cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬NU QUNNAMUUF💬 @AbdiiSabaaDm 🎯MARIIF @Abdiisabaa

نمایش بیشتر
فنلندة2زبان مشخص نشده استاخبار و رسانه‌ها251
پست‌های تبلیغاتی
340 590
مشترکین
+14924 ساعت
+1 5657 روز
+6 61830 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Waggaa afur walitti aansuun Maanchistar Siitiin Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2023/24 injifachuun isaa mirkanaa'eera Man. Siitiin Garee yeroo jalqabaaf waancaa Piriimiyerliigii afur walitti aansuun injifate ta'eera. Deeggartoonni Maanchistar Siitii hundi baga gammaddan 🏆 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
21 05016Loading...
02
Badhaasa! Sagantaa sasalphaa karaa chaanaala barattootaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru irratti hirmaachuun badhaasa garaa garaa argachuu ni dandeessu. Badhaasni karaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru barattoota qofaaf yommuu ta’u haala yeroo barattootaa hin qisaasessinetti kan qophaa’edha. Karaa @abdiisabaa seenuun carraa keessan yaalaa. Carraa Gaarii! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
30 6676Loading...
03
#Kutaa_12ffaa Manneen barumsaa qormaata xumura kutaa 12ffaa  kan bara 2016 toora interneetiin qoran ifoomeera. Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bifa waraqaa fi toora interneetiin akka kennamu ni beekama. Bu’uura kanaan barattoonni qormaata kana karaa interneetii fudhatan magaalota filatamoo kanneeniin qofatti kan fudhatan ta'a. Haaluma kanaan, qoramtoonni qormaaticha fudhachuun dura  shaakala gahaa gochuun barbaachisaa waan ta'eef, guyyaa har'a Sanbata Caamsaa 10/2016 irraa eegalee naannoolee argamanitti waan ramadaniif shaakaluu ni danda'u jechuun ibsameera. Qoramtoonni Maqaa Fayyadamaa(username) fi 'Password' manneen barnootaa isaanii irra fudhachuu ni danda'u.
37 00871Loading...
04
Barattoonni gannaa Yuunivarsitii Aksuum keessatti barachaa turanii fi Yuunivarsiitii biroo keessatti barachuu hin jalqabne, barnoota isaanii akka itti fufaniif akka galmaa'an himame. Kanaaf hanga Caamsaa 16/2016tti toora interneetii irratti galmaa'uu akka qabdan yunivarsitichi beeksiseera. Galmaa’uuf: http://196.190.28.50/StudentRegistration.aspx Barattoonni #gannaa toora interneetii irratti hin galmoofne baajatni waan hin ramadamneef akka hin keessummeessine yunivarsiitichi ibseera. Barattoonni ganna yunivarsiitiiwwan biroo keessatti barnoota isaanii itti fufan galmaa’uu hin danda’an.
49 54222Loading...
05
Fuula Feesbuukii miidiyaa @abdii_sabaa ammuma hordofaa https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
52 6435Loading...
06
Luba Balaay Makonniin Dabalatee Namoonni Dhuunfaan 5 Yakka Waliindhahuu Cimaan Himanni Irratti Baname Luba Balaay Makonniin dabalatee namoonni dhuunfaan 5 yakka malaammaltummaa waliindhahuu cimaan Dhaddacha Idileetiin himanni irratti banameera. Namoonni kunneen Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha dhimmoota yakka malaammatummaa ramaddii 3ffaa Lidataatti himatamuu eerameera. Namoonni dhuunfaan kunneen1ffaa Luba Balaay Makonniin, 2ffaan Hojii Invastimantii Qonnaarratti bobba’ee kan argamu Iyyaasuu Indaale Waldamasqal, 3ffaan, Hojii Komishiniirratti kan hojjetu Barakat Mulaat Jaafaar, 4ffaa Alemganaa Saamu’eel Diinsaa fi 5ffaan Hojii gaggeessaa Dhaabbata Daldalaa Dhuunfaa Nimoonaa Itti gaafatamummaan isaa Murtaa’e Abarraa Margaa Tasfaayee ta’uu ibsameera. Himatamtoota 4ffaa fi 5ffaan to’annaa jala kan hin oolle yoo ta’uu, kan hafan Dhaddachaaf dhiyaataniiru. Himatamaan 2ffaan Meeshaalee ijaarsaa Gamtaa Afrikaaf kan dhiyeessu fakkeessuun