Nuraddin Sham - FHS
Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu! Ignorance of law does not excuse!
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Nuraddin Sham - FHS
کانال Nuraddin Sham - FHS (@nuraddinfhs) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 11 632 مشترک است و جایگاه 741 را در دسته قانونی و رتبه 2 879 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 11 632 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 11 ژوئیه, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -100 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -3 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 32.58% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 16.02% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 3 789 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 1 863 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 14 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Seera wallaaluun itti gaafatamummaa seeraa jalaa nama hin baasu!
Ignorance of law does not excuse!”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 12 ژوئیه, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته قانونی تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 12 ژوئیه | +1 | |||
| 11 ژوئیه | 0 | |||
| 10 ژوئیه | +2 | |||
| 09 ژوئیه | +1 | |||
| 08 ژوئیه | 0 | |||
| 07 ژوئیه | +2 | |||
| 06 ژوئیه | +5 | |||
| 05 ژوئیه | 0 | |||
| 04 ژوئیه | 0 | |||
| 03 ژوئیه | +2 | |||
| 02 ژوئیه | 0 | |||
| 01 ژوئیه | 0 |
| 2 | #Dhaaltummaa
Qooda qabeenya Dhaalaa Du'aatti Hirmaachuuf Qabeenya Osoo Du’aan lubbuun Jiruu Fudhatame Deebisuun Dirqamaa (collation) ?
==================================
Seera Dhaalaa kwt 1065 - 1067; Murtii Dhadhacha Ijbt Glm Lkk 113247, 160761, 162475 fi Murtii haaraa glm lkk 249367 ta’errattti gaafa 28/05/2017 kenname waliin kan ilaalame
===========================
✍🏻Qabeenya Dhaalaa kennaan otuu dhaalchisaab jiru fudhatame du’a isaa booda qabeenya dhaalaatti deebisuun (collation) yaadama seeraa gama tokkoon mirga dhaaltota kennaan fudhatan hinqabnee eeguu fi akkasumas gama biraan dhaalaan kennaa fudhate dabalataan hanga kennaa fudhateen alatti qooda isa dhaqqabuu qabu akka hindhabne eeguuf diriirfamedha. Kanaaf collation dhaaltota kennaa hinqabne qofa otuu hintaane Dhaalaa kennaa fudhates mirga isaa eeguun haqummaan akka jiraatu kan godhu yoo ta’u Seera Hariiroo Hawaasaa Kwt 1065 - 1067 jalatti bal’inaan diriirfamee jira.
✍🏻Dhaddachi ijbt MMWF glm Lkk 113247, 160761 fi 162475 ta’an irratti dhaalaan qabeenya du’aa otuu du’aan jiru kennaan fudhate du’a booda qixa qabeenya fudhateen qooda qabeenya dhaalaa keessaa bahuu akka qabu murteessuun hiikkoo dirqisiisaa kan kenne yoo ta’u kunis dhaaltuun kennaa fudhate gonkuma dhaala du’aa keessatti hirmaachuu hinqabu hiikkoo jedhu otuu hintaane hanga qabeenya kennaan fudhatee qooda qabeenya dhaalaa keessatti makamuun shalagamee hangi kennaan fudhate hanga hanga qooda dhaalaan isa gahuu ol yoo ta’e kan fudhate qabatee qooda keessatti hirmaachuu irraa akka hafuu fi hangi fudhate hanga qooda silaa argachuu qabuu gad yoo ta’e immoo garaarummaa hafe dhaaltota kaan waliin qooddachuu akka qabu hiikkoo agarsiisudha.
✍🏻Dhimma murtii haaraa glm Lkk 249367 ta’erratti gaafa 28/05/2017 kennameenis iyyataan gama tokkoon qabiyyee iddoo lamaa otuu dhaalchisaan jiru kennaan fudhate akkuma jirutti qabachuun gama kaaniin immoo qabeenya dhaalchisaa hafe dhaaltota kaan waliin hirmaachuuf gaaffiin dhiyeesse seeraan ala akka ta’ee fi yoo dhaala keessatti hirmaachuu barbaade qabiyyeewwan kennaan dursee fudhate deebisee dhaalatti makuu ykn immoo qabiyyee lamaan isaa qabatee dhaala du’aan ala ta’uu qaba jechuun murteessee jira.
✍🏻Gabaabumatti karaa lama fayyadamuun akka hindanda’amne murtiin haaraan kun ifatti hiikkoo kan kenneedha.Jamaal Q. Qawweetti
https://t.me/NuraddinFHS | 4 506 |
| 3 | #Madda_Galii_Mana_Marii_Ispoortii fi Hanga Kafaltii Wagga waggaan kafalamuu
Galiin Mana Maree Ispoortii madda galii armaan gadii irraa kan argamu ta’a.
