cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oduu Oromoo

Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa: #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
7 517
المشتركون
+5024 ساعات
+3447 أيام
+1 63130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Taphataa akkaan callisuun beekamudha. %99 callisee hojii isaa hojjeta. Yoo dubbate ammoo kallattiin dubbachuun waan beekamuuf abidda buusa. Leenjisaa ykn taphattoota kaan gammachiisuuf ykn maal na jedhu jedhee bira qabanii dubbachuu hin beeku. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3PDxBlR
إظهار الكل...

Ajjeechaa mucaa umuriin waggaa 14 fi tiksee hoolootaa Ebla 12 Weesti Baank keessatti raawwatmeef, qubattoonni Israa'el haaloo bahuun himame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eBg1XIP
إظهار الكل...

Hoggantootni Maanchister Yuunaayitid dorgommiin bara akanaa akkamiin akka xumuramee fi qabxii argatan irratti madaallii gaggeessuu jalqaban. Dhimmi mata duree jabaa tahe garuu hiree fuulduraa kan leenjisaa isaanii Erik Ten Haagidha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hg1twTY
إظهار الكل...
Yoo Maanchister Yuunaayitid keessatti na hin barbaanne kilaba biraa deemeen waancaa mo'adha- Erik Ten Haag

Hoggantootni Maanchister Yuunaayitid dorgommiin bara akanaa akkamiin akka xumuramee fi qabxii argatan irratti madaallii gaggeessuu jalqaban. Dhimmi mata duree jabaa tahe garuu hiree fuulduraa kan leenjisaa isaanii Erik Ten Haagidha.

Ministerri Fayyaa Gaazaa Hamaasiin hogganamu akka ibsetti, dho'insa dawoo baqattootaa naannoo Raafaatti argamutti qaqqabeen namoonni hedduun ajjeefamanii kaan mada'uu hin hafne. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CE54SKj
إظهار الكل...
Hamaas rookkeettii dhukaasuu hordofee Israa’el Raafaa haleelte

Ministerri Fayyaa Gaazaa Hamaasiin hogganamu akka ibsetti, dho'insa dawoo baqattootaa naannoo Raafaatti argamutti qaqqabeen namoonni hedduun ajjeefamanii kaan mada'uu hin hafne.

Hoggantootni Maanchister Yuunaayitid dorgommiin bara akanaa akkamiin akka xumuramee fi qabxii argatan irratti madaallii gaggeessuu jalqaban. Dhimmi mata duree jabaa tahe garuu hiree fuulduraa kan leenjisaa isaanii Erik Ten Haagidha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hg1twTY
إظهار الكل...

Ertiraan wayita guyyaa walabummaashee yaadatuutti haasaan Pirezidantiin biyyattii Isaayaas Afawarqii kan yeroo biraa miidiyaatti baayinaan hin mul’annee ni eegama.Sababiinsaas haasaa isaanitiin ejjannoo mootummaasaanii, naannichaa fi addunyaa akkasumas dhimmoota waqtaawaa ilaalchiisuun ergaa waan dabarsaniifiidha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jHpob69
إظهار الكل...

Ibsa qindaa’aa gaafa Caamsaa 22,2024 baasaniin Ispeen,Noorweeyiifi Ayarlaand Fiilisxeemiif gaafa Caamsaa 28 beekamtii biyyummaa kennuuf karoorfachuu himan.Hoggantoonni Fiilisxeem murtoo kana yoo simatan Dhaabbanni Bilisummaa Filisxeem (PLO) ‘’yeroo seen-qabeessa’’ ittiin jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jfb9yJR
إظهار الكل...
Biyyoonni kaan Filisxeemiif beekamtii biyyummaa maaliif hin kennan?

Ibsa qindaa’aa gaafa Caamsaa 22,2024 baasaniin Ispeen,Noorweeyiifi Ayarlaand Fiilisxeemiif gaafa Caamsaa 28 beekamtii biyyummaa kennuuf karoorfachuu himan. Hoggantoonni Fiilisxeem murtoo kana yoo simatan Dhaabbanni Bilisummaa Filisxeem (PLO) ‘’yeroo seen-qabeessa’’ ittiin jedhe.

Hamaas rokeetiiwwan gara giddugaleessa Israa'el naannawa magaalaa Tel Aviivitti dhukaasuu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dA3Fjlp
إظهار الكل...

Tapha Waancaa FA xumuraa injifachuuf ga'umsa Erik Teen Haag Sanbata kaleessaa agarsiisan wayita ilaaltu gaaffii kana kaasta jedhaa BBC Ispoortiif kan barreessu Alan Sheerer. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TwxP9cW
إظهار الكل...

Haleellaa humnoonni Raashiyaa magaalaa Kaaba Yukireen, Karkiiv irratti raawwataniin yoo xiqqaate namoonni 12 yoo du'an 43 kan ta'an ammoo mdaa'aniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/e3hFB46
إظهار الكل...