cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Oduu Oromoo

Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa: #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
7 114
مشترکین
+5924 ساعت
+4127 روز
+1 64930 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Maanchister Siitiin West Haamiin 3-1'n injifachuun shaampiyoonaa Piriimer Liigii Ingilizii tahuu mirkaneesse. Maan Siitiin walitti aansee waancicha yeroo afur mo'achuun seenaa haaraa Piriimer Liigii Ingiliz keessatti galmeesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Sb0KioJ
نمایش همه...

Helikoptarri pirezidaantii Iraanifi qondaalota olaanoo biyyattii baatee deemaa ture jedhame kufee caccabuu miidiyaan biyyattii gabaase. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8fBdhou
نمایش همه...
Helikoptarri pirezidaantii Iraan baatee deemun hin oolle jedhame kufee caccabe

Helikoptarri pirezidaantii Iraanifi qondaalota olaanoo biyyattii baatee deemaa ture jedhame kufee caccabuu miidiyaan biyyattii gabaase.

Xiinxalaa siyaasaa beekamaa Jawaar Mahaammad mootummaan Itoophiyaa ibsa Itoophiyaatti Ambaasaddarri Ameerikaa Ervin Maasingaa kennan balaaleffachuun akka isa gaddisiise hime. Ibsi Ameerikaa kun waanuma biyya michuu dhugaa tokkorraa eegamu jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RUK9mrP
نمایش همه...

Arsenaal dirree isaarratti Evartan yoo mo'ate fi Siitiin yoo qabxii gate waggaa 20 booda waancaan gara Imireetis gala jechuudha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DrWOfcw
نمایش همه...
Waancaan garam deema? Hirmaannaa taphoota Awurooppaa fi gaggeessaa Kiloop- taateewwan xumura piriimer Liigii irratti eegaman

Arsenaal dirree isaarratti Evartan yoo mo'ate fi Siitiin yoo qabxii gate waggaa 20 booda waancaan gara Imireetis gala jechuudha.

Xiinxalaan kubbaa miilaa BBC Kiriis Suutan taphoota Liigichaa torban isa dhumaa (38ffaa) akka itti aanutti tilmaameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NF9TIno
نمایش همه...

Manni-murii UN guddichi deebii Israa'el himata Afrikaan Kibbaa dhiyeessef kennuuf jiru dhaga'uuf. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aGyPikR
نمایش همه...

Waraanni Gaazatti gaggeeffamu gaada xumuramu Gaazan maal ta'uu qabdi kan jedhurratti Ministeerri Muummee Israa'el Beeniyaamin Netaaniyaahun karoora ifa ta'e hin dhiyeessan taanan hojiin gadhiisa jedhan ministiira kaabinee waraana Israa'el kan ta'an Beenii Gaantz. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2IwmvXK
نمایش همه...

Seerri bara 2007 Baankiin Giddugaleessaa Naayijeeriyaa baase walxaxaa miti. ''Neeyiraas ta'e maallaqa Baankichi maxxansu kamuu bittimsuun, itti marsanii sirbuun, irra deemuun kabaja dhowwachuu agarsiisa, kanaaf yakka,'' jedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FkUaAqS
نمایش همه...

Namoonni tokko tokko uumamumaan fiigichaan milkaa'u . Kaan ammoo dhaamatifi shaakala heddu booda kan milkaa'a. Ofii atileetonni colleen uumamaanimoo shaakalaan milkaa'u? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kOIVncj
نمایش همه...

Pirezidantiin Yukireen Volodmiir Zeleniskii Raashiyaan kutaa Kaaba baha Yukireenitti haleellaa hammeessuu dandeessi, humnasaa akka qabdus mul’isaa jirti jechuun yaaddoo qaban ibsan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ptn5jkh
نمایش همه...
Zeleniskiin sochii humnoota Raashiyaan yaadda'uun gargaarsa humna waraanaa dabalataa gaafatan

Pirezidantiin Yukireen Volodmiir Zeleniskii Raashiyaan kutaa Kaaba baha Yukireenitti haleellaa hammeessuu dandeessi, humnasaa akka qabdus mul’isaa jirti jechuun yaaddoo qaban ibsan.