Shaafii Muhammad Channel
Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.
إظهار المزيد📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Shaafii Muhammad Channel
تُعد قناة Shaafii Muhammad Channel (@shaafiimuhammad99) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 19 646 مشتركاً، محتلاً المرتبة 4 125 في فئة الدين والقيم الروحية والمرتبة 1 717 في منطقة Ethiopia.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 19 646 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 16 يونيو, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 105، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 5، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 23.58%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 4.98% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 4 632 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 979 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 65.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 17 يونيو, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الدين والقيم الروحية.
جاري تحميل البيانات...
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 17 يونيو | 0 | |||
| 16 يونيو | +7 | |||
| 15 يونيو | +10 | |||
| 14 يونيو | +9 | |||
| 13 يونيو | +5 | |||
| 12 يونيو | +5 | |||
| 11 يونيو | +10 | |||
| 10 يونيو | +9 | |||
| 09 يونيو | +13 | |||
| 08 يونيو | +3 | |||
| 07 يونيو | +14 | |||
| 06 يونيو | +4 | |||
| 05 يونيو | +8 | |||
| 04 يونيو | +4 | |||
| 03 يونيو | +18 | |||
| 02 يونيو | +13 | |||
| 01 يونيو | +5 |
Muharram 1,1448H
| 2 | « Barattoonni Dhaabbilee barnootaa ol'aanoo irraa gara maatii deebitan Beekumsa shari'aa diin keessanii barachuun boqonnaa dabarsuu irratti xiyyeeffachuun isin irra haa jiraatu. Yeroon keessa jirru yeroo kamuu caalaa diin keenya beekuu fii sirriitti hubachuu nu dirqamsiisa. yeroon boqonnaa gannaa kun immoo yeroo qaalii namni rabbiin ﷻ isa waffaqe gama barnoota diin isaatiin hedduu itti of jijjiiruu fii waan hedduu itti baratuudha. Boqonnaan bareedaa fii irra caalaan boqonnaa kheeyrii dalaguun dabarsan caale hin jiru. Kheeyriin dhimma diin ofii barachuu caalte maaltu jira.?. Bakka kana itti dammaquu nu dirqamsiisa. »ღ
Muharram 1,1448H | 1 355 |
| 3 | « Salaata leeylii»
•. Namni tokko halkan hunda raka'aa 4 salaate witrii raka'aa tokkoon yoo goolabate,waggaa tokko keessatti qiyaama leeylii qofa keessatti raka'aa 1770 salaate jechuudha.
« Rabbi biratti irra caaltuun dalagaa; Osoo waa xiqqoollee taatee kan walitti fufiinsaan dalagmteedha.»
✓. Osoo Rakaa'aalee tokkollee taatee Qiyaama leeylii salaata halkanii hin dhiisin
.»
#الوتر
Jumadal-Ula 22,1446H | 2 682 |
| 4 | •« Qur'aanaa Wajjiin akkas turan»•
«Nama akka Abuu Sahli kan aayata qur'aanaa barbaade bakka barbaadee fii yeroo barbaadetti filatee qalbiirraa as fudhatu tokkollee hin argine. Inni ollaa keenya ture. Yeroo hunda halkan salaatuu fii qur'aana qara'uu kan addaan hin murre ture. Qur'aana heddummeeysee qara'uu isaatirraan kan ka'e qur'aanni akka waan ija isaa dura isaaf kaa'ameeti." Jechuun Imaamni muslimtootaa Abuu Abdillaah Ahmad Ibn Hanbal-rahimahullaah dubbata. Bakka "qur'aanni akka waan ija isaa dura isaaf kaa'ameeti." Jettu san irra deebi'i gad lallaali. Qalbuma akkamiin deema ture? Qalbii saniin nuuruma akkam ilaalaa ture! Rabbiin ﷻ nuufii isaafillee rahmata haa godhu»
