Qubee TV
Qubee TV is an entertainment, Educational and news media established with a great vision to be the best television in our country
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Qubee TV
کانال Qubee TV (@qubeetv) در بخش زبانی جاوهای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 16 541 مشترک است و جایگاه 13 087 را در دسته اخبار و رسانهها و رتبه 305 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 16 541 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 19 نوامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -80 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -7 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 9.31% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 4.48% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 1 540 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 740 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 3 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Qubee TV is an entertainment, Educational and news media established with a great vision to be the best television in our country”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 20 نوامبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته اخبار و رسانهها تبدیل کردهاند.
در حال بارگذاری دادهها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 20 نوامبر | +3 | |||
| 19 نوامبر | 0 | |||
| 18 نوامبر | +6 | |||
| 17 نوامبر | +2 | |||
| 16 نوامبر | +3 | |||
| 15 نوامبر | +2 | |||
| 14 نوامبر | +5 | |||
| 13 نوامبر | +2 | |||
| 12 نوامبر | +9 | |||
| 11 نوامبر | +11 | |||
| 10 نوامبر | +8 | |||
| 09 نوامبر | +2 | |||
| 08 نوامبر | +2 | |||
| 07 نوامبر | +1 | |||
| 06 نوامبر | +7 | |||
| 05 نوامبر | +1 | |||
| 04 نوامبر | +8 | |||
| 03 نوامبر | +9 | |||
| 02 نوامبر | +4 | |||
| 01 نوامبر | 0 |
| 2 | Itoophiyaa 0 - 1 Moozaambiik
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa gulaallii Waancaa Afrikaan Moozaambiikiin injifatame.
Tapha har'a Istaadiyeemii Bahiirdaaritti taphatameen Waaliyaawwan galchii 1fi 0'n injfataman. | 1 087 |
| 3 | Magaalaa Maqaleetti jilli dhaabbata mootummoota gamtoomaniifi ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa abbootii amantaa waliin mari’atan
Jilli Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniifi ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa abbootii amantaa magaalaa Maqalee waliin mari’atan.
Jilli kunneen hoggantoota Bulchiinsa Imaanaa Federaalaa Naannoo Tigraay waliin marii erga taasisanii booda, abbootii amantaa waliin mari’atan.
Mariin kun haala waliigalaa naannichaafi dhimmoota hawaasummaa garaagaraa irratti kan xiyyeeffate ture. | 1 029 |
| 4 | Maatiin madhamtuus daa'ima miidhamte yeroo qoratanitti akka gowwomsee dirqisiisee ishee gudeede maatii isheetti himteen booda maatiin gara Qajeelcha Ol'aanaa poolisii magaalaa jimmaatt wajjira poolisii Aanaa 1ffaatti deemuun eeruu kennatan.
Qoraatan poolisiifi Abbaan alangaa waliin ta'uun dhimmicha Ragaa namaafi barreffamaan ergaa qulqulleessaniin booda himata mana murtii Ol'aanaa Godina kibbaa lixaa Oromiyaatti itti banuun manni murtichaas himata dhiyaate Qorachuun shakkaamaa kanaafi fakkattoota isaa nii barsiisa jedhame dhadacha Tibbana Oleen hidhaa cimaa waggaa kudha lamaa(12) adabee jira.
Qorattuun yakka dubartootafi da'immanii waajjiraa poolisii Aanaa 1ffaa Gargaraa inspeektara martaa Waqjiraa akka jedhanitti hawwaasni hundii naannoo isaafi daa'immaan isaanii bakka jiran hordofuun gochaa akkasi akka hin raawwanneef egumsiifi xiyyeffanan cimman akka keennamu dubatanii jiruu jechuun Kominikeeshinii Qajeelcha olaanaa Poolisii Magaalaa Jimmaatu gabaase. | 960 |
| 5 | Manguddoon Daa'ima waggaa 11 dirqisiisee gudeedee hidhaa cimaan waggaa 12'n adabamee.
Manguddoon umuriin isaa waggaa 65 ta'e daa'ima umurii waggaa 11 dirqisiisee gudeeduun hidhaa cimaan waggaa 12'n adabamee.
