fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

رفتن به کانال در Telegram

𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚

کانال 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 (@ifaislaamaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 11 378 مشترک است و جایگاه 7 978 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 3 044 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 11 378 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 09 نوامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -133 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -5 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 5.08% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً N/A% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 578 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 0 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 9 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 10 نوامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کرده‌اند.

11 378
مشترکین
-524 ساعت
-267 روز
-13330 روز
آرشیو پست ها
Jalqabarratti yakki/ cubbuun ni mi’oofti, dhumarratti garuu gaabbii guddaa fi madaa dhiigu qofa fiddi.
Jalqabarratti yakki/ cubbuun ni mi’oofti, dhumarratti garuu gaabbii guddaa fi madaa dhiigu qofa fiddi.

Maqaan baduu mannaa, mataan baduu wayya

🔈 Qananii Rabbiif Waa'ee Ziyaaraa Sheekaa 🎙Sheeka Abu Saalim Hasan

Gadheen gaafa mara gadoo qabdi, jedha Oromoon. Namichi gadhee Trump jedhamu maqaa Nabiyyii keenya Muhammad ﷺ xiqqeessuuf dubb
Gadheen gaafa mara gadoo qabdi, jedha Oromoon. Namichi gadhee Trump jedhamu maqaa Nabiyyii keenya Muhammad ﷺ xiqqeessuuf dubbate. Maqaan Muhammad si aarse moo? Ati maaliif daangaa dabarte? Arabni kee Nabiyyii keenya balaaleffachuuf maaliif socho'e? Harki kee haa jallatu! Ati nama jalqabaa jibbaa kana agarsiise miti; warri isa dura miidhaa yaadanis hundi fashalaa'aniiru. Sochiin isaanii hundi fashalaa'eera; Rabbiin Filatamaa Isaa Muhammad ﷺ ni gaha, ni tiksa, maqaa isaas ol kaasa. Maqaan Muhammad ﷺ calaqqisee hafa, Hamma dachee irratti azaanni deddeebiin dhaga'amutti! @ifaislaamaa

Repost from N/a
Jechi guddaan Rabbi biratti 'Subhaanallaahi wabi hamdihi' عَنْ أَبِي ذَرٍّ، أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ ﷺ سُئِلَ أَىُّ الْكَلاَمِ أَفْضَلُ قَالَ ‏"‏مَا اصْطَفَى اللَّهُ لِمَلاَئِكَتِهِ أَوْ لِعِبَادِهِ سُبْحَانَ اللَّهِ وَبِحَمْدِهِ" رواه مسلِمٌ 84/2731 Abbaan zarrii nabiin ﷺ jechoota keessaa kamtu irra caala? jechuudhaan gaafatamanii akkana jedhan jedhe," kan Rabbiin maleeykaa isaatiifi gabroottan isaatii file sun subhaanallahi wabihamdihii" jedhe. Namni hadiisa kana odeesse Abuu zarri jundub ibnu junaadah al-gifaariyyii kan tahe. Hangafoota sahaabaa keessaa tokko. Arjaa beekamaa waan qabuu sadaqarraa hin hanbifanne. Kanuma ummataafis fatwa godhuu ture madiinatti. Hadiisni nni odeesse 281. Gama shaamitti bahee achitaauu ture. Eegasi ganda rabzaa jedhamtu tan madiinarraa gara riyaaditti kiiloomeetira 100 fagaattu taa'e. achumatti bara hijraa 31 du'aan gama aakhiraa godaane. Ibnu mas'uud irratti salaate. Barnoota hadiisa kanarra argannu. 1- Akkaataa himame kanatti Rabbi faarsuun barbaachisaa tahuu. 2- Faaruu Rabbii heddummeysuun waan qalbii namaa qajeelchuu fi kan lubbuu gammachiisu tahuu isaa. 3- Tasbiihaa baayisnee Rabbi faarsuun akkaan gaarii tahuu isaa. @bukmuslim

