en
Feedback
Shaafii Muhammad Channel

Shaafii Muhammad Channel

Open in Telegram

Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Shaafii Muhammad Channel

Channel Shaafii Muhammad Channel (@shaafiimuhammad99) is an active participant. Currently, the community unites 20 058 subscribers, ranking 3 966 in the Religion & Spirituality category and 1 678 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 20 058 subscribers.

According to the latest data from 17 July, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 397 over the last 30 days and by 7 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 29.66%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 18 July, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

20 058
Subscribers
+724 hours
+647 days
+39730 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '26
July '26
+227
in 1 channels
June '26
+330
in 1 channels
Get PRO
May '26
+237
in 5 channels
Get PRO
April '26
+482
in 2 channels
Get PRO
March '26
+156
in 7 channels
Get PRO
February '26
+217
in 13 channels
Get PRO
January '26
+249
in 5 channels
Get PRO
December '25
+283
in 9 channels
Get PRO
November '25
+267
in 6 channels
Get PRO
October '25
+320
in 5 channels
Get PRO
September '25
+384
in 6 channels
Get PRO
August '25
+393
in 6 channels
Get PRO
July '25
+406
in 6 channels
Get PRO
June '25
+205
in 8 channels
Get PRO
May '25
+545
in 11 channels
Get PRO
April '25
+352
in 3 channels
Get PRO
March '25
+192
in 12 channels
Get PRO
February '25
+364
in 9 channels
Get PRO
January '25
+571
in 10 channels
Get PRO
December '24
+656
in 10 channels
Get PRO
November '24
+697
in 6 channels
Get PRO
October '24
+779
in 8 channels
Get PRO
September '24
+753
in 9 channels
Get PRO
August '24
+876
in 12 channels
Get PRO
July '24
+642
in 1 channels
Get PRO
June '24
+581
in 5 channels
Get PRO
May '24
+845
in 7 channels
Get PRO
April '24
+642
in 10 channels
Get PRO
March '24
+630
in 13 channels
Get PRO
February '24
+628
in 14 channels
Get PRO
January '24
+500
in 7 channels
Get PRO
December '23
+360
in 3 channels
Get PRO
November '23
+214
in 2 channels
Get PRO
October '23
+270
in 0 channels
Get PRO
September '23
+338
in 0 channels
Get PRO
August '23
+294
in 0 channels
Get PRO
July '23
+324
in 0 channels
Get PRO
June '23
+202
in 0 channels
Get PRO
May '23
+203
in 0 channels
Get PRO
April '23
+185
in 0 channels
Get PRO
March '23
+185
in 0 channels
Get PRO
February '23
+137
in 0 channels
Get PRO
January '23
+238
in 0 channels
Get PRO
December '22
+197
in 0 channels
Get PRO
November '22
+179
in 0 channels
Get PRO
October '22
+206
in 0 channels
Get PRO
September '22
+229
in 0 channels
Get PRO
August '22
+243
in 0 channels
Get PRO
July '22
+258
in 0 channels
Get PRO
June '22
+209
in 0 channels
Get PRO
