cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Oduu Oromoo

Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa: #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
8 199
مشترکین
+3624 ساعت
+3247 روز
+1 51530 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
''Hanqina bajata kanaa liqii biyya keessaafi alaa argamurraa bakka buusuf karoorfameera,'' jedha ragaan bajataa miseensota Mana Maree Ummataaf dhihaate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3qZY1BG
5280Loading...
02
Dhuma torban darbeerra giddu-galeessa Somaaliyaatti gosa Mareehaan fi Diir jedhaman gidduutti walitti bu'iinsa dhalateen yoo xiqqaate namoonni 40 ajjeefamuun yoo himamu, hidhattoonni al-Shabaab ammoo haleellaa raawwatanii namoonni baayyee ajjeefamuun ibsameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6ORdfqp
7021Loading...
03
Somaaliyaan karaa dippilomasiin socho’aa erga turte booda waraanni Itoophiyaa akka bahu dubbatte. Murtee kanarratti Itoophiyaan homaa hin dubbanne. Garuu turuufi bahuun faayidaafi miidhaa maal qaba? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OQle0Kp
7421Loading...
04
Gareen mirga namoomaaf falman, ogeeyyiin saayinsii misaa'ela haayipersoonikii kan saffisa sagaleetiin ol ta'e duuba jiru himannaa biyya ganutiin himatamaa jiraachunsaanii, shakkii qabatamaa hin taaneefi biyyarratti miidhaa qabaachuu akka malu mootummaa akeekkachiisan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KqD3HYA
7111Loading...
05
Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sZclQCW
1 0200Loading...
06
Erga haleellaa tasaa humnoonni Israa’el raawwataniifi qondaaltonni Filisxeem ummata dhibbaan lakkaa’ame ajjeese jedhan booda kanneen Hamaasin butaman afur maatiitti makaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6exnc3r
8630Loading...
07
Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sZclQCW
7010Loading...
08
Raashiyaan ''meeshaalee waraanaa niwukilaraa tooftaa fi tarsimoo jabaan taliigaman kan ardii Awurooppaa keessa hin jirre qabdi. Yoo Ameerikaan kanshee fiddee kenniteefiyyuu keenya hin ga'u,'' jedhan Putiin. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GdAS8M9
7490Loading...
09
Dhiirri Caabuu fedhii dubartii malee quunnamtii saalaa raawwachu hin danda’u. Shimala haadha warraasaatiif diriirse yoo fudhattee qofaadha quunnamtiidhaaf hayyamamtuu ta’u kan beeksiiftu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rWGPoXg
7700Loading...
10
Garee kubbaa miilaa biyyoota Awurooppaa 24 dorgommii waaancaa (EURO 2024) irratti hirmaachuuf qopha’aa jiran keessaa taphattoonni ciccimoo gurra guddaa qaban hiddi dhalootasaanii Afrikaa ta’e dorgommii Waxabajji 14-Adoolessa 14tti gaggeeffamurratti arguuf jirtu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vN8hxWf
8081Loading...
11
Tibbana sirbi qeenxee weellisaa Shukurii Jamaal baase ‘’Furtuu’’ jettu irratti isaafi weellistuu Hawwii Qananii gidduutti atakaaroo kaasteetti. Hawwiifi Shukuriin hiriyyoota waliin hojjechaa turanidha. Sirba kana irratti maaltu mudatee gara wal dhabdeetti isaan geesse? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QGlqcn6
1 1331Loading...
12
Dhaabbanni Biyyoota Gamtooman (UN) waraana Israa’el tarree warra daa’imman irratti miidhaa raawwatanii keessatti akka makamuuf murtee dabarse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/80NRsKC
1 0101Loading...
13
Dhaabban Giyyoota gamtoomanii (UN) hojjattoonnisaa 11 Yeman keessatti hidhattoota Huutiin jalaa atattamaan akka gadhiifaman gaafate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uQNWlrS
9240Loading...
14
Filannoo jalqabaa abdiin gurraachoota hedduun itti laliseen, qabsaa’aan bilisummaa Neelsan Maandellaa gara aangootti dhufan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4amtGHR
8740Loading...
15
Ministirri Mummee Deenmaark, Meete Firederiksan Jimaata kaleessa Kooppanhegan keessatti erga haleellaa irratti raawwatameen booda ‘‘naasuu’’ keessa galauu waajjiirrishee beeksiise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UdwKvMV
9050Loading...
16
Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa turtii BBC waliin taasisaniin akka jedhanitti, barsiifanni gaabii uwwisuu kun Tuulamatti kan babal’ate bara Gadaa Meelbaatti. Ofii gaabii uwwiisuun maaliidha? Dhiibaa laa qabas? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/h548vXb
9200Loading...
17
Naannoo Amaaraa godina Gondar Kaabaa aanaa Addirqaayitti haleellaa raawwatameen namoonni 15 ajjeefamanii, manneen baayyeen gubachuusaanii jiraatonniifi bulchiinsi naannawa sanaa himaan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H5lgWTh
1 1870Loading...
18
Maallaqa doolaara miiliyoona jaha ol ragaa dogoggoraan baasuuf yaaluun shakkamanii kan to'ataman lubni Balaay Mokonniin mana hidhaa Qilinxootii dhimmisaanii akka hordofan Manni Murtii ajaje. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Si3U8dF
1 1791Loading...
19
Somaaliyaan Dhabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Mana-maree Nageenyaa (UNSC) keessatti teessoo dhaabbataa hin taane (non-permanent seat) argatte. Kun ammoo biyya Afriikaa Bahaa waraanaan jeeqamtuuf akka bu’aa dippilomaasii olaanaatti leellifameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yNx5rWC
1 0690Loading...
20
Taphataan sarara fuulduraa Maanchistar Siitii Erling Haalaandii fi taphataa sarara gidduu Arsenaal Maartiin Odegaard tapha Waancaa Awurooppaa Jarmanirratti biyyi isaanii Noorweey tapha calallii darbuu waan dadhabdeef dorgommicharratti hin hirmaatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PqDpFSw
9720Loading...
21

