en
Feedback
Dr.Chala

Dr.Chala

Open in Telegram

Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Dr.Chala

Channel Dr.Chala (@chalaabdi) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 14 668 subscribers, ranking 1 695 in the Medicine category and 320 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 14 668 subscribers.

According to the latest data from 04 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -281 over the last 30 days and by -9 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 11.89%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 4.05% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 1 745 views. Within the first day, a publication typically gains 594 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 7.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Baga gara chaanaalii Telegram kootti dhuftan! 👉🦻 Asitti, odeeffannoowwan fayyaa barbaachisoo ta’an, isinf qoda.

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 05 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Medicine category.

14 668
Subscribers
-924 hours
-847 days
-28130 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '260
in 0 channels
August '26
+22
in 0 channels
Get PRO
July '26
+53
in 0 channels
Get PRO
June '26
+18
in 0 channels
Get PRO
May '26
+43
in 0 channels
Get PRO
April '26
+62
in 1 channels
Get PRO
March '26
+13
in 0 channels
Get PRO
February '26
+176
in 1 channels
Get PRO
January '26
+301
in 0 channels
Get PRO
December '25
+290
in 1 channels
Get PRO
November '25
+21
in 0 channels
Get PRO
October '25
+96
in 0 channels
Get PRO
September '25
+591
in 1 channels
Get PRO
August '25
+1 688
in 0 channels
Get PRO
July '25
+330
in 0 channels
Get PRO
June '25
+334
in 0 channels
Get PRO
May '25
+201
in 0 channels
Get PRO
April '25
+427
in 0 channels
Get PRO
March '25
+1 245
in 0 channels
Get PRO
February '25
+1 186
in 0 channels
Get PRO
January '25
+4 690
in 2 channels
Get PRO
December '24
+2 925
in 0 channels
Get PRO
November '24
+1 584
in 0 channels
Get PRO
October '24
+1 279
in 0 channels
Get PRO
September '24
+954
in 0 channels
Get PRO
August '24
+1 114
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
05 September0
04 September0
03 September0
02 September0
01 September0
Channel Posts

2
#manaqorichaabiiftuu amanamaa qoricha qulqullina qabu, meeshaalee yaalaa, fi tajaajila maamiltootaa gaarii ta'e dhiyeessuudha+3
#manaqorichaabiiftuu amanamaa qoricha qulqullina qabu, meeshaalee yaalaa, fi tajaajila maamiltootaa gaarii ta'e dhiyeessuudha. Kaayyoon keenya fayyaa fi nageenya hawaasa keenyaati. Tajaajilaa fooyya'aa fi Qulqullinaa ol'aanaa Qorichaa brand ta'e Kota tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe argaadha teessoon keenya magaalaa kara magaalaa #karamilee #qoricha #Biftudrugshop Nuu qunamaa Lakkoofsa bilbila +251910748582 Qorichaa dhukkuba kamiyyuu argachuuf filannoo Keessan Biiftuu Drug Shop Haa ta’u Jedha dukkaanni #qorichaaBiiftuu
369
3
+3
No text...
