Oromia Legal Training and Research Institute
Відкрити в Telegram
Показати більше
9 716
Підписники
+224 години
+737 днів
+24630 день
Триває завантаження даних...
Схожі канали
Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
липень '26
липень '26
+66
в 2 каналах
червень '26
+275
в 21 каналах
Get PRO
травень '26
+161
в 10 каналах
Get PRO
квітень '26
+170
в 5 каналах
Get PRO
березень '26
+145
в 7 каналах
Get PRO
лютий '26
+184
в 6 каналах
Get PRO
січень '26
+209
в 6 каналах
Get PRO
грудень '25
+235
в 12 каналах
Get PRO
листопад '25
+229
в 12 каналах
Get PRO
жовтень '25
+239
в 13 каналах
Get PRO
вересень '25
+143
в 6 каналах
Get PRO
серпень '25
+182
в 9 каналах
Get PRO
липень '25
+362
в 27 каналах
Get PRO
червень '25
+202
в 11 каналах
Get PRO
травень '25
+179
в 6 каналах
Get PRO
квітень '25
+178
в 4 каналах
Get PRO
березень '25
+180
в 11 каналах
Get PRO
лютий '25
+268
в 24 каналах
Get PRO
січень '25
+246
в 25 каналах
Get PRO
грудень '24
+379
в 34 каналах
Get PRO
листопад '24
+514
в 18 каналах
Get PRO
жовтень '24
+469
в 8 каналах
Get PRO
вересень '24
+304
в 2 каналах
Get PRO
серпень '24
+394
в 12 каналах
Get PRO
липень '24
+615
в 6 каналах
Get PRO
червень '24
+473
в 4 каналах
Get PRO
травень '24
+499
в 2 каналах
Get PRO
квітень '24
+151
в 0 каналах
Get PRO
березень '24
+581
в 4 каналах
Get PRO
лютий '24
+434
в 3 каналах
Get PRO
січень '24
+180
в 7 каналах
Get PRO
грудень '23
+2 538
в 1 каналах
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 07 липня | +1 | |||
| 06 липня | +3 | |||
| 05 липня | +12 | |||
| 04 липня | +10 | |||
| 03 липня | +14 | |||
| 02 липня | +16 | |||
| 01 липня | +10 |
Дописи каналу
| 2 | waxabajjii 29/2018
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa namoota Biiroo Fayyaa Oromiyaatin calalamaniif deeggarsa taasise.
ILQSOn bajata bara 2018 2% dubartootaa fi daa’immaniif oolu namoota 11 bulchiinsi magaalaa Adaamaa waldaan gurmeessef maashinii daabboo fi meeshaalee hojii sanaan walqabatan akkasumas meeshaalee hojicha eegaluuf barbaachisan qarshii kuma dhibba jahaa ol tahu bakka hooggantoonni ol’aanoon argamanitti kenneera.
Daarekteerri ol’aantuun ILQSO Aaddee Addunyaa Ahmad haasaa baniinsaa woyta taasisan akka jedhanitti. Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo seeraa Oromiyaa bara kana haala kan dur irraa adda taheen bajata bara 2018 nuuf ramadame irraa 2% irratti karoorsun meeshaale kanneen bituun namoonni kunniin akka jireenya isaanii ittiin fooyyeffatanii fi galii mataa isaanii uumachuun diinagdeen of danda’an inistiitiyuutin keenya deeggarsa taasiseera jedhan.
I/A Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhina Bulchiinsa magaalaa Adaamaa Obbo Ashannaafii Ajjaamoo akka bulchiinsa magaalaa Adaamaatti qaamolee guyyaa har’aa deeggarsa ILQSO irraa argatan kanneen hordofuun deeggarsa barbaachisu kan taasisaniif tahuu dubbatanii jiru.
Hooggantuun Biiroo Dhimma Dubrtootaa fi Daa’imman Oromiyaa Aaddee Maabiraat Baacaa hojiin guddaa haala adda taheen ILQSOn jalqabe kun hojii boonsaa tahuu ibsuun warroota carroomaniif baga gammafdan jedhanii jiru.