baatii Ebla bara 2016 Doolaarri miiliyoonni 1 Lakkoofsa Herreega Baankii Gamtaa Afrikaarraa gara Lakkoofsa Herreega Baankii Dhuunfaa isaatti akka jijjiiramu sanada sobaa kaffaltii maqaa isaan qopheessuu isaan himatameera. Himatamaan 3ffaan Barakat Mulaat Jaafaar Gamtaa Afrikaaf Boolla Bishaanii gadi fagoo qotuuf kan waliigale ta’uu isaan Lakkoofsa Herreega Baankii gamtichaarraa Doolaarri miiliyoonni 2fi kumni 525 ol gara lakkoofsa Herreega Baankii Dhuunfaa isaatti galii akka ta’u sanada sobaa maqaa isaaniin qopheessuu isaan himatameera. Himatamaan 4ffaan Alemganaa Saamu’eel Diinsaan Gamtaa Afrikaaf Boolla Bishaanii gadi fagoo qotuun hojjechuu isaaniin Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni 315 lakkoofsa Herreega gamtichaarraa gara lakkoofsa Herreega Dhuunfaa isaatti galii akka ta’u ajajuu kan mul’isa sanada kaffaltii sobaa maqaa isaan qopheessuu isaan, Himatamaa 5ffaan Meeshaalee ijaarsaa garaagaraa dhaabbata hogganuun Gamtaa Afrikaaf akka dhiyeessee fi gamtaan Afrikaa kaffaltii Doolaara miiliyoona1 fi 210 gara lakkoofsa Herreega Dhaabbatichaatti akka jijjiiruuf sanada sobaa maqaa isaan qopheesseuun himatameera. Maallaqa kanneen baasii taasiisuuf Sanadoota kanneen yeroo fi iddoo hin beekamnetti himatamaa 1ffaaf kennuu isaaniin himatamaniiru. Himatamtoonni tarree 1ffaa hanga 3ffaa jalatti argaman dhaddachaaf dhiyaachuun eenyummaa fi teessoon isaanii erga galmaa’ee booda ibsi himannaa isaan qaqqabuu eerameera. Himatamtoonni 4ffaa fi 5ffaan Poolisii dhimmi ilaallatuun barbaadamanii akka dhiyaatan yeroo itti aanu beelamni kan kennamu ta’uu ibsameera. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
54 64921Loading...
07
Miseensonni waraana Tigraay kuma 274 ol ta'an hidhannoo hiikuuf jedhameera. Itti aanaan komishinara Komishinii Riifoormii Biyyaalessaa Obbo Tasfalem Yihidigo miseensonni waraana Tigraay 274,000 ol hidhannoo hiikkachuuuf akka adeeman BBC'tti himaniiru.
55 2078Loading...
08
Barattoota maraaf! Sagantaa sasalphaa karaa chaanaala barattootaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru irratti hirmaachuun badhaasa garaa garaa argachuu ni dandeessu. Badhaasni karaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru barattoota qofaaf yommuu ta’u haala yeroo barattootaa hin qisaasessinetti kan qophaa’edha. Karaa @abdiisabaa seenuun carraa keessan yaalaa. Carraa Gaarii! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
69 49820Loading...
09
Barattuu of gargaaruuf osoo adeemtu ajjeefamte! Barattuu Daraartuu Lammeessaa mooraa Yuunivarsitii Asoosaa keessaa ba’uun hiriyoota ishee waliin hojiif osoo adeemtuu namni waraanee ajjeese. Daraartuun barattuu waggaa 4ffaa muummee Jiyoogiraafii yommuu taatu dhalattodhalattuu Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gaawoo Qeebbee turte. Taateen kun kan mudate guyyaa gaafa 7/9/2016 ganama sa’a 2:30 tti hojii hojjettee of gargaaruuf osoo adeemaa jirtuu ta’uu miidiyaan@Abdii_Sabaa odeeffateera. Battaluma taateen kun mudateenis hospitaala Asoosaatti geeffamtus lubbuun hafuu hin dandeenye. Namni kun sababa maaliif yakka kana akka raawwate hamma yoonaatti wanti barame hin jiru. Battala yakka kana raawwateen miliquuf yaalus hawaasa naannoon qabamuun to’annaa seeraa jala oolfamee jira. Reeffi barattuu kanaas sa’a ammaa maatiif ergamee jira. Lubbuun darbuu barattuu kanaaf gadda guddaa nutti dhaga’ame ibsaa taatee mudate hordofuun ballinaan kan isiniif gabaasnu ta’a. Maatii hiriyoottaniifi fi firoottan ishee maraaf jajjabina hawwina! Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
66 73930Loading...
