cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Qubee TV

Qubee TV is an entertainment, Educational and news media established with a great vision to be the best television in our country

Більше
Рекламні дописи
12 630
Підписники
+8824 години
+4457 днів
+1 87930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Oduu Gaddaa Artist Sorsaa Lammii du'aan addunyaa kanarraa boqote. Qubee TV (Waxabajjii 24, 2024) Finfinnee. Artistiin waggoota dheeraaf aartii Oromoof gumaacha olaanaa taasisaa ture Sorsaa Lammii addunyaa kanarraa du’aan boqoteera. Dhibee yeroo dheeraaf irra bubbuleen yaalamaa turuun har’a Hospitaala Phaawuloositti lubbuun darbuu FBC'n gabaase. Artiist Sorsaa Lammiin waggoota 30 oliif aartii Oromoo keessattuu gama weelluufi komeediin guddisuu keessattii gumaacha olaanaa nama bahataa nama tureedha. Qubee TV'n maatii, firoottaniifi dinqisiifattoota isaa hundaaf jajjabina hawwina. #Oromiyaa #Itoophiyaa #Oduu #Qubee_TV Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube : https://www.youtube.com/@Qubeetv2023 Facebook: Qubee TV Telegram : https://t.me/Qubeetv WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEa
Показати все...
👍 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Balaan ibidda kaleessa sa’aatii booda Naannoo Somaaleetti mudate ture sa’aatii jaha booda to’annoo jala oole. Qubee TV (Waxabajjii 24, 2024) Finfinnee. Naannoo Somaalee godina Jarar aanaa Gaashamootti balaa ibiddaa lafa dheedichaa irratti ka’ee ture to'annoo jala ooluu bulchiinsi aanichaa beeksise. Balaan ibiddaa lafa dheedumsa bal’aa irratti ka’ee ture kun kaleessa Waxabajjii 23 waaree booda naannoo sa’aatii 9:00tti mudachuu ibsame. Balaa ibidda kana to’annoo jala oolchuuf yaalii sa’aatii jahaaf godhameen booda galgala naannoo sa’aatii 3:00tti to’annoo jala oolchuun akka danda’ame odeeffannoo kominikeeshinii naannichaa irraa argame ni mul’isa. Bulchaan Aanaa Gaashamoo Musxafaa Hirsii, ibiddi kun lafa dheedumsa bal’aa irratti miidhaa qaqqabsiisuu eeruun tattaaffii ummanni aanichaa, hoggantoonniifi qaamoleen nageenyaa taasisaniin dhaamuu himan. #Oromiyaa #Itoophiyaa #Oduu #Qubee_TV
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daballii gibiraa irratti mormitoota waliin marii geggeessuuf walii galan. Qubee TV (Waxabajjii 24, 2024) Finfinnee. Preezdaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon dargaggoota mormitootaa torban kana daballii gibiraa yaadame mormuun hiriira bahan waliin marii taasisuuf fedhii qabaachuu isaanii ibsan. Mormiin miidiyaa hawaasummaa irratti qindaa’eefi dargaggoota Keeniyaatiin kan hoogganamu Kibxata darbe kan eegale bulchiinsi Pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daballi gibira hir’isuufi gatii jireenyaa gadi buusuuf waadaa galee ture irraa maqee jira jedhameef deebii kennuufi. “Dargaggoota keeniyaan baay’een boona... isaan karaa nagaa fuulduratti tarkaanfatan, isaan kaadhimuuf akka jirru itti himuun barbaada,” jechuun Ruutoon Sanbata xiqqaa darbe haasaa waldaa Nyahururu keessatti taasisaniin dubbatan. Ruutoon mariidhaaf waamicha dhiheessanis, hoggantuun mormii Hanifaa Adan, Pireezidaantichi gaaffii isaaniif ifatti deebii kennuu akka qabu cimsanii dubbatan.
Показати все...
👍 3
Показати все...
Qubee TV: Sagantaa hundeeffama Faawundeeshinii Mootii Aartii Dooktara Kabajaa Artistii Alii Birraa.

Qubee TV: Sagantaa hundeeffama Faawundeeshinii Mootii Aartii Dooktara Kabajaa Artistii Alii Birraa. Maatii Keenya ta'uun nu tumsuuf, mallattoo "join" jettu cuqaasuun, miseensa keenya ta'aa!Galatoomaa! Join this channel to get access to perks: Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube :

https://www.youtube.com/@Qubeetv2023

Facebook: Qubee TV Telegram :

https://t.me/Qubeetv

WhatsApp:

https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEawdqJRAax420

Join this channel to get access to perks:

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

https://www.youtube.com/channel/UCu3Pa1AJQ8NB6qXCtki3tsA/join

#Qubeetv #Raayyaa #RaayyaaAbbaaMaccaa #Maccaa #oromomusic #drnafyad #Baala_Gizee #Hirkoo #HirkooKutaa16ffaa #Balayake_Menyewe #Baala_Gizee #duraanuu #Baala_Guzee_Yosan_Getahun #HirphaaGaanfuree #hachalu_hundessa #Haadha_Wabii #HachaluHundessaAward #gutu_abera #Naxalaa #Naxalaa_Sinishaw_Muleta #Natu_Gutu_Abera #Gutu_Abera #Duraanuu_Gelana_Garomsa #Gelana_Garomsa_Reaction_Video #Duraanuu_Reaction_Video #Gadhitti #Gadhittii_Eskindir_Tamiru #Caalaa_Bultumee #መሱድ #donkeytube #ድንቅ_ልጆች #caalaabultumee_Faacha_Gorrorraa #Caalaa_Bultumee_New_Music #Faacha_Gorrorraa #Sin_Baana #Bako_ Shekisa_Bako_ Shekisa #Sin_Baana #Keol_Negesa #Hadhaa_Wabii #TG_Kasahun #Waliif_Hubachaa @comedianeshetu #kids #show #amazing #record #award #winner #Jamaree_Reaction_Video #caalaabultumee #GammadaaShow #gutu_abera #Kiyyaa #Alii_Birra #Caalaa_Bultumee #Wako_Getacho #Sari_fi_wako #Nafyad_Getu #Haadha_Wabii #meski_menge #MESKI_FI_MULER #Shaggar #Barii_Keekiyyaa_Music #Haadha_Milkii #Kuul_Surrre #Birhanu_Nega #ብርሃኑ_ነጋ #Yosan_Getahun #Gutu_Abera_Concert #sefufantahun #sefuonebs #art #tv #how #food #subscribe #youtubeshorts #tiktok #facebook #ethiopia #mikomikeeprank #baala_gizee #arsenal #manchesterunited

01:41
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Faaruu hundeeffama Faawundeeshinii Dooktara Kabajaa Artistii Alii Birraa irratti dhiyaate.
Показати все...
41.78 MB
👍 5
00:29
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Qubee TV: Mul'ata Mootii Aartii Dooktara Kabajaa Artistii Alii Birraa itti fufsiisuuf Faawundeeshiniin hundeeffame.
Показати все...
12.21 MB
👍 2👎 1 1
Mul'ata Mootii Aartii Dooktara Kabajaa Artistii Alii Birraa itti fufsiisuuf Faawundeeshiniin hundeeffame. Qubee TV (Waxabajjii 23, 2024) Finfinnee. Mul'ata Mootii Aartii Dooktara Kabajaa Artistii Alii Birraa itti fufsiisuuf Faawundeeshiniin isaa Finfinnee Hoteela Iskaayi Laayitiitti hundeeffame. Faawundeeshiniin Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa kun Barnoota, Fayyaa, Aartiifi kanneen biroorraatti xiyyeeffatee hojjeta jedhame. Faawundeeshinichi har'a bakka Hoggantoonni mootummaa Federaalaafi naannoo, keessummoonni kabajaa, Artiistoonni Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, dinqisiifattoonni hojii Aartii Dooktora Kabajaa Artist Alii Birraafi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamanitti hundaa'e. #Oromiyaa #Itoophiyaa #Oduu #Qubee_TV Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube : https://www.youtube.com/@Qubeetv2023 Facebook: Qubee TV Telegram : https://t.me/Qubeetv WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEa
Показати все...
👍 5
Sirna hundeeffama Faawundeeshinii Dooktora Kabajaa Artiist Alii Birraa guyyaa har'aa Hoteela Iskaay Laayititti geggeeffama jiru.
Показати все...
Lammiileen Itoophiyaa kumni 1fi 93 gara biyyaatti deebi’an. Qubee TV (Waxabajjii 22, 2024) Finfinnee Balalii marsaa sadii har’a gaggeeffameen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Itoophiyaa kumni 1fi 93 gara biyyaatti deebi’an. Deebitoota kana keessaa kumni 1fi 87 dhiirota yoo ta’an, ja’a dubartoota ta’uun eerame. Lammiilee deebi’aniif kunuunsiifi deeggarsi barbaachisaan taasifamuun, hojiin maatii isaaniin walquunnamsiisuu gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa. Ebla 4, 2016 irraa eegalee hojiin lammiilee gara biyyaatti deebisuu gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti lammiilee kuma 47 ol gara Itoophiyaatti deebisuun akka danda’ame eerame. #Oromiyaa #Itoophiyaa #Oduu #Qubee_TV Marsaalee Hawaasaa keenya kan biroon nu hordofuuf, geessituu armaan gadii fayyadamaa. www.qubeetv.com Youtube : https://www.youtube.com/@Qubeetv2023 Facebook: Qubee TV Telegram : https://t.me/Qubeetv WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VaEkxgaEa
Показати все...
👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Imala Hajjii baranaarratti lubbuun lammileen Itoophiyaa shan darbe. Qubee TV (Waxabajjii 22, 2024) Finfinnee Imala Hajjiif gara Sa’ud Arabiyaa kan deeman lammilee Itoophiyaa kuma 12 keessa shan dhukkubaafi balaa konkolaataatiin lubbuu dhabuu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa ibse. Lammileen Itoophiyaa bara kana Imala Hajjiirratti hirmaatanii turan keessaa “maanguddoon tokko” balaa konkolaataatiin, kan biroon afur ammoo “dhukkuba duraan qabaniifi [imalaan] muddamuun” lubbuusaanii dhabuu ogeessi sabaa-himaa mana marichaa Yuusuuf Getaachoo himan. Obbo Yuusuuf sababa balaa konkolaataatiin maanguddoon lubbuun isaanii darbe dokumantii barbaachisu mootummaa Sa’udiif kennamee achuma Sa’ud Arabiyaa keessatti awwaalamuufi maatiittis himamuu BBCtti himan. Imala Hajjii bara kanaa irratti Itoophiyaa irraa namoonni kuma 12 kan hirmaatan yoo ta’u, guutummaa addunyaarraa namoonni miliyoona 1.8 ta’an gara Sa’ud Arabiyaatti imalanii turan.
Показати все...
🖕 5👍 2
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.