May '22
+264
in 0 channels
Get PRO
April '22
+154
in 0 channels
Get PRO
March '22
+106
in 0 channels
Get PRO
February '22
+93
in 0 channels
Get PRO
January '22
+149
in 0 channels
Get PRO
December '21
+91
in 0 channels
Get PRO
November '21
+156
in 0 channels
Get PRO
October '21
+142
in 0 channels
Get PRO
September '21
+167
in 0 channels
Get PRO
August '21
+216
in 0 channels
Get PRO
July '21
+213
in 0 channels
Get PRO
June '21
+191
in 0 channels
Get PRO
May '21
+95
in 0 channels
Get PRO
April '21
+115
in 0 channels
Get PRO
March '21
+169
in 0 channels
Get PRO
February '21
+84
in 0 channels
Get PRO
January '21
+124
in 0 channels
Get PRO
December '20
+1 965
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
18 July+8
17 July+8
16 July+9
15 July+14
14 July+8
13 July+4
12 July+14
11 July+11
10 July+9
09 July+26
08 July+5
07 July+10
06 July+18
05 July+12
04 July+4
03 July+31
02 July+12
01 July+24
Channel Posts
2
Hadiyyaa jumu'aa Shaafi'iyyoota warra ahlussunnaa biyyaa teenyaati. Gad buufadha irra bahaa bareedaadhaa
5 825
3
اسم الكتاب : الإتجاه السلفي عند الشافعية  المؤلف : د.طه محمد نجا
4 848
4
الدعوة إلى الله اصطفاء وتوفيق
الدعوة إلى الله اصطفاء وتوفيق
5 906
5
« Namni muslimaa aaqilli hanga lubbuu isaatii fii kabajaa isiiti beeka. Diin isaa,akhlaaqa isaa,maalummaa isaa tan ganamaa ta
« Namni muslimaa aaqilli hanga lubbuu isaatii fii kabajaa isiiti beeka. Diin isaa,akhlaaqa isaa,maalummaa isaa tan ganamaa tan silaa isiif jecha uumame san meeshaa duniyaa dhumtuu kuttuu hin turre tanaaf jechaa hin gurguru. Inumaatuu Bakki ,sadarkaan,galataa fii kabajaan isiin maltu Rabbiin ﷻ isiirraa jaalachuu fii rabbii isaa ﷻ jaalachuun Jannata rabbii isaa dhaluu qofa ta'uu beeka.»ღ «العاقل لا يرى لنفسه ثمنًا إلا الجنة» Muharram 3,1448H
3 853
6
« Yeroon as deemtu tun yeroo boqonnaa hedduu barattootaa fii garii hojjettootaa mootummaa fii dhuunfaati. Sheekkan,ustaazoonni,haadhaa fii abbaan,namni itti gaafatamummaan ilmaan islaamaa isaan yaachistu hundi yeroo boqonnaa kana ijoollee KG irraa hanga nubarsitiitti jiran akka diin isaanii barachuun yeroo boqonnaa gannaa kana fayyadamaniif ammumaan qophii godhuutu barbaachisa. »ღ Muharram 1,1448H
4 607
7
« Barattoonni Dhaabbilee barnootaa ol'aanoo irraa gara maatii deebitan Beekumsa shari'aa diin keessanii barachuun boqonnaa dabarsuu irratti xiyyeeffachuun isin irra haa jiraatu. Yeroon keessa jirru yeroo kamuu caalaa diin keenya beekuu fii sirriitti hubachuu nu dirqamsiisa. yeroon boqonnaa gannaa kun immoo yeroo qaalii namni rabbiin ﷻ isa waffaqe gama barnoota diin isaatiin hedduu itti of jijjiiruu fii waan hedduu itti baratuudha. Boqonnaan bareedaa fii irra caalaan boqonnaa kheeyrii dalaguun dabarsan caale hin jiru. Kheeyriin dhimma diin ofii barachuu caalte maaltu jira.?. Bakka kana itti dammaquu nu dirqamsiisa. »ღ Muharram 1,1448H