10
Media files
66 99011Loading...
11
Tootenhaam 0-2 Maanchister Siitii Erliingi Haalaandi galchii lama lakkoofsise. Maanchister Siitiin qabxii 88 Liigicha dursaa jira. Tapha dhumaa West Haam waliin qabu injifannaan walitti aansee yeroo arfaffaaf waancaa mo’achuu isaati. Arsenaal erga Aston Viilaadhaan mo’amee taphoota kaan mo’atus waggaa 20 booda waancaa Piriimer Liigii kaasuuf mo’amuu Maanchister Siitii eeggataa ture. Amma tapha tokkittii hafte irratti waan tahu hin fakkaatu. Kun deeggartoota Arsenaaliif gadda guddaadha. Gama biraan Tootenhaam waan mo’ameef bara dhufu Aston Viilaan Shaampiyoonsi Liigiif darbeera.
71 57721Loading...
12
MCI 2 TOT 0 @ABDII_SABAA
64 1535Loading...
13
Tapha murteessaa Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu. Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni qixxeessituun Tootenhaamii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera. Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee taphni Maanchiister Siitiin morkii waancaa caalmatti murteeffachuu fi Tootenhaam ammoo carraa dhiphaa hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argachuuf qabu bal’ifachuuf taasiisan hawwiin eegama.
80 40414Loading...
14
#ADS ✅Asoosama miira namaaf kennu ✅Qoosaa gaggabaaboo miira qabu ✅ Baacoo ergaa qabuu 🏓 Seenaa barnootaafi muxannoo namaaf Kennu argachuuf Dirreen Boohartii isin faana Jira. Join gochuun hordofaa 🙏🙏🙏🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/DirreeBoohartii https://t.me/DirreeBoohartii https://t.me/DirreeBoohartii
37 8805Loading...
15
#ADS ✅Asoosama miiraa namaaf kennu ✅Qoosaa gaggabaaboo miira qabu ✅ Baacoo ergaa qabufi 🏓 Seenaa barnootaafi muxannoo namaaf Kennu argachuuf Dirreen Boohartii isin faana Jira. Join gochuun hordofaa 🙏🙏🙏🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/DirreeBoohartii https://t.me/DirreeBoohartii https://t.me/DirreeBoohartii
10Loading...
16
Sagantaa badhaasaa irratti hirmaachuuf 👇👇👇👇 @abdiisabaa
71 6660Loading...
17
RAAJII Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argamuu gabaafame. Afrikaa Kibbaa Magaalaa Joorjitti guyyaa 5 dura Gamoon Ijaaramaa ture Jiguun miidhaa qaqqabsiisuun Balaa qaqqabeen hanga ammaatti lubbuun hojjettoota 23 yoo darbu, 29 ammoo lubbuun argamuu RT fi VODn gabaasaniiru.
75 3687Loading...
18
ODUU DINQISIISAA Malkaa Bal’ootti namootni 12 bakakkaan miidhaa irraan gahee mala aadaan yaalamanii ''fooyyeerra jirra'' jedhan. Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal’ootti dilbata darbe bokkaa roobaa ture hordofuun bakakkaa bu’een namoota 12 irraan miidhaa erga qaqqabee booda mala aadaatiin yaalamuun sa’a ammaa fooyyee akka qaban himaniiru. Hawaasni naannichaa namoota bakakkaan miidhe kana 12’n lafa keessa awwaaluun sa’aatii 1 hanga 2 tursanii akka bahanis himan.
67 71129Loading...
19
Sagantaa badhaasaa irratti hirmaachuuf 👇👇👇👇 @abdiisabaa
24 6612Loading...
20
Oolmaa Barattoota Yuunivarsitii Gaambeellaa. Walitti bu’iinsa barattoota naannoo biroofi barattoota naannoo Gaambeellaa gosa Nuweer ta’an gidduu.
78 08719Loading...