1
4
#manaqorichaabiiftuu amanamaa qoricha qulqullina qabu, meeshaalee yaalaa, fi tajaajila maamiltootaa gaarii ta'e dhiyeessuudha+3
#manaqorichaabiiftuu amanamaa qoricha qulqullina qabu, meeshaalee yaalaa, fi tajaajila maamiltootaa gaarii ta'e dhiyeessuudha. Kaayyoon keenya fayyaa fi nageenya hawaasa keenyaati. Tajaajilaa fooyya'aa fi Qulqullinaa ol'aanaa Qorichaa brand ta'e Kota tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe argaadha teessoon keenya magaalaa kara magaalaa #karamilee #qoricha #Biftudrugshop Nuu qunamaa Lakkoofsa bilbila +251910748582 Qorichaa dhukkuba kamiyyuu argachuuf filannoo Keessan Biiftuu Drug Shop Haa ta’u Jedha dukkaanni #qorichaaBiiftuu
13
5
Uffata ati ofirraa qabdu caalaa, ulfina ati namaaf qabdutuu namummaa kee ibsa. N a m u m m a a 🤝
Uffata ati ofirraa qabdu caalaa, ulfina ati namaaf qabdutuu namummaa kee ibsa. N a m u m m a a 🤝
1 228
6
#ERGAAGALATEEFFANNAA #MANAAQORICHAABIIFTUU IRRAA ♥️♥️🙏🙏 Hiriyoota koo jaallatamoo, Deeggarsa, jaalala, jajjabeessa fi yeroo+2
#ERGAAGALATEEFFANNAA #MANAAQORICHAABIIFTUU IRRAA ♥️♥️🙏🙏 Hiriyoota koo jaallatamoo, Deeggarsa, jaalala, jajjabeessa fi yeroo hunda na cinaa dhaabbattan hundaaf irraa garaa koo keessaa isin galateeffadha. Rabbiin jaalala, obbolummaa fi hariiroo keenya kana nuuf haa eegu. Hedduu isin jaalladha, hedduu isin galateeffadha.
1 352
7
Oduu Gammachiisaa Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa ##karamilee hundaaf #Mana #Qorichaa #Biiftuu #ቢፍቱ #ፋርማሲ 🏥 "Mana Qor+3
Oduu Gammachiisaa Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa ##karamilee hundaaf #Mana #Qorichaa #Biiftuu #ቢፍቱ #ፋርማሲ 🏥 "Mana Qorichaa Biiftuu" (Mana Qorichaa Biiftu) Dr. Chala'n gaggeessamu yoo ta'u . Tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe uummanni Keenna akka argatuuf jecha #ManaQorichaaBiiftuu Sadarkaa isaa eeggate Magaalaa #karamilee keessatti jalqabnee jiraa waan ta'eef namoonni yaalaan cinatti qorichoota adda addaa barbaaddan kan Ajajaan dhufanis dabalatee nu biratti ni argattu. *** Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu biraa Argattu ✅️Qoricha Rakkoo ✅️Kununsaa gogaa. ✅️Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii. ✅️Kununsaa rifeensa. ✅️Qulqullina dhuunfaa . ✅️Vitaaminoota fi Albuudota . ✅️Kununsaa nyaataa . ✅️Dibata miidhagina . ✅️Kununsaa daa'immanii ✅️Kununsaa haadhoolee ulfaa. ✅️Gorsa fayyaa barbaachisaa ✅️Qoricha dhukkuboota hundaaf ✅️Gorsa haadhoolee ulfaa fi Daa'imaanni Kota tajaajila keenya Qulqullinaa ol'aanaa qabuu 24hrs argaadha
1 431
8
Kabajamtootaa hordoftootaa koo hundii keessan jalala naa qabdani promotion anni post godha kana fecbook keessani naa maxxanin jalala naaf qabdani naati mulisaa achii boodaa tokko tokko keessaanif badhasa guddaa qopheessa jiraa Galatoomaa
74
9
No text...
