Dr.Chala
Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.
إظهار المزيد📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Dr.Chala
تُعد قناة Dr.Chala (@chalaabdi) في القطاع اللغوي Javanese لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 14 680 مشتركاً، محتلاً المرتبة 1 687 في فئة الطب والمرتبة 320 في منطقة فنلندا.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 14 680 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 03 سبتمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -284، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -6، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 11.31%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 4.04% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 1 662 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 594 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 7.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 04 سبتمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الطب.
جاري تحميل البيانات...
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 04 سبتمبر | 0 | |||
| 03 سبتمبر | 0 | |||
| 02 سبتمبر | 0 | |||
| 01 سبتمبر | 0 |
| 2 | #ERGAAGALATEEFFANNAA #MANAAQORICHAABIIFTUU IRRAA ♥️♥️🙏🙏
Hiriyoota koo jaallatamoo,
Deeggarsa, jaalala, jajjabeessa fi yeroo hunda na cinaa dhaabbattan hundaaf irraa garaa koo keessaa isin galateeffadha. Rabbiin jaalala, obbolummaa fi hariiroo keenya kana nuuf haa eegu.
Hedduu isin jaalladha, hedduu isin galateeffadha. | 1 066 |
| 3 | Oduu Gammachiisaa Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa ##karamilee hundaaf
#Mana #Qorichaa #Biiftuu #ቢፍቱ #ፋርማሲ
🏥 "Mana Qorichaa Biiftuu" (Mana Qorichaa Biiftu) Dr. Chala'n gaggeessamu yoo ta'u . Tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe uummanni Keenna akka argatuuf jecha #ManaQorichaaBiiftuu Sadarkaa isaa eeggate Magaalaa #karamilee keessatti jalqabnee jiraa waan ta'eef namoonni yaalaan cinatti qorichoota adda addaa barbaaddan kan Ajajaan dhufanis dabalatee nu biratti ni argattu.
***
Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu biraa Argattu
✅️Qoricha Rakkoo
✅️Kununsaa gogaa.
✅️Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii.
✅️Kununsaa rifeensa.
✅️Qulqullina dhuunfaa .
✅️Vitaaminoota fi Albuudota .
✅️Kununsaa nyaataa .
✅️Dibata miidhagina .
✅️Kununsaa daa'immanii
✅️Kununsaa haadhoolee ulfaa.
✅️Gorsa fayyaa barbaachisaa
✅️Qoricha dhukkuboota hundaaf
✅️Gorsa haadhoolee ulfaa fi Daa'imaanni
Kota tajaajila keenya Qulqullinaa ol'aanaa qabuu 24hrs argaadha | 1 135 |
| 4 | Kabajamtootaa hordoftootaa koo hundii keessan jalala naa qabdani promotion anni post godha kana fecbook keessani naa maxxanin jalala naaf qabdani naati mulisaa achii boodaa tokko tokko keessaanif badhasa guddaa qopheessa jiraa Galatoomaa | 74 |
| 5 | لا يوجد نص... | 78 |
| 6 | Nama qoricha fudhatu
Alkoolii yoo dhuge maal ta'a ??
Dhukkubsataan qoricha fudhatu ogeessi fayyaa itti himuu baatus alkoolii fayyadamuu hin qabu. Garuu yeroo hunda dhukkubsattoonni tokko tokko kan dadhabinaaf qoricha fudhatanii fi alkoolii fayyadaman jiru. Kunis sababa alkooliin maaliif akka dhorkame beekuu dhabuu irraa kan ka'edha. Namoonni baay'een alkoolii qoricha sana waan fixuuf hin gorsan. Inni akkas ta'e itti fakkaata. Garuu dhugaan isaa isa qofa miti.
Sababoota alkoolii fi qorichi waliin hin deemneef :-
1. Dhiibbaan kalee irratti waan jiruuf.
-Hojii kalee keessaa tokko qoricha caccabsee gara waan faayidaa qabuutti jijjiiruu ykn fincaanii fi dafqaan calaluu dha. Yeroo kaleen gocha kana raawwatu.
Humna gadi lakkisuu, maashaalee fayyadama, akkasumas inzaayimoota adda addaa ni uuma.
Alkoolii qoricha waliin yoo dhugne kaleen humna dabalataa oomishuuf, maashaalee fayyadamuu fi inzaayimii garmalee oomishuuf dirqama. Kunis kaleen akka dadhabu fi yeroo booda hojii dhaabuu danda’a.