21
Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti Zayinni nyaataa, Sukkaarri, Daakuu, Ruuzii, Missirrii fi Xaa’oon biyyoo manakuusaa keessatti seeraan ala kuufame to’ataman. Ajajan Poolisii Kutaa magaalichaa koomaandar Fufaa Magarsaan akka ibsanitti, eeruu dhiyaatee hordofee sakkata’iinsa taasiifameen meeshaaleen nyaataa fi Xaa’oon to’atamu dubbataniiru.
69 69512Loading...
22
Sagantaa badhaasaa irratti hirmaachuuf 👇👇👇👇 @abdiisabaa
29 7254Loading...
23
#ADS Gaafii COC fi Exit exam yeroo darbee walitti sassaabee  deebii ibsa gabaabaa(yeroo keessan haala qusatuun)isinif fide kunooti. Gaafficha bifa namatti toluun waan qophaaheef salphaatti irraa hubattu. Gaaffiiwwan hedduu guyyaa guyyaan isin biraan ga’uu itti fufna. Nu hordofaa https://youtu.be/aa3_EagCn58?si=S2GWI5Ceu56gMG9s
39 14366Loading...
24
Sagantaa badhaasaa irratti hirmaachuuf 👇👇👇👇 @abdiisabaa
14 9992Loading...
25
#Xiyyeeffannoo Gaambeellaatti barattoonni Oromoo haala yaaddessa keessa jiru. Akkuma yeroo darbe gabaasnee turre yuunivarsitii Gaambeellaa keessatti barattoonni Oromoo haala yaaddessaa keessa akkuma jiranitti jiru! Guyyaa harraas barattoota irratti miidhaan garaa garaa akka dhaqqabaa jiru odeeffannoon nu qaqqabaa jira. Qaamni dhimmi ilaallatu furmaata hatattamaa akka kennuuf barattoonni irra deddeebiin cimsanii gaafachaa jiru. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
80 12616Loading...
26
#Xiyyeeffannoo Gaambeellaatti barattoonni Oromoo haala yaaddessa keessa jiru. Akkuma yeroo darbe gabaasnee turre yuunivarsitii Gaambeellaa keessatti barattoonni Oromoo haala yaaddessaa keessa akkuma jiranitti jiru! Guyyaa harraas barattoota irratti miidhaan garaa garaa akka dhaqqabaa jiru odeeffannoon mu qaqqabaa jira. Qaamni dhimmi ilaallatu furmaata hatattamaa akka kennuuf barattoonni irra deddeebiin cimsanii gaafachaa jiru.
4820Loading...
27
Sagantaa badhaasaa irratti hirmaachuuf 👇👇👇👇 @abdiisabaa
9 9350Loading...
28
Sagantaa badhaasaa irratti hirmaachuuf👉 @abdiisabaa
10Loading...
29
Dr. Abiy Ahmed Baahir Daar deeman! Naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti riqicha laga Abbaay irratti ijaarame eebbisuuf Muummichi Ministeeraa Baahirdaaritti argaman. Riqicha kana ijaaranii xumuruuf qarshii biliyoona 1·4 akka itti ba’es himameera. Waldhabdee mootummaafi garee fiinxaleeyyii Faannoo waliin taassifamaa jiru akkuma beekamutti ta’ee , muummichi ministeeraa achitti argamuun mootummaan haala jiru to’atee akka jiru agarsiisas jedhameera. Daawwannaan muummichi ministeera Baahirdaaritti taassisan erga walitti bu’iinsi kun ho’ee as kan jalqabaatis jedhameera.
77 83419Loading...
Waggaa afur walitti aansuun Maanchistar Siitiin Piriimiyerliigii Ingiliiz bara 2023/24 injifachuun isaa mirkanaa'eera Man. Siitiin Garee yeroo jalqabaaf waancaa Piriimiyerliigii afur walitti aansuun injifate ta'eera. Deeggartoonni Maanchistar Siitii hundi baga gammaddan 🏆 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
نمایش همه...
👍 172🏆 83 43💔 33😢 30🥰 6👏 6🙏 6🤯 5
Badhaasa! Sagantaa sasalphaa karaa chaanaala barattootaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru irratti hirmaachuun badhaasa garaa garaa argachuu ni dandeessu. Badhaasni karaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru barattoota qofaaf yommuu ta’u haala yeroo barattootaa hin qisaasessinetti kan qophaa’edha. Karaa @abdiisabaa seenuun carraa keessan yaalaa. Carraa Gaarii! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
نمایش همه...