[المشوق إلى القرآن ص٤٦]
Zul'Hijjaa 22,1447H | 3 296 |
| 5 | « Namni ilmii Aqiidaa barsiisuu fii baratulleen gara jalqabaa ilmiin aqiidaa baratamtuu fii barsiifamtutti barsiisaa fii barataalleen moggaa تقرير عقيدة أهل السنة والجماعة tti xiyyeeffachuu qaban. Dhimmi تحرير fii الإتيان بأقوال المخالفين وشبهاتهم والرد عليه sadarkaa nama reefuu ilmii jalqabuutti barsiisuuf ta'ee barachuun miidhaa malee faayidaa tokkolleen hin qabu. barataa ilmii aqiidaa dhimmoota lamaan boodarra dubbadheen barnoota isaa eegale ta'abaa hedduu fii yeroo dheeraa booda malee aqiida warra sunnaa tolchee sirreeysee hin qabatu. Dhimmuma kanaan wal qabatuun barataa ilmii shari'aa gara jalqabaa barnoota isaatti ofii isaatiifiis ta'ee sheikhni isaa dhimma raddii fii namoota walirratti raddii godhaniin of shaaghaluu fii shaaghalamuu hin qabu. Dhimmi 2ffaan Aqiidaan barataa reefu ilmii kana jalqabeef gaafa barsiifamtu Sheikhni yookiin ustaazni isa barsiisu جانب الإيماني والتربوي tti ta'aabu qaba. جانب الكلامي الجدالي munaaqashaa masaa'ilootaa barataa reefu ilmii tana eegalurra fiduun sirrii miti. Addatti biyya teenya keessatti barataa ilmii aqiidaa waggaa 4,5,6,7 faa barate kan ammallee Masaa'iloota hedduu keessatti Aqiidaa warra sunnaa ciniinee hin qabatin hedduutu mul'ata. Dhimmi kun dhimma itti yaadamuu qabuudha. والله أعلم
Zul'Hijjaa 20,1447H | 4 823 |
| 6 | الصدق مع الله 🤍 في طلب العِلم - د. صالح بن عبدالعزيز سندي 🇧🇼. | 4 613 |
| 7 | Irra mi'aawaan irra urgaawaan,irra tolaa fii irra bareedaan wayii duniyaa kana irratti ati qunnamtuu TOWHIIDA allaahaati. Gaafa isa qabattee isarratti isaan jiraattee isaaf jiraatte; hayaata mi'ooytuu,urgooytuu,toltuu fii bareedduu dhugaa san jiraatta. Wawallaahi! itti deebi'eetiin siif kakadha! Namni akka nama TOWHIIDA mirkaneeffatee,beekee,hubatee fii qabatee irratti jiraatee jiruu duniyaa kana keessa qanani'aa jiru gonkumaa numa hin jiru. Rabbiin ﷻ warra towhiida qaamaa fii qalbiin keessaa fii gubbaan yeroo hundaa fii bakka hundatti hubatee,qabatee fii mirkaneeffate irraa nuhaa taasisu. TOWHIIDA irratti jiraannee isarrati du'uu fii jecha keenya dhumaa duniyaa kana irraa ittiin baanuu jecha TOWHIIDAA لَا إِلَه إِلّا اللّهُ nuuf haa taasisu.»💜
Zul'Hijjaa 12,1447H
https://www.facebook.com/kunalabesira | 5 452 |
| 8 | « Namni qulqulluun namootaaf qalbiin isaa nagayaa; gaafa ni'imaan takka nama biraatiif kennamtee rabbiin ﷻ isa badhaase gammadeeti akka waan kheeyrii fii ni'imaan sun isaaf dhufteetti isaaf barakaa kadhata. Kuni mallattoo qalbiin namichaa qalbii nagayaa ta'uu keessa tokkoodha. Lubbuun qulqulluun namoonni gammaduun,isaan milkaa'uu fii kheeyrii duniyaa fii aakhiraatirraa waa argachuun isaanii isii dhukkubsitee ciisa isii hin dhoorkitu. argata isaaniitiif hin gubattu. Namni biraa argachuun,badhaadhuun,milkaa'uun,toluun and rizqii teetirraa homaa hin hir'istu. Isaan gammadaniif qoodni kee boodatti achi si jalaa hin