Pirezidantiin Mana Murtii Waliigala Oromiyaa fi Walitti qabaan Gumii ILQSO Obbo Gaazaalii Abbaasimal, Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa hojii isaa idilee leenjii fi qorannoo seeraa sirna haqaa naannichaa fooyyessuu keessatti gahee ol’aanaa bahachaa jiruun dabalatatti hoji akkanaa namaa fi waaqa biratti galateeffamu hojjachuun seektaroota biraatifis kan fakkeenya tahuu danda’uudha jechuun hojii boonsaa Inistiitiyuutichi hojjate dinqisiifatanii jiru. | 980 |
| 3 | Немає тексту... | 1 |
| 4 | https://youtu.be/C7JOdnfPgtA?si=eJ5PcfXAk2VyVUbi | 1 560 |
| 5 | Немає тексту... | 3 899 |
| 6 | waxabajjii 21/2018
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n leenjifamtoota Leenjii Hojiin Duraa Marsaa Addaa 5ffaa ji’a Afuriif leenjisaa ture guyyaa har'aa eebbisiise.
ILQSOn bara hundeeffama isaa irraa kaasee leenjiiwwan hujiin duraa, leenjii hojii irraa akkasumas qorannoo fi qo'annoo seeraa gaggeesuun sirna haqaa cimsuu keessatti gahee isaa bahachaa kan jiru yoo ta'u, leenjifamtoota bara 2018 simatee leenjisaa ture Gargaartota Abbootii seeraa fi Kaadhimamtoota Abbootii Alagaa 145 eebbisiisee sirna haqaa naannichaatti akka makaman taasiseera.
Hoogganaan Biiroo Abbaa Alagaa Waliigala Oromiyaa fi I/A Walitti qabaa Gumii ILQSO Obboo Guyyoo Waariyoo sagantaa kana irratti argamuun Eebbifamtootan “Baga Gammaddan!” erga jedhanii booda dhaamsa dabarsaniin, “ogeessi seeraa fedhii dhuunfaa irraa bilisa tahuun, naamusa cimaan hoogganamuun tajaajila haqaa haqaan kennuu akka qaban dhaamanii jiru. Dabalataanis Obbo Guyyoon akka jedhanitti Ogeessonni seeraa Waaqaa gaditti murtee kennan waan ta’eef tajaajilli kennamu xiyyeeffannoo fi karaa haqa qabeessan tahuu qaba jedhanii jiru.
I/ A Daarekteera Ol’aanaa ILQSO Obboo Taadasaa Nigusee gabaasa raawwii hojii woyata dhiyeessan akka ibsanitti,bara kana marsaa addaa 5ffaa leenjifamtoota 145 simachuun mata dureewwan murteessaa tahan 19 irratti leenjii kennuun ogeessonni dandeettiin qaban naamusa ogummaan akka dabaalamu taasifameera jedhan.
Bakka bu’aan Leenjifamtoota Marsaa Addaa 5ffaa Obbo Gololchaa Shundee haasaa taasisaniin, ILQSO’n kaayyoo kana galmaan gahuuf guyyaa hundeeffama isaa irraa eegaluun ogeessota seeraa gahumsaa fi naamusa olaanaa qaban leenjisuun gara hojiitti akka dabalaman gochuun sirna haqaa cimaa akka biyyaattis ta’e akka naannoo keenyaatti ijraaruu keessatti gahee leencaa bahachaa turee jira jechuun dubbatanii jiru.
Daayrekteerri Ol'aantuun Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Aaddee Addunyaa Ahmad hirmaattota sirna eebbaa kanarratti argamaniin “baga nagaan dhuftan!” akkasumas eebbiflamtootaan “baga bu'aa bayii keessa dabartanii guyyaa kananaan isin gahe!” erga jedhanii booda haasaa taasisaniin, Inistiitiyuuchi akka biyyaatti fooyya'iinsa sirna haqaa mirkaneessuuf hojjechaa jiraachuu ibasnii jiru.