Himatamaan maqaan isaa Wandimmu Buzayyoo kan jedhamuu nama umuriin isaa waggaa 65 kan ta'e daa'ima umuriin ishe waggaa 11 taate Godina Kibba Lixa Oromiyaa magaalaa Jimmaa Ganda Boosa kittoo jedhamuun waamamutti
Himatamaan kun kan jiraata ollaa midhamtuu kan ta'e, maatiin miidhamtuu hojii akka deemaniifi mana akka hin jirree hubachuun himatamaan kun mana maatii miidhamtuu kana deemuun nyaata koshoroofi shonkoraa siif bita jechuun gowwomsun yeroo garaa garaatti daa'ima kana irratti yakka gudeeddaa erga rawwatee booda ollan maatii miidhamtuu kana jiraatan yeroo himataman kun mana maatii miidhamtuu kanatti deddebi'uu arguun akka yeroo isaan mana hin jirre mana isaanitti deddebi'aa ture maatii miidhamtuutti himaan. | 848 |
| 6 | Ameerikaan Doonii Xiyyaara baatu dabalatee loltoota hedduu Giddugala Bahaatti bobbaafte.
Doonii Xiyyaara baatu dabalatee loltoonni kuma 9 – 10 ta’an Giddugala Bahaatti bobbaafamuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Ameerikaa ibse.
Dooniin guddaan ‘USA Teewoor Ruuzveelti’ jedhamu Buufata Saandiyaagoo gara Giddugaleessa Bahaatti imalaa jiraachuu hime.
Dabalataan dooniwwan waraanaa, jeettiwwan, Humni Galaanaafi loltoonni lafoo, akkasuma ogeeyyiin doonii hanga xumura Baatii Sadaasaatti naannawichatti kan bobbaafaman ta’uu beeksise.
Bobbiin waraanaa kun kan jalqabame, Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traampi filannoo giddu-galeessaa Ameerikaa erga xumuramee booda Iraan irratti haleellaa haaraa raawwachuu akka danda’an dubbachuu isaanii hordofee ta’uu ‘Arab News’ gabaase jechuun FMC'n gabaase. | 1 130 |
| 7 | Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Koree Qindeessituu Biyyaalessaa waliin adeemsa qophii Yaa’ii 32ffaa Qabeenya Qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii gamaaggaman.
Qophicha erga ilaallee booda tarsiimoo hojichi ittiin durfamu ilaalchisee kallattii keenyarra jedhan Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.
Yaa’icha milkaa’inaan keessummeessuuf, koreen hunda waldubbisaa akka hojjetan, adeemsa Mootummaa qindaa’aa hunda galeessa ta’e hordofuun murteessaa ta’uu hubachiisan.
COP 32 Yaa’ii guddaa idil addunyaa ta’uurra darbee Ajandaa Itoophiyaa qabeenya qilleensaafi eegumsa naannoo irratti qabdu guddisuuf, tumsa cimsuuf, invastimantii hawwachuuf, akkasumas tattaaffiiwwan biyyaalessaa bu’aa itti fufiinsa qabuutti jijjiiruuf carraa guddaa kan uumu ta’uu kaasan. | 1 170 |
| 8 | https://youtu.be/nKEQBX9u3rE?si=eK55MnjqtzIx5xrx | 1 183 |
| 9 | Argisiifni Bunaa Idil addunyaa magaalaa Jimmaatti eegalame.
Argisiisa kanarratti al ergitootni bunaa, qonnaan bultootnifi oomishtootni bunaa kan argaman yoo ta''uu, oomisha isaanis daldaltoota bunaa alaa dhufaniif beeksiisan.
Akkasuma daldattotni bunaa alaa dhufan teeknolojiiwwaan bunaa ammayyeessan dhiheessitootaaf beeksiisan.
Hoggannaan Waldaa daldaltoota Oromiyaa obbo Najiib Kadir sirna kanarratti argamuun haasawa taasiisaniin agarsiifni kun daldaltootaafi oomishtoota, akkasuma al ergittoota biyya keessaaf alaa wal qunnamsisuun buna gabaa alaatti dhiheessuuf gahee olaanaa qaba jedhan.
Bakka bu'aan bulchaa Godina Kibba Lixa Oromiyaa obbo Mahammadxahaa Abbaa Fiixaan gama isaaniin agarsiisichi oomishtootaafi daldaltoota bunaa hunda si'eessuuf shoora olaanaa qabaachuu kaasan.
Godinichatti bara kana buna toonii kuma 100fi kuma 95 gabaa giddu galeessaaf dhiheessuuf karoorfamee hanga ammaatti % 25 dhihaachuu himan.
Maddi FMC | 1 503 |
| 10 | Pireezidant Taayyee Atsqasillaasee namoota 32'f aangoo Ambaasaaddara guutuu kennan.
