ar
Feedback
Qubee TV

Qubee TV

الذهاب إلى القناة على Telegram

Qubee TV is an entertainment, Educational and news media established with a great vision to be the best television in our country

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Qubee TV

تُعد قناة Qubee TV (@qubeetv) في القطاع اللغوي Javanese لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 16 440 مشتركاً، محتلاً المرتبة 13 199 في فئة الأخبار والوسائط والمرتبة 274 في منطقة فنلندا.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 16 440 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 30 يونيو, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 0، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 11، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 7.12‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 4.36‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 1 171 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 717 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 3.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
Qubee TV is an entertainment, Educational and news media established with a great vision to be the best television in our country

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 01 يوليو, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الأخبار والوسائط.

16 440
المشتركون
+1124 ساعات
+137 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
يونيو '26
يونيو '26
+170
في 1 قنوات
مايو '26
+75
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+31
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+18
في 1 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+18
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '26
+27
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+24
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+35
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+61
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+70
في 1 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+82
في 2 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+66
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+140
في 1 قنوات
Get PRO
مايو '25
+127
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+87
في 1 قنوات
Get PRO
مارس '25
+95
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+104
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+312
في 2 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+779
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+732
في 2 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+696
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+973
في 4 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+1 551
في 2 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+2 191
في 4 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+2 133
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+2 033
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+2 193
في 4 قنوات
Get PRO
مارس '24
+1 975
في 3 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+1 384
في 5 قنوات
Get PRO
يناير '24
+738
في 2 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+505
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+166
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+201
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+309
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+248
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+183
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+207
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+1 570
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
30 يونيو+16
29 يونيو+8
28 يونيو+2
27 يونيو+5
26 يونيو+7
25 يونيو+9
24 يونيو+7
23 يونيو+7
22 يونيو+7
21 يونيو+14
20 يونيو+6
19 يونيو+3
18 يونيو+4
17 يونيو+3
16 يونيو+7
15 يونيو+12
14 يونيو+2
13 يونيو+6
12 يونيو+4
11 يونيو+13
10 يونيو+2
09 يونيو0
08 يونيو+5
07 يونيو+1
06 يونيو+4
05 يونيو+2
04 يونيو+2
03 يونيو+5
02 يونيو+3
01 يونيو+4
منشورات القناة
Noorweey 2- 1 Kootdivuwaar Tapha moo'anii darbuu Waancaa Addunyaan Noorweey Kootdivuwaar injifachuun marsaa itti aanuuf dabar
+4
Noorweey 2- 1 Kootdivuwaar Tapha moo'anii darbuu Waancaa Addunyaan Noorweey Kootdivuwaar injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte. Noorweey galchii 2fi 1'n Kootdivuwaar injifachuun marsaa itti aanuuf darbuu mirkaneeffatte.

2
Namichi uffata dubartootaa fayyadamuun gochaa waliin dhahuu raawwachaa ture to'annoo jala oole. Shakkamaan maqaan isaa Jamaal+4
Namichi uffata dubartootaa fayyadamuun gochaa waliin dhahuu raawwachaa ture to'annoo jala oole. Shakkamaan maqaan isaa Jamaal Anas jedhamu kun Gullalle Aanaa 5 bakka buufata konkolaataa Askoo gochaa waliin dhabuu kana osoo raawwachaa jiruu poolisii naannichaan to'annoo jala oole. Shakkamaan kun Rifeensa Dubartootaa, faaya gurraafi uffata biroo fayyadamuun haala duudhaa, Aadaafi safuu hawaasaa cabseen uffachuun socho'aa ture. Shakkamaan kun namoota dhuunfaa dubartii of fakkeessuun waliin haasa'aa akka ture poolisiin odeeffannoo erga argateen booda to'annoo jala oolche. Odeeffannoon Waajjira Poolisii Gullallee irraa argame akka mul'isutti qorannoon qaamaa nama kana irratti geggeeffame akka agarsiisutti dubartii osoo hin taane dhiira ta'uun isaa mul'isa.
