cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Oduu Oromoo

Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa: #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

Більше
Рекламні дописи
8 661
Підписники
+4024 години
+2917 днів
+1 39130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Hajjii baranaarratti namoonni dhibbaan lakkaa'aman kan du'an yoo ta'u, sababni ijoon balaa kanaas ho'i Sa'uudii Arabiyaa dabaluun hanga digirii Selshiyesii 51 ga'uusaati jedhama. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RDjA8Vi
Показати все...

Paakistaan keessatti turistiin kabaja Quraana Qulqulluu gadi buuseera jedhamuun buufata poolisiitii fudhatamee daboon haleelamuun ajjeefame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0LMObr5
Показати все...

Komeediyaanin ganna 55 Maayikil booda keessa gara siyaasatti makamee kan ture yoo ta’u, amma immoo bakka ittaanaa pirezidaantii balaa xayyaaran du’anii Saawuloos Chiliimaa bu’uun waadaa seenee jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/a9FzdWe
Показати все...
Komeediyaanii beekamaan bakka pireizidaantii ittaanaa Maalaawwii balaa xayyaaran du’anii bu’e

Komeediyaanin ganna 55 Maayikil booda keessa gara siyaasatti makamee kan ture yoo ta’u, amma immoo bakka ittaanaa pirezidaantii balaa xayyaaran du’anii Saawuloos Chiliimaa bu’uun waadaa seenee jira.

Qorannoowwan garaa garaa akka agarsiisanitti, namoota gaheessa ta’an kudhan keessaa yoo xiqqaate namni tokko hirriba dhabuun ni rakkata.Yeroo heddu halkan hirriba keessaa kaatu yoo ta’e ykn erga kaatanii booda miirri dadhabbii isinitti dhagaham taanan, tarii rakkoo hirriba dhabuu (Isomiiniyaa)dhaan qabamtaniirtu ta’a. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5KqPaQp
Показати все...

Wixineen labsii mootummaan qopheesse kun mootummaan galii biyya keessaa irraa dhibbeentaa 15 ol liqeeffachuu akka hin dandeenye kan daangessu yoo ta’u, wixinichi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti ergamee jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/efPriKl
Показати все...

Imala amantaatiif gara Sa’ud arabiyaa kan deeman lammileen Itoophiyaa shan dhukkubaafi balaa konkolaataatiin lubbuu dhabuu Manni-maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O9NzLFx
Показати все...

Naannoo Amaaraa Godiina Gojjam Bahaafi Gojjam Lixaatti garaa garummaa guyyoota muraasaa gidduutti namoonni 20 ol haleellaa humnoota mootummaan du'uu jiraattonniifi namooni ijaan argan BCCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BV9AIxe
Показати все...
Naannoo Amaaraa Goojjamitti "humnoonni mootummaa" namoota 20 ol ajjeesan- jiraattota

Naannoo Amaaraa Godiina Gojjam Bahaafi Gojjam Lixaatti garaa garummaa guyyoota muraasaa gidduutti namoonni 20 ol haleellaa humnoota mootummaan du'uu jiraattonniifi namooni ijaan argan BCCtti himan.

Yaddoo al-Shabaab deebi’ee of gurmeessuu hordofee mootummaan Somaaliyaa yeroo humnoonni nagaa eegan biyyattii keessaa itti ba’an akka dheeratuuf gaafatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nuRQfFv
Показати все...

Sirba qeenxee ‘Ammamee’ jedhu keessatti, “Hibboon si gaafadha gaaffii, Amma naa deebisii dafii” jedhee gaaffii kan gaafate Guutuun, ammammoo albamasaa jalqabaa qabatee dhufaa jiru ‘Gaaffiikoo’ jechuun moggaaseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ad5rebL
Показати все...

Hojjettoonni Xiyyaaraa Ameerikaa komiin foolii qaamaa erga dhihaate booda imaltoota gurraacha ta’an kanneen xiyyaararraa buusan akka hojiirraa boqotan taasifame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/34DhHbK
Показати все...
Hojjettoonni komii foolii qaamaan imaltoota gurraacha xiyyaararraa buusan dhorkaman

Hojjettoonni Xiyyaaraa Ameerikaa komiin foolii qaamaa erga dhihaate booda imaltoota gurraacha ta’an kanneen xiyyaararraa buusan akka hojiirraa boqotan taasifame.

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.