HADIISA📚
📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу HADIISA📚
Канал HADIISA📚 (@hadithofficial) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 11 811 підписників, посідаючи 7 559 місце в категорії Релігія і духовність та 380 місце у регіоні Фінляндія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 11 811 підписників.
За останніми даними від 03 вересня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 237, а за останні 24 години на 0, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 19.57%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 4.99% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 2 312 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 590 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 19.
📝 Опис та контентна політика
Опис каналу не надано.
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 04 вересня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Релігія і духовність.
Триває завантаження даних...
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 04 вересня | 0 | |||
| 03 вересня | +4 | |||
| 02 вересня | +15 | |||
| 01 вересня | +6 |
Rabi'al Awwal 22,1448H
| 2 | Taajni zikriilee guyyaa jumu'aa Rasuula ﷺ irratti salawaata buusuu heddummeeysuudha. Salawaa buusuu irraa heddummeeyfadhu.
Rabi'al Awwal 22,1448H | 226 |
| 3 | Umriin tee irra qaalii waan qabduuti. Hangi kute hin deebi'u bakkaas siif hin bu'u. Qabeenyi kee immoo yoo badellee bakka bu'a deebi'ee dhufa. Guyyoota keetirraa galaa duniyaa fii aakhiratti si fayyadu guduunfadhu. Asara bareeda eega duute boodallee siif hafu hambifadhu.
Rabi'al Awwal 24,1448H | 211 |
| 4 | Dhimmoota haaraya dhufan kan murtiilee shari'aa barbaadan ( نوازل) hedduutu argamaa mul'achaa oola. Kanaaf immoo xaaliba ilmii ilmii keessa gad dhaabbate kan gosa barnoota shari'aa barbaachisu hunda irraa bakka qubatu jabduu mijjeeyfateetu dura dhaabbata. Haala darasaan hedduun itti jirtu kanaan Xaaliba ilmii tolchee gaaffii gaafatullee argatuun ni ulfaata. Xaaliba ilmii mussaqafa oomishuu yoo taate rakkoon qabu. Garuu xaaliba ilmii dubbii hunda addaan dhilee qabxii hundaaf murtii barbaachisu kennu argachuun fagoodha. Biyyi yeenya akkaan ulamaa'iitti haajamti. Ulamaa'iin gurguddoon amma jiran umriin isaanii hedduu deemtee jirti lakkoofsi isanaiitilleen muraasa. Isaan kana eenyuutu bakka bu'uuf taa'a laata?. Xaaliba ilmii sa'aa 4:00 online irratti dabarsuutu isaan bakka bu'a jettee hin eegin. Dhimma ulamaa oomishuu dhimma bakki itti kennamtee ulamaa'iin gurguddoo akka irratti dalaganiif tumsi godhamuufii qabuudha.
Rabi'al Awwal 23,1448H | 397 |
| 5 | Daa'ima Rahmatiin Ha Baraarru!
Waamicha Gargaarsaa Barattoota DDUMSJ-tiif Dhihaate!
• Obboleettiin keenya jireenya jema'aa keenya keessatti bara 2013-2015-tti waggoota sadiif amiirummaan tajaajilte, akkasumas miseensa shuraa ta'uun waggoota dheeraaf tajaajilaa turte yeroo ammaa kana deggersa keessan barbaaddi.
• Obboleettiin keenya dhiheenya kana Rabbii mucayyoo ishee jalqabaa kan kenneef yoo ta'u, dhibee onneetarraa kan ka'e daa'imti kun yaala barbaachisaa ta'e yoo hin arganne torban 2 ol kan hin jiraanne ta'uu Hospitaalli Tikur Anbessaa beeksiseera.
• Biyyaa alaa deemtee yaala barbaachisaa ta'e yoo argatte fayyuu akka dandeessuu fi abdiin gaariin akka jiru ogeeyyii yaalaatiin nutti himameera.
• Yaalichaa qofaaf baasiin barbaachisu qarshii miliyoona 3 ol waan ta'eef maatiin ishee dhiphina guddaa keessa galanii jiru.
• Rabbii gaditti nutis obboleettii keenya dhiphina kana keessaa baasuuf, qarshiin keenya kurnis dhibbis gatii guddaa waan qabuuf, dandeettii keenyaan akka wal bira dhaabbannu maqaa Rabbiitiin isin gaafanna.
Lakk. Herrega Baankii kana fayyadamaa:
CBE: 1000139136164 (Hamid Mohammed)
Odeeffannoo dabalataaf:
+251924585748
+251994247701 | 554 |
| 6 | Немає тексту... | 499 |
| 7 | Maalummaan Rabbi ﷻ sodaachuudhaa kan mul'ata ma'siyaa lakkisuu keessattiidha. Irra hedduun namaa kheeyrii dalaguu fii toltuu irraa baay'ifachuu keessatti jabaadha. Garuu fuuldura waan haraam lakkisuutti hedduu dadhabaadha.