78
10
Nama qoricha fudhatu Alkoolii yoo dhuge maal ta'a ?? Dhukkubsataan qoricha fudhatu ogeessi fayyaa itti himuu baatus alkoolii fayyadamuu hin qabu. Garuu yeroo hunda dhukkubsattoonni tokko tokko kan dadhabinaaf qoricha fudhatanii fi alkoolii fayyadaman jiru. Kunis sababa alkooliin maaliif akka dhorkame beekuu dhabuu irraa kan ka'edha. Namoonni baay'een alkoolii qoricha sana waan fixuuf hin gorsan. Inni akkas ta'e itti fakkaata. Garuu dhugaan isaa isa qofa miti. Sababoota alkoolii fi qorichi waliin hin deemneef :- 1. Dhiibbaan kalee irratti waan jiruuf. -Hojii kalee keessaa tokko qoricha caccabsee gara waan faayidaa qabuutti jijjiiruu ykn fincaanii fi dafqaan calaluu ​​dha. Yeroo kaleen gocha kana raawwatu. Humna gadi lakkisuu, maashaalee fayyadama, akkasumas inzaayimoota adda addaa ni uuma. Alkoolii qoricha waliin yoo dhugne kaleen humna dabalataa oomishuuf, maashaalee fayyadamuu fi inzaayimii garmalee oomishuuf dirqama. Kunis kaleen akka dadhabu fi yeroo booda hojii dhaabuu danda’a. 2. Miidhaan cinaa waan baay'atuuf. Qorichi kamiyyuu miidhaa cinaa mataa isaa qaba. Garuu miidhaa cinaa akka gosa qorichaatti garaagarummaa qaba. Kunoo, baayyee salphaa, giddu galeessaa fi rakkisaa ta'uu danda'a. Alkooliin miidhaa cinaa isaa ni hammeessa. Fakkeenyaaf :-NSAID irraa indomethacin,Ibuprofen ,Aspirin,Meloxcam,Diclofenac waliin fudhachuu---- Dhukkubbii garaachaa akka hammaatu taasisa. -Maraa, garaa kaasaa fi haaloo bahuu fiduu danda'a. 3. Walqunnamtiin balaa geessisu ni uuma. Qorichootni tokko tokko alkoolii wajjin yeroo fudhataman wal-nyaatinsa lubbuu namaa balaa irra buusu. Fakkeenyaaf:- • Metronidazole / Tinidazole → Alkoolii waliin fudhachuun yaadachuu cimaa fi dhukkuba onnee saffisaa fida. • Qorichoota tasgabbeessuu, kiniinii hirribaa, qoricha farra histaamiinii → Alkoolii waliin fudhachuun garaa kaasaa fi rakkoo hafuura baafannaa fida. • Paracetamol alkoolii waliin fudhachuu → Kalee baay’ee miidha. 4. Alkooliin dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu dadhabsiisa Kan kanas ammas • Teeloon dhukkubni kun akka hin fayyine ittisa. (Suuta suutaan fayyuu) . • Bu’a qabeessummaa qoricha kanaa ni hir’isa. N.B:- Alkoolii fi qorichi yoo walitti fudhataman :- . • Miidhaan cinaa ni dabala (Miidhaa cinaa dabalataa) . • Dhiibbaa kalee irratti uuma (Liver overload) . • Bu'a qabeessummaa qoricha sanaa ni hir'isa (Less effectiveness) . . Deebiin lubbuu namaa balaadhaaf saaxiluu danda’u ni mudata. Kanaaf alkoolii fi qoricha sammuu namaa hadoochu waliin fudhachuun hin gorfamu. By Dr.Chala Odeeffannoo fayyaa fi gorsa barbaachisoo ta'an argachuuf telegram channel koo join godhaa dubbisaa 👇👇👇 https://t.me/ChalaAbdi
1 009
11
Oduu Gammachiisaa Hordoftoota Koo Hundaa fi Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa #KARRA_MILLE Hundaf Manii Qorichaa kun Man+4