2026-10-14_06'47'23'.mp36.18 MB

2026-10-14_05'58'01'.mp322.43 MB

recording-20261013-184648.mp332.14 MB

recording-20261013-184648.mp332.14 MB

2026-10-14_05'53'18' (2).mp31.83 MB

💥Assalaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🔝Oduu Gammachiisaa🔝 🔖 Guyyaa har'aa kabajamoon Sheek Abu Abdillah Muhammad Al-Ansi fi obboloonni kabajamoon nu Ziyaara dhufaniiru. 📍Nutis "Ijoollee keessan fi barattoota keessan Ahlus-Sunnaah wal-Jamaa'ah masjiida Sunnaa (Shaashamannee) jiran biratti baga nagaan dhuftan, simannaa gaarii fi gammachuu guddaadhaan isin simanna," isaaniin jenna. 🌐 Irraa Deebbiin Hundumti Keessanuu Baga Nagaan Dhuftan Anaa Dhufu

Dubartoota Fuudhuun Nurratti Hamaata Ta'an INSTANT VIEW gadii tuquun dubbiffadhaa. https://telegra.ph/Dubartoota-Fuudhuun-Haraama-Taan-07-28 Join 👉 🛰 @ifaislaamaa

irreecha.mp34.22 MB

"Hima didduun du'a hin diddu!" Gooftaan waaqeffattoonni ayyaana Irreechaa irratti walitti dhufanii galateeffatanii fi kadhatan Eenyu! ⚠️የዋቄፈና እምነት ተከታዮች በኢሬቻ በዓል ላይ ተሰባስበው የሚያመሰግኑትና የሚለምኑት ጌታ ማነው❓ https://t.me/ifaislaamaa/2176

Dr Gammachuu Magarsaa Irreechaa Washington DC irratti October 01/2023 ergaa dabarsa irraa kan fudhatame. ▪️Irreecha jechuun maal jechuu akka ta'e. ▪️Waaqeffataan Waaqa gurraacha akka gooftaatti akka amanu. ▪️Kan oromoo tokko taasisu Waaqa gurraacha qofa akka ta'es dubbateera. «وَشَهِدَ شَاهِدٌ مِّنْ أَهْلِهَآ» «Ragaa ba’aan maatii ishee irraa ta’e» ♻️Ayyaanni kun sirna amantii waaqeefataa ta'uu ifaa ifatti dubbateera Muslimni tokko lafaa ka'ee akkamitti kun aadaa dha sirna amantii miti jechuun irratti hirmaataa jiraa?! Namatti himu malee, namatti hin hidhan. Jedhama. https://t.me/ifaislaamaa/1730

2026-10-02_06'53'17'.mp33.00 MB

Walaloo Dr Abdushukur.mp312.09 MB

نظم نصائح العباد للدكتور.pdf7.48 KB

🔴 AMANTIIN DHIIGA MITI! Irreechi ayyaana amantiiti. Masqallis ayyaana amantiiti. Iidul-Fixris ayyaana amantiiti. Muslimni immoo ibaadaa fi amantii isaa Qur’aanaa fi Sunnah irraa fudhata. Kanaaf, bakka waaqni sobaa itti waamamu, bakka shirkii fi wanti Rabbiin hin ajajin itti raawwatamu keessatti Muslimni hirmaachuu ykn faarsuu hin qabu. Rabbiin ni jedha: ﴿وَمَن يَبْتَغِ غَيْرَ الْإِسْلَامِ دِينًا فَلَن يُقْبَلَ مِنْهُ﴾ “Namni Islaama malee amantii biraa barbaade, isa irraa hin qeebalamu.” Oromummaa jechuun daangaa amantii darbuun miti. Saba tokko ta’uun amantii tokko ta’uu jechuu miti. Amantiin dhiiga miti; amantiin waan namni Rabbii isaa ittiin gabbarudha. Muslimni dhugaan Islaama yoo qabate, Qur’aanaa fi Sunnah jala bula; waan amantii isaa faallessu irraa fagaata. Amantii lama walitti makuun hin danda'amu. Islaama yoo qabatte, seera Rabbii qofa jala bulta!