4 430
8
« Salaata leeylii» •. Namni tokko halkan hunda raka'aa 4 salaate witrii raka'aa tokkoon yoo goolabate,waggaa tokko keessatti
« Salaata leeylii» •. Namni tokko halkan hunda raka'aa 4 salaate witrii raka'aa tokkoon yoo goolabate,waggaa tokko keessatti qiyaama leeylii qofa keessatti raka'aa 1770 salaate jechuudha. « Rabbi biratti irra caaltuun dalagaa; Osoo waa xiqqoollee taatee kan walitti fufiinsaan dalagmteedha.» ✓. Osoo Rakaa'aalee tokkollee taatee Qiyaama leeylii salaata halkanii hin dhiisin .» #الوتر Jumadal-Ula 22,1446H
4 930
9
•« Qur'aanaa Wajjiin akkas turan»• «Nama akka Abuu Sahli kan aayata qur'aanaa barbaade bakka barbaadee fii yeroo barbaadetti filatee qalbiirraa as fudhatu tokkollee hin argine. Inni ollaa keenya ture. Yeroo hunda halkan salaatuu fii qur'aana qara'uu kan addaan hin murre ture. Qur'aana heddummeeysee qara'uu isaatirraan kan ka'e qur'aanni akka waan ija isaa dura isaaf kaa'ameeti." Jechuun Imaamni muslimtootaa Abuu Abdillaah Ahmad Ibn Hanbal-rahimahullaah dubbata. Bakka "qur'aanni akka waan ija isaa dura isaaf kaa'ameeti." Jettu san irra deebi'i gad lallaali. Qalbuma akkamiin deema ture? Qalbii saniin nuuruma akkam ilaalaa ture! Rabbiin ﷻ nuufii isaafillee rahmata haa godhu» [المشوق إلى القرآن ص٤٦] Zul'Hijjaa 22,1447H
5 390
10
« Namni ilmii Aqiidaa barsiisuu fii baratulleen gara jalqabaa ilmiin aqiidaa baratamtuu fii barsiifamtutti barsiisaa fii barataalleen moggaa تقرير عقيدة أهل السنة والجماعة tti xiyyeeffachuu qaban. Dhimmi تحرير fii الإتيان بأقوال المخالفين وشبهاتهم والرد عليه sadarkaa nama reefuu ilmii jalqabuutti barsiisuuf ta'ee barachuun miidhaa malee faayidaa tokkolleen hin qabu. barataa ilmii aqiidaa dhimmoota lamaan boodarra dubbadheen barnoota isaa eegale ta'abaa hedduu fii yeroo dheeraa booda malee aqiida warra sunnaa tolchee sirreeysee hin qabatu. Dhimmuma kanaan wal qabatuun barataa ilmii shari'aa gara jalqabaa barnoota isaatti ofii isaatiifiis ta'ee sheikhni isaa dhimma raddii fii namoota walirratti raddii godhaniin of shaaghaluu fii shaaghalamuu hin qabu. Dhimmi 2ffaan Aqiidaan barataa reefu ilmii kana jalqabeef gaafa barsiifamtu Sheikhni yookiin ustaazni isa barsiisu جانب الإيماني والتربوي tti ta'aabu qaba. جانب الكلامي الجدالي munaaqashaa masaa'ilootaa barataa reefu ilmii tana eegalurra fiduun sirrii miti. Addatti biyya teenya keessatti barataa ilmii aqiidaa waggaa 4,5,6,7 faa barate kan ammallee Masaa'iloota hedduu keessatti Aqiidaa warra sunnaa ciniinee hin qabatin hedduutu mul'ata. Dhimmi kun dhimma itti yaadamuu qabuudha. والله أعلم Zul'Hijjaa 20,1447H
7 137
11
الصدق مع الله 🤍 في طلب العِلم - د. صالح بن عبدالعزيز سندي 🇧🇼.
الصدق مع الله 🤍 في طلب العِلم - د. صالح بن عبدالعزيز سندي 🇧🇼.