👉🏻Deeggarsa baajata mootummaa ramaduu irraa;
👉🏻Deeggarsa Miti-Mootummaa irraa;
👉🏻Galii deeggarsa fi kennaa irraa;
👉🏻Galii dirree Ispoortii fi iddo bashannanaa garaagaraa irraa argamu irraa;
👉🏻Galii madda adda addaa kan manni marichaa tattaafi isaatiin
maddisiisu irraa;
👉🏻Baazaarii adda addaa qophessuu;
👉🏻Hawwisoo fi Siinimaa agarsiisuun
👉🏻Ispoonsara fi beeksiisa
👉🏻 Gurgurtaa qabeenya kan Mootummaa hin taane Manni
Marichaa argate
👉🏻Tajaajila adda addarraa
👉🏻 Galii dorgommii adda addaa irraa
👉🏻 Qophii afeerraa irbaata fi calbaasii adda addaarraafi kkf.
👉🏻 Galii Buusii Hojjataa Mootummaa, Qotee bulaa, Horsiisee bulaa,Daldaltoota, Jiraattoota Magaalaa irraa argamana ta’a.
#Hanga Kanfaltii Waggaa waggaan Kanfalamuu ilaalchisee;-
👉🏻Kaartaa lafaa--------------------------------------------Qarshii 20
👉🏻 Jijjirraa maqaa mana jireenyaa----------------------- Qarshii 3,000
👉🏻Jijjirraa Invastimantii ---------------------------------- Qarshii 3,000
👉🏻Jijjirraa konkoolaataa----------------------------------- Qarshii 3,000
👉🏻Buufata Konkolaataa Geejjiba irraa------------------ Qarshii 5
👉🏻Qaraxa Keellaa Konkolaataan tokkoon qarshii --- Qarshii 20 (Fkn.Cirracha, Dhagaa, Biyyoo, Buna,Jimaa, Sukaara…KKF)
👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa A. ---Qarshii 500
👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa B. ----Qarshii 400
👉🏻Daldalaa Kaffalaa Gibiraa sadarkaa C.----Qarshii 300
👉🏻 Jiraataa Magaalaa, Qoteebulaa fi Horsisee bulaan qar.100.
👉🏻Hojjataa Mootummaa irraa ---------------------2 %
Qajeelfama Sassaabbii , Itti Fayyadamaa fi To’annaa Galii Mana Maree Ispoortii Oromiyaa Foyya’ee Bahe- Lakk 3/2015
https://t.me/NuraddinFHS | 4 801 |
| 4 | Share Qajeelfama Galii Mana Maree Ispoortii Oromiyaa.pdf | 3 822 |
| 5 | Digital-Ethiopia-2025-Strategy-english.pdf | 3 277 |
| 6 | pp Lafa Baadiyyaa fi Magaalaa | 2 927 |
| 7 | Simannaa nuuf taasifame viidiyoon. hunduu galatoomaa👍🏻 | 3 762 |
| 8 | WAAAM raawwii hojii bara 2018n Sadarkaa 3ffaan Xumuruun badhaafamaa waancaa tahee jiran. Baga gammanne baga gammaddan🙏🏻🙏🏻 | 4 259 |
| 9 | #MOBILE_BANKING
#Dogoggoraan_Mobile_Baankiingiin_Maallaqa_Yoo_Namaa_biroof_Ergitan👇👇👇👇
Murtii Mana Murtii Dhaddachaa Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Lakk. Galmee 175660 dubbisaa
Namoonni hedduun yeroo mobile banking fayyadaman dogoggoraan maallaqa nama biraatti erguu danda’u.
✅Dhaddachi ijjibaata Feederaalaa waa'ee kana irratti akkana jedhe:
✔️Namni maallaqa kaffaluu hin qabne yoo kaffale akka deebi'uuf gaaffachuun mirga ta'ullee garuu dogongorri tokko osoo hin jiraatin Waliigaltee fi dirqamni seeraa isa kaffalchiisu akka hin jirre osoo beekuu maqaa fi lakkoofsa herreegaa (Account) barreessuun maallaqa yoo erge
✔️ itti yaadeefi fedhinnaan akka ergeetti waan fudhatamuuf maallaqa siif ergamuu hin qabneen siif ergee naaf deebisi jedhee gaafachuu hin danda'u" DH/IJ/MMWF lakk.175660 Jildii 26ffaa murtiii kenname ture.