634
3
Taatee addaa Morkii Nizerlaandiifi Morookoo irratti mudate suuraan+9
Taatee addaa Morkii Nizerlaandiifi Morookoo irratti mudate suuraan
843
4
Biraaziil, Paraguwaayiifi Morookoon marsaa itti aanutti darban. Jaappaan, Jarmaniifi Nizerlaand ammoo injifatamuun morkichaan
Biraaziil, Paraguwaayiifi Morookoon marsaa itti aanutti darban. Jaappaan, Jarmaniifi Nizerlaand ammoo injifatamuun morkichaan ala ta’an.
672
5
Niwziilaand 1(2) - 1 (3) Morookoo Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa tapha injifatanii darbuun Morookoon tapha idileen 1fi 1'n Niw+2
Niwziilaand 1(2) - 1 (3) Morookoo Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa tapha injifatanii darbuun Morookoon tapha idileen 1fi 1'n Niwziilaand waliin walqixaan xumuruun Rukkuttaa Peenalitiin 3fi 2'n injifatte.
711
6
Badhaafamtoota Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa Marsaa 5'ffaa. 1) Koloneel Saahilee Dagaagoo:- Badhaafamaa Umrii Guutuu 2) Artis+9
Badhaafamtoota Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa Marsaa 5'ffaa. 1) Koloneel Saahilee Dagaagoo:- Badhaafamaa Umrii Guutuu 2) Artist Darajjee Zamaduu:- Badhaafamaa 'Music Care' 3) Taammiruu Amaaree:- Badhaafamaa Qindeessaa Muuziqaa Cimaa Waggaa 4) Artist Galaanaa Gaaromsaa:- Weellisaa Cimaa Wallee Qeenxee Waggaa 5) Artist Isheetuu Ittaanaa:- Weellisaa Haaraa Cimaa Waggaa 6) Artist Leencoo Guddinaa:- Albama Filatamaa Waggaa 7) Tulluu Hirkoo:- Keeroogiraafara Cimaa Waggaa 8) Shimallis Taaddasee:- Siiniimaatoogiraafara Cimaa Waggaa 9) Leencoo Fiqruu:- Viidiyoo Muuziqaa Filatamaa Waggaa 10) Artist Ibroo Ibsaa:- Wallee Aadaa Bareedaa Waggaa 11) Artist Biruuk Jaanee:- Wallee Ammayyaa Bareedaa Waggaa 12) Artist Haannaa Girmaa:- Weellistuu Cimtuu Waggaa 13) Artist Bohaaraa Biraanuu:- Weellisaa Cimaa Waggaa
751
7
Imaanaan Artisti Haacaaluu Hundeessaa waggaa 10 booda gara maatiitti deebi'e. Artisti Haacaaluu Hundeessaa ALA bara 2016'tti
Imaanaan Artisti Haacaaluu Hundeessaa waggaa 10 booda gara maatiitti deebi'e. Artisti Haacaaluu Hundeessaa ALA bara 2016'tti koonsartii Muuziqaa hojjechuuf gara biyya Kaanaadaa deemee ture. Kaanaadaattis dhalataa Itoophiyaa achi jiraatan Obbo 'Asres Yirgaa' nama jedhamanitti meeshaa tokko kennate. Haacaaluun itti fufee koonsartii Muuziqaa hojjechuuf gara biyya biraatti waan imaleef deebi'anii wal hin argine. Obbo Asres imaanaa Artisti Haacaaluu Hundeessaa kana sirnaan olkaa'uun waggoota 10'f icciitiin eeganii ofbira tursuun yaadannoo guyyaa wareegamasaa waggaa 6ffaatti gara biyyaa dhufuun gudunfaa of bira tursan harka Aadde Faantuu Damisseetti kennan.
656
8
Biraaziil 2-1 Jaappaan Tapha moo'anii darbuu Waancaa Addunyaa halkan kana taphatameen Biraaziil Jaappaaniin 2fi 1'n injifachu+4
Biraaziil 2-1 Jaappaan Tapha moo'anii darbuu Waancaa Addunyaa halkan kana taphatameen Biraaziil Jaappaaniin 2fi 1'n injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte. Biraaziil galchii 2fi 1'n Jaappaan injifachuun marsaa itti aanuuf darbuumirkaneeffatte.
