cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Kuusaa Faaruu OrtoOroKoon

Youtube keenya hordofaa👉 https://youtube.com/@Kooeelmedia Faarfannaa Orotodooksii Tawaahidoo kan Afaan Oromiffaa! @OrtoOroKoon Namoonni Faarfannaa qabdan akka Garee kana irratti gadhiifamu kan barbaaddan link kanaan na qunnamaa! @Kooeel

Больше
Рекламные посты
9 871
Подписчики
+1124 часа
+737 дней
+48430 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Wangeelatti /በወንጌል/ Wangeelatti x2 ni amanna nutis waangeelatti Mallattoo nageenyaa Kabaja argamsiisaa Wangeela qulqulluutti Ni amanna Nuti Daabiloos moo'amee Nageenyi labsamee Inni dagatamee Kennaadhan guuttame Addunyaan ifa arge Dukkanni moo'amee Wangeelli hiikkamuu Iccitiin himamuu Nageenya argannee Lapheen nu gammade Shakkaannis Qaana'ee Wangeelan dha'amee Kitaaba gantummaa Baay'isan bal'isan Wangeelli tokkichaa Kan barannesarraa Abboonni beektonni Akka barsiisanii Amanaa jedhanii Wangeela qulqulluun Raajii Isqeelirratti Akka dubbatamee Kitaabichas nyaadhuu Jedhamee himame        ==•|•== 👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝
Показать все...
Wangeelatti በወንጌሉ Fttuu Waynii.mp35.11 MB
29🥰 7👏 4👍 1
FOON DHUGAA Foon dhugaa hin dhokfamne deessetta waaqa ariyaamii Haadha iyyesuus mootichaa si jaallanna maariyaamii Sanyii nuuf hafteedha qulqulleetti Deesse waaqa uumaa yaa gara laafetti Dubroo harmee mootii guddaa Maariyaam kabajamuu qabdaa Qulqullummaa keetiif gooftaan si jaallate Uumamni akka keetii hin jiru dhalatee Haadhaaf dubara kan taate Maariyaam eenyutu siin qixxaate Kabajamtuu giiftii at maalif jibbamtaa Rakkataaf kadhattee atoo ni deeggartaa Simboo urgooftuu naardosii Sidha harmee iyesuusii            ==•|•== F/taa Baacarraa Mekonnin 👇👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝+ @Faarfataa #Share
Показать все...
Foon Dhugaa _Ftaa Baacarraa Mekonnin.mp35.13 MB
26👍 7
KUN JALQABA MALEE Kun jalqaba malee miti dhumaa Galataa olmaa kee sichaan himaa Ulfaadhu maariyaam haadha dhifamaa Imimmaan ijoollummaa sossobdee narraa dhiqxee Gudistee asiin na geessee jaalalaan natti siqxee Murteeffadheen kee ta'ee haadha koo foonii ganee Isheen na deessee malee akka keetti naan taane Guyyaan du'a koo hawwee dhalachuu koo abaaree Gargaarsa haadhummaa keet du'a irraa na baraaree Kan eenyuttuu hin himamnee icciitiin naaf si gidduu Furmaata itti naaf taatee osoon dhiphaadhee gadduu Kaleessa ilma kee waliin seenaa koo haaressitee Kan na qaanessuuf ture diina koo qaanessitee Har’a ilma kee waaqessaa siif galata yoon dhabee Na abaara seenanuu yoon garaaf jedhee sobee Kaleessa koo yaadadheen kiyyoon siin cabsee darbee Waa'ee keen dhugaa ba'aa waltajjii keerra dhaaphee Haadha guyyaa rakkinaa yeroo ulfinaa maaf dhibdaa Galata oolma keetii har'as na biraa qabdaa          ===•|•=== F/taa Dn Fayyisaa Moosisaa 👇👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝+ @Faarfataa #Share
Показать все...
Kun Jalqaba malee Dn Fayyisaa Moosisaa.mp36.35 MB
16👍 6
Показать все...
Sin Jaaladha Waaqa koo F/taa Darajjee Jimaa @BikiltuMedia