8950Loading...
22
Oduun Amajji 1, 2024 waajjira Ministira Mummee Abiy Ahimad keessaa bahe walitti dhufeenya Itoophiyaafi Somaaliyaarratti jijjirama olaanaa hordrofsiisee ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Wp0dObU
9140Loading...
23
Jijjiirama Aston Viilaan agarsiisaa jiruuf utubaadha kan jedhame Olee Watkins amma dorgommii kubbaa miillaa Awurooppaa- Euro 2024 irratti hirmaachuuf qophiitti jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qYNansx
9540Loading...
24

1 0170Loading...
25
Haa ta’u malee, gareen yookiin jilli Qulqulluu Sinodoosiin hundaa’e dhimma maalirratti akka mari’atu wanti ibsame hin jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ropd7zE
1 2380Loading...
26
Humnootii farra nageenyaa deeggaruufii meeshaa waraanaa qabatanii argamuun kan himataman Deetaa Ministeera Nagaa kan turan Obbo Taayyee Danda’aa, ragaan namaa irratti dhiyaate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/p87B4YS
1 2100Loading...
27
MM Abiy biyya biyya Kibba Baha Ezhiyaa taate kana waliin hariiroo gama lamaa qaban cimsuuf akkasumas dameewwan walta'iinsaa haaraas adda baasuuf aanga'oota biyyattii waliin waliigaluu fuula miidiyaa hawaasaa isaanii gubbatti qoodaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XCYP87A
1 1250Loading...
28
Pirezidantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Kora Diinagdee Idiladdunyaa St Petersburg keessatti gaggeeffamerratti wayita ibsa gaazexeessitootaaf kennan, biyyoonni lixaa Yukireeniif meeshaalee waraanaa dhiheessuu irratti ejjennoo qaban ibsaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RrVPDbk
1 1460Loading...
29
Jeequmsa Naannoo Amaaraa keessatti dhalate waliin walqabsiisee namoonni hidhaman akka gadhiifaman, seerri idileen akka hojiirra ooluufi daangaan sochii kaa'ame akka ka'u Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gaafate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ciUGMQS
1 0430Loading...
30
Haleellaa Israa'eel mana barnootaa UN Gaazaatti ijaaree amma buufata baqattoota dahachiisutti jijjiiramerratti raawwatteen namootni 20 ajjeefamuu jiraattotni naannichaa himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yqOElhU
9750Loading...
31
Erga humnoonni Israa'el Ebla 1, 2024 hospitaala guddicha Gaazaa al-Shifaa jedhamu gadhiisanii ba'anii reenfi namoota bakka bakkatti owwaalame argameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pGWAgJO
1 0730Loading...
32
Itoophiyaatti osoo leenjiin haala nyaataa itti bilcheessan dhiirootaaf qophaa'ee meeqa keessaniitu dhaqee hirmaata?Ofii hojiin mana keessaa duubartii malee dhiirrii hojjachuu hin dandeenye jiraa? Abbootiin manaa odeessa asii gadii keessatti yaadasaanii BBC'f kennan garuu hojii mana keessaa haadha warraa waliin qooddachuun, walitti dhufeenyi maatii gaariin akka jiraatuuf barbaachisaadha jedhu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Hg0Lq2S
1 0710Loading...
33
Haleellaan jalqabaa hogganaa waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Kaaba Walloo safara Mugaad jedhamuufi mana kireeffatanii jiraatanirratti darbatame jedhan jiraattonni. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rdseIUo
1 3040Loading...
34
Shamarree umuriinshee reefuu wagga 16 taate Liillii Yohaannis tapha michummaa gareen US Kooriyaa Kibbaa 3-0tiin mo’atterratti yeroo jaqabaaf hiriiruun taphattuu umurii xiqqaan lakkoofsiste ta'uu seenaan galmeesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/70otZFN
1 3370Loading...
35

