cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Qubee TV

Qubee TV is an entertainment, Educational and news media established with a great vision to be the best television in our country

Mostrar más
Finlandia581El idioma no está especificadoNoticias y medios11 946
Publicaciones publicitarias
10 794
Suscriptores
+6724 horas
+4457 días
+1 92230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Tapha Darbii Magaalaa Maanchiister wal morkii waancaa FA har'a galgala sa’aatii 11:00 irraa jalqabee geggeeffamu Eenyutu injifata?Anonymous voting
  • Maanchiister Siitii
  • Maanchiister Yuunaayitiid
0 votes
👍 13 10🤣 8👎 6
Pireezidaantiin Keeniyaa Ameerikaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru. Qubee TV (Caamsaa 24, 2024) Finfinnee! Ameerikaan Bara 2008 ykn waggaa 16 booda Waayit Haawusitti yeroo jalqabaaf hogganaa Afrikaa sadarkaa kanaan keessummeessa jirti. Pireezidantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Ameerikaa daawwachaa kan jiran simannaa guddaafi afeerraa irbaata addaa bakka hoggantoonni duraaniifi ammaa irratti hirmaatan taasifame. Pirezidaantii Joo Baayideniifi namoota kabajamoo biroo waliin wal arguun marii biyyoota lamaanii kan taasisan yoo ta’u, mootummaa Ameerikaa waliin waliigalteewwan barbaachisoo ta’an mallatteessuun isaanii himame. Ruutoon pirezidaantii Ameerikaa duraanii Baaraak Obaamaa waliinis wal arguun marii taasisan. Gama biraatiin Keeniyaan hojii nageenyaafi ergama nagaa eegsisuu biyyattii guddisuuf helikooptaroota Ameerikaan oomishaman 16 kanneen ammayyaawaa ta’an fudhachuuf akka jirtu "Citizen TV" gabaase. https://www.facebook.com/share/p/AwUtYpo9M2TH9duM/?mibextid=oFDknk
Mostrar todo...
👍 10👎 1
Agarsiifni Saayinsiifi Kalaqaa sadarkaa magaalaa 9ffaan gaggeeffamuu eegale Qubee TV (Caamsaa 23, 2024) Finfinnee! Agarsiisni Saayinsiifi kalaqaa marsaa 9ffaan sadarkaa magaalaa manneen barnootaa magaalaa Finfinnee Paarkii Michummaatti eegalame. Agarsisiichi Qopheessumaa Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinneen kan qophaa’eefi guyyoota sadiif kan turuu ta’uun ibsame. Agarsiichi mata duree "Dhaloota hojii kalaqaatiin gahoome badhaadhinaafi guddina hundaa galeessaaf" jedhuun gaggeeffamaa jiraachun ibsame. Agarsiisicharratti Barattoonni Manneen Barnoota dhuunfaafi Mootummaarraa dhufan hojiilee kalaqaa hojjetan daawwiif kan dhiyeessan ta’uu ragaan Biiroo Barnoota magaalicharra argame ni mul’isa. #Oromiyaa #Itoophiyaa Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube : https://www.youtube.com/@Qubeetv2023 Facebook: Qubee TV Telegram : https://t.me/Qubeetv WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEa
Mostrar todo...
👍 3
Meeksikootti waltajjiin duulli filannoo irratti geggeeffama ture kufuun balaa mudateen namoonni 9 du'an. Qubee TV (Caamsaa 22, 2024) Finfinnee! Balaan kun kan mudate yeroo hogganaan Paartii Sochii ,Lammiilee Giddugaleessaa Meeksikoo Joorji Alvaareez, kutaa biyyaa Nu'eevo Li'oon keessatti duula filannoo geggeessaa turedha. Balaa kanaan lubbuu namootaa darbeen alattis hogganaa dhaaba duula filannoo geggeessaa turee dabalatee namoonni gara 50 ta’an madaa’an. Hogganaan paartichaa balaa kanaan booda gara hospitaala Magaalaa Saan Peediroo Gaarzaatti kan geeffame yoo ta'u, fayyaa gaarii akka argaman himame. Ammas namoonni caccabaa waltajjii keessaa hin baane jiraachuufi lakkoofsi namoota du'anii dabaluu akka danda'u himame. Kaadhimamaa pirezidaantii kun ergaa fuula marsariitii hawaasummaa isaanii irratti dabarsaniin lammiilee balaa kanaan miidhaman kunuunsuuf dursa kennuun barbaachisaa ta’uu ibsuun duulli filannoo yeroo hin murtoofneef dheerachuu beeksisan.
Mostrar todo...
👍 7 3
Photo unavailableShow in Telegram
Guyyoota Kurnan dhufan keessatti naannoolee biyyattii iddoo hedduutti roobni cimaan akka roobu gabaafame. Qubee TV (Caamsaa 23, 2024) Finfinnee! Inistitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itoophiyaa guyyoota kurnan dhufan keessa keessumaa guyyoota jalqabaa roobni cimaa akka roobu beeksise. Inistiitiyuutiin Raaga Haala qilleensaa Itoophiyaa irraa akka ibsametti, naannoolee kibba lixaa, lixaafi kaaba dhiha Itoophiyaatti rooba salphaa hanga cimaafi qilleensi jiidha qabu guyyaa irraa gara guyyaatti ni jiraata. Walumaagalatti guyyoota itti aananitti naannoo Oromiyaa Wallaggaa Bahaafi Dhihaa, Qellem Wallaggaa, Horo Guduruu Wallaggaa, Buunnoo Beddellee, Jimmaa, Iluubabor, Booraanaafi Booraanaa Bahaa, Gujiifi Gujii Lixaa, Baalee akkasumas Magaalaa Finfinnee, Dirree Dhawaa, Harariifi Naannoo Amaaraa, Goondar Kaabaa, Giddugaleessaa, Kibbaafi Lixaa, Goojjam Bahaafi Dhihaa zoonii Awwii dabalatee rooba fooyya’aa ni qabaatu.
Mostrar todo...
👍 7
Mostrar todo...
Qubee TV: አንድነታችን ለሰላማችን በሚል መሪ ቃል በኮምቦልቻ ከተማ ሀገር አቀፍ የአብሮነት የወንድማማችነት እና የሰላም ኮንፈረስ ሊካሄድ መሆኑ ተገለፀ!

