𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
📈 Análisis del canal de Telegram 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
El canal 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 (@ifaislaamaa) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 11 443 suscriptores, ocupando la posición 7 808 en la categoría Religión y espiritualidad y el puesto 2 916 en la región Etiopía.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 11 443 suscriptores.
Según los últimos datos del 29 agosto, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 74, y en las últimas 24 horas de -9, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 4.96%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 1.50% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 568 visualizaciones. En el primer día suele acumular 172 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 3.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 30 agosto, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Religión y espiritualidad.
Dhuga-dubatuu (Amiina):Haasaa, waadaa fi gocha isaaniitiin yeroo mara dhugaa dubbattoota turan. Matumaa soba dubbatanii hin beekan. Ergamummaan dura iyyuu "Muhammad Al-Amiin (Muhammad Isa Amanamaa)" jedhamanii waamamu turan. [Bukharii: 3559]
Kan Amaanaa Kabaju:Mallaqaa fi kabaja namootaa eeguu keessatti baay'ee amanamaa turan. Amaanaa abbaa isaatiif ni gachisiisu turan; nama tokkollee gowwoomsanii hin beekan. [Bukharii: 3534]
Gara-laafaa (Araaramaa):Namootaaf, bineensotaaf, akkasumas simbirootaaf qofaatti illee baay'ee kan gaddan fi gara-laafessa turan. Gara-laafina guddaa qabu turan; nama tokkollee hin miidhan turan. [Muslim: 2316] Gadi-of-qabaa (ትሁት): Namoota waliin baay'ee gad-of-qaboo turan. Hiyyeeyyii waliin ni taa'u; ofii isaanii of tajaajilu; nama tokko irraas gargaarsa hin barbaadan turan. [Muslim: 2865]
Haqa-qabeessa:Murtii isaanii keessatti fi namoota waliin hariiroo qaban keessatti guutummaatti haqa-qabeeyyii turan. Murtichi ofii isaanii ykn maatii isaanii irratti ta'us, dhugaa ni raawwachiisu turan. [Muslim: 1688]
Obsa-qabeessaOfii isaaniitiif jedhanii haaloo bahachuu hin barbaadan turan. Araaramaa turan; miidhaa namoota irraa isaan gahu ni dhiisuuf) turan. [Tirmizii: 2434]
Amala Gaariin Kan Midhagan:Amalaa fi naamusaan namoota hundarra caaloo turan. Arrabni isaanii laafaa ture; namoota durattis yeroo mara fuula gammadaniin mul'atu turan. [Muslim: 746]
Gooftaa Isaaniitiif Guutummaatti Kan AjajamanGooftaa isaaniitiif baay'ee abboomamoo fi gabbaroo turan. Hanga miilli isaanii dhiitahutti halkan guutuu dhaabbatanii salaatu turan. [Bukharii: 1147]
Addunyaa Kan Lagatan (Zuhdii):Jireenya addunyaa irratti sassatoo hin turre. Qabeenya hin kuusne; faaya addunyaatiinis wal hin dorgomne. [Tirmizii: 2377]
Goota:Karaa dhugaa irratti baay'ee goota fi jajjaboo turan. Dhimma dhugaa keessatti komii nama tokkoollee hin sodaatan turan. [Ibnu Hishaam: 177] 💥Haati keenya Aa'ishaan waa'ee amala isaanii yeroo gaafatamu akkana jette: «كان خلقه القرآن» "Amalli isaanii Qur'aana ture!!" ✍ Barreeffama Haamduu Quwaanxee Gara Afaan oromootti kan galagalee 🔭 @ifaislaamaa
Ergamaa Rabbii ﷺ irratti salawaata kan buusnuuf Rabbii fi malaaikaatti hidhachuuf, akkasumas galataafi haqa isaan nurraa qaban keessaa tokko geesiisuudhaaf, Imaanni keessaan akka isiniif guutuuf, Ergamaaf ﷺ ulfina kennuuf, jaalalaaf Kabajaaf, Rabbi biratti toltuu barbaachuuf, yakka/diiliin keessanis akka isinirraa harca'uuf»
[ تيسير الكريم الرحمن (ص ٦٧١) ]
🛰 @ifaislaamaa