cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oduu Oromoo

Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa: #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

Mostrar más
Finlandia843El idioma no está especificadoNoticias y medios14 280
Publicaciones publicitarias
6 917
Suscriptores
+5724 horas
+4017 días
+1 63630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Waggaa darbe irraa jalqabuun haaromsa siivi sarvisii gochaa akka jiru kan himu mootummaan Itoophiyaa Wixinee labsii hojjettoota mootummaa haaraa qopheesse Facaasaa kaleessaa Caamsa 6 bara 22016 Paarlaamaa Itoophiyaaf dhiyeesseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KVDb23i
Mostrar todo...

Himatamaan kun ajjeechaa kana raawwachuuf sababa kan ta’eef haati warraasaa “daa’imichi kan kee miti” jechuushee akka ta’e Mana Mutiitti hime. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GrzR3SA
Mostrar todo...

Dookimantarii fiilmiin itti fufinsaan tibbana darbaa ture waa'ee ka'umsa Kiiliyaan Imbaappee yeroo hiriyyootni ijoollummaa, leenjisaa faransaay Diidee Diishoo fi taphattootni isa waliin taphataa turan dubbatan agarsiisa. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DuqsvV1
Mostrar todo...

Kan Itoophiyaa gaggeessaa jiran, MM Abiy Ahimed Saba Oromoo keessaa erga bahanii dargaggooni Oromoo bosona jiranii fi ABO-WBOtti makaman maaliif har'as qabsoo hidhannoo gaggeessu? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Y96CMIZ
Mostrar todo...

Maanchistar Siitiin galgala Totenhaamiin 2-0n injifachuun seenaa priimiyeer Liigii haaraa galmeessuuf fiixeerra gaheera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/T4kIOGZ
Mostrar todo...

Ergamaan addaa US Maayik Hamar rakkoo siyaasaa Itoophiyaa keessa jiru ilaalchisee Wiixata Caamsaa 13, 2024 hayyu duree ABO Obbo Daawuud Ibsaafi dura taa'aa dhaaba Koongireesii Federaalawaa Oromoo Proofesar Mararaa Guddinaa waliin mariyataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nfe7xRS
Mostrar todo...

Meeshaan waraanaa Ameerikaan Yukireeniif gargaarsaan kennite adda waraanaa qaqqabaa jira; ministirri dhimma alaa US ammoo magaalaa gudoo Yukireen Kiiv galaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Fazb6fZ
Mostrar todo...

Leenjisaan Maanchistar Siitii Peep Gaariyoolaa tapha murteessaa gareensaa galgala kana Tootenhaam waliin godhu dursee ibsa miidiyaaleef kenneen taphichi hammam takka murteessaa akka ta'e dubbate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/W36e1CT
Mostrar todo...

Bara Dargiin kufee ADWUIn aangoo qabate, bara 1983 ALItti kaasee qondaala siyaasaa Dhaabbata Dimokiraatawaa Uummata Oromoo ykn OPDO ta'uun hanga yeroo dhiyootti tajaajilaa turan Obbo Alaakaa Simbiruu via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Bjqwic2
Mostrar todo...
'Dargaggeessi 2018 dura tokkummaan mootummaa jijjiire qoodamee walitti dhukaasuun waan ta'uu hin mallee'

Bara Dargiin kufee ADWUIn aangoo qabate, bara 1983 ALItti kaasee qondaala siyaasaa Dhaabbata Dimokiraatawaa Uummata Oromoo ykn OPDO ta'uun hanga yeroo dhiyootti tajaajilaa turan Obbo Alaakaa Simbiruu

Taateen doktorri lammii Ameerikaa Kiristoofar Ker ALA Ebla 1999 arge imala hojiisaa kan jijjiire ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G4oLbBv
Mostrar todo...