ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅 👈

Dr.Chala

Dr.Chala

前往频道在 Telegram

Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

显示更多

📈 Telegram 频道 Dr.Chala 的分析概览

频道 Dr.Chala (@chalaabdi) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 14 333 名订阅者,在 医学 类别中位列第 1 782,并在 芬兰 地区排名第 336 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 14 333 名订阅者。

根据 10 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -267,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 12.25%。内容发布后 24 小时内通常能获得 3.83% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 757 次浏览,首日通常累积 549 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 12。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.”

凭借高频更新(最新数据采集于 11 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 医学 类别中的关键影响点。

14 333
订阅者
无数据24 小时
-647 天
-26730 天

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
10月 '26
十月 '26
+3
在0个频道中
九月 '26
+1
在0个频道中
Get PRO
八月 '26
+22
在0个频道中
Get PRO
七月 '26
+53
在0个频道中
Get PRO
六月 '26
+18
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+43
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+62
在1个频道中
Get PRO
三月 '26
+13
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+176
在1个频道中
Get PRO
一月 '26
+301
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+290
在1个频道中
Get PRO
十一月 '25
+21
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+96
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+591
在1个频道中
Get PRO
八月 '25
+1 688
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+330
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+334
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+201
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+427
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+1 245
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+1 186
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+4 690
在2个频道中
Get PRO
十二月 '24
+2 925
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+1 584
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+1 279
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+954
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+1 114
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
09 十月0
08 十月0
07 十月0
06 十月0
05 十月0
04 十月0
03 十月+3
02 十月0
01 十月0
频道帖子
#Dhiira_Dhugaa_Ta'uu Yoo Feete Qofa Dubbisi! 👇👇👇 ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Dhiirummaan dhaloota qofaan kan argamu osoo hin taane, bilchina sammuu, amala gaarii, fi gocha guyyaa guyyaan mul'atuun kan ijaaramuudha. Dhiira bilchina sammuu, amala gaarii, surraa fi kabaja qabu ta'uuf wantoota 10n kana gochuu qabda: 👇n —————————— 1️⃣ Itti-Gaafatamummaa Fudhachuu (Accountability): ✅ Yeroo dogoggortu sababa dhiheessuu fi nama biraatti quba qabuu dhiisi. "Anatu dogoggore, dhiifama" jechuun mallattoon gootummaati malee dadhabbii miti. 2️⃣ Miira Ofii To'achuu (Emotional Control): ✅ Dhiirri jabaan nama aariidhaan iyyu ykn humnaan nama miidhu osoo hin taane, nama yeroo dheekkamu dandeettii of-to'achuu fi tasgabbaa'ee murteessuu qabuda. 3️⃣ Waadaa fi Jecha Ofii Eeguu (Integrity): ✅ Jechi afaan keessaa ba'u kabaja keeti. Waan dubbatte hojiirra oolchi; kakuu sobaa fi beellama cabsuu irraa fagaadhu. 4️⃣ Dubartoota Kabajuu (Respecting Women): ✅ Haadha, haadha warraa, obboleettii, fi dubartoota hundumaa onneerraa kabaji. Dhiirri dhugaan dubartii hin arrabsu, hin miidhu, jireenya ishees hin salphisu. 5️⃣ Mul'ata fi Kaayyoo Jireenyaa Qabaachuu: ✅ Jireenya dhibaa'ummaa fi dharraa guyyuu irraa bilisa ta'e jiraadhu. Karoora fuulduraa qabaadhu, hojjedhu, mul'ata keefis milkaa'i. 6️⃣ Boona fi Of-Tuulummaa Dhiisuu (Humility): ✅ Humnas, beekumsas, ykn qabeenya yoo qabaatte of-gadi-qabiitii jiraadhu. Namni jabaan humna isaa nama nagaa ittiin gargaara malee ittiin hin of-tuulu. 7️⃣ Dhoksaa fi Iccitii Eeguu (Confidentiality): ✅ Dhimma gaa'ila keetii, iccitii maatii, fi hiriyoota keetii gabaatti hin baasin. Hamiirraa fagaadhu; dhiirri dhugaan hamiin yeroo hin balleessu. 8️⃣ Dogoggora Darbe Irraa Barachuu: ✅ Kufaatiitti dhiphachuu dhiisii akka barnootaatti fudhu. "Waan hundaa nan beeka" jettee hin of-tuulin; yeroo hunda of-fooyyessuuf qophaa'aa ta'i. 9️⃣ Haqaa fi Dhugaaf Dhaabbachuu: ✅ Jal'ina mormuu, nama miidhameef deemanii sagalee ta'uu, fi haala kamiinuu dhugaaf dhaabbachuu hin sodaatin. 🔟 Dinagdeedhaan Of-Danda'uuf Carraaquu: ✅ Harka namaa ilaaluu dhiisii hojii xiqqoo irraa kaastee dafqa keetiin jiraachuu fi maatii kee gargaaruuf carraaqi. —————————— 💡 Gorsa Ogeessaa: "Dhiirummaan qooqa jabaa dubbachuu ykn humna agarsiisuu miti; amala gaarii, bilchina sammuu, fi maatiifi hawaasaaf gaachana ta'uudha!" 🧠🛡️ ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Waan dubbistaniif galatoomaa! ❤️ Postiin kun dhiirota keenyaaf jajjabina akka ta'uuf Like, Share & Follow gochuu hin dagatinaa! #Odeeffannoo_dabalataaf Page kana #follow godha. ✍️ by Dr.Chala