Qubee TV: አንድነታችን ለሰላማችን በሚል መሪ ቃል በኮምቦልቻ ከተማ ሀገር አቀፍ የአብሮነት የወንድማማችነት እና የሰላም ኮንፈረስ ሊካሄድ መሆኑ ተገለፀ! Maatii Keenya ta'uun nu tumsuuf, mallattoo "join" jettu cuqaasuun, miseensa keenya ta'aa!Galatoomaa! Join this channel to get access to perks: Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube :

https://www.youtube.com/@Qubeetv2023

Facebook: Qubee TV Telegram :

https://t.me/Qubeetv

WhatsApp:

https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEawdqJRAax420

Join this channel to get access to perks:

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

#Qubeetv #Raayyaa #RaayyaaAbbaaMaccaa #Maccaa #oromomusic #drnafyad #Baala_Gizee #Hirkoo #HirkooKutaa16ffaa #Balayake_Menyewe #Baala_Gizee #duraanuu #Baala_Guzee_Yosan_Getahun #HirphaaGaanfuree #hachalu_hundessa #Haadha_Wabii #HachaluHundessaAward #gutu_abera #Naxalaa #Naxalaa_Sinishaw_Muleta #Natu_Gutu_Abera #Gutu_Abera #Duraanuu_Gelana_Garomsa #Gelana_Garomsa_Reaction_Video #Duraanuu_Reaction_Video #Gadhitti #Gadhittii_Eskindir_Tamiru #Caalaa_Bultumee #መሱድ #donkeytube #ድንቅ_ልጆች #caalaabultumee_Faacha_Gorrorraa #Caalaa_Bultumee_New_Music #Faacha_Gorrorraa #Sin_Baana #Bako_ Shekisa_Bako_ Shekisa #Sin_Baana #Keol_Negesa #Hadhaa_Wabii #TG_Kasahun #Waliif_Hubachaa @comedianeshetu #kids #show #amazing #record #award #winner #Jamaree_Reaction_Video #caalaabultumee #GammadaaShow #gutu_abera #Kiyyaa #Alii_Birra #Caalaa_Bultumee #Wako_Getacho #Sari_fi_wako #Nafyad_Getu #Haadha_Wabii #meski_menge #MESKI_FI_MULER #Shaggar #Barii_Keekiyyaa_Music #Haadha_Milkii #Kuul_Surrre #Birhanu_Nega #ብርሃኑ_ነጋ #Yosan_Getahun #Gutu_Abera_Concert #sefufantahun #sefuonebs #art #tv #how #food #subscribe #youtubeshorts #tiktok #facebook #ethiopia #mikomikeeprank #baala_gizee #arsenal #manchesterunited

Mostrar todo...
Oromiyaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5.8 dhiyaachuun qonnaan bulaaf raabsamaa jira jedhame

Qubee TV: Oromiyaatti hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5.8 dhiyaachuun qonnaan bulaaf raabsamaa jira jedhame Maatii Keenya ta'uun nu tumsuuf, mallattoo "join" jettu cuqaasuun, miseensa keenya ta'aa!Galatoomaa! Join this channel to get access to perks: Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube :

https://www.youtube.com/@Qubeetv2023

Facebook: Qubee TV Telegram :

https://t.me/Qubeetv

WhatsApp:

https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEawdqJRAax420

Join this channel to get access to perks:

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

#Qubeetv #Raayyaa #RaayyaaAbbaaMaccaa #Maccaa #oromomusic #drnafyad #Baala_Gizee #Hirkoo #HirkooKutaa16ffaa #Balayake_Menyewe #Baala_Gizee #duraanuu #Baala_Guzee_Yosan_Getahun #HirphaaGaanfuree #hachalu_hundessa #Haadha_Wabii #HachaluHundessaAward #gutu_abera #Naxalaa #Naxalaa_Sinishaw_Muleta #Natu_Gutu_Abera #Gutu_Abera #Duraanuu_Gelana_Garomsa #Gelana_Garomsa_Reaction_Video #Duraanuu_Reaction_Video #Gadhitti #Gadhittii_Eskindir_Tamiru #Caalaa_Bultumee #መሱድ #donkeytube #ድንቅ_ልጆች #caalaabultumee_Faacha_Gorrorraa #Caalaa_Bultumee_New_Music #Faacha_Gorrorraa #Sin_Baana #Bako_ Shekisa_Bako_ Shekisa #Sin_Baana #Keol_Negesa #Hadhaa_Wabii #TG_Kasahun #Waliif_Hubachaa @comedianeshetu #kids #show #amazing #record #award #winner #Jamaree_Reaction_Video #caalaabultumee #GammadaaShow #gutu_abera #Kiyyaa #Alii_Birra #Caalaa_Bultumee #Wako_Getacho #Sari_fi_wako #Nafyad_Getu #Haadha_Wabii #meski_menge #MESKI_FI_MULER #Shaggar #Barii_Keekiyyaa_Music #Haadha_Milkii #Kuul_Surrre #Birhanu_Nega #ብርሃኑ_ነጋ #Yosan_Getahun #Gutu_Abera_Concert #sefufantahun #sefuonebs #art #tv #how #food #subscribe #youtubeshorts #tiktok #facebook #ethiopia #mikomikeeprank #baala_gizee #arsenal #manchesterunited

Mostrar todo...
PBW Kom Marii Biyyaalessaa adeemsa marii iftoominaafi hunda hammateeen akka hoogganu waamicha godhe.

