Dr.Chala
Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Dr.Chala
کانال Dr.Chala (@chalaabdi) در بخش زبانی جاوهای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 14 389 مشترک است و جایگاه 1 754 را در دسته پزشکی و رتبه 333 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 14 389 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 05 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -279 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -14 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 10.56% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 4.01% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 1 520 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 577 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 12 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 06 اکتبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته پزشکی تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 06 اکتبر | 0 | |||
| 05 اکتبر | 0 | |||
| 04 اکتبر | 0 | |||
| 03 اکتبر | +3 | |||
| 02 اکتبر | 0 | |||
| 01 اکتبر | 0 |
| 2 | بدون متن... | 739 |
| 3 | Yaaddee jirtaa sister?
Yeroo ati dureessa malee hin heerumu jettu ..obbolleessa kee isa hiyyeessa sanatti eenyutu heerumaree?🤔😳🙄 | 1 283 |
| 4 | Brother😁 shamarran dhiiraa itti boonuu malee dhiiraa itti boo'a oolu hin jaallatuu! Imimmaan Kee hin buusiin🥲😁 | 1 692 |
| 5 | بدون متن... | 2 213 |
| 6 | ✍️ Abjuun koo jireenya koo caalaa guddaadha, kanaafis ala caalaa of keessa jiraadha.
Hayyootarraaa…!
By Dr.Chala | 1 956 |
| 7 | Akkuma ati miidhame jattee yaaddu kaaniis anaatu miidhame ja'ee yaada. Waan nama irraa eeydu san ifiif tahii argami, ka kanarraa hafe immoo of miitee namaaf hin jiraatin, nama irraahiis galata eeydu xiqqeessi.
Akkas yoo goote qofa nagiya argatta | 1 466 |
| 8 | 📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu akkas ta'ee , utuu akkas godhee jechurra har'uma itti fayyadami...! Utuun seenaahuf malee seenaaf hin taatuutii!!.
👉waan godhuu qabdu godhi. Karoora keetiifi hojiin kee akka wal hin dhabne godhi. Rakkoon siyaasa biyyattii hammaatus, karoorsuu malee hojjachuun ulfaatus abdii hin murin bakka karaan hin jirre keessa karaa barbaadi. numa carraaqi.
Rabbiin gargaasifadhuutii.
👉waan jaalattu argachuuf jalqaba waan jibbitu wajjiin obsuu qabda!.
By Dr.Chala | 1 893 |
| 9 | 📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu akkas ta'ee , utuu akkas godhee jechurra har'uma itti fayyadami...! Utuun seenaahuf malee seenaaf hin taatuutii!!.
👉waan godhuu qabdu godhi. Karoora keetiifi hojiin kee akka wal hin dhabne godhi. Rakkoon siyaasa biyyattii hammaatus, karoorsuu malee hojjachuun ulfaatus abdii hin murin bakka karaan hin jirre keessa karaa barbaadi. numa carraaqi.
Rabbiin gargaasifadhuutii.
👉waan jaalattu argachuuf jalqaba waan jibbitu wajjiin obsuu qabda!.
By Dr.Chala | 5 |
| 10 | Ati jaalladhu....innimmoo si haa jibbu
Ati hojjedhuuf....inni immoo sirratti haa hojjetu
Ati hiiki....inni immoo haa xaxuu
Ati kabaji .....inni immoo si haa salphisu
Ati jaji....inni immoo si haa hamatu
Ati jajjabeessi...inni immoo si haa cabsu
Ati mala dhahiif....inni immoo sirratti haa malu...
Ati gaarummaakee itti fufi, inni hamaa sirratti
godhus itti haa fufu.ati hamaa hamaan deebisuuf
utuu hin taane hamaa gaariidhaan mo'uu amala
abbaakeetu si keessa jira.
Isa hamaa godhutti hin aariin, innis hojiisaa haa
hojjetatu, atis gaarii gochuukee itti fufi.....
By Dr.Chala | 1 964 |
| 11 | بدون متن... | 1 645 |
| 12 | Ofirra xiyyeeyfadhu !
♡ Dhiira yoo taate Namni qaamaafii kiisha kee irra lubbuu tee qofa jaalatu malaykaa du'aa qofa, inninuu si ajjeesuuf.
◇ Kanarraa kan hafe hundinuu faa'idaa isaaniitiin wal qabsiisaniiti si jaalatu, yoo si keessatti abdii takka hin argine namni gara galee si laalu hin jiru, ofirra xiyyeeyfadhu !
By Dr.Chala | 1 564 |
| 13 | بدون متن... | 1 914 |
| 14 | DHIIRA TAATE DHALACHUUN
***
Dhiira taatee dhalachuun uumama, garuu dhiira taatee jiraachuun aarsaa si kaffalchiisa adeero, dhiirti maqaa Qofaa miti ,Kan dhiirummaa isaa eeggatuudha ,yoo kufe ka'ee , yoo moo'ame irra deebi'ee yaala jadhu, isa Yeroo mara waa'ee isaa hasawu osoo taane, isa hojiin isaa maalummaa isaa ibsituudha.
Dhiirummaan boo’uu dhabuu miti, booyullee imimmaan kee haqxee gara fuulduraatti deemuu danda'uudha dha.rakkoon feete yoo dhuftees 100% Tunis ni dabartii Kan of amansiisee , jireenya isaa akka itti fufu taasisuu danda'uudha.