1 1770Loading...
36
Bara 2018 keessa Afriikaa Kibbaatti aangoodhaaf wal dhabdee cimaatu ture. Kana hordofuunis Siiril Raamaafoosaan pirezidantii Kongirasii Biyyaaleessa Afriikaa (ANC) fi kan biyyattii ta’udhaan Jaakoob Zuumaa bakka bu’an. Ofii Zuumaan attamiin deebi'an fuula paartiisaanii haaraa ta'uu danda'an? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GDjFOYM
1 1160Loading...
37
Gaazaatti dhaabuu Pirezedantiin Ameerikaa Jimaata darbe dhiyeessan fudhatan 'aangoo gadhiisna' jechuun ministiroonni Israa'el lama mootummaa waloo wajjin hundeessaan keessaas bahuuf doorsisan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zC3VejY
1 0070Loading...
38
Ministeeri Hojiifi Ogummaa hojii kalaqaa Fedhasaa ilaalchisuun fuula Linkidiin isaarratti akka barreessetti, dargaggoon abbaa qalaqaa ta’e kun waan namni ni ta’a jedhee yaadee hin beekne jenereetara s via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QlG7YnX
9720Loading...
39
Dubartiin jiraattuu Nebraska turte kun mana narsii ollaasheetti du'uunshee erga labsamee booda, sirna awwaalchaa irratti lubbuun keessa jiraachuun barame, amma garuu isuma dhugaa duuteetti jedhan aanga'oonni. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SajJOCv
1 0710Loading...
40
Ministeerri Nagaa Itophiyaa qajeelfama heeraa, mootummaan dhimma amantii, amantiin dhimma motummaa gidduu hin galu jedhu akkasumas bilisummaa amantii bu'uura godhachuun labsii wixinee qopheesseera. Ofii komiin manneen amantaa labsii wixinee haaraa dhimmoota amantaarratti qaban maaliidha? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qNC58PH
1 0491Loading...
''Hanqina bajata kanaa liqii biyya keessaafi alaa argamurraa bakka buusuf karoorfameera,'' jedha ragaan bajataa miseensota Mana Maree Ummataaf dhihaate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3qZY1BG
نمایش همه...

Dhuma torban darbeerra giddu-galeessa Somaaliyaatti gosa Mareehaan fi Diir jedhaman gidduutti walitti bu'iinsa dhalateen yoo xiqqaate namoonni 40 ajjeefamuun yoo himamu, hidhattoonni al-Shabaab ammoo haleellaa raawwatanii namoonni baayyee ajjeefamuun ibsameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6ORdfqp
نمایش همه...

Somaaliyaan karaa dippilomasiin socho’aa erga turte booda waraanni Itoophiyaa akka bahu dubbatte. Murtee kanarratti Itoophiyaan homaa hin dubbanne. Garuu turuufi bahuun faayidaafi miidhaa maal qaba? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OQle0Kp
نمایش همه...

Gareen mirga namoomaaf falman, ogeeyyiin saayinsii misaa'ela haayipersoonikii kan saffisa sagaleetiin ol ta'e duuba jiru himannaa biyya ganutiin himatamaa jiraachunsaanii, shakkii qabatamaa hin taaneefi biyyarratti miidhaa qabaachuu akka malu mootummaa akeekkachiisan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KqD3HYA
نمایش همه...

Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sZclQCW
نمایش همه...
Itoophiyaan Waancaa Addunyaaf darbuuf carraa qabdii?

Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti.

Erga haleellaa tasaa humnoonni Israa’el raawwataniifi qondaaltonni Filisxeem ummata dhibbaan lakkaa’ame ajjeese jedhan booda kanneen Hamaasin butaman afur maatiitti makaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6exnc3r
نمایش همه...

Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sZclQCW
نمایش همه...
Itoophiyaan Waancaa Addunyaaf darbuuf carraa qabdii?

Gulaallii Waancaa Addunyaa adeemaa jiruun Itoophiyaan ramaddii ishee keessaa tapha afraffaa guyyaa har’aa Jibuutii waliin Morokootti taasifti.

Raashiyaan ''meeshaalee waraanaa niwukilaraa tooftaa fi tarsimoo jabaan taliigaman kan ardii Awurooppaa keessa hin jirre qabdi. Yoo Ameerikaan kanshee fiddee kenniteefiyyuu keenya hin ga'u,'' jedhan Putiin. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GdAS8M9
نمایش همه...
Putiin Awurooppaan niwukilara Raashiyaa ofirraa ittisuu hin dandeessu jechuun akeekkachiisan

Raashiyaan ''meeshaalee waraanaa niwukilaraa tooftaa fi tarsimoo jabaan taliigaman kan ardii Awurooppaa keessa hin jirre qabdi. Yoo Ameerikaan kanshee fiddee kenniteefiyyuu keenya hin ga'u,'' jedhan Putiin.