Eebbifamtoonni guyyaa har’aas ummatasaaniif amanamaa ta'uun rakkoo sirna haqaatiin walqabatan hambisuun tajaajila qulqulluu ummataaf kennuuf imaanaa fi itti gaafatamummaa dachaa fudhatan hojirra oolchuu akka qaban Aaddee Addunyaan dhaamanii jiru.
Dhuma irrattis Leenjifamtoota qabxii olaanaa galmeessanif geebaa fi waraqaan ragaa kennameefii jira. | 2 708 |
| 7 | Немає тексту... | 2 297 |
| 8 | Waxabajjii 20/2018
Leenjifamtoota Leenjii Hojiin Duraa Marsaa Addaa 5ffaa Hundaaf!
Baga Jala Bultii Eebba Keessaniitin Isin Gahe!
#Congratulations! | 1 772 |
| 9 | Немає тексту... | 3 721 |
| 10 | Waxabajjii 18/2018
#Marsaa_5ffaa_kutaa_3ffaa_Qophii_Yuuba_Seeraa
Qophiin kun
Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Faanaa Miidiyaa korporeeshinii waliin ta'uun Effi Emmii Asallaa 90.0 fi Effi Emmoota Faanaa hunda irratti torbeetti si'a tokko hawaasa bira kan gahuudha.
Qophii keenya har'aa kutaa #3ffaan
Taaksin maali? Akkaataa kamiin sassabama?
Kaayyoon Taaksiin guuramuuf hoo maali? Labsiin itti fayyadama Lafa Baadiyaa fi Gibira Qonnaa hoo maali?
kaffalaan Gibiraa kamiiyyuu gibira irra kaahame kan hin kaffalle yoo tahe tarkaanfii akkamii Hordofsiisa?
Mootummaan Gibira barbaadu akka argatuuf gaheen Hawaasaa maal tahuu qaba? kan jedhuu fi dhimmoota kaffaltii Gibiraatin walqabatan irratti ibsa bal'aa kan kennan Abbaa Alangaa Naannoo Oromiyaa fi Leenjisaa Seeraa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)
#Obbo_Sintaayyoo_Fayyisaa ti.
Qophicha fuula Teeleegiraamii keennaa www.t.me/ILQSO1 irratti dhaggeeffachuun yaadaa fi Gaaffilee mata durichaan walqabatan fuula FB keenyaa irratti nuuf barreessuun ibsa dabalataa argadhaan dhaamsa keenya. | 3 621 |
| 11 | https://youtu.be/Bv7uk3yFIIc?si=YKAreXcf4v9fvLLK | 2 964 |
| 12 | https://youtu.be/Bv7uk3yFIIc?si=OvvXNVqWD9tqBFQB | 1 |
| 13 | https://youtu.be/kc-2vT8LVdY?si=arzFLc7jbeAisyPy | 2 423 |
| 14 | https://youtu.be/kc-2vT8LVdY?si=Mbeo5ZphHu7dIHmv | 63 |
| 15 | Workishooppii Mirkaneessa Qorannoowwan Bara 2018 Gaggeeffaman irratti Oduu ABS hojjate. | 4 545 |
| 16 | Немає тексту... | 5 139 |
| 17 | Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Workishooppii Mirkaneessa Qorannoowwan Bara 2018 Gaggeesse.
(Waxabajjii 13/2018,ILQSO, Adaamaa)
Inistiitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa(ILQSO)n Qorannoowwan bara 2018 Gaggeesse 5 irratti workishooppii mirkaneessa qorannoowwanii qopheessuun Abbootii hirtaaf dhiyeessee jira.