784
9
Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa 5ffaa Suuraan+5
Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa 5ffaa Suuraan
848
10
Inzoo Maareeskaan Leenjisaa Maanchiisteer Siitii ta’an Maanchiister Siitiin Inzoo Maareeskaa Leenjisaa kilabichaa taasisuun m
Inzoo Maareeskaan Leenjisaa Maanchiisteer Siitii ta’an Maanchiister Siitiin Inzoo Maareeskaa Leenjisaa kilabichaa taasisuun muuduu ifoomse. Inzoo Maareeskaan erga Cheelsii waliin adda bahee booda hojii malee turuun isaanii ni yaadatama. Maareeskaan Siitii wajjiin waggoota sadan itti aanaaniif turuuf waliigaltee mallatteesse.
922
11
Qabxiin Darbiinsaa Qormaata Xumura Kutaa 8ffaa Finfinnee Dhibbeentaa 50 Akka Ta’u Murtaa’e Qabxiin darbiinsa qormaata xumura
Qabxiin Darbiinsaa Qormaata Xumura Kutaa 8ffaa Finfinnee Dhibbeentaa 50 Akka Ta’u Murtaa’e Qabxiin darbiinsa qormaata xumura kutaa 8ffaa Finfinnee kan bara barnootaa 2018 dhibbeentaa 50 akka ta’u murtaa’e. Hogganaan Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, Dooktar Zalaalam Mulaatuu, bara barnootaa 2018 keessa qooda fudhattoota waliin qindoominaan hojjetamuun, damee kanaan bu’aan olaanaan galmeeffamuu caqasan. Tarsiimoon barumsa Herregaafi Ingiliffaa fooyyessuuf hojiirra oole bu’aa barattootaa irratti mirkanaa’uun itti dabalamee ibsame. Kana malees, xiyyeeffannoo bulchiinsi magaalichaa damee barnootaaf kenneen bu’aan kun galmeeffamuu hogganaan biirichaa ibsan. Biirichi qormaata yeroo gabaabaa keessatti sirreessuun bu’aan isaa akka ifa ta’uuf halkaniifi guyyaa hojjachaa kan turan ogeeyyii kutaa qormaataafi geggeessitoota adeemsicha deggaraa turaniif galata galche.
972
12
Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Arsii Lixaa Godina Arsii Lixaatti sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 7ffaan eegalamee+5
Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Arsii Lixaa Godina Arsii Lixaatti sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 7ffaan eegalamee jira. Godinichatti bara kana Ashaaraa Magariisaatiin biqiltuuwwan gosoota garaa garaa miliyoona 300 ol ta'an lafa hektaara kuma 68 ol irratti dhaabamuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Sagantichi bakka hooggantoonni Olaanoon naannoo,Godinichaa fi hirmaattonni argamanitti gaggeeffamaa jira.
969
13
Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Magaalaa Jimmaa. Ashaaraan Magariisaa fala waaraa jijjiirama qilleensaa ittiin qolannu+8
Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Magaalaa Jimmaa. Ashaaraan Magariisaa fala waaraa jijjiirama qilleensaa ittiin qolannu yoo ta'u, imaammata dinagdee magariisaa biyyi keenya qabattee hojjechaa jirtu kan utubu sagantaan ashaaraa magariisaa bara kanaa mata duree "Abdii haa dhaabnu!" jedhuun gaggeeffamaa jira. Haaluma kanaan, Magaalaa Jimmaatti sagantaan jalqabsiisa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa bara kanaa gaggeeffamaa jira.