2. Miidhaan cinaa waan baay'atuuf.
Qorichi kamiyyuu miidhaa cinaa mataa isaa qaba. Garuu miidhaa cinaa akka gosa qorichaatti garaagarummaa qaba. Kunoo, baayyee salphaa, giddu galeessaa fi rakkisaa ta'uu danda'a.
Alkooliin miidhaa cinaa isaa ni hammeessa. Fakkeenyaaf :-NSAID irraa indomethacin,Ibuprofen ,Aspirin,Meloxcam,Diclofenac waliin fudhachuu----
Dhukkubbii garaachaa akka hammaatu taasisa.
-Maraa, garaa kaasaa fi haaloo bahuu fiduu danda'a.
3. Walqunnamtiin balaa geessisu ni uuma.
Qorichootni tokko tokko alkoolii wajjin yeroo fudhataman wal-nyaatinsa lubbuu namaa balaa irra buusu.
Fakkeenyaaf:-
• Metronidazole / Tinidazole → Alkoolii waliin fudhachuun yaadachuu cimaa fi dhukkuba onnee saffisaa fida.
• Qorichoota tasgabbeessuu, kiniinii hirribaa, qoricha farra histaamiinii → Alkoolii waliin fudhachuun garaa kaasaa fi rakkoo hafuura baafannaa fida.
• Paracetamol alkoolii waliin fudhachuu → Kalee baay’ee miidha.
4. Alkooliin dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu dadhabsiisa
Kan kanas ammas
• Teeloon dhukkubni kun akka hin fayyine ittisa. (Suuta suutaan fayyuu) .
• Bu’a qabeessummaa qoricha kanaa ni hir’isa.
N.B:- Alkoolii fi qorichi yoo walitti fudhataman :- .
• Miidhaan cinaa ni dabala (Miidhaa cinaa dabalataa) .
• Dhiibbaa kalee irratti uuma (Liver overload) .
• Bu'a qabeessummaa qoricha sanaa ni hir'isa (Less effectiveness) .
. Deebiin lubbuu namaa balaadhaaf saaxiluu danda’u ni mudata. Kanaaf alkoolii fi qoricha sammuu namaa hadoochu waliin fudhachuun hin gorfamu.
By Dr.Chala
Odeeffannoo fayyaa fi gorsa barbaachisoo ta'an argachuuf telegram channel koo join godhaa dubbisaa
👇👇👇
https://t.me/ChalaAbdi | 908 |
| 7 | Oduu Gammachiisaa Hordoftoota Koo Hundaa fi Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa #KARRA_MILLE Hundaf
Manii Qorichaa kun Mana Sadarkaa isaa Eeggate Akkasumas Qorichootta Biyyaa Alaa Fi Biyyaa Keessa Hunda Ni Argattaa Fakkeenyaaf Qorichaa Akka Diclo Denk Qorichaa Biyyootaa jaarman Argachuu Ni Dandeessu!
Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu bira Argattu
Kununsaa gogaa.
Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii.
Kununsaa rifeensa.
Qulqullina dhuunfaa .
Vitaaminoota fi Albuudota .
Kununsaa nyaataa .
Dibata miidhagina .
Kununsaa daa'immanii
Kununsaa haadhoolee ulfaa.
Gorsa fayyaa barbaachisaa
Qoricha dhukkuboota hunda
Tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe uummanni Keenna akka argatuuf jecha #ManaQorichaa Sadarkaa isaa eeggate Magaalaa Magalaa #karamilee
keessatti Buna Jira. Kanaaf namoonni yaalaan cinatti qorichoota adda addaa barbaaddan kan Ajajaan dhufanis dabalatee nu biratti ni argattu.
***
Tajaajila keenyaa namoota barbaadan 24hrs banaadha
cell phone +251910748582 | 1 142 |
| 8 | https://www.tiktok.com/@dr.chala3?_r=1&_t=ZS-99HwuTzmNXB | 1 048 |
| 9 | 🌷 Nama Biraa Caaluuf Osoo Hin Taane, Kaleessa Kee Caaluuf Jiraadhu 🌷
Yeroo baay’ee namoonni jireenya isaanii nama biraa waliin madaalu. Garuu milkaa’inni dhugaan nama biraa moo’achuu keessatti osoo hin taane, ofii kee guyyaa guyyaadhaan fooyyessuu keessatti argama.