ILQSOn bara kana mata dureewwan 5 irratti qorannoo kan gaggeesse yoo ta'u; mata dureewwan qorannoowwan irratti gaggeeffaman;
ILQSOn mata dureewwan 5 irratti qorannoo kan gaggeesse yoo ta'u; mata dureewwan qorannoowwan irratti gaggeeffaman
1. Seera Baasuu hanga Seera Hiikuu: Sakata'a walitti bu'iinsa Seerota federaalaafi Naannoo Oromiyaa
2. Naamusa Hawaasa Manneen Murtii Naannoo Oromiyaa
3. Sakkatta’iinsa Naamusa Abbootii Alangaa Naannoo Oromiya.
4.Jaban Dijitaalaayzeeshinii: Manneen Murtii Oromiyaa keessatti Barbaachisummaa Dhaddachaalee Dhaabbii fi Naannawaa fi
5. Hiikkaa Afaanii Seerotaa: Haala qabatamaa Naannoo Oromiyaa Jedhu irratti gaggeefaman Abbootii hirtaaf dhiyaatanii jiru.
Daayrekteerari Ol'aantuun Inistiitiyuutii Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Aaddee Addunyaa Ahmad keessummootan "Baga Nagaan Dhuftan!" erga jedhanii booda, ILQSOn rakkoolee gama sirna haqaatiin jiran furuuf leenjiwwanii fi qorannoowwan hedduu gaggeessuun hojiiwwan bal'aa hojjataa jiraachuu ibsan.
Qorannoowwan bara kana gaggeeffaman 5 dabalatee ILQSOn hanga ammaa qorannoowean gara 100 ta'u gaggeessuu kan himan Aaddee Addunyaan, qorannoowwan kunniin sheelfirra taa'uu osoo hin taane qabatamaan akka hojiirra oolan gaheen qaamalee saganticha irratti hirmaatanii fi qooda fudhattootaa ol'aanadha jedhan.
Qorannoowwan har'a abbootii hirtaaf dhiyaatan kunniin marii workishooppii xaqqaanis kan dhiyaate ta'uu ibsuun, har'as yaada qaamolee Abbootii hirtaa irraa dhiyaatu itti dabaluun qorannicha gabbisuun hojiirra oolmaa isaanitiif qooda fudhattoonni kunneen shoora ol'aanaa qabu jedhan.
Dhuma irratti AaddeeAddunyaan milkaa'ina qorannoowan kanaatiif qorattoota ILQSO fi qaamolee garaagaraa as keessatti qooda fudhatan galateeffatanii jiru.
Qorannoowwan shananuu erga dhiyaatanii booda mariin bal'aan kan taasifame yoo ta'u, yaadonni bilchaatan qorannoowwan dhiyaatan gabbisuun hojiirra oolmaa qorannoowwan kanneeniif kallattìi kaa'an qooda fudhattoota biraa ka'anii jiru.
Haaluma kanaan barbaachisummaan qorannoowwan kanneenii rakkoolee gama sirna haqaatiin jiran furuu keessatti gahee ol'aannaa waan qabaniif hojiirra oolmaa isaanii tumsuun akka barbaachisu marii keessatti ka'ee jira.
Pireezidaantii MMWO fi Walitti qabaan Gumii ILQSO Obbo Gaazaalii Abbaa Simal woyta haasaa cufiinsaa taasisa akka jedhanitti, Qorannoowwan shananuu sakkatta'iinsa fedhii gaggeeffamme irratti hundaa'uun iddoo qaawwa qabu adda baasanii agarsiiu irratti xiyyeeffachuun kan gaggeeffame ta'uu ibsuun, qorannoowwan ILQSOn hundeeffama isaa irraa eegalee gaggeessaa ture baay'en isaanii hojiirra oolanii jiru jedhan.
Dabalataanis Obbo Gaazaaliin qorannoowwan dhiyaatan irratti yaadaa fi gaaffii hirmaattotni kaasan bu’uureffachuun qabxiilee ijoo kaasuun kallattii kaa’anii jiru. Dhuma irrattis ILQSOn yeroo yerootti humana qabu cimsuun fooyya’iinsa sirna haqaa keessatti shoora ol’aanaa taphachaa kan jiru tahuu ibsanii jiru. | 3 415 |
| 18 | +4 Cuunfaa Qorannoowwan ILQSOn bara2018 gaggeesse | 42 277 |
| 19 | cuunfaa Qorannoowwan ILQSOn Bara 2018 gaggeessee | 38 |
| 20 | Немає тексту... | 3 818 |
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
