cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Oduu Oromoo

Oduu midiyaalee garaagaraa irraa walitti qindeesse mul'isa: #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

Больше
Рекламные посты
9 239
Подписчики
+3424 часа
+2967 дней
+1 27230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Bulchaan Godina Addaa Saba Oromoo Obbo Ahimad Ali Ibree guyyaa Jimaataa magaalaa Kamisee keessatti qaamoolee mootummaan ''finxaaleyyiin'' jedheen itti dhukaasame ajjeefamuu beeksise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/J2viZBe
Показать все...

Sarbamni mirga namoomaa namoota nagaa irra gahu yaaddessaa tahuu himuun, ammas miidhaa walitti bu'iinsi hidhannoon gaggeeffamu biyyicha keessatti qabu guddaa tahuu ibseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HOc4hzT
Показать все...

Baqqattooni Itoophiyaa Sudaan kaampii Tanaadibaafi Umraaqbaa keessa jiran sababa waraanni Sudaanitti gaggeeffamaa jiru gara iddoo qubsuma isaanitti dhiyaataa dhufeef yaaddoo qabaachuu deeggarsaaf iyyatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HWsthJe
Показать все...

Filannoo waliigalaa UK gaggeesiteen paartiin 'Labour' waggoota 14 booda injifannoo guddaa argate. Riishii Suunaak aangoo dabarsuuf qophii tahuu himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qZ4UBxH
Показать все...

Eegdonni daandaa bishaanii Moritaaniyaa reeffa godaantota bidiruun ittiin dhidhimtee du'anii 89 arguu himan. Eegdonni Moritaaniyaa kun Garba Atilaankii keessaa gaafaa Wiixataa reeffa godaantotaa akka argan ibsan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xv3Oj5D
Показать все...

Gareen hidhattootaa Leebaanos Hezboolaan ajjeechaa ajajaa olaanaa isaa tokkootiif deebii kennuuf jecha kaaba Israa'el irratti rookkettiiwwaniifi dironii 200 ol dhukaase. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/akJd34X
Показать все...

Ogummaan xiyyaara balaliisuu abjuu ijoollummaa, hawwii barattoota hedduu ta’us, kan itti milkaa’u garuu muraasadha.Isaan keessaayis, barataa duraanii Mana Barnoota Qophaa'ina Naqamtee, kan balaliiftoonni gara 15 irraa horatamee, keessaa tokko kan ta'e balaliisaa Amaanu'eel Tsahaayiifi hogganaa mana barnootichaa Darajjee Bantii dubbisuun akkasiin qopheessineera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lXnOK6Q
Показать все...

Saara Saallessa Diidaa ilma horsiisee bulaa Godina Boorana Bahaa, aanaa Gumii Eldalloo bakka Bulbul jedhamtutti dhalatee Guddate. Qabxii waliigalaa 3.98 fiixuun yunivarsiticha irraa eebbiifame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FTSW6OJ
Показать все...

Loltoonni Rippablika Dimookiraatawaa Kongoo digdamii shan lola hidhattoota M23 jedhaman waliin turerraa baqatan murteen du’aa itti murame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/W7ROGAd
Показать все...

Manni Murtii Olaanaa US himannaa yakkaa piresidaantii duraanii Donaald Tiraamp irratti dhiyaatee ture irratti murtii kenne. Murtii kanaanis mirga himatamuu dhabuu pirezidaantii duraanii akka kabajamu taasiseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VRzGsku
Показать все...

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.