5 963
12
Irra mi'aawaan irra urgaawaan,irra tolaa fii irra bareedaan wayii duniyaa kana irratti ati qunnamtuu TOWHIIDA allaahaati. Gaafa isa qabattee isarratti isaan jiraattee isaaf jiraatte; hayaata mi'ooytuu,urgooytuu,toltuu fii bareedduu dhugaa san jiraatta. Wawallaahi! itti deebi'eetiin siif kakadha! Namni akka nama TOWHIIDA mirkaneeffatee,beekee,hubatee fii qabatee irratti jiraatee jiruu duniyaa kana keessa qanani'aa jiru gonkumaa numa hin jiru. Rabbiin ﷻ warra towhiida qaamaa fii qalbiin keessaa fii gubbaan yeroo hundaa fii bakka hundatti hubatee,qabatee fii mirkaneeffate irraa nuhaa taasisu. TOWHIIDA irratti jiraannee isarrati du'uu fii jecha keenya dhumaa duniyaa kana irraa ittiin baanuu jecha TOWHIIDAA لَا إِلَه إِلّا اللّهُ nuuf haa taasisu.»💜 Zul'Hijjaa 12,1447H https://www.facebook.com/kunalabesira
7 241
13
« Namni qulqulluun namootaaf qalbiin isaa nagayaa; gaafa ni'imaan takka nama biraatiif kennamtee rabbiin ﷻ isa badhaase gammadeeti akka waan kheeyrii fii ni'imaan sun isaaf dhufteetti isaaf barakaa kadhata. Kuni mallattoo qalbiin namichaa qalbii nagayaa ta'uu keessa tokkoodha. Lubbuun qulqulluun namoonni gammaduun,isaan milkaa'uu fii kheeyrii duniyaa fii aakhiraatirraa waa argachuun isaanii isii dhukkubsitee ciisa isii hin dhoorkitu. argata isaaniitiif hin gubattu. Namni biraa argachuun,badhaadhuun,milkaa'uun,toluun and rizqii teetirraa homaa hin hir'istu. Isaan gammadaniif qoodni kee boodatti achi si jalaa hin harkifatu. Yaa akhii! duniyaan dirree miqqanyummaa fii wal hassaduun itti wal dorgomanii miti. Yoo dandeesse milkii fii argachuu namootaa keessaa qooda qabaadhuu isaan deeggari wayiin isaan gargaari osoo isaaniif gammaduun isaan gammachiisuullee taate. kanarraan kan hafe isaan hin waanyin isaan hin hassadin. Duniyaan bakka nama bira of qaqqabanii miti. Nama bira of hin qaqqabin. Namni hundi rizqii mataa isaa,yeroo mataa isaa,sadarkaa fii haala mataa isaa rabbiin ﷻ qoodeef qaba. Dubbiin katabamtee turte. Qalamni ittiin katabamtelleen goggoge. Waanyummaa fii hiqdii qalbii tee hin guutin. Gaafa nama tokkoo kheeyrii waa argate dhageeysee fii agarte hunda gammadiifii barakhaa kadhadhuuf. qalbiirraa isaaf gammadi. Lubbuun amanfattuun waan rabbiin ﷻ isiif kenneen of geeysuu quuftuu taatee nama hundaaf kheeyrii jaalatti. Lubbuun jaleen beelooytuun obsa dhabde gammachuun namootaa isii dhukkubsa. Rabbiin ﷻ qalbii qulqulluu nagayaa kan argata obboleewwan isiitiif gammaddu fii gammaduun isaanii isii gammachiisu nuuf haa kennu. Qalbii qulqulluu obboleewwan isiitiif nagayaa qulqulluu nuuf haa taasisu.»ღ Zul'Hijjaa 12,1447H
4 989
14
|•. Qabxii Murteessaadha. الانشغال بالدنيا يضعف التوحيد | الشيخ صالح آل الشيخ
4 503
15
Rasuulli ﷺ " Irra caalaan guyyaa rabbi ﷻ biratti guyyaa qalmaati. itti aansii guyyaa Qarriiti." Jedhan. Guyyaan qalmaa guyyaa
Rasuulli ﷺ " Irra caalaan guyyaa rabbi ﷻ biratti guyyaa qalmaati. itti aansii guyyaa Qarriiti." Jedhan. Guyyaan qalmaa guyyaa iidaati. Guyyaa 10ffaa ji'a Zul'Hijjaa jechuudha. Guyyaan Qarrii immoo guyyaa iida Al-Ad'haatti aanu guyyaa 11ffaa ji'a Zul'Hijjaati. Guyyoota kana keessa zikrii fii du'aa'ii heddummeeysuun akkaan jaalatamaadha. Guyyaan kun guyyoota tashriiq ( أيام التشريق) keessa kan jalqabaati. Guyyoonni tashriiq guyyoota nyaataa,dhugaatii fii zikrii allaahaati. Salaftoonni keenya guyyoota tashriiq kana keessa du'aa'ii heddummeeysuu jaalatu turan.»ღ « Guyyaan arafaa yoo si darbellee guyyaan har'aa guyyaan Qarrii si hin darbin.»ღ Zul'Hijjaa 11,1447H
5 303
16
IID MUBAARAK WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE KAN BARA HEDDUU RABBIIN NUHAA GODHU عيد مبارك كل عام وانت بخير تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
5 967
17
No text...