1. Obbo Taaggasee Caafoo
2. Obbo Aganyoo Tashaagar
3. Obbo Zaadig Abrihaa
4. Ambaasaaddar Siraaj Rashiid Jundii
5. Ambaasaaddar Mallas Alam Takki’ee
6. Ambaasaaddar Anteeneh Alamuu Sanbatee
7. Ambaasaaddar Zarihun Abbabaa Yigzaawu
8. Obbo Malaakuu Allabal
9. Doktarr Ergoogee Tasfaayee
10. Doktar Sintaayyoo W/Mikaa’el
11. Doktar Sammaan Xurunaa
12. Piroofeesar Masfin Ar’ayaa
13. Doktar Kaasahuun Goofee
14. Doktar Alamuu Simee
15. Obbo Addaam Tasfaayee Abarraa
16. Obbo Ammihaa H/Goorgis Ayyalaa
17. Obbo Saamu’eel Addis Alamaayyoo
18. Obbo Balaachoo Anshiisoo Kembacaa
19. Obbo Abbabaa Mabraatuu Kibrat
20. Obbo Malaakuu Badhaadhaa Sanbataa
21. Adde Ubaah Mahaammad Huseen
22. Obbo Daanieel Xankir Araggaa
23. Doktar Ambaayee Ogaatoo | 1 330 |
| 11 | Naannichatti tajaajiloonni addaan citan akka deebi’an,bu’uuraaleen misoomaa barbaada’an akka ijaaraman, dargagootaaf carraan hojii akka uumamuufi lammiileen nagaan bahanii akka galaniif mootummaan hojiilee eegale akka cimsu gaafatan.
Keessattuu miindaan hojjettoota Mootummaa kaffalamuufi bu’uuraaleen misooma midhaman deebi’anii ijaaramuutti gammaduu ibsan. | 1 096 |
| 12 | Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan, Magaalaa Maqaleetti ,abbootii amantaalee, Jaarsolii biyyaa, dargaggootaafi kutaalee hawaasaa waliin mari’atan.
Fiildi Maarshaal Birhaanuun wayita kana akka jedhanitti, gareen seeraan alaa ABUT gara bal’ina Mootummaa Federaalaan irra deddeebiin carraan nageenyaa kennameefira.
Garichi haleellaa raawwachuun Raayyaa Ittisa biyyaarratti gocha badii raawwateera jedhan.
Gareen seeraan alaa ABUT Shaabiyaafi Ijipti waliin waliin ta’uun Itiyoophiyaa waraanuu eeruun, diinoonni seenaa Tsimdoo ‘hundeessuun imalli Itiyoophiyaa diiguuf taasisan jalaa fashalaa’uu dubbatan.
Kaayyoon marichaa naannoo Tigraayitti nageenya waaraa uumuun waloon hojjechuu haalota dandeessisan uumuuf ta’uu kaasuun, nageenya waaraa mirkaneessuuf tattaaffiin qindoomina qabu kan barbaachiisu ta’uu eeran.
Jiraattonni magaalaa Maqalee gamasaaniin, fedhiin isaanii nagaa, tasgabbiifi badhaadhina ta’uu ibsan. | 1 118 |
| 13 | Gabatee Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand Bara dorgommii darbeefi bara kanaa (2025/26 fi Bara 2026/27 ) Taphoota 10 booda wal bira yeroo qabamu kana fakkaata, gareen isin jaallattan meeqaffaa irra ture amma meeqaffaa irra jira? | 1 136 |
| 14 | Daayrektarri Olaanaa duranii OBN Obbo Gizaachoo Gabbisaa Du'aan Addunyaa kanarraa boqotan.
Obbo Gizaachoo Gabbisaa, waggaa muraasaan dura dhibee isaan mudateen yaalamaa turuun dandamachuu dadhabanii, du'aan addunyaa kanarraa boqotan.
Obbo Gizaachoon Dhaabbata Raadiyoofi TV Oromiyaa keessatti ripportaraa hanga gulaalaatti, Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaafi Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaatti I/G Damee Sanqunnamtiifi Yaada Ummataa, ta'uunis tajaajilaniiru.
Obbo Gizaachoo Gabbisaa Ebla 2014 irraa eegaluun ammoo, Daayirektara Ol’aanaa OBN ta’uunis tajaajilan.
Boqochuu isaanii ilaalchisuun Qubee TV'n maatiifi firoottan isaa maraaf Jajjabina hawwa. | 1 162 |
| 15 | Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa rakkoolee hawaasummaafi dinagdee miseensota isaa hir’isuuf bulchiinsa magaalaa Sandaafaa Bakkeetti ijaarsa ganda poolisii ammayyaa eegalchiise.
Ajajaan Olaanaa Poolisii Federaalaa Itoophiyaa Komishinar Jeneraal Dammaallaash Gabramikaa’el, miseensonni poolisii itti gaafatamummaa uummanni isaanitti kenne gahumsaan akka bahataniif rakkoolee hawaasummaa fi dinagdee isaanii furuun barbaachisaa ta’uu ibsan.