👍 142 32🔥 22😱 20
#Kutaa_12ffaa Manneen barumsaa qormaata xumura kutaa 12ffaa  kan bara 2016 toora interneetiin qoran ifoomeera. Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bifa waraqaa fi toora interneetiin akka kennamu ni beekama. Bu’uura kanaan barattoonni qormaata kana karaa interneetii fudhatan magaalota filatamoo kanneeniin qofatti kan fudhatan ta'a. Haaluma kanaan, qoramtoonni qormaaticha fudhachuun dura  shaakala gahaa gochuun barbaachisaa waan ta'eef, guyyaa har'a Sanbata Caamsaa 10/2016 irraa eegalee naannoolee argamanitti waan ramadaniif shaakaluu ni danda'u jechuun ibsameera. Qoramtoonni Maqaa Fayyadamaa(username) fi 'Password' manneen barnootaa isaanii irra fudhachuu ni danda'u.
نمایش همه...
👍 231 97😢 18💔 9👏 8🥰 7🤯 6🔥 4😱 3🤩 3
Photo unavailableShow in Telegram
Barattoonni gannaa Yuunivarsitii Aksuum keessatti barachaa turanii fi Yuunivarsiitii biroo keessatti barachuu hin jalqabne, barnoota isaanii akka itti fufaniif akka galmaa'an himame. Kanaaf hanga Caamsaa 16/2016tti toora interneetii irratti galmaa'uu akka qabdan yunivarsitichi beeksiseera. Galmaa’uuf: http://196.190.28.50/StudentRegistration.aspx Barattoonni #gannaa toora interneetii irratti hin galmoofne baajatni waan hin ramadamneef akka hin keessummeessine yunivarsiitichi ibseera. Barattoonni ganna yunivarsiitiiwwan biroo keessatti barnoota isaanii itti fufan galmaa’uu hin danda’an.
نمایش همه...
👍 199 51🤯 15🥰 12👏 12😱 1
Fuula Feesbuukii miidiyaa @abdii_sabaa ammuma hordofaa https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
نمایش همه...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

75👍 51👏 12🥰 11😱 2
Luba Balaay Makonniin Dabalatee Namoonni Dhuunfaan 5 Yakka Waliindhahuu Cimaan Himanni Irratti Baname Luba Balaay Makonniin dabalatee namoonni dhuunfaan 5 yakka malaammaltummaa waliindhahuu cimaan Dhaddacha Idileetiin himanni irratti banameera. Namoonni kunneen Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha dhimmoota yakka malaammatummaa ramaddii 3ffaa Lidataatti himatamuu eerameera. Namoonni dhuunfaan kunneen1ffaa Luba Balaay Makonniin, 2ffaan Hojii Invastimantii Qonnaarratti bobba’ee kan argamu Iyyaasuu Indaale Waldamasqal, 3ffaan, Hojii Komishiniirratti kan hojjetu Barakat Mulaat Jaafaar, 4ffaa Alemganaa Saamu’eel Diinsaa fi 5ffaan Hojii gaggeessaa Dhaabbata Daldalaa Dhuunfaa Nimoonaa Itti gaafatamummaan isaa Murtaa’e Abarraa Margaa Tasfaayee ta’uu ibsameera. Himatamtoota 4ffaa fi 5ffaan to’annaa jala kan hin oolle yoo ta’uu, kan hafan Dhaddachaaf dhiyaataniiru. Himatamaan 2ffaan Meeshaalee ijaarsaa Gamtaa Afrikaaf kan dhiyeessu fakkeessuun baatii Ebla bara 2016 Doolaarri miiliyoonni 1 Lakkoofsa Herreega Baankii Gamtaa Afrikaarraa gara Lakkoofsa Herreega Baankii Dhuunfaa isaatti akka jijjiiramu sanada sobaa kaffaltii maqaa isaan qopheessuu isaan himatameera. Himatamaan 3ffaan Barakat Mulaat Jaafaar Gamtaa Afrikaaf Boolla Bishaanii gadi fagoo qotuuf kan waliigale ta’uu isaan Lakkoofsa Herreega Baankii gamtichaarraa Doolaarri miiliyoonni 2fi kumni 525 ol gara lakkoofsa Herreega Baankii Dhuunfaa isaatti galii akka ta’u sanada sobaa maqaa isaaniin qopheessuu isaan himatameera. Himatamaan 4ffaan Alemganaa Saamu’eel Diinsaan Gamtaa