fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Shaafii Muhammad Channel

Shaafii Muhammad Channel

رفتن به کانال در Telegram

Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام Shaafii Muhammad Channel

کانال Shaafii Muhammad Channel (@shaafiimuhammad99) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 21 443 مشترک است و جایگاه 3 642 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 1 688 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 21 443 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 31 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 437 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 15 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 20.23% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.64% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 4 338 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 1 209 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 62 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 01 نوامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کرده‌اند.

21 443
مشترکین
+1524 ساعت
+967 روز
+43730 روز

در حال بارگذاری داده‌ها

کانال‌های مشابه
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
نوامبر '26
نوامبر '260
در 0 کانال‌ها
اکتبر '26
+460
در 5 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '26
+434
در 3 کانال‌ها
Get PRO
اوت '26
+390
در 4 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '26
+414
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '26
+330
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+237
در 7 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+482
در 2 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+156
در 9 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+217
در 16 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+249
در 5 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+283
در 9 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+267
در 6 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+320
در 5 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+384
در 6 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+393
در 6 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+406
در 6 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+205
در 8 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+545
در 11 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+352
در 3 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+192
در 12 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+364
در 9 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+571
در 10 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+656
در 10 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+697
در 6 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+779
در 8 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+753
در 9 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+876
در 12 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+642
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+581
در 5 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+845
در 7 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+642
در 10 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+630
در 13 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+628
در 14 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+500
در 7 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+360
در 3 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '23
+214
در 2 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '23
+270
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+338
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '23
+294
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '23
+324
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '23
+202
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+203
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+185
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+185
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+137
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+238
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+197
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+179
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+206
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+229
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+243
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+258
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+209
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+264
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+154
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+106
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '22
+93
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '22
+149
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '21
+91
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '21
+156
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '21
+142
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '21
+167
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '21
+216
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '21
+213
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '21
+191
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '21
+95
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '21
+115
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '21
+169
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '21
+84
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '21
+124
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '20
+1 965
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
01 نوامبر0
پست‌های کانال
« Nama haalli aakhiraa isatti ifte duniyaan adda bahuun isa biratti laaftuudha. Karaan jaalalloo wajjiin walitti nama geeysu dheerina hin qabu.» Waan Rabbiin ﷻ garboota isaa saalihootaaf aakhiratti qopheeyse san of dura qaqqabii jajjabaadhu.
Jumadal Ula 20,1448H