1 029
14
Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Magaalaa Shaggar+4
Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Magaalaa Shaggar
826
15
Oromoon itti gaafatamummaa olaanaa madaala uumamaa tiksuu ilma namaarra jiru kana dursee hubachuun haala uumama waliin buluun danda’amu Gadaan tumatee jiraachaa har'a ga'e. Haa ta’u malee, hanguma duudhaa ganamaa irraa fagaachaa dhufne itti gaafatamummaa keenya dagachuun gaarreen keenya manca’anii dachaawwan onuun burqituuwwanis goganii lageewwanis hir’ataa dhufan. Kunis madaala uumamaa diigee qormaata jijjiirama qilleensaafi gogiinsi hamaa fagoorraa dhaga’aa turre nu mudachuun hagam akka ulfaatus naannoo keenyatti qabatamaan arginee dabarre. Kan fagoo ture qe’ee nu seennaan, kan dhagaa’aa turres ija keenyaan arginaan; dammaqnee duudhaa keenyaan masakamnee hojii kunuunsa qabeenya uumamaatti waloomaan bobba’uun injifannoo galmeessuu dandeenye. Hojii waggoota torban darban hojjetamaa dhufeenis ilmi namaa dirqama uumama kunuunsuu itti kenname sirnaan yoo ba’ate, madaala uumamaa har’a tiksee gaaddisa dhalootaa ijaaruu akka danda’us gochaan dhugoomsinee argineerra. Kanaanis qabeenyi uumamaa yoo kunuunfame deebisee uumama kan kunuunsu; jireenya haaressee madaala uumamaas kan tiksu ta’uus qabatamaan mirkaneeffanneerra. Mootummaan Naannoo Oromiyaa itti gaafatamummaa olaanaa qabeenya uumamaa mancaa’aa dhufe deebisee bayyanachiisuuf tarkaanfii haaraa sagantaa Ashaaraa Magariisaa Muummeen Ministeraa keenya Dr Abiyyi Ahmadiin bocame cichoominaan hojiitti hiikuun daandii injifannoo irratti argama. Hojii hojjechaa dhufne kanaan dachaawwan gu’an mirgisanii, gaarootni onanis bosona uffatanii gatiin dadhabbii keenyaa eebbaan nu quubseera. Hojiin gama sagantaa Ashaaraa Magariisaatiin hojjetame injifannoo guddicha qabeenya uumamaa manca’e bakkatti deebisaa jiraachuu keenya mul’iseefi uumama waliin araaramuu keenyas kan agarsiisedha. Hojii seena qabeessa duudhaafi safuu keenyaan masakame kana hojjetee gochaan kan agarsiise uummata keenya waan ta’eef Mootummaan Naannoo Oromiyaa galata dhiyeessa. Injifannoon kun kan keessani; seenaa gogiinsa Oromiyaa mudatee ture Waaqayyoo gaditti kan jijjiire hojii harka keessanii waan ta’eef dhaloota biratti ashaaraa ta’ee itti fufa. Galmi keenya karaa ilaalama guutuu eegeen madaallii uumamaa tiksuun dinagdee magariisa ijaaruufi gaddisa dhalootaa dafqa keenyaan bu’uuressuudha. Galma qabanne kana hojii harka keenyaan dhugoomsaa qabeenya uumamaa itti fufiinsaan kunuunsuun humna dhiheessii bishaanii guddisaa nageenya madda bishaaniifi hidhaawwan keenyaa eegsisuu, nyaataafi sirna nyaataa mirkaneessuu irratti fuulleffannee kan hojjennu ta’a. Waggoottan torban darbetti uummata keenya hiriirsinee biqiltuuwwan gosa garaa garaa biliyoonni 28 ol dhaabuu kan dandeenye yoo ta’u, hojii kunuunsaafi eegumsaa itti fufiinsaan taasifameenis biqiltoota waliigalaa dhabamaa dhufan keessaa % 85 latuu danda’eera. Kanaanis uwwisni bosona Oromiyaa % 17 irra ture, gara % 29 tti ol-guddachuu danda’eera. Hojii hojjechaa dhufneen sagantaa bara 2030tti uwwisa bosona Itoophiyaa gara % 30 olguddisuuf qabame naannoon keenya dursee akka milkeessuuf imalli imalaa jiru