cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Nuuralhudaa

Soora Qalbii Muslimaa

Більше
Рекламні дописи
25 131
Підписники
+1924 години
+927 днів
+40130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

"Yoo inni haqa firaashaatiif na barbaadu, ani nin dida" Dhaddacha Jaallalaa 22ffaa, Iyyannoo 47-48 https://youtu.be/pDjb9XHQeyQ
Показати все...
"Yoo inni firaashaaf na barbaadu ani nin dida" Dhaddacha Jaalalaa 22

Lakkofsa Galmee 47 As wr wb. Akkam jirtan kabajamtoota qopheessitoota dhaddacha Jaalalaa. Maqaan kiyya B jedhama. Iyyannoon kiyyas akka asii gadii kana. Aniifi Abbaan manaa kiyya osoma kabajaafi jaalalaan wajji jiraannu, Rabbiin ilmoo nuuf kenne. Osoo an daa’ima dhalattuu wajji ciisu, jaartii 2ffaa narratti fuudhe. Achi booda haalaa amalli kiyya hundi ni jijjiirame. Innis amala natti jijjiirrate. An akka dura kabajaa isaaf hin qabu. Waanuma hundaaf loluunii eegale. Innis akkasuma kabajaa naaf dhabe. Yoo bakka firaashaa tahe malee, haajaan inni na bira dhufuuf ni dhaabbatte. Wayta haajaa firaashaatiif inni natti dhufus, ani yeroo heddu ni dida. Inni gama isaatiin amala natti jijjiiratus, wana naaf barbaachisu hunda naaf guuta. Masruufa guutuu naaf baasa. Garuu gammachuun gaafa duraa ni jidduu jirtu sun nu jidduu mulqamtee jirti. Sababaan inni jaartii 2ffaa fuudheef naaf hin galle. Shari’aan islaamaa haga jaartii 4 fuudhuu akka hayyamu nin beeka. Garuu sun nama dandau qofaafi. Inni garuu jaartii 2 bulfachuu nama dandauu miti. Mee nasiihaa maal nuuf dhaamtan. Anaafi isaafis waan faaydaa qabu nuuf dhaamaa. Galatoomaa. Iyyannoo 2ffaa Lakkofsa Galmee 48. As wr wb. Akkam nagaya jirtuu qopheessitoota qophii dhaddacha Jaalalaa. Baga nagaya jiraatan. Iyyannoon kiyyas akka asii gadii kana. Maqaa kiyya yeroof ibsuu hin barbaadu. Ani amma dura waggaa 8 dura bultii jaarradhe. Jaartii tiyya wajji as biyya arabaatti nikaaha hidhanne. Isiin abbaa hin qabdu. Yeroo nikaaha hidhannu san nama maatii isiitti ergee bilbilanii akka gaafatan godhe. Isiin adeera 2 qabdi. Inni tokko biyya jira. Tokko ammo Yaman jira. Adeera isii ka biyya jiru san telefoonaan gaafannaan, namuma itti bilbile saniin an si wakkaladhee jira atummaan nikaaha godhi jedheen. Achi booda namni sun adeera isii irraa bakka bu’ee nikaaha nuuf godhe. Amma yeroo nuti ilmaan walirraa horree gammachuun wajji jiraachutti jirrutti, adeerri isii ka Yaman kun mullate. Eenyutu nikaaha isinii godhe jedhee nu gaafate. Nutiis haala nikeenni itti hidhame himneef. Nikeenni keessan hin jiru. Haala kanaan nikaaha godhuun hin tahu nuun jedhe. Sababaa tana jiruun teneya jeeqamtee jirti. Mee tanarratti maal nuun jettan? Furmaanni keenya maali? Copyright Notice: Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions. We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

RNH 860, July 1, 2024 Soora Qalbii.mp316.32 MB
RAADIYOO NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ SOORA QALBII Sagantaa 860ffaa July 1, 2024 ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ ☑ Tafakkur: Shaayii Gammoojjii ☑ Tana Quba Qabduu? Kiraa Gadaamessaa Sagalee Qulqullina Qabu YouTube irraa dhageeyfachuuf https://youtu.be/96R2Ug7sRsA Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/37549/
Показати все...
RNH 860, July 1, 2024 Soora Qalbii