Masaa'al Kheeyri
Rabi'al Awwal 19,1448H | 1 174 |
| 8 | Немає тексту... | 1 299 |
| 9 | « Osoo hin azaanamneen duratti gara salaataa deemi. Akka garbicha badaa hanga yaamanitti hin dhufnee hin ta'in.»
« Osoo hin iqaamamneen duratti gara salaataa dhufuun kee salaata guddisuu fii kabajuudha.»
شيخ الإسلام الإمام الزاهد العابد سفيان بن سعيد الثوري رحمه الله.
📚 فتح الباري لابن رجب
Rabi'al Awwal 17,1448H | 1 257 |
| 10 | «أنتَ أحفظُ منّا.. وأنتَ أفقهُ منّا!» | أدب الكبار بين ابن عثيمين وابن جبرين رحمهما الله | 1 100 |
| 11 | Yeroo dhihootti gara Darsiilee teenya deebina inshaa allaah. | 1 207 |
| 12 | |• Barattoota shamarranii darsii nu biratti qara'an keessaa isaan lamaan kun warra waggaa kana qormaata biyyooleessaa kutaa 12 fudhataniidha. Isaan hafan ganaadha.
Wagguma kana keessa:-
1. Qur'aana hifzii xumuranii ( gaafa haffazan guyyatti fuula 60-75 jidduu guyya guyyaan haffazaa turan.
2. Hanga qormaataaf guyyaan 5 moo akkani hafutti guyyaa tokko darsii irraa hafanii hin beekan.
2. Darsii nahwii ( aajurruumiyyaa yeroo 2 wagguma kana keessa wajjiin qaraanee xumurre. Moggaa tokko haffazanii)
3. Darsii Mumti'i Sharhii aajurruumiyyaa yeroo lama wajjiin qaraanee xumurre wagguma kana keessa ( garii qawaaida aajurruumiyyaa keessa hin jirree haffazaa).. Qormaata isaa qoramaa.
4. Darsii Sarfii صرف الصغير matnii isii yeroo 4 ol wajjiin qaraanee wagguma kana kana.. irra guddaa isii haffazanii
5. Risaalaa lama dhimma adaba ilmii shari'aatiin wal qabattu ( بهجة الطلب fii خلاصة تعظيم العلم wajjiin qaraane gad qabaa qara'an.
6. Kitaaba fiqhii Manahaju Saalikiin ustaaza tokkoo wajjiin qarana'anii xumuranii turan.
7. Kitaaba fiqh Al-Muyassar hanga kitaaba Salaata walakkaatti wajjiin qara'aa turre. Kitaabuma fiqh al-muyyasar irraa dowraa faraaidaa takka kitaaba mawaariisaa tolchanii qara'anii xumuran.
8. Musxalaha hadiisa beeyquunii fii Al-mulakhas an nafiis itti makaa haffazaa qara'an.
9. Kitaaboota aqiidaa fii manzuumaalee akka ahsanil akhlaaq laamiyyaa ibn teeymiyaa fii kkf Ustaazoota dubartootaa fii kanneen biraa irratti hedduu qara'aatuma as bahan. Sababa kutaa 12 tahaniif namoota isaan biraa qur'aana hifzii addaan mureetu ture. Garuu hanga isaanii kana takka qabxii hin dalayne.
Takka 544
Takkammoo 502 fidan.
Rabbiin ﷻ beektoota ummata isaa fayyadan kanneen towhiidaa fii sunnaa ol fuudhan isaan haa taasisu.
8. | 1 473 |
| 13 | Немає тексту... | 1 084 |
| 14 | ۞« Al-ikhlaas Al-ikhlaas »۞
« Wanti sodaatamu hedduullee taatu irra sodaatamtuun wanti nuti ofirraa sodaachuun akkaan barbaachisuu; wanti nuti sooshaal miidiyaa irratti facaasnu kan rabbiif ﷻ hin qulqulleeyfamin tan fuulli isaa qofti ittiin hin barbaadamin ta'uudha.
Ammallee wanti nuti facaasnu osoo shari'aa fii safuu hawaasaa kan faalleeysitullee taatee wanti nuti namootaaf dhiheessinu sun kan fedhii fii dhandhama isaanii irratti hundaa'e ta'uu fii yaadni keenya yaachisaan hordoftoota heddummeeyfachuu ta'uudha.