milkaa’ina dachaa nu gonfachiisaa jira. Bara kanas faana daandii injifannoo galmeessaa dhufne horata godhannee biqiloota gosa garaagaraa biliyoona 5 ta’u lafa hektaara miliyoona 1 irra ni dhaabna. Dhaabbii Ashaaraa magariisaa guyyaa boruu gaggeessinuun uummatni keenya waloofi dhuunfaan sirna dhaabbii biqiltuu akka jalqabu ifatti ni labsina. Labsichi waamicha Muummichi Ministeraa keenya Dr Abiyyi Ahmad sagantaa Ashaaraa Magariisaatiin 'Abdii keenya haadhaabnu' jechuun taasisan galmaan ga’uuf xiiqiin kan hojjennu ta’a. Guyyaa seena qabeessa kanatti uummanni naannoo keenyaa gamtaan biqiltuu dhaabuun gaaddisa dhalootaa har’a ijaaruuf ga’ee keessan akka baatan waamichakoon isiniif dhiyeessa. Oromiyaa ni ijaarra, Itoophiyaa ni utubna, Gaanfa Afriikaa ni tasgabbeessina; Waaqayyos nu gargaara! Shimallis Abdiisaa: Pireezidaantii MNO Waxabajjii 2018 Finfinnee
1 076
16
“Dafqa keenyaan Gaaddisa dhalootaa dhaabuun madaala uumamaa tiksina” Shimallis Abdiisaa Pireezidaantii MNO Jireenyi ilma nama
“Dafqa keenyaan Gaaddisa dhalootaa dhaabuun madaala uumamaa tiksina” Shimallis Abdiisaa Pireezidaantii MNO Jireenyi ilma namaa kallattiinis ta’e alkallattiin uumaman walitti hidhata. Uumamnis ida’amuun waliif hirkoo ta’anii madaalli uumamaa sirna isaa eeggatee akka tikfamu taasisu. Ida’ama sirnakkoo kana keessatti gargar ba’anii jiraachuun kan hin danda’amne yoo ta’u, darbee darbee garuu tokko kan biraa mancaasuun badiisa uumama biroo saffisiisuu bira darbee egeree kan dukkaneessu ni mul'ata. Itti fufiinsa uumama garaagaraaf garuu wabiin abdachiisaan hojii harka namaati.
944
17
Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaan Biyyoonni Ramaddii keessa gara morkii injifatanii darbii 32 keessa seenan addaan bahanii jiru.
Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaan Biyyoonni Ramaddii keessa gara morkii injifatanii darbii 32 keessa seenan addaan bahanii jiru. #FIFAWorldCup2026 #RoundOf32
1 013
18
Joordaan 1 - 3 Arjentiinaa Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa Ramaddii J'n Joordaan Arjantiinaa waliin morkachuun 1fi 3'n injifata
Joordaan 1 - 3 Arjentiinaa Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa Ramaddii J'n Joordaan Arjantiinaa waliin morkachuun 1fi 3'n injifatamte. Tapha kanaan Meesiin teessoo jijjiiraa irra kan ture yoo ta'u daqiiqaa 60ffaa irratti jijjiiramee seenuun Rukkuttaa adabbii Arjantiinaaf kenname gara galchiitti jijjiiruu danda’eera.
962
19
Kolombiyaa 0 - 0 Poorchugaal Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa Ramaddii K'n Kolombiyaafi Poortugaal galchii malee 0fi 0'n xumuruu+1
Kolombiyaa 0 - 0 Poorchugaal Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa Ramaddii K'n Kolombiyaafi Poortugaal galchii malee 0fi 0'n xumuruun qabxii qoodatan. Tapha ramaddii k kan biraan Rippaablika Dimookiraatawaa Koongoo Uzbeekistaan waliin morkachuun 3fi 1'n injifatte.
928
20
Yuunivarsiitiin Haramaayaa Barattoota Muummeewwan barnootaa garaagaraan Digirii 1ffaa, Digirii 2ffaafi Digirii 3ffaan barsiis+5
Yuunivarsiitiin Haramaayaa Barattoota Muummeewwan barnootaa garaagaraan Digirii 1ffaa, Digirii 2ffaafi Digirii 3ffaan barsiisaa ture kuma 3fi 320 guyyaa har'a eebbisiise.
1 377