Sin Jaaladha Waaqa koo F/taa Darajjee Jimaa ‎@BikiltuMedia 

27🥰 20👍 4👏 1
Duursaa Ergamootaa 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
Показать все...
Duursaa Ergamootaa Mul'ataa Tazarraa .mp38.13 MB
👍 17 10
Kottu Mikaa’eel kottu/2/ Gadda balleessitee Nagaa kan laattu Kottu Mikaa’eel kottu Gargaaraa Afoomiyaa….M.K Hojii seexana irraa Sidha kan fayyise Baahiraan du’a irraa Nunis nu gargaari Akkuma isaanii Mikaa’eel nu dhaabii Amantaa keenyani Oduu gammchisaa hundatti kan himtu Kottu Gabri’eel kottu Kottu Gabri’eel kottu/2/ Oduu... Barri yoo raawwatu…G.K Waaqni nama ta’uuf Kan ergame sidha Misraachoo himuuf Uumaa keenya biraa Nuuf kadhu araaraa Gabri’eel qulqulluu Sooraa kakuu haaraa Xoofoosa qulqulluu namaaf kan hirtu Kottu Uraa’eel kottu Kottu Uraa’eel kottu /2/ Xoofoosa... Situ xoofoo laateef…U.K Izraa suutu’eeliif Ogummaa barsiiste Beekumsa kan hirteef Ergamaa Uraa’eel Mul’ate aangoon kee Kennaa keetin fayyee Himee kabaja kee Waadaa siif galameen nagaa kan buustu Kottu Takliyyee kottu Kottu Takliyyee kottu(2) Waadaa... Yohaannis lammaffaa…T.K Gooticha wangeelaa Kan nutti argisiiste Karaa isa qajeelaa Kawaala kee irratti Ifa kee ibsite Takliyyee qulqulluu Nageenya labsitee          ==•|•== @Faarfataa
Показать все...
#Mikaa'eel Koottu Koo'eel Shawaa.mp35.74 MB
👍 14🥰 9 4
Mikaa'el Mikaa'el 👇👇 Dhaggeeffadhaa 👇 https://youtu.be/9LskS8GoaVY?si=MUWPW02kYWfON_IY
Показать все...
♦NEW Mikaa'el Mikaa'eel F/ttuu Warqee Boruu Faaruu Afaan Oromoo

Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo haaraa New Ethiopian Orthodox tewahido mezmur #faarfannaa_afaan_oromoo #ethiopiaorthodox #duet #like #orthodoxtewahdo #new #music #oromia #serg

🥰 26 11👍 8
👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
Показать все...
Mikaa'el Ftaa Shaambel Addunyaa.mp37.30 MB
23🥰 7👍 4👏 2
Mikaa'el Anaaf Addadha /ሚካኤል ይለ'ይብኛል/ 📍Daawwadhaa Faaruu Addaati👇👇 https://youtu.be/upjf-_p-Nzs?si=94YEXQ68Lj_dsgw0
Показать все...
♦NEW Mikaa'el Anaaf Addadha /ሚካኤል ይለ'ይብኛል/ F/taa Dn Tafarraa Baqqalaa

Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo haaraa New Ethiopian Orthodox tewahido mezmur #faarfannaa_afaan_oromoo #like #new #serg #subscribe

🥰 42 17👍 4👏 3🤔 3
.[ Ergaama mikaa'eel ]. Ergaamaa mikaa'eel ati egaa koo Naa mildhu adaraa guyya rakinakoo Kochoo kee ararraan attii naa golbobii Abbaa gafa dhiphuu Atii naa qaqabii          .[========]. Angoon kee gudadha hangafa ergamotaa Fullake hin dhabatuu dinii nii holataa Akka afomiyyan surakee batadhaa Mikaa'eel jechuun aniis sin wamadhaa           .[========]. Xalaaya bahiraan ati harkaa kan fuutee Du'afii kan caafamee jienyati jijjirtee Sabaa waaqayyoodhaf Atii kani dhabatu Ergaama mikaa'eel atoo naani dagatuu             .[=======]. Beektaa dhiphiinako osson sit himinii Atii Nafi kadhataa hin yaada'u annii Dukkana aduunyaa naa bararii Atii Ergaama mikaa'eel hirkoko nafii ta'ii            .[========]. Kochoke dirirsii nafi dhabadhuu adaaraa Gargaara ko ta'i anii sii wamadheera Gachaanii koo si'i yeroo hundumatii Mikaa'eel sii wamee nani ganee bakeetii ==•|•== F/taa Dn Taarikuu Haabtaamuu 👇👇follow us ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa     #share
Показать все...
4_5778364397772607749.mp37.60 MB
36👍 5🥰 4
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.