Qubee TV: Paartiin Bilisummaafi Walqixxummaa Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa marii iftoominaafi hunda hammateen akka hoogganu waamicha dhiyeesse. Maatii Keenya ta'uun nu tumsuuf, mallattoo "join" jettu cuqaasuun, miseensa keenya ta'aa!Galatoomaa! Join this channel to get access to perks: Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube :

https://www.youtube.com/@Qubeetv2023

Facebook: Qubee TV Telegram :

https://t.me/Qubeetv

WhatsApp:

https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEawdqJRAax420

Join this channel to get access to perks:

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

#Qubeetv #Raayyaa #RaayyaaAbbaaMaccaa #Maccaa #oromomusic #drnafyad #Baala_Gizee #Hirkoo #HirkooKutaa16ffaa #Balayake_Menyewe #Baala_Gizee #duraanuu #Baala_Guzee_Yosan_Getahun #HirphaaGaanfuree #hachalu_hundessa #Haadha_Wabii #HachaluHundessaAward #gutu_abera #Naxalaa #Naxalaa_Sinishaw_Muleta #Natu_Gutu_Abera #Gutu_Abera #Duraanuu_Gelana_Garomsa #Gelana_Garomsa_Reaction_Video #Duraanuu_Reaction_Video #Gadhitti #Gadhittii_Eskindir_Tamiru #Caalaa_Bultumee #መሱድ #donkeytube #ድንቅ_ልጆች #caalaabultumee_Faacha_Gorrorraa #Caalaa_Bultumee_New_Music #Faacha_Gorrorraa #Sin_Baana #Bako_ Shekisa_Bako_ Shekisa #Sin_Baana #Keol_Negesa #Hadhaa_Wabii #TG_Kasahun #Waliif_Hubachaa @comedianeshetu #kids #show #amazing #record #award #winner #Jamaree_Reaction_Video #caalaabultumee #GammadaaShow #gutu_abera #Kiyyaa #Alii_Birra #Caalaa_Bultumee #Wako_Getacho #Sari_fi_wako #Nafyad_Getu #Haadha_Wabii #meski_menge #MESKI_FI_MULER #Shaggar #Barii_Keekiyyaa_Music #Haadha_Milkii #Kuul_Surrre #Birhanu_Nega #ብርሃኑ_ነጋ #Yosan_Getahun #Gutu_Abera_Concert #sefufantahun #sefuonebs #art #tv #how #food #subscribe #youtubeshorts #tiktok #facebook #ethiopia #mikomikeeprank #baala_gizee #arsenal #manchesterunited

Photo unavailableShow in Telegram
Paartiin Bilisummaafi Walqixxummaa Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa marii iftoominaafi hunda hammateen akka hoogganu waamicha dhiyeesse. Qubee TV (Caamsaa 21, 2024) Finfinnee! Paartiin Bilisummaafi Walqixxummaa hundeeffama isaa torban muraasa darban keessa taateewwan adda addaatiin waggaa shanaffaa isaa kabajaa ture ilaalchisuun ibsa kenne. Ayyaana hundeeffama waggaa 5ffaa isaa kana sababeeffachuun, koreen hojii raawwachiiftuu paartichaa Caamsaa 10, 2016 walga’ii gaggeesseen, imala paartichaa waggaa shanii, sochii paartichaa, bu’aa ba’ii, qormaata, daangeffama, dameewwan itti aanan adda baasee damee xiyyeeffannoo irratti kennu mirkaneesse. Paartiin Bilisummaafi Walqixxummaa ayyaana waggaa 5ffaa ilaalchisee dhimmoota adda addaa irratti ibsa kan kenne yoo ta'u, mootummaanis ta'e qaamonni nagaaf qabsaa'an nagaaf dursa kennuudhaan rakkoowwan mariin akka hiikan waamicha dhiyeesse.
Mostrar todo...
👍 6 5
Namoonni dhuunfaa lama hiriyyaa isaanii ajjeesuun konkolaataa oofaa ture fudhatanii miliqan jedhaman sa'aatii 24 keessatti to'annoo jala oolan.
Mostrar todo...
👍 9 1