Pirojektii kanaan manneen jireenyaa 1,600 ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kan kaa’ame yoo tahu, Bulchiinsi Magaalaa Sandaafaa Bakkee lafa ijaarsaaf oolu bilisaan dhiyeessuun ibsame.
Gandoonni poolisii kan Sandaafaa Bakkeetti ijaaramuuf saganteeffaman fakkaatan biyyattii guutuu keessatti akka ijaaramaniif mootummoonni naannolee tumsa barbaachisu akka taasisan waamichi dhiyaate. | 1 395 |
| 16 | Maanchister Yuunaayitiid leenjisaa Kilabicha Maayikiil Kaariikiin hojiirra geggeessuu ifoomse.
Maanchisteer Yuunaayitiid Pirimeer liigii bara kanaa kudhan taphateen tapha tokko qofa injifachuun, shan qixa bahee, afur ammoo injifatamuun seenaa gadi aanaa galmeessuun sadarkaa 18ffaarraa jira.
Maayikiil Kaariik bara dorgommii darbee kilabichi liigichaan sadarkaa 3ffaa qabachuun akka xumuruufi hirmaataa Shaampiyoonsii liigii Awurooppaa akka ta’uuf gahee olaanaa bahachuun ni yaadatama.
Hoggantoonni Maanchisteer Yuunaayitiid ganna keessa Maayikiil Kaariik waliigaltee wagga lamaa kan mallatteesisan ta’uus, waliigalticha mallatteessee baatii shan keessatti kilabicha waliin adda bahe.
Maayikil Kaariik Maanchisteer Yuunaayitiid waliin taphataa ta’ee waggoota 12 akkasumas leenjisummaan baatii 9’f turtii taasise. | 1 386 |
| 17 | Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad Yaa’ii COP-31 cinaatti Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad waliin mari’atan.
Dooktar Abiyyi Ahimad gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan sheek Mahaammad waliin haala waaqtaawaa Somaaliyaafi dhimmoota naannawichaarratti yaadota wal jijjiireerra jedhan.
Dooktar Abiyyi Ahimad nageneyaafi tasgabbii naannawichaa waaraan mirkaneessuuf mariin itti fufiinsa qabuufi tumsi barbaachisaa ta’uu ibsan. | 1 288 |
| 18 | Akka isaan jedhanitti, Pirezidaantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqiifi hogganaan waraana Sudaan Jeneraal Abdulfattaah Al-Burhaan, gareewwan hidhattoota Itoophiyaa keessatti mootummaa morman meeshaalee waraanaa kennuun, hidhachiisuufi qindeessuun deeggaru.
Deeggarsi kunis haleellaawwan diroonii walitti fufiinsaan Itoophiyaa keessatti raawwataman akka dabalatu Obbo Getaachoon himan.
Marii isaanii keessatti haala nageenyaa Sudaan, dhimma Somaaliyaafi gahee mootummaan Ertiraa naannichatti qabu irratti xiyyeeffachuu isaaniis eeran.
Keessumaa, gahee Ertiraan qaxanaa sana tasgabbii dhabsiisuu keessatti qabdu jedhan irratti ejjennoo Itoophiyaa ergamaa addaa UN'tti beeksisuu isaanii himan.
Dabalataanis, walitti bu'iinsa Sudaan keessatti hammaataa jiru tasgabbeessuuf filannoowwan jiran irratti mari'achuu isaanii ibsan.
Itoophiyaan Ertiraafi Sudaan gareewwan finciltootaa deeggaruufi meeshaalee waraanaa hidhachiisuu irraa akka of qusatan gaafattis jedhan.
Maddi BBC | 1 313 |
| 19 | Haleellaawwan diroonii Itoophiyaarratti raawwataman keessaa Ertiraafi Sudaan harka qabu jedhan Gorsaan Dhimma Afrikaa Bahaa MM Abiyyi
Gorsaan Dhimmoota Baha Afrika Ministiraa Muummee Itoophiyaa, Obbo Getaachoo Raddaa, mootummaan Ertiraafi Sudaan gareewwan hidhattoota mootummaa Itoophiyaa lolaa jiran deeggaruun haleellaawwan diroonii walitti fufinsaan Itoophiyaa keessatti raawwataman keessaa harka qabaachuu isaanii himan.
Obbo Getaachoon kana kan ibsan Ambaasaadar Guyaang Koong, Ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) Dhimmoota Gaanfa Afrikaa waliin marii taasisaniin booda fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii irratti baasaniinidha. | 970 |
| 20 | Guutuu Isaa Daawwachuuf
https://www.youtube.com/watch?v=FTpt9__M5Ro | 1 022 |