🌱 Har’i kee kaleessa kee caalaa yoo fooyya’e, tarkaanfii guddaa fuuldura deemteetta jechuudha. Milkaa’inni dhugaan dorgommii namoota wajjin osoo hin taane, dorgommii ofii kee wajjin qabdu dha.
💎 Namni yeroo hunda of fooyyessuuf carraaqu, guyyaa tokko bakka ol’aanaa ga’a. Garuu namni yeroo hunda nama biraa ilaalu, gammachuu fi tasgabbii qalbii dhabuu danda’a.
🤲 Kanaaf yeroo hunda of gaafadhu: “Har’a maaliin kaleessa koo caale?”
🍂 Yeroo hunda namoota si miidhan yaadachuun qalbii kee hin dukkaneessin. Nama si miidhe irra, ofii kee fayyisuu irratti xiyyeeffadhu. Akkuma baalli mukaa kufuun muka sana hin balleessine, kufaatiin kee illee dhuma miti; jalqaba haarawaa ta’uu danda’a.
💎 Namoonni hundi jireenya kee keessatti si gammachiisuuf hin dhufan. Tokko tokko garuu barnoota guddaa si barsiisuuf dhufu.
🤍 Yoo Rabbiin balbala tokko siif cufe, balbala isa caalaa gaarii tokko siif banaa jiraachuu danda’a. Kanaaf abdii hin kutin.
🌹 Gammachuun dhugaan Waan hunda qabaachuu keessatti miti, Waan qabdu galateeffachuu keessatti argama.
📖 “Yoo galateeffattan, ani isiniif nan dabala.”
✨ Har’a: ✔️ Nama tokko gammachiisi
✔️ Nama tokkoof kadhadhu
✔️ Dogoggora tokko irraa deebi’i
✔️ Hojii gaarii tokko hojjadhu
🌷 Jireenyi kee yeroo sana miidhagina addaa argata. Nama biraa caaluuf osoo hin taane, kaleessa kee caaluuf jiraadhu. Milkaa’inni dhugaan achumaan jalqaba. 🤍🥰🌹
waan dubbiftanif Galatoomaa share godhaa | 1 204 |
| 10 | Namoonni dhukkuba garaachaa (peptic ulcer disease) qaban qorichoota kana fayyadamuu hin qaban,isaanis
◍Qorichoota garee NSAIDs kan akka
👉 Diclofenac
👉 Ibuprofen
👉 Naproxen
👉 Indomethacin
◍ Steroids- kan akka prednisolone
◍ Aspirin
◍ kiniinii (tablet) Ayiranii
👉 Qorichoota kana fayyadamuun dirqama yoo ta'e ogeessa fayyaa mariisisuun of eeggannoon fayyadamuun qabna.
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!! | 1 165 |
| 11 | 👂Gorsa warqii kanneen dhagefadhuu
Namoota hunda gargaaruun gaariidha, garuu "Eeyyee" jechuun kee nagaa kee kan booressu yoo ta'e, "Lakki" jechuu barachuu qabda.
Namni daangaa isaa hin beekne, akka farda fe'iisaa namatti tola. Daangaa qabaachuun hammeenya osoo hin taane, of kabajuu dha.
👊Gargaarsaa fi Fayyadama Gargar Baasi.
Namni si jaallatu si gargaara, namni siti fayyadamuu barbaadu garuu yoo dhimmi isaa xumurame si irraanfaa.
■Namoota yeroo rakkoo qofa sii yaadatan irraa of qusadhu. Namummaan waliin guddachuu dha malee, nama tokko kuffisanii kaan irra deemuu mitii■
👊Humna "Lakki" Jedhu Qabaadhu
"Lakki" jechuun kee nama akka hin mufachiisne hin sodaatin. Namni "Lakki" kee hin kabajne, "Eeyyee" keetiifis iddoo hin qabu. Jaalalli dhugaan kabaja irratti hundaa
Namoota hundaaf gaarummaa raawwachuun amala gaariidha. Garuu, gaarummaan kee akka namoonni sitti fayyadamaniif balbala hin baninin
"Lakki" jechuun hammeenya miti, of kabajuu dha.
Namni daangaa kee hin kabajne, namummaa keetiif iddoo hin qabu.
Gargaarsaa fi fayyadama (Exploitation) gargar baasii beeki.