harkifatu. Yaa akhii! duniyaan dirree miqqanyummaa fii wal hassaduun itti wal dorgomanii miti. Yoo dandeesse milkii fii argachuu namootaa keessaa qooda qabaadhuu isaan deeggari wayiin isaan gargaari osoo isaaniif gammaduun isaan gammachiisuullee taate. kanarraan kan hafe isaan hin waanyin isaan hin hassadin. Duniyaan bakka nama bira of qaqqabanii miti. Nama bira of hin qaqqabin. Namni hundi rizqii mataa isaa,yeroo mataa isaa,sadarkaa fii haala mataa isaa rabbiin ﷻ qoodeef qaba. Dubbiin katabamtee turte. Qalamni ittiin katabamtelleen goggoge. Waanyummaa fii hiqdii qalbii tee hin guutin. Gaafa nama tokkoo kheeyrii waa argate dhageeysee fii agarte hunda gammadiifii barakhaa kadhadhuuf. qalbiirraa isaaf gammadi. Lubbuun amanfattuun waan rabbiin ﷻ isiif kenneen of geeysuu quuftuu taatee nama hundaaf kheeyrii jaalatti. Lubbuun jaleen beelooytuun obsa dhabde gammachuun namootaa isii dhukkubsa. Rabbiin ﷻ qalbii qulqulluu nagayaa kan argata obboleewwan isiitiif gammaddu fii gammaduun isaanii isii gammachiisu nuuf haa kennu. Qalbii qulqulluu obboleewwan isiitiif nagayaa qulqulluu nuuf haa taasisu.»ღ
Zul'Hijjaa 12,1447H | 4 037 |
| 9 | |•. Qabxii Murteessaadha.
الانشغال بالدنيا يضعف التوحيد | الشيخ صالح آل الشيخ | 3 628 |
| 10 | Rasuulli ﷺ " Irra caalaan guyyaa rabbi ﷻ biratti guyyaa qalmaati. itti aansii guyyaa Qarriiti." Jedhan. Guyyaan qalmaa guyyaa iidaati. Guyyaa 10ffaa ji'a Zul'Hijjaa jechuudha. Guyyaan Qarrii immoo guyyaa iida Al-Ad'haatti aanu guyyaa 11ffaa ji'a Zul'Hijjaati. Guyyoota kana keessa zikrii fii du'aa'ii heddummeeysuun akkaan jaalatamaadha. Guyyaan kun guyyoota tashriiq ( أيام التشريق) keessa kan jalqabaati. Guyyoonni tashriiq guyyoota nyaataa,dhugaatii fii zikrii allaahaati. Salaftoonni keenya guyyoota tashriiq kana keessa du'aa'ii heddummeeysuu jaalatu turan.»ღ
« Guyyaan arafaa yoo si darbellee guyyaan har'aa guyyaan Qarrii si hin darbin.»ღ
Zul'Hijjaa 11,1447H | 4 153 |
| 11 | IID MUBAARAK WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE KAN BARA HEDDUU RABBIIN NUHAA GODHU
عيد مبارك كل عام وانت بخير تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال | 5 011 |
| 12 | لا يوجد نص... | 5 641 |
| 13 | « Takbiirtaa godhaa, laa ilaaha illallaahu heddummeeysaa,subhaanallaah deddeebisaa. Miizaana hasanaa teeysanii zikrii fii hojiilee gaggaariin ulfeeysaa. Kheeyrii irraa heddummeeyfachuutti daddafuun irratti wal dorgomaa.
اللهُ أكبر اللهُ أكبر اللهُ أكبر؛ لا إلهَ إلَّا الله
اللهُ أكبر اللهُ أكبر؛ وللهِ الحمد..
Jechuu heddummeeysaa Irra caalaa giyyoota rabbi biratti dalagaan isii keessa irra jaalatamtuu keessa jirra.»ღ | 5 135 |
| 14 | « Guyyaan arafaa guyyaa bilisummaa guddaa duniyaa kanaati. Guyyaa ittiin garboonni lakkoofsa isaanii rabbi ﷻ malee namni tokkolleen hin beekne ibiddarraa itti bilisoomfamaniidha. Bilisa bahuun ibidda jahannam duraa rabbiin ﷻ bilisa nama baasuu caaltu jirtii?. Rabbiin ﷻ garboota san keessaa nu haa taasisu. Rabbiin ﷻ guyyaa arafaa nama arafa dhaabbatee fii hin dhaabbatinirraa illee khalqii hedduu ibiddarraa bilisa baasa. Kanaafi guyyaan itti aanu iida muslimtoota hunda godhame.»