2
بدون متن...
1 726
3
Nama muslimaa aqiidaan isaa dhiiga isaatirra qaaliidha. Salaatni isaa utubaa ijoo diin isaati. Abu Ddardaa'i irraa odeeyfamee " Jaalalleen kiyya ﷺ " osoo mummuramtee gubamtee illee rabbitti ﷻ waa hin qixxeessin,beekaa salaata dirqamaatiis hin dhiisin. Namni beekaa salaata dhiise funyoon islaamummaa isarraa baatee jirti." Jechuun naaf dhaame.» jechuun dubbata. رواه ابن ماجه. Jumadal Ula 17,1448H
2 246
4
« Fitinaatu dhufuuf jiraata. Kan isii keessatti dhimmi diin laaffifamtee hanga waa'ee diinitti laffa'uu fii isaaf bakka kennuun akka malee xiqqaatutti. Gaafas namoonni hundi( harki guddaan ) dhimma duniyaa isaanii qofaaf laffa'uu fii ta'aabuu waan biraatiif bakka hin qaban.» القرطبي رحمه الله فتح الباري (٧/ ٨٢) Zamana akkasii keessa nama dhimmootaa isaatti laffa'uun ta'aabee fii duniyaa isaa caalaa waa'een diin isaa isa yaachisteef waa tolee!. Jumadal Ula 17,1448H
2 261
5
بدون متن...
3 897
6
« Nama si keessatti ifaa kheeyrii,jaalala sunnaa,mi'aa towhiidaa fii hawwii kheeyrii duniyaa fii aakhiraa dhaamsu tokkolleen
« Nama si keessatti ifaa kheeyrii,jaalala sunnaa,mi'aa towhiidaa fii hawwii kheeyrii duniyaa fii aakhiraa dhaamsu tokkolleen waliin walitti makamuu irratti lubbuu tee hin dirqin. Namoota akkanaa lakkisuu keessa raahaatu jira. Namni namoota khabiisa akkanaa wajjiin jiraachuu irrattiin obsa jechuu yaade waan hedduu kasaaruu isaa dura of dhabeeti lubbuu isaa kasaara.» Osoo social media irratti illee taate dheefa leencarraa dheeysitu caalaa isaan isaa baqadhu. Jumadal Ula 12,1448H
3 886
7
« Halaqaaleen qur'aanaa imaltoonni gara rabbii ﷻ ati jiraattu jiraachuu baattu deemsa isaanii itti fufan jechuu si barsiisti.
« Halaqaaleen qur'aanaa imaltoonni gara rabbii ﷻ ati jiraattu jiraachuu baattu deemsa isaanii itti fufan jechuu si barsiisti. Ati halaqaarra hafta hiriyyoonni kee ittuma fufaniiti xumuranii bakka yaadan ga'u. Ati dhamaateet bakkuma itti isaan si dhiisan san teeysee isaan immoo si biraa kutanii deemu. Dubbiin akka kana!. Siif galti. Tarkaanfiin ati tarkaanfattu yoo gufattellee cabaa fii hokkola keetiinillee taatu deemsa kee ittuma fufi. Wanti ijoon; harka marattee moggaa karaa dhaabbachuu dhabuu keeti osoo dubbiin waan feete si gaafattee illee.» Jumadal Ula 12,1448H
2 632
8
Bareedina guyyaa jumu'aatii fii halkan isaa Rasuula ﷺ irratti salwaata heddummeeysuun buusuun qabdu ajaa'iba jetta. Rasuula ﷺ irratti salawaata buusuu heddummeeysuun ragaa iimaanaati,mallattoo jaalata isaati. Sababa shafaa'aa isaa argachuu,howdii isaatirraa dhuguu,alaabaa isaa jalatti hiriiruu fii firdowsii keessatti ollaa isaa ta'uuti. Rasuula ﷺ irratti salwaata buusuu heddummeeysuudhaan cufaan hedduun babbanamtee haalli meeqa tolee qomti dhiphatte hedduun bal'attee gammaddee rabbiin ﷻ garbicharraa jaalatee sadarkaan gurguddoon hedduunilleen itti argatamti.» اللهم صل وسلم وبارك على نبينا محمد ﷺ Jumadal Ula 12,1448H
2 680
9
Yeroo gara duniyaa dhufte ati hin filanne. Dachii fii bakka itti dhalattellee sii miti kan filate. Gaafa isiirraa deemtullee ati filatteetii miti. Bakka itti duutullee filachuuf hin teeysu. « Lubbuun tokkolleen bakka itti duutu hin beektu». Sagantaa fii argamsiisa rabbiitiin gara duniyaa dhufte. Gaafa ajalli kee turtiin jiruu teetii dhumte asirraa fe'atta. Jidduu dhufuu fii fe'attee duniyaa irraa deemuu keetii akka filattee keessatti dalagattuuf carraan jiruu daqiiqaaleen umrii teetii kun siif kenname. Itti galli kee kan aakhiraa haalaa fii dalagaa amma of dura dabarfataa jirtuuni.» Sheikh Sa'd Alkhathlan-hafizahullaah. Rabi'al Sani 28,1448H
6 215
10
Irra bareedoo jechoota Sheikh Al-islaam Ibn Al Qayyim Rahimahullah keessaa tokko!.
Irra bareedoo jechoota Sheikh Al-islaam Ibn Al Qayyim Rahimahullah keessaa tokko!.
5 040
11
Khaalid Ibn Ma'daan guyyatti tasbiiba 40K godha ture. Kuni qaraatii qur'aanaa maleedha. Gaafa du'ee isa dhiquuf siree dhiqaansaa irra isa ciibsan; qubni isaa dur tasbiiha godhuu bare akkuma waan tasbiiha gochaa jiruuti sosocho'a ture.» سير أعلام النبلاء 4/540 Subhaanallaah. Qubni isaa tasbiiha aadeeyfachuu irraan kan ka'e eega inni due boodallee tasbiiha gooti. Qubni keenya hoo maal aadeeyfatte laata? #isaankanarraanutieeysajirra Jumadal Awal 2,1448H
6 488
12
بدون متن...
8 330
13
« Waan akka qur'aana gad lallaaluun qara'uu kan yaaddoo namarraa oofu tokkollee hin agarre. Qalbiin jireenya jiruu tokkollee wajjiin wal hin fakkaanne qur'aana keessa gad lallaaluun jiraatti.» ابن الجوزي-رحمه الله.
8 294
14
Duniyaa kanarratti qixaaxni jabaan rabbiin ﷻ arraba kee zikrii isaatirraa qabuudha. ابن القيم
8 389
15
« Namni Rabbi ﷻ biraa haajaa qabu kan yeroo halkan gara boodaa rafu waa aaqila sammuu qabuu miti.» ابن رجب Rabi'al Sani 9,1448H
7 849
16
بدون متن...
7 863
17
بدون متن...
7 792
18
بدون متن...
7 430
19
أقصر طريق للتأثير!
6 018
20
بدون متن...
8 519