👏 Nagaa keef dursa kenni. Namummaan jaalala irratti malee fayyadama irratti hin hunda’u!
🤝Gabaabaa fi Humna Qabu (Short & Powerful)
> Of Kabajuun Namummaa Dursa!
> Namni hundi akka sitti fayyadamu hin hayyamin. "
Namoota tokko tokko yoo Callistee walala itti fakkata ...
Yoo isnitti tolle like fi share gochuun Hiriyoota keessan nama jaalataanif share godhaa biraan geeyaa Galatoomaa galatooma
By Dr.Chala | 1 534 |
| 12 | Barnoonni Furtuu Rakkinaa, Hundee Guddinaati! | 1 400 |
| 13 | لا يوجد نص... | 1 683 |
| 14 | Jireenyi kee yaada kee irratti hundaa'a, waan ta'eef jireenya gaarii jiraachuuf yaada gaarii qabaadhu. | 1 680 |
| 15 | #Ergaa_galateeffannaa
====////=====
Hiriyoonni kiyya kan jalqabaa hanga xumuraa na waliin ifaajaa post godhaa. like godhaa. Share godhaa. turtan, hundi keessan, hiriyummaa qofa osoo hin taane obbolummaa Naa qabdani waan natti agarsiiftaniif galatoomaa! ❤️❤️🙏🙏🙏
■Obboleewwan koo qaalii Hunduu keessaan galatoomaa yeroo muraasa Keessatti Ergaa koo namoota hedduu biraan geesaani Hedduu naa galatoomaa .❤️❤️🙏🙏
■kanaaf hamilee nutti gootaniif hunduu galatoomaa !🙏
Akkasuma hiriyyoota nu waliin dhamaatan maraaf,❤️🤌
Hunda keessanuu hedduun isin jaalladha. Kun immoo bu'aa dadhabbii keessaniiti, galatoomaa!"
By Dr.Chala | 2 325 |
| 16 | لا يوجد نص... | 1 873 |
| 17 | Mallattoolee hanqina asiidii coomaa Omega 3:
1. Gogaa qamadii qalla’aa qabu
2. Dhukkuba gogaa
3. Ija goguu
4. Rifeensa goguu
5. Umurii wajjin walqabatee macular degeneration
6. Dhibee ariitii (Arhythmia).
7. Kalee cooma qabu
8. Dhiibbaa dhiigaa
9. Anjiinaa
10. Dhukkuba onnee
11. Yaadannoo dhabuu
12. Infeekshinii
13. Dhiphina sammuu
14. Alarjii
15. ADHD
Dr.Chala | 1 673 |
| 18 | Qaama imala waan taateef, guyyaa guyyaan waan hin qabne akkan godhu na dhiibdeef galatoomi. Waliin 200K geenyee jirra, kunis jalqaba. Galma gurguddaa, ool’aa, fi jireenya keenya jiru — kana waliin ijaaruu haa itti fufnu 🚀 next stop 500K 🚀 by Dr.Chala Thank you ❤️ | 1 535 |
| 19 | Qaama imala waan taateef, guyyaa guyyaan waan hin qabne akkan godhu na dhiibdeef galatoomi. Waliin 200K geenyee jirra, kunis jalqaba. Galma gurguddaa, ool’aa, fi jireenya keenya jiru — kana waliin ijaaruu haa itti fufnu 🚀 next stop 500K 🚀 by Dr.Chala Thank you ❤️ | 1 |
| 20 | Jireenya Keessatti Akkamitti Injifachuu Dandeenyu
1. Addunyaa duratti dammaquu, osoo rafanii hojjachuu.
2. Ji'a 6f ogummaa tokko irratti xiyyeeffachuun ofitti qabachuu.
3. Namoonni maal akka yaadan dhimmamuu dhiisi, isaan kaffaltii kee hin kaffalan.
4. Maallaqa qusadhu, qarshii baradhu, qarshii kabaju.
5. Hiriyyoota sobaa muraa, guddina kee ajjeesu.
6. Guyyaa guyyaan dubbisi, sammuun kee meeshaa waraanaa kee isa hunda caaludha.
7. Obsaa, wanti gurguddaan ijaaruuf yeroo fudhata.
8. Yeroo jireenyi itti ulfaatullee ofitti gonkumaa hin dhiisin.
By Dr.Chala | 1 658 |