« Guyyaa arafaa soommanuun badii fii ma'siyaa waggaa darbitee fii waggaa itti aantuu namarraa balleeysiti. Boojuu bakka bu'aa hin qabneedha. Of hin dabarsin.»
مقتبس من لطائف المعارف ٣٨٦. بتصرف يسير.
Zul'Hijjaa 8,1447H | 5 691 |
| 15 | ↪️↪️ Yaa haaji‼️
✍️ Carraa namni hedduun hawwee dhabe argattee zikrii,fi salaatul jam'aa masjidul haraam sirritti jabeeyfadhu👈👈
↪️ Achi dhaquun kee tola Rabbiitiin tahuu hin irraanfatin👈
↪️ Yaroo Dirree Arafaa dhaqxe warri femasummaaf gaara gubbatti footoo ka'uuf deemu wajjiin hin deemin. Bakki achii miti gadii tana . Yaroo hanga qabdu san dirree keeysatti zikrii fi Du'aa'iin fayyadami.
↪️ Warri Rabbiin carraa isiniif kennee hajjii deemtan, keeysattuu warri gatii kafaltanii achi jirtan nama waa beeku kan tartiiba dalagaa hajjii beekhutti dhiyaa dhaa waa irraa baradhaa.
↪️ Ummata oduu qofaan yaroo fixu biraa fagaadhaa.
✍️ Carraa akkanaa argatuu dhabuun ni mala waan tahef haga dandeysu jabaadhu.
↪️ Hanga Hojii hajjii raawwattutti ganda keeysa deddeemuu ifirraa dhiisi.
↪️ Hojiin guyyaa 10ffaa ni jabaata . Rabbiin gargaarsifadhu❗ | 6 285 |
| 16 | Kurna kana keessa soomanuu, qur'aana qara'uu fii hojiilee kheeyrii biraa raawwachuu kee wajjiin guyyaa hunda osoo waan xiqqoollee taatee sadaqachuu hin lakkisin. Dubbiin laaftuudha. Bakka garagaraatti karaa mobaayila keetii miskiinootaaf,yatiimootaaf,masjiida ijaaruuf,waqfiif,madaarisa hifziitiif,cinqataa furuuf,bishaan obaasuuf,nyaata nyaachisuuf,dhukkubsataa wallaanuuf fii kkf hedduu keessa waa buufadhu. Dhaabbanni wantoota akkanaatiif qophaa'e hedduudha. Xiqqoon ati kennattu rabbi ﷻ biratti guddoodha.»ღ
Zul'Hijjaa 2,1447H | 6 997 |
| 17 | رحلة الحج إلى بيت الله الحرام.pdf | 7 596 |
| 18 | « Du'aa'iin tokkoon keenya qaamaa fii qalbii bira jirtuun yeroo qeebaltii keessa ofii fii obboleewwan isaatiif roobsee dhangalaasu; yaaddoo meeqa furtee,cinqii meeqa kaastee,kheeyrii meeqa buustee yookiin sharrii meeqa deebisuu malti. Yeroo guyyaa jumu'aa asrii boodaa hanga maghriibaatti du'aa'iin isii eeggadhaa. Rabbii keessanitti kheeyrii yaadaa. Arjaan kennaan dhangalaasaan nama isa kadhatee isatti waywaatu harka qullaa gad hin deebisu.»ღ
Mowlaaya Rahmata kee!
اللهم صل وسلم وبارك على نبيك وعبدك محمد ﷺ
ZulQ'daa 22,1447H | 6 545 |
| 19 | لا يوجد نص... | 5 076 |
| 20 | 📻 [صوتي]
🗒️ وظيفتك الكبرى في هذه الحياة
🎙أ.د. صالح بن عبدالعزيز سندي - حفظه الله -
📒 مقتطفات من شرح : [ حائية ابن أبي داود ]
ا═•═📚═•═ا
🔹فوائد أ.د. صالح سندي🔹
https://t.me/Drsalehs | 5 035 |
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