Oduu Gammachiisaa Hordoftoota Koo Hundaa fi Jiraattota Aanaa Gooroo Guutu Magaalaa #KARRA_MILLE Hundaf Manii Qorichaa kun Mana Sadarkaa isaa Eeggate Akkasumas Qorichootta Biyyaa Alaa Fi Biyyaa Keessa Hunda Ni Argattaa Fakkeenyaaf Qorichaa Akka Diclo Denk Qorichaa Biyyootaa jaarman Argachuu Ni Dandeessu! Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu bira Argattu Kununsaa gogaa. Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii. Kununsaa rifeensa. Qulqullina dhuunfaa . Vitaaminoota fi Albuudota . Kununsaa nyaataa . Dibata miidhagina . Kununsaa daa'immanii Kununsaa haadhoolee ulfaa. Gorsa fayyaa barbaachisaa Qoricha dhukkuboota hunda Tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe uummanni Keenna akka argatuuf jecha #ManaQorichaa Sadarkaa isaa eeggate Magaalaa Magalaa #karamilee keessatti Buna Jira. Kanaaf namoonni yaalaan cinatti qorichoota adda addaa barbaaddan kan Ajajaan dhufanis dabalatee nu biratti ni argattu. *** Tajaajila keenyaa namoota barbaadan 24hrs banaadha cell phone +251910748582
1 191
12
https://www.tiktok.com/@dr.chala3?_r=1&_t=ZS-99HwuTzmNXB
1 075
13
🌷 Nama Biraa Caaluuf Osoo Hin Taane, Kaleessa Kee Caaluuf Jiraadhu 🌷 Yeroo baay’ee namoonni jireenya isaanii nama biraa waliin madaalu. Garuu milkaa’inni dhugaan nama biraa moo’achuu keessatti osoo hin taane, ofii kee guyyaa guyyaadhaan fooyyessuu keessatti argama. 🌱 Har’i kee kaleessa kee caalaa yoo fooyya’e, tarkaanfii guddaa fuuldura deemteetta jechuudha. Milkaa’inni dhugaan dorgommii namoota wajjin osoo hin taane, dorgommii ofii kee wajjin qabdu dha. 💎 Namni yeroo hunda of fooyyessuuf carraaqu, guyyaa tokko bakka ol’aanaa ga’a. Garuu namni yeroo hunda nama biraa ilaalu, gammachuu fi tasgabbii qalbii dhabuu danda’a. 🤲 Kanaaf yeroo hunda of gaafadhu: “Har’a maaliin kaleessa koo caale?” 🍂 Yeroo hunda namoota si miidhan yaadachuun qalbii kee hin dukkaneessin. Nama si miidhe irra, ofii kee fayyisuu irratti xiyyeeffadhu. Akkuma baalli mukaa kufuun muka sana hin balleessine, kufaatiin kee illee dhuma miti; jalqaba haarawaa ta’uu danda’a. 💎 Namoonni hundi jireenya kee keessatti si gammachiisuuf hin dhufan. Tokko tokko garuu barnoota guddaa si barsiisuuf dhufu. 🤍 Yoo Rabbiin balbala tokko siif cufe, balbala isa caalaa gaarii tokko siif banaa jiraachuu danda’a. Kanaaf abdii hin kutin. 🌹 Gammachuun dhugaan Waan hunda qabaachuu keessatti miti, Waan qabdu galateeffachuu keessatti argama. 📖 “Yoo galateeffattan, ani isiniif nan dabala.” ✨ Har’a: ✔️ Nama tokko gammachiisi ✔️ Nama tokkoof kadhadhu ✔️ Dogoggora tokko irraa deebi’i ✔️ Hojii gaarii tokko hojjadhu 🌷 Jireenyi kee yeroo sana miidhagina addaa argata. Nama biraa caaluuf osoo hin taane, kaleessa kee caaluuf jiraadhu. Milkaa’inni dhugaan achumaan jalqaba. 🤍🥰🌹 waan dubbiftanif Galatoomaa share godhaa
1 240
14
Namoonni dhukkuba garaachaa (peptic ulcer disease) qaban qorichoota kana fayyadamuu hin qaban,isaanis ◍Qorichoota garee NSAID
Namoonni dhukkuba garaachaa (peptic ulcer disease) qaban qorichoota kana fayyadamuu hin qaban,isaanis ◍Qorichoota garee NSAIDs kan akka 👉 Diclofenac 👉 Ibuprofen 👉 Naproxen 👉 Indomethacin ◍ Steroids- kan akka prednisolone ◍ Aspirin ◍ kiniinii (tablet) Ayiranii 👉 Qorichoota kana fayyadamuun dirqama yoo ta'e ogeessa fayyaa mariisisuun of eeggannoon fayyadamuun qabna. Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!!