RAADIYOO NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ SOORA QALBII Sagantaa 860ffaa July 1, 2024 ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ ☑ Tafakkur: Shaayii Gammoojjii ☑ Tana Quba Qabduu? Kiraa Gadaamessaa Copyright Notice: Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions. We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

Jaarsi kiyya biyya jira. an ammoo biyya arabaa jira. asitti dalagadhee waan argadhu hunda isatti ergee, waan jiruun nu barbaachisuun nuuf godhi jedhaan. gaafa biyya dhaqee haala isaa hubadhu, waan inni nuuf godhe tokkos hin argine. meeti mallaqni sitti ergaa ture maaliin nuuf hojjatte yoo jedhuun, ani mallaqa dhalaa irraa haajaa hin qabu naan jedha. garuu waan inni irra oolche takkallee hin argine. ... Dhaddacha Jaalalaa Doosee 21ffaa galmee 45-46 https://youtu.be/CAQ9bBskpNs
Показати все...
Mallaqa an itti ergu bakka inni geessu hin beeku - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 21ffaa galmee 45-46

Jaarsi kiyya biyya jira. an ammoo biyya arabaa jira. asitti dalagadhee waan argadhu hunda isatti ergee, waan jiruun nu barbaachisuun nuuf godhi jedhaan. gaafa biyya dhaqee haala isaa hubadhu, waan inni nuuf godhe tokkos hin argine. meeti mallaqni sitti ergaa ture maaliin nuuf hojjatte yoo jedhuun, ani mallaqa dhalaa irraa haajaa hin qabu naan jedha. garuu waan inni irra oolche takkallee hin argine. ... Dhaddacha Jaalalaa Doosee 21ffaa galmee 45-46 Copyright Notice: Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions. We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

RNH 859, June 10, 2024 Soora Qalbii.mp318.16 MB
RAADIYOO NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ SOORA QALBII Sagantaa 859ffaa June 10, 2024 ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ Sagalee Qulqullina Qabu YouTube irraa dhageeyfachuuf https://youtu.be/n29Q2WQ5IHo Download gochuuf https://nuuralhudaa.com/37534/
Показати все...
RNH 859, June 10, 2024 Soora Qalbii

RAADIYOO NUURALHUDAA Soora Qalbii Muslimaa ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ SOORA QALBII Sagantaa 859ffaa June 10, 2024 ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ ☑ Tafakkur: Hawaa ☑ Tana Quba Qabduu? Teknoolojii Kasaare ✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ 🎛 Online & Download HD

https://bit.ly/rnh859

⬇️ DOWNLOAD

https://nuuralhudaa.com/37534/

✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ 📺 Qulqullina Bareedaa HD YouTube

https://youtu.be/n29Q2WQ5IHo

✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪ Copyright Notice: Reuploading any of our videos or content to another YouTube channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions. We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to YouTube and requesting the removal of the unauthorised content.

Gaafilee Hajjiin wal qabatan deebisaa ulamaa'ii wajjiin https://nuuralhudaa.com/kbtopic/hajjii/
Показати все...
Hajjii Archives

Gaafilee Hajjiifi Umraa irraa gaafatamaniif, deebisaa ulamaa'iin gurguddoon deebisan barruu fii sagaleen.

Waahee guyyoota kurnan zulhijjaa hangam beeyta? gaafilee muraasa kanaan beekumsa kee madaali https://nuuralhudaa.com/37505/
Показати все...
Ustaaz Ibsaa Hasan, Guyyoota Kurnan Zulhijjaa Kutaa 2ffaa https://www.youtube.com/watch?v=77ZFg3qJNrg
Показати все...
Ustaaz Ibsaa Hasan, Guyyoota Kurnan Zulhijjaa Kutaa 2ffaa

Sadarkaa Kurnan Zulhijjaah, Sheikh Alii Jimmaa https://www.youtube.com/watch?v=fpL7DwyZwUQ
Показати все...
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaah, Sheikh Alii Jimmaa

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.