2
+1
没有文字...
633
3
Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala. By Dr.Chala
Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala. By Dr.Chala
150
4
🎖:Isin likee gochuu sassattu amma namni star keennaa jiraam😭😭 Warra like godhaniin hin jennee🙏 Star naa laadhamee😁
943
5
没有文字...
1 063
6
Tips of Today... "Nama hin amanin, ilmi namaa summiidha" jattee yoo poosti goote, nama ati isaaf jacha poosti gooteetuu nama
Tips of Today... "Nama hin amanin, ilmi namaa summiidha" jattee yoo poosti goote, nama ati isaaf jacha poosti gooteetuu nama hunda dura dhufee "like" siif godhee comment irratti dhugaa keeti siin ja'a. Akkuma ati miidhame jattee yaaddu kaaniis anaatu miidhame ja'ee yaada. Waan nama irraa eeydu san ifiif tahii argami, ka kanarraa hafe immoo of miitee namaaf hin jiraatin, nama irraahiis galata eeydu xiqqeessi. Akkas yoo goote qofa nagiya argatta.
1 276
7
Tarii maaltu beeka poostii kana like goote jireenyi kee jijjiramuu danda'aa🥹😁
1 460
8
没有文字...
1 706
9
Yaaddee jirtaa sister? Yeroo ati dureessa malee hin heerumu jettu ..obbolleessa kee isa hiyyeessa sanatti eenyutu heerumaree?🤔😳🙄
2 183
10
Brother😁 shamarran dhiiraa itti boonuu malee dhiiraa itti boo'a oolu hin jaallatuu! Imimmaan Kee hin buusiin🥲😁
2 486
11
没有文字...
2 955
12
✍️ Abjuun koo jireenya koo caalaa guddaadha, kanaafis ala caalaa of keessa jiraadha. Hayyootarraaa…! By Dr.Chala
✍️ Abjuun koo jireenya koo caalaa guddaadha, kanaafis ala caalaa of keessa jiraadha. Hayyootarraaa…! By Dr.Chala
2 628
13
Akkuma ati miidhame jattee yaaddu kaaniis anaatu miidhame ja'ee yaada. Waan nama irraa eeydu san ifiif tahii argami, ka kanar
Akkuma ati miidhame jattee yaaddu kaaniis anaatu miidhame ja'ee yaada. Waan nama irraa eeydu san ifiif tahii argami, ka kanarraa hafe immoo of miitee namaaf hin jiraatin, nama irraahiis galata eeydu xiqqeessi. Akkas yoo goote qofa nagiya argatta
2 019
14
📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu+2
📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu akkas ta'ee , utuu akkas godhee jechurra har'uma itti fayyadami...! Utuun seenaahuf malee seenaaf hin taatuutii!!. 👉waan godhuu qabdu godhi. Karoora keetiifi hojiin kee akka wal hin dhabne godhi. Rakkoon siyaasa biyyattii hammaatus, karoorsuu malee hojjachuun ulfaatus abdii hin murin bakka karaan hin jirre keessa karaa barbaadi. numa carraaqi. Rabbiin gargaasifadhuutii. 👉waan jaalattu argachuuf jalqaba waan jibbitu wajjiin obsuu qabda!. By Dr.Chala
2 510
15
📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu
📚👉yeroon kanarraa ulfaataa tahuutuu mala, yeroon tun erga si dabartee boodaa silaa akkas godhee, silaa akkana godhee , utuu akkas ta'ee , utuu akkas godhee jechurra har'uma itti fayyadami...! Utuun seenaahuf malee seenaaf hin taatuutii!!. 👉waan godhuu qabdu godhi. Karoora keetiifi hojiin kee akka wal hin dhabne godhi. Rakkoon siyaasa biyyattii hammaatus, karoorsuu malee hojjachuun ulfaatus abdii hin murin bakka karaan hin jirre keessa karaa barbaadi. numa carraaqi. Rabbiin gargaasifadhuutii. 👉waan jaalattu argachuuf jalqaba waan jibbitu wajjiin obsuu qabda!. By Dr.Chala
5
16
Ati jaalladhu....innimmoo si haa jibbu Ati hojjedhuuf....inni immoo sirratti haa hojjetu Ati hiiki....inni immoo haa xaxuu At
Ati jaalladhu....innimmoo si haa jibbu Ati hojjedhuuf....inni immoo sirratti haa hojjetu Ati hiiki....inni immoo haa xaxuu Ati kabaji .....inni immoo si haa salphisu Ati jaji....inni immoo si haa hamatu Ati jajjabeessi...inni immoo si haa cabsu Ati mala dhahiif....inni immoo sirratti haa malu... Ati gaarummaakee itti fufi, inni hamaa sirratti godhus itti haa fufu.ati hamaa hamaan deebisuuf utuu hin taane hamaa gaariidhaan mo'uu amala abbaakeetu si keessa jira. Isa hamaa godhutti hin aariin, innis hojiisaa haa hojjetatu, atis gaarii gochuukee itti fufi..... By Dr.Chala
2 358
17
没有文字...
1 915
18
Ofirra xiyyeeyfadhu ! ♡ Dhiira yoo taate Namni qaamaafii kiisha kee irra lubbuu tee qofa jaalatu malaykaa du'aa qofa, inninuu+2
Ofirra xiyyeeyfadhu ! ♡ Dhiira yoo taate Namni qaamaafii kiisha kee irra lubbuu tee qofa jaalatu malaykaa du'aa qofa, inninuu si ajjeesuuf. ◇ Kanarraa kan hafe hundinuu faa'idaa isaaniitiin wal qabsiisaniiti si jaalatu, yoo si keessatti abdii takka hin argine namni gara galee si laalu hin jiru, ofirra xiyyeeyfadhu ! By Dr.Chala
1 861
19
+2
没有文字...
2 186
20
DHIIRA TAATE DHALACHUUN *** Dhiira taatee dhalachuun uumama, garuu dhiira taatee jiraachuun aarsaa si kaffalchiisa adeero, dh
DHIIRA TAATE DHALACHUUN *** Dhiira taatee dhalachuun uumama, garuu dhiira taatee jiraachuun aarsaa si kaffalchiisa adeero, dhiirti maqaa Qofaa miti ,Kan dhiirummaa isaa eeggatuudha ,yoo kufe ka'ee , yoo moo'ame irra deebi'ee yaala jadhu, isa Yeroo mara waa'ee isaa hasawu osoo taane, isa hojiin isaa maalummaa isaa ibsituudha. Dhiirummaan boo’uu dhabuu miti, booyullee imimmaan kee haqxee gara fuulduraatti deemuu danda'uudha dha.rakkoon feete yoo dhuftees 100% Tunis ni dabartii Kan of amansiisee , jireenya isaa akka itti fufu taasisuu danda'uudha. Kana hunda raawwatee, dhiirummaa isaa namni eeggatu, dhiira tahee jachuu dandeessa, ykn maqaa Qofa tahee hafaa maqaan dhiira jadhu san Kanaaf yoo dadhabde xiqqo boqodhu, imalli kee ni dheerataa, Ati rakkoo kee caalaa guddaadha, Ati kufaatii kee caalaa ol’aanaa dha, Ati har’a kee qofa mitii bar ,boru kee ijaaraa jirta, Namni siif karaa akka banu eeggachuu dhiisi,ofii keetiif karaa uumi, Atis Jabaadha 💪💯 Galatoomaa share godha Qaaliiwwan 🥰
16