✔️Baankiin garuu yeroo dogoggorrii akkanaa uumamee komiin maammila irraa dhufe waanti godhu:
● Yoo dhugumaan sitti amane nama maallaqa fudhateen wal si qunnamsiisee akka ati wal dubbiftee maallaqa kee akka siif deebisuu itti gaafattu haala siif mijjeessa, Garuu ofumaan account irraa hir’isuu ykn maallaqa deebisuu hin danda’u yoo adeemsi seeraa hin jirre ykn mana murtiin ajajame malee.
Kanaaf yeroo mobile banking fayyadamtan:
● Maqaa namaa sirriitti mirkaneessaa
● Lakkoofsa account ykn bilbilaa yeroo 2 fi isaa ol ilaalaa
● Saffisaan Maallaqa hin dabarsinaa.
● Yoo wannii akkasii isin mudate ammoo damee naanno keessan jiru dubbisaa dhimma keessaan karaa seeratin akka isiniif furamu isin gargaaruu danda'u waan taatef. | 6 968 |
| 10 | Qabeenya Beeksisuu fi Galmeessisuu
Dirqama qabeenya galmeessisuu eennu fa’atu qaba?
Bu’uura labsii lakk. 169/2003 keewwata 5 tiin filatamaan muudamaan ykn hojjataan mootummaa kamiiyyuu:
a) Qabeenya abbaa qabeenyummaa ykn qabiyyummaa isaa fi maatii isaatiin jiruu fi
b) Madda galii isaa fi maatii isaa beeksisuu fi galmeessisuuf dirqama qaba.
Qabeenyi
Qabeenya Galmeessisuu Dhabuun Maal Hordofsiisa?
Bu’uura Labsii lakk. 169/2003 keewwata 14 tiin qabeenyi filatamaa, muudamaa ykn hojjataa mootummaa bu’uura Labsii kanaatiin hin galmaa’in kamiiyyuu, ragaan faallaan yoo dhiyaate malee, raawwii Seeraa Yakkaa Keewwata 419 (2) tiif jecha akka qabeenya maddi isaa hin beekamneetti laakkawama.
Faayidaan Qabeenya Beeksisuu fi Galmeessisuu Maalii?
Qabeenya Galmeessisuu fi Beeksisuun Faayidaawwan Ijoo Armaan Gadii Qaba.
I. Iftoominnaa fi itti gaafatamummaa mirkaneessuudhaan yakka malaammaltummaa ittisa
II. Qorannoo yakka malaammaltummaa salphisa
III. Wal amantaa uummataa fi mootummaa jidduu jiru cimsa
Kanaafuu qaamotni dirqama qabeenya galmeessisuu qaban hundi moosaajii Komishiinichi qopheesseen karaa ogeessota Deeggarsaa fi Hordoffii Dhimmoota Naamusaa fi Farra Malaammaltummaatiin qabeenyaa fi madda galii keessan isa sirrii galmeessuudhaan dirqama keessan bahuudhaan itti gaafatamummaa galmeessuu dhabuun hordofsiisu jalaa bahaan dhaamsa keenya.
Dhaloota Safuun Ijaaruun; Kenna Tajaajilaa Hojimaataan! | 4 886 |
| 11 | بدون متن... | 5 796 |
| 12 | بدون متن... | 6 013 |
| 13 | بدون متن... | 6 157 |
| 14 | بدون متن... | 5 913 |
| 15 | Share Qajeelfama Addaa Ramaddii H M Mag.Shagar.pdf | 5 365 |
| 16 | بدون متن... | 6 167 |
| 17 | ⚖️𝐃𝒉𝐚𝐝𝐝𝐚𝒄𝒉𝒊 𝒊𝒋𝒊𝒃𝒃𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝐌𝒂𝐧𝒂 𝐌𝐮𝐫𝒕𝒊𝒊 𝑾𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂 𝐅𝐞𝐝𝒆𝒓𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝙟𝙞𝙡𝙙𝙞𝙞 2ffaa Dhimmoota Daa'imanii 𝙂𝙖𝙡𝙢𝙚𝙚 𝙡𝙖𝙠𝙠. 225872 Irratti
''Daa'imni guddifachaan kenname maatii dhiigaa kan isa dhalchee fi maatii guddifachaan isa fudhatees dhaaluu ni danda'a.'' jechuun Murtii Dirqisiisaa kennee jira. | 5 293 |
| 18 | بدون متن... | 5 864 |
| 19 | بدون متن... | 4 748 |
| 20 | بدون متن... | 4 836 |
