t.me/buluuga2022 ✍  Yoo Rabbiin nu gargaaree gargaarsa Isaatiin Audiyoolee Aqiidaatis linkii kanaa gadii keeysatti isiniif guurra👇👇👇👇 https://t.me/aqiidaa1 ✍ Darsii [ التجريد الصريح] yaroo xiqqo booda inshaa Allaah! Linkii khana jalaan arkatuu dandeeysu👇👇👇👇 https://t.me/tajriida ✅ Barnoota Fiqhii tokko tokko namni barbaaddan Linkii kanaa gadii cuqaasaa👇👇   https://t.me/barnoota_Fiqhii 🥀🥀 Darsii Riyaadussalihiin asiin Seenaa👇👇👇👇👇 https://t.me/markazu_umar_bin_al_khattab
Показати все...
مركز عمر بن الخطاب Darsii Arba,iinaa

مركز عمر بن الخطاب

41👍 33🥰 7😁 6🤔 3🤩 3
👍 59 14🥰 10
( نريد من كمل عقله ولو قل علمه) • طلب الشيخ محمد بن إبراهيم - مفتي عام المملكة العربية السعودية سابقاً رحمه الله - من الشيخ ابن سليم ببريدة أن ينتقي له بعض طلابه للقضاء فتأخّر الشيخ ابن سليم ولم يرسل له ، حتى التقى به الشيخ ابن إبراهيم فسأله عن تأخره ؟ فقال : احترت بطلابي ! فمنهم ذو علمٍ ولكن العقل دون ذلك ، ومنهم ذو عقلٍ والعلم دون ذلك !. فقال ابن إبراهيم : اختر لنا من كمل عقله ولو قلّ علمه !! . الله أكبر ' هذه الحكمة . هانحن اليوم نرى من نال أعلى الشهادات ، أو بعض من اشتغل بالعلم سنوات ، أو نال أعلى المناصب الشرعيّة ، حتى كثر علمه ولكن لم يكتمل عقله ! . ومن مظاهر سفه بعض أهل العلم : ١- سلّ ألسنتهم على إخوانهم العلماء والدّعاة من أهل السّنة ، وتبديعهم والسّعي لإسقاطهم ، وتنفير الناس منهم . وقد سلِم منهم اليهود والنصارى وعامّة الكفرة والمبتدعة الحقيقيون من رافضة وغلاة صوفية وعلمانيين وليبراليين ومفسدين ٢- نبش الأقوال الفقهيّة الشّاذّة والتّرويج لها ، طلباً للشهرة وإرضاءً لأهل الأهواء والشّهوات ٣- همّهم الدنيا وجمعها ، والتحايل على المال بالطرق غير الشرعيّة ، والسعي للمناصب على حساب دينهم ٥- يتسابقون للظهور والشّهرة عبر وسائل الإعلام والتّواصل الإجتماعي بنشر الآراء المنحرفة والفتاوى الشّاذة . وغير ذلك من أنواع السّفه وقلّة العقل . وفي الأثر {مَنْ تعلَّمَ العلْمَ ليُباهِيَ بِهِ العلماءَ ، أوْ يُمارِيَ بِهِ السفهاءَ ، أوْ يصرِفَ بِهِ وجوهَ الناسِ إليه ، أدخَلَهُ اللهُ جهنَّمَ }. عبدالله بن مانع الروقي ( حائل . ١٦ / ٥ / ١٤٤٤هـ )
Показати все...
👍 43 16🥰 9👏 1
۞ 🍀. Xiinxalaa fii yaaddoon tirfii fii humnaa olii jireenya kee,Gammachuu,Seeqiinsaa fii Dasii tee sijalaa hatti. Lubbuu keetirratti Laaffisi. 💛.
Показати все...
53👍 7🥰 7💯 3
۞ Namni alaabaa du'aa ija isaa dura dhaabe; Dhiphinaa fii bal'ina duniyaa irran kaayyanne!🍀
Показати все...
👍 80 11💯 10🥰 5👏 4🕊 4
HUBADHU! • Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallattii kam akka fiigdu adda baafadhu! • Osoo waan tokko hin murteessin dura, murtii booda waan dhufu tilmaami! Amaloota sadi dhiisuu qabda: ➝ Abdii kutachuu, ➝ Hammeenya hojjachuu fi ➝ Nama tuffachuu dhiisuu qabda. Yeroo hedduu kan jireenya keenya jijjiiru humna alaa dhufu osoo hin taane humna sammuun keenya maddisiisudha; yaada namni biroo nuuf kennu irra yaada sammuun keenya burqisiisutu nu hooggana! kanaafuu waan gaarii gochuuf waan gaarii yaaduu qabna; Akka saayinsiin jedhutti namni tokko jiraachuuf waantonni akka bu'uuraatti barbaachisan nyaata, uffataa fi mana jireenyaati jedhee lafa kaa'a; garuu jiraachuuf kun gahaa miti jiraachuuf Gammachuu qabaachuunis barbaachisaadha; namni gammachuu hin qabne, namni kolfi isaa harkaa bade jiraachuun hedduu itti ulfaata; du'uu filata (kana kan arge hubachuu danda'a). JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:- - Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu. - Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani). - Akka duutus hin dagatiin. - Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu. - Nama gargaari (bay z way....gaafa nama tokko gargaarru isa gargaarame caalaa kan gammadu isa gargaaredha). - Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa danuu qaba). Na amani Warreeen armaan olii kana yoo raawwatte salphumatti nama gammachuu qabu taata
Показати все...
👍 107 23🥰 17👏 11🤔 4