7 016
18
« Takbiirtaa godhaa, laa ilaaha illallaahu heddummeeysaa,subhaanallaah deddeebisaa. Miizaana hasanaa teeysanii zikrii fii hojiilee gaggaariin ulfeeysaa. Kheeyrii irraa heddummeeyfachuutti daddafuun irratti wal dorgomaa. اللهُ أكبر اللهُ أكبر اللهُ أكبر؛ لا إلهَ إلَّا الله اللهُ أكبر اللهُ أكبر؛ وللهِ الحمد.. Jechuu heddummeeysaa Irra caalaa giyyoota rabbi biratti dalagaan isii keessa irra jaalatamtuu keessa jirra.»ღ
5 820
19
« Guyyaan arafaa guyyaa bilisummaa guddaa duniyaa kanaati. Guyyaa ittiin garboonni lakkoofsa isaanii rabbi ﷻ malee namni tokkolleen hin beekne ibiddarraa itti bilisoomfamaniidha. Bilisa bahuun ibidda jahannam duraa rabbiin ﷻ bilisa nama baasuu caaltu jirtii?. Rabbiin ﷻ garboota san keessaa nu haa taasisu. Rabbiin ﷻ guyyaa arafaa nama arafa dhaabbatee fii hin dhaabbatinirraa illee khalqii hedduu ibiddarraa bilisa baasa. Kanaafi guyyaan itti aanu iida muslimtoota hunda godhame.» « Guyyaa arafaa soommanuun badii fii ma'siyaa waggaa darbitee fii waggaa itti aantuu namarraa balleeysiti. Boojuu bakka bu'aa hin qabneedha. Of hin dabarsin.» مقتبس من لطائف المعارف ٣٨٦. بتصرف يسير. Zul'Hijjaa 8,1447H
6 580
20
↪️↪️ Yaa haaji‼️ ✍️ Carraa namni hedduun hawwee dhabe argattee zikrii,fi salaatul jam'aa masjidul haraam sirritti jabeeyfadhu👈👈 ↪️ Achi dhaquun kee tola Rabbiitiin tahuu hin irraanfatin👈 ↪️ Yaroo Dirree Arafaa dhaqxe warri femasummaaf gaara gubbatti footoo ka'uuf deemu wajjiin hin deemin. Bakki achii miti gadii tana . Yaroo hanga qabdu san dirree keeysatti zikrii fi Du'aa'iin fayyadami. ↪️ Warri Rabbiin carraa isiniif kennee hajjii deemtan, keeysattuu warri gatii kafaltanii achi jirtan nama waa beeku kan tartiiba dalagaa hajjii beekhutti dhiyaa dhaa waa irraa baradhaa. ↪️ Ummata oduu qofaan yaroo fixu biraa fagaadhaa. ✍️ Carraa akkanaa argatuu dhabuun ni mala waan tahef haga dandeysu jabaadhu. ↪️ Hanga Hojii hajjii raawwattutti ganda keeysa deddeemuu ifirraa dhiisi. ↪️ Hojiin guyyaa 10ffaa ni jabaata . Rabbiin gargaarsifadhu❗
6 692