1 200
15
👂Gorsa warqii kanneen dhagefadhuu Namoota hunda gargaaruun gaariidha, garuu "Eeyyee" jechuun kee nagaa kee kan booressu yoo ta'e, "Lakki" jechuu barachuu qabda. Namni daangaa isaa hin beekne, akka farda fe'iisaa namatti tola. Daangaa qabaachuun hammeenya osoo hin taane, of kabajuu dha. 👊Gargaarsaa fi Fayyadama Gargar Baasi. Namni si jaallatu si gargaara, namni siti fayyadamuu barbaadu garuu yoo dhimmi isaa xumurame si irraanfaa. ■Namoota yeroo rakkoo qofa sii yaadatan irraa of qusadhu. Namummaan waliin guddachuu dha malee, nama tokko kuffisanii kaan irra deemuu mitii■ 👊Humna "Lakki" Jedhu Qabaadhu "Lakki" jechuun kee nama akka hin mufachiisne hin sodaatin. Namni "Lakki" kee hin kabajne, "Eeyyee" keetiifis iddoo hin qabu. Jaalalli dhugaan kabaja irratti hundaa Namoota hundaaf gaarummaa raawwachuun amala gaariidha. Garuu, gaarummaan kee akka namoonni sitti fayyadamaniif balbala hin baninin "Lakki" jechuun hammeenya miti, of kabajuu dha. Namni daangaa kee hin kabajne, namummaa keetiif iddoo hin qabu. Gargaarsaa fi fayyadama (Exploitation) gargar baasii beeki. 👏 Nagaa keef dursa kenni. Namummaan jaalala irratti malee fayyadama irratti hin hunda’u! 🤝Gabaabaa fi Humna Qabu (Short & Powerful) > Of Kabajuun Namummaa Dursa! > Namni hundi akka sitti fayyadamu hin hayyamin. " Namoota tokko tokko yoo Callistee walala itti fakkata ... Yoo isnitti tolle like fi share gochuun Hiriyoota keessan nama jaalataanif share godhaa biraan geeyaa Galatoomaa galatooma By Dr.Chala
1 567
16
Barnoonni Furtuu Rakkinaa, Hundee Guddinaati!
Barnoonni Furtuu Rakkinaa, Hundee Guddinaati!
1 428
17
No text...
1 703
18
Jireenyi kee yaada kee irratti hundaa'a, waan ta'eef jireenya gaarii jiraachuuf yaada gaarii qabaadhu.
Jireenyi kee yaada kee irratti hundaa'a, waan ta'eef jireenya gaarii jiraachuuf yaada gaarii qabaadhu.
1 699
19
#Ergaa_galateeffannaa ====////===== Hiriyoonni kiyya kan jalqabaa hanga xumuraa na waliin ifaajaa post godhaa. like godhaa. S+5
#Ergaa_galateeffannaa ====////===== Hiriyoonni kiyya kan jalqabaa hanga xumuraa na waliin ifaajaa post godhaa. like godhaa. Share godhaa. turtan, hundi keessan, hiriyummaa qofa osoo hin taane obbolummaa Naa qabdani waan natti agarsiiftaniif galatoomaa! ❤️❤️🙏🙏🙏 ■Obboleewwan koo qaalii Hunduu keessaan galatoomaa yeroo muraasa Keessatti Ergaa koo namoota hedduu biraan geesaani Hedduu naa galatoomaa .❤️❤️🙏🙏 ■kanaaf hamilee nutti gootaniif hunduu galatoomaa !🙏 Akkasuma hiriyyoota nu waliin dhamaatan maraaf,❤️🤌 Hunda keessanuu hedduun isin jaalladha. Kun immoo bu'aa dadhabbii keessaniiti, galatoomaa!" By Dr.Chala
2 345
20
No text...
1 892