Kana jechuun kheeyrii facaasuu irraa dhaabbachuu fii namoota fayyaduu irraa of booda deebi'uu jechuu miti. Waan funaannee miidiyaalee hawaasaa irratti facaasnu keessatti lubbuu teenya of ilaaluu,niyyaa teenya fattashuu fii ikhlaasa qabaachuu irratti lubbuu tana guddisuun leenjisuudha.
Rabbiin ﷻ keessa keenya nu beeka. Waan qalbii keessaati nu laala. Rabbiin ﷻ garbicha deddeebi'ee lubbuu isaa of laalee isii tolchuuf itti tattaafate rahmata godheefiti isa gargaara.
Rabbiin ﷻ jechaa fii gocha keenya keessatti namoota dhugaa ta'uu akkasumas kophaa fii namoota birattiis ikhlaasa qabaachuu nuuf haa kennu.»
توجيهات لطالب العلم صـ ٢
Rabi'al Awwal 16,1448H | 1 087 |
| 15 | Немає тексту... | 923 |
| 16 | Leenjiin dhimma diiniitiin wal qabattu nama beekumsa shari'aa gad fagoo qabuun ta'uu qabdi.
Leenjiileen namoota ilmii shari'aatii fii qabatama hawaasni keessa jiru nama gad fageenyaan hin beekneen godhamtu tolcha isiitirra badii isiitu irra heddummaata. Yaada doggogoraa hedduudha haaa fakkeessitee hawaasa leenjii fudhatu keessatti hanbifti.
Nama beekhu qofaa miti nama gad fageenyaan beekumsa qabuu fii bal'isaa beekhuu fii waan dhaggeeffattootaaf kennanii fii dhiisan dhimma ka'uu qabuu fii ka'uu hin qabne tolchee beekhu ta'uu qaba. Dhimmi dhimma diin hanga ta'etti daffaarummaan tun yoo hafte wayyaadha. dirqamaasi.
Diin rabbii ﷻ daffaara ta'uu miti kan feesisu. Beekumsaa barbaachisuu fii hikmaa qabaachuu barbaachisa malee.»
Rabi'al Awwal 16,1448H | 1 205 |
| 17 | Немає тексту... | 971 |
| 18 | Namni guyyaa jumu'aa isaa fajrii jama'aan salaatuun, achuma masjiida turee suura kahf qara'ee eegas wirdii isaa tan qur'aanaa booda geeysee azkaara ganamaa qara'ate dabalataan salawaata arraba isaatirra kaayyachuun bariisifate bareedina guyyaa isaa hin gaafatin.
Isa booda ganamaan dhiqaatee,shittoo isaa dibatee,irra bareedaa uffata isaa uffatee,siwaakkachaa saffaa duraatti yeroo jumu'aa isaa salaattate; namni akka isaa guyyaa san numan jirre.
Eegas salawaata isaa buusuu heddummeeysaa ilaa salaata asrii eeggatee asrii isaa jama'aan salaatee yeroo xiqqoo maghriiba duraa san eeggatee gaafa jirkaa du'aa'ii isaa gad dhiisaa oole; dhugumatti iida guyyaa jumu'aa isaatu akka malutti dabarse.»
Sabaahal kheyr 💜
Rabi'al Awwal 15,1448H | 1 025 |
| 19 | Du'aa'ii Omar Ibn Al-khaxxaab-Radiyallaahu anhu- godhatu keessaa tokko
۞" Yaa rabbi! Dalagaa tiyya hunda dalagaa gaarii naaf taasisi. Dalagaa fuula kee qofa barbaaduuf qulqulleeyfamtee hojjatamte godhi. Nam-tokkoofillee isii keessatti qooda hin taasiisin.»۞ kan jedhu ture.
۞«اللهم اجعل عملي كله صالحًا، واجعله لوجهك خالصًا، ولا تجعل لأحد فيه شيئًا».۞
|• Yaa garbicha rabbii! Dalagaan teenya dalagaa gaarii sunnaa wajjiin wal simattuu fii ikhlaasa qabdu ta'uu irratti rabbi ﷻ heddummeeysinee kadhachuutu nurra jiraata. Yoo rabbiin ﷻ hin laaffisin hin tolchin wanti toluu fii laafu tokkolleen hin jiru.
Sabaahal kheyr 💜
Rabi'al Awwal 15,1448H. | 889 |
| 20 | « Muslihtoonni warri hawaasa towhiidaa fii sunnaan tolchan akkuma dhiiroota barsiisanii beekumsaan ijaaranitti dubartootallee ilmii fayyadduu barsiisuun isaan ijaaruutu isaanirraa barbaachisa.»
#دورة-العلامة_رسلان
Sabaahal kheyr 💜
Rabi'al Awwal 15,1448H | 910 |