Afrikaaf Boolla Bishaanii gadi fagoo qotuun hojjechuu isaaniin Doolaarri miiliyoonni 1 fi kumni 315 lakkoofsa Herreega gamtichaarraa gara lakkoofsa Herreega Dhuunfaa isaatti galii akka ta’u ajajuu kan mul’isa sanada kaffaltii sobaa maqaa isaan qopheessuu isaan, Himatamaa 5ffaan Meeshaalee ijaarsaa garaagaraa dhaabbata hogganuun Gamtaa Afrikaaf akka dhiyeessee fi gamtaan Afrikaa kaffaltii Doolaara miiliyoona1 fi 210 gara lakkoofsa Herreega Dhaabbatichaatti akka jijjiiruuf sanada sobaa maqaa isaan qopheesseuun himatameera. Maallaqa kanneen baasii taasiisuuf Sanadoota kanneen yeroo fi iddoo hin beekamnetti himatamaa 1ffaaf kennuu isaaniin himatamaniiru. Himatamtoonni tarree 1ffaa hanga 3ffaa jalatti argaman dhaddachaaf dhiyaachuun eenyummaa fi teessoon isaanii erga galmaa’ee booda ibsi himannaa isaan qaqqabuu eerameera. Himatamtoonni 4ffaa fi 5ffaan Poolisii dhimmi ilaallatuun barbaadamanii akka dhiyaatan yeroo itti aanu beelamni kan kennamu ta’uu ibsameera. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
نمایش همه...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

👍 316 85😱 30🤩 20🤯 9🔥 5🥰 4👏 3🫡 2
Photo unavailableShow in Telegram
Miseensonni waraana Tigraay kuma 274 ol ta'an hidhannoo hiikuuf jedhameera. Itti aanaan komishinara Komishinii Riifoormii Biyyaalessaa Obbo Tasfalem Yihidigo miseensonni waraana Tigraay 274,000 ol hidhannoo hiikkachuuuf akka adeeman BBC'tti himaniiru.
نمایش همه...
👍 202 23😢 18🕊 11🥰 10🤩 6😱 5👏 3🤯 2🔥 1🎉 1
Barattoota maraaf! Sagantaa sasalphaa karaa chaanaala barattootaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru irratti hirmaachuun badhaasa garaa garaa argachuu ni dandeessu. Badhaasni karaa @abdiisabaa adeemsifamaa jiru barattoota qofaaf yommuu ta’u haala yeroo barattootaa hin qisaasessinetti kan qophaa’edha. Karaa @abdiisabaa seenuun carraa keessan yaalaa. Carraa Gaarii! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
نمایش همه...
👍 410 120😱 44👏 31🤯 30🔥 18💯 10😢 5🎉 5
Barattuu of gargaaruuf osoo adeemtu ajjeefamte! Barattuu Daraartuu Lammeessaa mooraa Yuunivarsitii Asoosaa keessaa ba’uun hiriyoota ishee waliin hojiif osoo adeemtuu namni waraanee ajjeese. Daraartuun barattuu waggaa 4ffaa muummee Jiyoogiraafii yommuu taatu dhalattodhalattuu Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gaawoo Qeebbee turte. Taateen kun kan mudate guyyaa gaafa 7/9/2016 ganama sa’a 2:30 tti hojii hojjettee of gargaaruuf osoo adeemaa jirtuu ta’uu miidiyaan@Abdii_Sabaa odeeffateera. Battaluma taateen kun mudateenis hospitaala Asoosaatti geeffamtus lubbuun hafuu hin dandeenye. Namni kun sababa maaliif yakka kana akka raawwate hamma yoonaatti wanti barame hin jiru. Battala yakka kana raawwateen miliquuf yaalus hawaasa naannoon qabamuun to’annaa seeraa jala oolfamee jira. Reeffi barattuu kanaas sa’a ammaa maatiif ergamee jira. Lubbuun darbuu barattuu kanaaf gadda guddaa nutti dhaga’ame ibsaa taatee mudate hordofuun ballinaan kan isiniif gabaasnu ta’a. Maatii hiriyoottaniifi fi firoottan ishee maraaf jajjabina hawwina! Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
نمایش همه...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

😢 490👍 242 67😱 41🤯 19👏 14🔥 11🎉 6🥰 1
😢 153👍 40 40😱 27🥰 4🤯 4