Kana hunda raawwatee, dhiirummaa isaa namni eeggatu, dhiira tahee jachuu dandeessa, ykn maqaa Qofa tahee hafaa maqaan dhiira jadhu san
Kanaaf yoo dadhabde xiqqo boqodhu, imalli kee ni dheerataa, Ati rakkoo kee caalaa guddaadha,
Ati kufaatii kee caalaa ol’aanaa dha, Ati har’a kee qofa mitii bar ,boru kee ijaaraa jirta, Namni siif
karaa akka banu eeggachuu dhiisi,ofii keetiif karaa uumi, Atis Jabaadha 💪💯
Galatoomaa share godha Qaaliiwwan 🥰 | 16 |
| 15 | بدون متن... | 1 |
| 16 | Wantoonni shan gammachuu fidan:
1- Ilma dirqamaa
2- Haadha manaa qajeeltuu
3- Hiriyaa amanamaa
4- Ollaa amanamaa
5- Hayyuu beekumsa qabu.
Wantoonni shan immoo kanneen biroo shaniin ni guddatu:
1- Fayyaa jireenya mijataa ta'een
2- Dhaabbata gaariin imalaa
3- Bareedina amala gaariin
4- Nagaa sammuutiin rafuu
5- Halkan yaadannoo Waaqayyootiin.
By Dr.Chala | 7 |
| 17 | بدون متن... | 1 754 |
| 18 | #AMALOOTA
#HIRIYYAA SOBA 10'n
1:Yeroo waa sirraa barbaadan qofa sitti haasawu
Gaafa ati barbaaddu hin argaman gaafa ofiif
si barbaadu malee!
2:Gaarummaa kee akka gowwummatti ilaalanii
sitti fayyadamuu barbaadu ; Gaafa waan
barbaadan sirraa dhaban!
Siin oodu , Si cufu , Amala sitti jijiratu!
Milkaa'ina keetitti hin gammadan akka ati isaan dursitee
3:milkooftu hin fedhan ykn milkaa'ina isaanii sitti odeessanii
akka sitti dhaga'amu godhu!
4:Yeroo hunda gad si qabu bifa keetiin amala kee qeequ
filannoo kee akka jibbitu si godhu; Walumaa galatti
akka gad aantummaan sitti dhagahamtu si godhu!
Isaan malee ati akka faayidaa hin qabne akka sitti
fakkaatu si godha!
5:Yeroo sif hin kennan sin dhageeffatan rakkoo isaanii akka
dhageeffattu barbaadu yeroo hunda Negative dha!
Of jaalatu amala isaanii hin beektu ni jijiiramu yeroo hund
sababa baayyiisu gaafa ati barbaaddu!
6:Si to'achuu barbaadu waan uffachuu qabduu nyaachuu
eenyuu walin akka dubbachuu fi deemuu hin gabne sitti
yoo nama tokko jibban atis akka isaanitti nama' sana akka
fibbitu barbaaduu!
7:Akka ofiif fedhanitti si jijiiruu barbaadu wanta jaalattu a
jibbitee kan isaani jaallatuu si gochu barbaadu!
8:Jibbaa fi oduu sobaa facaasu waa'ee nama biraa kana jechu83
sirrattis akkanuma duuba kee deemanii haasawuu jechuudha! ;
Isa ati iccittidhaan itti himte si duuba deebi'anii odeessu!
‣ Dafanii sitti mufatu ; dafanii sitti hin araaraman!
9: Yeroo isaaniis ni hunda godhu sin yoo dorgomu sin yoo dorgomuu ati wanta hin haarawa dandeenye takka wanta gogy san
akka jibbitu si godhu!
10:Siif waa baayyee akka ta'an tola akka oolan sitti himu
ykn si duuba odeessu!
@top fans | 1 646 |
| 19 | بدون متن... | 1 264 |
| 20 | WAAN BAATEEF HIN DAGATIN!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Namoota lamatu rakkatanii jennaan wal duraa duubaan mana nama sooressaa tokko dhaqani. Namichi inni duraa akkuma "Warra Manaa!"
jedhee ol lixeen isaanumaa irbaata dhiyeeffatuu itti
dhaqe. Jarris "koottu nyaadhu" jedhanii teessisani. Innis fiigee dhiqatee maaddii isaaniitti dhiyaatee nyaata eegale.
➬ Otuma hin turiin ammas rakkataan inni lammaffaan dhufee "Warra Manaa" jedhe. Isaanis "noori koottu nyaata
nyaachaa jirra" jedhaniini. Inni garuu, "otuun waanan dhufeef isinitti hin himatin nyaata hin
nyaadhu!" jedheeni.
➬ Isaanis "tole waan dhufte
himadhukaa!" jedhan. Innis "bor ganamatti farda keessan barbaadeeni maaloo naaf ergisuu dandeessuu?" jedhe.
➬ Kana gidduutti namichi dura dhufee otuu dhimma isaa hin himatin nyaatatti gad jedhe sun "maal anisoo farda keessan barbaachan dhufe" jedhe. Isaan "garuu lakki ati durfamteetta". Jedhanii isa lamaffarra dhufeef farda laatani.
➬ WAAN BAATEEF HIN DAGATIN! | 1 808 |
